cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Walaloo Jaalalaa™

Walaloo jaalalaa toora kanaan ni argattu, walaloo jaalalaa yoo qabaattan share nuuf godhaa Contact: @Getu_Abera

نمایش بیشتر
فنلندة1 287زبان مشخص نشده استآموزش28 640
پست‌های تبلیغاتی
5 056
مشترکین
+324 ساعت
+1017 روز
+73830 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

Photo unavailableShow in Telegram
🥰💯 Jaalala qulqulluu waliif ibsuuf namoonni jechoota itti gargaaramuu qaban 1000 dubbisaa ,... See More 👇👇 👉 See More 👈    👉 See More 👈
نمایش همه...
2
Photo unavailableShow in Telegram
Qormaanni jireenya kee keessatti sitti baay'achuu isaa hin jibbin. Baay'achuun isaa si ciimsuuf malee si laaffisuuf miti. Gaafa hedduu dhiphattu ofiikeen mari'adhu, namni si caalaa sitti aanu hin jiruuti!... See More👇🏾👇🏾👌 👉 See more 👉 See More
نمایش همه...
NAN GAABBE ! Walirraa adda hin baanu Kakannee erga jennee Onnee kiyya qulqulluus Ergan banee siif kennee              💔💔 Hanga lubbuu kiyyaatti Si qofa ergan yaadee Abiddi jaalalakees Guggube erga na waadee                  💔 Garuu, Jaalallikee dhimmisuu Amma ergan laalee dhaaphee Sobdee na jaallachuunkee Reefuu naaf galeen gaabbe!                     💔💔💔 ATII...! Kakuuf irbuu onneekoo Qaratti dhidhimsitee Qoodan dhugaan si jaalle Jibbakoo liqimsite                 💔 Gulantaa jaalalaatiin Gola onneekoo teessee Onneekee keessa garuu Jibbakoo hammartee keesse !                   💔💔💔 Eenyummaakoo siif kennee Si godhus hunda duree Gola onneekee keessa Bakka homaa hin qabun ture                  💔💔 Na ooddee na jibbitee Ofii keettii na murtee Gola onneekee keessaa Kakuu kiyya gurgurte!                   💔 Ani garuu...! Homaa sitti hin waakkanne Gola onnee kiyyaa teessee Kan hangana na gantu Maalan sitti balleessee ? Osoon dhugaan si jaalluus Maaliif jibba naaf keessee?                     💔💔 Egaa...! Erga na gantee deemtee Natti taatee eelaakoo Anis lamuu sin jeequ Deebise qubeelaakoo               💔 Maallaqnis si gowwoomsee Erga sitti aanee dhibbuu Egaa nagaadhaan deemi Ani garuu sin jibbu                 💔 Yaadannoo jaalalakees Erga onneekoo hin yaallee Anis faana deeffadhe Nagaatti yaa jaalalle ! ❤️★★★ @Walaloo_Jaalalaa24 ★★★❤️ ✍  .........                   👇🏾 ✨。\|/。🌺 @Walaloo_Jaalalaa24 @Walaloo_Jaalalaa24 💜。/|\。💎       #share         #join
نمایش همه...
👍 7 6
Sin barbaadu Egaa... Jarjare jechuudhaf Oolee bubbuleera Guyyaaf ji'a miti Waggoota tareera Yeroonsaa dhiyeera Naanis na ga'eera Jaalalaaf gufachuu Gabrummaan ilaaltee Gad siif jechuu kiyya Gad aantummaa seete Ani Jaalala keef malee Tole jechuun kiyya Dadhabeenii miti Akka ormaas iyya Beeki Ani yoomuun iyyu Godaannisa koorras Tasumaa hin fayyu Garuu Kan darbe darbeera Nan fayya arraabee Sin barbaadu anoo Har'arraa jalqabee @Walaloo_Jaalala24 @Walaloo_Jaalala24
نمایش همه...
🥰 9👍 3 3
Photo unavailableShow in Telegram
🌟“Badhaadhina qabeenyaa caala; badhaadhina sammuu tiif dhama’i!”... See More 👇👇 👉 See More 👈    👉 See More 👈
نمایش همه...
Photo unavailableShow in Telegram
🥰💯 Lafa kana irratti michuu itti gammaddu yeroo hundumaas yaadan walhubattan qabaachuun, kuni siif gahee kee,... See More 👉 See More 🎉   👉 See More 🎉
نمایش همه...
Beela kee beela'een Caba keef okkola Siin araaramuufan Ofii koon wal-lola Gumbii kankee guutuuf Mana koo oneessa Dugdatti si baadheen Galma kee si geessa Hir'uu kankee guutuuf Duwwaa koo hir'isa Gammachuun kee kankooti Nagaa kootu isa 😘 Join Share @Walaloo_Jaalalaa24
نمایش همه...
👍 13 9😍 5
Photo unavailableShow in Telegram
🥰😘 Jaalalli keessan yeroo hundumaa bifa adaatiin dabalaa akka adeemu taasisuuf maal gochuutu barbaachisa!.... See More👇🏾👇🏾 👉 See More 👈   👉 See More 👈
نمایش همه...
Photo unavailableShow in Telegram
❏ Tajaajila telegramiidhaan kennamutti namoonni gammaddan, dhaabbanni telegram karaa Telegram Star jedhamuun fayyadamtoota isaa gargaaruuf qophii eegaleera. Isinis link kanaan seenuun itti gargaaramaa! https://t.me/major/start?startapp=385137790 ⭐️ Telegram Stars Akkuma beektan TikTok'n namootni hedduun Kennaa coin TikTok jedhamu kanaan jireenyi isaanii akka jijjiiramu gargaareera. Miila TikTok hordofuun Telegram immoo Gift Coin haaraa, Telegram Stars jedhamu, kan maamiltootni Telegram kennaa isaanii gara maallaqaatti jijjiiruuf dandeessisu dhiyaateera. Kana beeksisuuf Telegram waan Airdrop fakkaatu Major jedhamu kan namoota affeeruun salphaatti Telegram Star Coins argachuuf isin dandeessisu baasee jira. Yeroo nama 1 affeertan urjii 15 ⭐️⭐️ argattu Kana akka airdrop hin ilaalinaa, qarshii dhugaa waan ta'eef jarana, ammuma jalqaba 💥👇🏻👇 https://t.me/major/start?startapp=385137790
نمایش همه...
👍 3 1
Photo unavailableShow in Telegram
💋❤️ Haati manaa yookiin jaalalleen kee amala yoomiyyuu si irraa jaalattu qabdi. Kunis akka isheen jaalala addaa siif qabdu... See More 👉 See More 👈   👉 See More 👈
نمایش همه...
👍 1
یک طرح متفاوت انتخاب کنید

طرح فعلی شما تنها برای 5 کانال تجزیه و تحلیل را مجاز می کند. برای بیشتر، لطفا یک طرح دیگر انتخاب کنید.