cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Hoggansa Manneenj Barnoota Aanaa Daamaa Qofaf

Quality of Education for All

نمایش بیشتر
فنلندة3 621زبان مشخص نشده استآموزش113 521
پست‌های تبلیغاتی
225
مشترکین
+124 ساعت
+27 روز
+1530 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

Galata Waaqayyoo Qormaata Kuta 12ffaa Damee Saayinsii Hawaasa Guyyaa Sadihiif keename Ture karaa nagahaan Xumurree garaa Aanaa keeynati debbi'a jira
نمایش همه...
👍 1
Share _Qaceessa_7fi8.xlsx
نمایش همه...
_Qaceessa_7fi8.xlsx0.10 KB
Share qacc.1-6.xlsx
نمایش همه...
qacc.1-6.xlsx0.14 KB
Buzee Diyaaspooraa fakkaate.!!!!!
نمایش همه...
YOOYYAA BULEE HORAA YUNVERSTY
نمایش همه...
Gaafa Guyyaa 30/10/2016 Barattoota Kuta 12ffaa Damee S/Hawaasa 395 Marsa 1ffaa Gara yuuniversitii BULE HORAA tti Nagaan Dhaqqabaniiru. TAASKFORSIN Aanaa keeyna Hoggansi waajjira Barnoota ogeeyyii barnoota qaamoleen naageenya waajjiri geejjibaa waajjiraa maallaqaa Waajjiraa poolisa waajjiri Dhimma dubartootaa maatii barataafi Abboottin amaantaa hojjiin Kun milkaa'innan Akka rawwatamu gahee guddaa taphachaa turtan maqaa Waajjiraa Barnoota Aanaa Daamaatii fi Maqaa Adeemsa Madallii qormaatatiin galatooma Ulfadhaa isiniin jeenna .Barattoota keeynaafis Carraa gaarii hawwina
نمایش همه...
Qaacceessa qabxii Barattoota Kuta 6ffaa 8ffaa 12ffaa kan Semisteera 2ffaa hanga Gaafa Guyyaa 1/11/2016 SOFT COPHIN Akka galchitan HUB Guyyaa jadhametti galchuu bannan rakkoo dhufuf itti gaafatmtu
نمایش همه...
#BEEKSISA. (Waxabajjii 17/2016) 1- Barattoota #Qormaata_Biyyoolessaa_Kutaa_12ffaa Bara 2016 Fudhatan Hundaaf 2- Barattoota Kutaa12ffaa #Dubartii_Ulfaafi_Harma_Hoosisan Hundaaf ----------------- Qormaata Biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2016 akka biyyaatti barattoota kuma 700 oliif kennamu keessaa barattootni kuma 240 ol (35%) ol kan Oromiyaa ta'uun beekamaadha. Kanuma bu'uura gochuun barattootni keenyaa gara iddoo(Yunivarsiitii) qormaataa deemun dura seeraafi naamusa qormaataa beekuu qaban gamanumaa hubachuun barbaachisaadha. Barataan qormaataaf gara Yunivarsiitii deemu hundi:- - Moobaayilii harkaa, - Meeshaalee qara qaban kamiiyyuu, - Meeshaalee elektirooniksii (sagalee waraaban, suuraa kaasaniifi )kkf. qabatanii gara iddoo qormaataa seenuu yaalun guutumaa guututti qormaatarraa kan haqsiisuufi battalumatti to'annaa seeraa jala kan oolchu ta'uu, - Qormaata walirraa ilaaluufi garagalchuunfi qormaata hatuun yakka ta'uu, -Turtii guyyaa sadiitiif qofa kan ta'u uffata guyyaafi halkanii qabatanii seenuu, (baay'isuu hin qabdan), - Rakkoo mooraa Yunivarsiitii keessatti isin qunnamuu danda'uuf sodaa tokko malee battalumatti qaama dhihootti argattaniif beeksisuun furmaata argachuu dandeessu, - Manatsirii ijaa (eye glass) rakkoo ijaatiif isiniif ajajame kaawwattanii seenuu ni dandeessu. Kanas dursitanii qaama isin simatuuf beeksisuu qabdu. -Iddoo qormaataa/Yunivarsiitii keessatti, wacuun, iyyuun, sagalee namoota biroo jeequun fayyadamuun dhoorkaa ta'uu beekuu, - Ajajaafi qajeelfama giddu galli  qormaataa baasu kabajuun dirqama ta'uu beekun barbaachisaadha. - Barattootni '#online'n qoraman mana isaaniitii deddeebi'anii waan qormaniif yeroo qormaataa kabajuun xiyyeeffannoo kennuufii qabu, - Qormaaticha yaadaafi qalbiin tasgabbaa'anii hojjachuuf gamanumaa of qopheessuu qabu. GUYYAAN QORMAATAA #Barnoota Saayinsii Hawaaaa Adoolessa 3-5/2016 #Barnoota Saayinsii Uumamaa Adoolessa 9-11/2016 kan kennamu ta'a #Baratttootni_dubartootaa: #ulfaa,_guyyaan_dahiinsaa gaheefi #dubarttootni_daa'ima_harma hoosisan hundi bara barnootaa 2017 itti qophooftanii akka #barataa_idilee/Regular/taatanii qormaata fudhachuu ni dandeessu. Sababa ulfaafi harma hoosisuutiin qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2016 kan hin fudhanne, bara dhufu 2017 barataa idilee taataanii akka qoratamtan isin beeksifna. #Hubachiisa:- #Qajeelfama_Naamusa_Qormaata_Dhaabbilee_Barnootaa_Olaanoo Bahe Bal'inaan Waan dhiheessinuuf nu hordofaa! Carraa_Gaarii !
نمایش همه...
Yescoin

Yes it is...

یک طرح متفاوت انتخاب کنید

طرح فعلی شما تنها برای 5 کانال تجزیه و تحلیل را مجاز می کند. برای بیشتر، لطفا یک طرح دیگر انتخاب کنید.