cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Chaanalii Odeeffannoo Eeviyeeshinii

Beekumsa Eeviyeeshinii bu’uuraa qabaachuuf, as goraa!

نمایش بیشتر
پست‌های تبلیغاتی
3 203
مشترکین
-124 ساعت
-47 روز
-3730 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

Photo unavailableShow in Telegram
👍 8 2
نمایش همه...
Log in or sign up to view

See posts, photos and more on Facebook.

👍 9 3👏 2🔥 1
00:15
Video unavailableShow in Telegram
Xiyyaarri haala qilleensaa hamaa irraan kan ka’e, akkasis kirkiruu ni danda’a. Garuu hoomaa hin ta’u!
نمایش همه...
IMG_9157.MP41.21 MB
👍 19 2
Photo unavailableShow in Telegram
Qubannaa gaarii isiniif hawwina! Hawwiin keessan hundinuu akka yaaddanitti bakka gaarii irra isiniif haa qubatu!
نمایش همه...
👍 35 12
Odeeffannoo gadi fagoo gita hojii banaa irratti kenname!
نمایش همه...
AUDIO-2024-03-23-21-44-04.m4a3.61 MB
21👍 15👏 4
Baga gammaddani, baga gammanne! Yeroo dhiyootti harka keessan gala!!!
نمایش همه...
82👍 41👏 14
نمایش همه...
Log in or sign up to view

See posts, photos and more on Facebook.

12👍 5👏 1
IMG_7727.MP415.61 MB
IMG_7726.MP42.04 MB
🥰 7👍 1 1
#Baga_waggaa_77_nagaan_naaf_geesse!! Gaafa ji’a 4ffaa guyyaa gaafa 8 bara 1946, waggaa 77’n kaleessaa, #Daandiin_Qilleensa_Itiyoophiyaa (DQI) xiyyaara bara sana sibiila yabbuu, baatanii balali’uu mitii lafarra gangalchuun isaayyuu akka eelaa ulfaatu irraa hojjetamee fi murxuxxee tokko qofa qabu, hurufa #Boolee irraa gara #kaayirootti furguggisuuf ijibbaataa ture. Dubbiin nagaan deebi’anii galuu fi bakka yaadan ga’uu harka Waaqi, garuu qilleensa konkonanii koruun daangaa biyya tokkoo qaxxaamuruun kan biyya biraatti seenuu danda’uun iyyuu mataama isaatti injifannoo guddaa ta’uusaa amanuun, #DQI tarkaanfii gara-kuteenyaa barasaatti maraannaa fakkaatu fudhate. Ajaa’ibatu ta’e. Sibiilli bara sana lafa irrattiyyuu ituu hin taane lafa keessatti beekamu, walitti marmee, xaxee harka wal qabatee, balaliistota keenya ogummaa addaan faayamaniin deeggaramaa, qilleensa kaan achi dha’ee, kaan as mooqee, qilleensa qabatee qilleensa luugee samii #Bonaa tuqaa duumessaa hin qabne, qulqulluu bifa-waaqaa kana kore. Warri lafa dhaabbatanii ilaalanis, sibiilli hamma manaa ga’u kun ituma isaan ilaalanii itti-xiqqaataa, itti-xiqqataa deemuun allaattii joobiraa itti ta’ee samii keessa harkaa bade! Achiis, akkuma toora imala isaaf karoorfameetti: #Asmaraa irraan godhee kara biyya #Misir ykn #Egypt tti qajeele. Kunis balalii seena-qabeessa #Idil_Addunyaa dhaabbanni keenyi guddaan kun yeroo jalqabaaf taasise ture. Akka waan bara sana #Finfinneedhaa ka’ee sagal ofirra taa’aa biyyuma as dhiyoo jirtu #cairo hin ga’inii, har’a kunoo altokko koochoosaa ballifannaan, lafti nan ga’in jedhee #Finfinnee fi #Singaporen walitti fullaasuun, #Awustreeliyaaf ammoo mataa baachaa jira! #Baga_dhalatte_DQI! #Bagas_waggaa_77ffaa_kee_nagaan_naaf_geesse! #Boris_darbii_jiraadhu_Dhaabbatako: Ethiopian Airlines!!! Taken from: the post on Facebook https://www.facebook.com/share/p/qsUzFjLyTppJ3gzQ/?mibextid=WC7FNe
نمایش همه...
Log in to Facebook

Log in to Facebook to start sharing and connecting with your friends, family and people you know.

👍 52 18 3😁 3👏 2
نمایش همه...
Log in to Facebook

Log in to Facebook to start sharing and connecting with your friends, family and people you know.

6👍 4😢 3👎 2
یک طرح متفاوت انتخاب کنید

طرح فعلی شما تنها برای 5 کانال تجزیه و تحلیل را مجاز می کند. برای بیشتر، لطفا یک طرح دیگر انتخاب کنید.