RUUBE TECH
رفتن به کانال در Telegram
Welcome to @Ruube_tech ! Simplifying tech, solving problems,airdrop $ crypto and guiding you through the digital world. Let's dive in!! Ceo = @R4679_46
نمایش بیشترکشور مشخص نشده استدسته بندی مشخص نشده است
7 503
مشترکین
-424 ساعت
-97 روز
-2530 روز
آرشیو پست ها
7 502
+1
🔥 Nama 5 qofa afeeruun TON 3 argadhaa,
🔗 Link: 👉 https://t.me/gramevents_bot?startapp=ref_58472
✅Ammuma eegalaa limited dha
7 502
📢 Advertising in this channel
You can place an ad via Telega․io. It takes just a few minutes.
Formats and current rates: View details
7 502
Repost from Kurulus Orhan 🇪🇹
✅ Kana booda hojiin dhabne jechuun hafeera
📌 Channel hojii online garaagaraa irraa argattan
🔥 Akkaataa ittiin hojjettan waliin kan isin barsiisu kana ammuma join gochuun karaa salphaan online irraa maallaqa hojjetadhaa
@kiyyaa_tech ✅
7 502
Repost from Kiyyaa Multimedia
🎥 Youtube channel 2ffaa baneen jira kana booda hojii online fi Barnoota tech garaagaraa achi irratti waan eegalluuf ammuma subscribe gochuun maatii ta'aa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://www.youtube.com/@kiyyaa_tech
https://www.youtube.com/@kiyyaa_tech
7 502
🪙USDT bitachuu kan barbaaddan
✔️ Haga galgalaatti ana biraa argachuu dandeessu
🔔 Yeroo Murtaa'e qofaaf
💬 Inbox 👉 @abdu_online
7 502
Hello Telegram Support,
I am reporting a scammer who stole my channel ownership. We agreed on a price for my channel, but after I transferred the ownership to him, he refused to pay and stopped responding. He scammed me and took over my property.
Scammer User ID: 8775055140
Channel Link: [https://t.me/rabixtola]
I have attached the screenshots of our conversation as evidence of the agreement and his refusal to pay. Please mark this account as a SCAM to protect others and if possible, help me recover my channel.
Thank you."
7 502
Namni kun scammer dha waan ta'eef barreeffama kana @notoscam irratti barreeffama an isinif Karen deema report godhaa
7 502
✅ Hojii online yeroo amma Salphaatti kafalu kana eegala
🎲 Dolara 1 kaasee withdraw gochuu dandessuu
🪙 Dolara 1 hojechuun bayyee salphaadha Start gotani seentuu ergaasii carra 3 isniif kenna carra sana yaaluun Dolara walitti sasabuudha
➡️ Yoo Task achii kessaa jiru hojettan Spin isniif dabala deema
🔗 Amumma Eegaala
👇👇👇
https://t.me/earncraft_bot/app?startapp=MTQ2NTA1ODI2Nl8x
@ruube_tech ✅
@ruube_tech ✅
7 502
💰 Qarshii 300 Qofaan Abbaa iPhone 13 Pro Max Ta'aa!
Alpha Online Lottery koottaa carraa keessan yaalaa.
🥇 1ffaa: iPhone 13 Pro Max
🥈 2ffaa: 5,000 ETB
🥉 3ffaa: 2,500 ETB
✅ Amanamummaan keenya mirkana'aadha!
👉 Galmaa'uuf: @Alphaonlinelottery
Akkasumalle group keenyaa join godhaa
https://t.me/alpha_online_lottery
7 502
Repost from RUUBE ONLINE JOBS
#Repost
Appi kana irraa qarshii 50,000 ol hojjechuu dandeessuu. Dafaa jalqabaa. Jalqabaa irratti appi isa buufachuuf linki kana fayyadama. Hubachiisa yeroo appi buufattan jalqaba vpn fayyadama.
Link gadii kanan download godhadhaa
👇👇👇👇
https://getblock.me/u/24782057
Akkata itti hojjettan yks irra itti fayyadamtan immo video kana irra ilaala. Video isa ilaaluf
👇👇👇👇
https://youtu.be/MrAvYDqMRbc?si=DOQeKOyIcNpdvHF0
Akkasumalle youtube keenya video kanan seenati subscribe like godha.
7 502
Channali telegram gurgurtaaf dhi'atee jiraa. Kanaaf namoonni bitachuu barbaddaan subscribe 1k kaasee kangaa 10k tti na bira jira. Knaf username kanan na dubbistani bitchuu dandeessu
👇👇👇
@R4679_46
7 502
Bybit P2P ETB march 9, 2026 irraa eegalee akka cufamu ibsee jira
Jechuunis March 9,2026 irraa eegalee Dollar gurgurachu7n ethiopia dhaaf ni dhaabata jechuudha
🙂 @kiyyaa_tech ✅
🙂 @Kiyyaa_tech ✅
7 502
Namni hedduun akka MrBeast carraan as gahe sahu. 😅
Garuu miti — Subscribers 470M Qorannoo irratti hundaa’uun ijaare. 📊
Sirna inni fayyadamu:
1️⃣ Thumbnail video tokkoof taraa 20+ yaala. 🎯
2️⃣ Watch time ilaala – bakka namni video dhiisu sirriitti qorata. ⏱️
3️⃣ Title qorata– title viral ta’an kuusaa qaba. 🧠
4️⃣ Mobile irratti thumbnail xiqqaa phone irratti akka mul’atu qopheessa. 📱
5️⃣ Idea filata – yoo title fi thumbnail battalumatti hin hubatamne ni haqama. ❌
6️⃣ Comment dubbisa – yaada namootaa irraa barata. 💬
7️⃣ Competitor ilaala – trend haaraa saffisaan argata. 👀
8️⃣ Script fooyyeessa – sekondii 30 keessatti wanta nama hawwatu dabala. ✍️
9️⃣ Analytics hordofa – video erga bahee booda sirreeffama godha. 📈
🔟 Muuxannoo waggaa 10 – video 800+ irraa barnoota guddaa argate. 🏆
Barnoonni isaa:
Tilmaama dhiisi. Qorannoo jalqabi. 🔍
✔️ Thumbnail qoradhu
✔️ Namni eessa video dhiise ilaali
Data’n dandeettii caala. 🚀
barnootaaf fi seenaa kaka’umsaaf Chaanaala kana hordofi, Share godhis. 🙌
Galatoomi!! 🙂
7 502
Gadhiifamera
Diraamaan Bubbee kutaa kutaa 1ffaan Channel kanarratti gadhiifameera
Guutuusaa Ilaaluuf Ammuma bakka Ilaaluuf jedhu tuquun deemaa ilaalaa.
7 502
Gadhiifamera
Diraamaan Bubbee kutaa kutaa 1ffaan Channel kanarratti gadhiifameera
Guutuusaa Ilaaluuf Ammuma bakka Ilaaluuf jedhu tuquun deemaa ilaalaa.
7 502
+1
✅ Akkam Jirtu FAM
✅ Guuyyaa har'aa immoo website bareedaa nama affeeruu qofaan haga $9 (1600 ETB) ol kaffalu isiniif fideera
🔗 Ammuma link gadiitiitiin seenuun Galmaa'aa
🔗 Eegaluuf ➡️ https://VjNYFw.atescy.top/#/register?ref=297816
🙂 @Kiyyaa_tech ✅
🙂 @Kiyyaa_tech ✅
7 502
+1
🚨 Oduu Hatattamaa
Baankiin Biyyoolessaa Itiyoophiyaa daldala kirpitoo P2P Birrii irratti raawwatamu seeraan ala ta’uu beeksise.
Akka ibsa baaseetti, hayyama baankii malee Birrii’n daldalli P2P hin hayyamamu. Gabaan kirpitoo jijjiirama olaanaa, hannaa fi gowwoomsaaf saaxilamaa waan ta’eef ummanni akka of eegu gorfameera.
Baankiin NBE dambii sirrii qopheessuuf hojjechaa jira; hanga sanatti daldala P2P Birriidhaan akka irraa fagaattan waamicha dhiyeesseera.
Karaa NBE
7 502
🔔 Akkaawuntii Baankii keessan Fayda ID waliin wal-qabsiiftanii jirtuu?
Bakka jirtan irraa ta'uun karaa online akkaawuntii baankii keessan Fayda Digital ID waliin wal-qabsiis (Harmonization) dandeessu ✔️
⚠️ Hubachiisa:
Rakkoon sirna (system congestion) guyyootaaf tures amma furameera. Kanaaf, maamila baankii taatanii filachuun, lakkoofsa Fayda keenyatti lakkoofsa 16 (FAN/FCN) fayyadamuun Fayda ID keessaan waliin wal-qabsiisuu ni dandeessu.
💸 Liinkii Baankiiwwan:
💸 Zemen Bank
👉 https://fayda.zemenbank.com
💸 Hijra Bank
👉 https://apps.hijradigital.com/fayda/v2
💸 Hibret Bank
👉 https://services.hibretbank.com.et/fayda
💸 Berhan Bank
👉 https://nationalidharmonization.berhanonline.et:9095/fayda-login
💸 Addis Bank
👉 https://fayda.addisbank.com.et
💸 Bank of Abyssinia
👉 https://cs.bankofabyssinia.com/fayda_connect
💸 Awash Bank
👉 https://fayda.awashbank.com
💸 Coop Bank Oromiyaa
👉 https://my.coopbankoromiasc.com/harmonization
💸 Commercial Bank of Ethiopia (CBE)
👉 https://cbefayda.cbe.com.et/
💸 Oromia Bank
👉 https://obfayda.oromiabank.com/
💸 Wegagen Bank
👉 https://fayda.wegagenbanksc.com.et/harmonization
💸 Nib Bank
👉 https://fayda.nibbank.com.et/
💸 Tsehay Bank
👉 https://fayda.tsehaybank.com.et/FAYDA/home
💸 Siinqee Bank
👉 https://fayda.siinqeebank.com:7443
💸 ZamZam Bank
👉 https://fayda.zamzambank.com.et
💸 Amhara Bank
👉 https://fayda.amharabank.com.et
7 502
🔐 #SAFETY_ALERT | #ParentalControl | #DigitalSafety
📵 Bilbila keenya irratti qabiyyee barbaachisoo hin taane fi ijoollee xixiqqoon ilaaluu hin qabne Adult / Explicit Website ta'an bilbila keenya irratti akka hin banamne fi qabiyyee hin malle 🚫 akka hin daawwanne gochuuf tartiiba salphaa kanaa gadii fayyadamnee sirreessuu dandeenya! 👇
🔒 1️⃣ Bilbila guutuu irratti (Private DNS)
⚙️ Settings → Connections
⚙️ More connection settings
⚙️ Private DNS
📝 Private DNS provider hostname Kan jedhu irratti jecha kana barreessaa👇
🔹 adult-filter-dns.cleanbrowsing.org
🔹 family.adguard-dns.com
✅ Dhuma irratti save goona
🌐2️⃣ Chrome Browser irratti
🌍 Google Chrome banuu
⚙️ ⋮ → Settings
🔐 Privacy and security
🔽 Use secure DNS
👉 Choose another provider
👉 Custom
👉 Clean Browsing (Family Filter) jedhu filanna
🎯 Kana gochuun:
✅ Adult Content fi website ijoolleen daawwachuu hin qabne bilbila keenya irratti akka hin mulʼanne gochuu dandeenya.
7 502
✍Basic to Advanced Windows shortcuts.
1. Basic & Everyday Shortcuts (Must-Know)
⚫Ctrl + C = Copy
⚫Ctrl + V = Paste
⚫Ctrl + X = Cut
⚫Ctrl + Z = Undo
⚫Ctrl + Y = Redo
⚫Ctrl + A = Select all
⚫Ctrl + S = Save
⚫Ctrl + P = Print
⚫Ctrl + F = Find / Search
⚫Ctrl + N = New window / document
2. Window & App Control (Power User)
⚫Alt + Tab = Switch between open apps
⚫Alt + F4 = Close current app
⚫Ctrl + Shift + Esc = Open Task Manager
⚫Windows + D = Show / hide desktop
⚫Windows + L = Lock your PC
⚫Windows + E = Open File Explorer
⚫Windows + I = Open Settings
3. File Explorer Shortcuts
⚫Ctrl + Shift + N = New folder
⚫Delete = Delete file (Recycle Bin)
⚫Shift + Delete Delete permanently
⚫Alt + Enter = File properties
⚫F2 = Rename file
⚫Ctrl + Mouse scroll = Zoom icons
4. Screenshot & Recording Shortcuts.
⚫PrtSc = Screenshot (clipboard)
⚫Alt + PrtSc = Screenshot active window
⚫Windows + PrtSc = Save screenshot automatically
⚫Windows + Shift + S = Snipping Tool (best)
⚫Windows + Alt + R = Screen recording (Xbox Bar)
5. Browser Shortcuts (Chrome, Edge, Firefox)
⚫Ctrl + T = New tab
⚫Ctrl + W = Close tab
⚫Ctrl + Shift + T = Reopen closed tab
⚫Ctrl + Tab = Next tab
⚫Ctrl + L = Focus address bar
⚫Ctrl + + / - = Zoom in / out
6. Text Editing Shortcuts
⚫Ctrl + Backspace = Delete whole word
⚫Shift + Arrow keys = Select text
⚫Ctrl + Arrow keys = Jump by word
⚫Ctrl + Shift + Arrow = Select by word
⚫Ctrl + Home / End Go top / bottom
7. Advanced Windows Shortcuts (Creator Level)
⚫Windows + X = Power menu (Admin tools)
⚫Windows + V = Clipboard history
⚫Windows + . = Emoji panel 😎
⚫Windows + Tab Task View
⚫Windows + Ctrl + D = New virtual desktop
⚫Windows + Ctrl + ← / → = Switch desktops
8. Emergency / Fix Shortcuts
(When something freezes.)
⚫Ctrl + Alt + Delete = Security options
⚫Ctrl + Shift + Esc = Force open Task Manager
⚫Alt + Space → M = Move stuck window
#Cholletech #Shortcuts #Computerewindowshortcuts
اکنون در دسترس! پژوهش تلگرام ۲۰۲۵ — مهمترین بینشهای سال 
