cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Tokkummaa Urban Agriculture Cooperative Channel 2

Inni jalqabaa 'private' wasn't ta'ef namnii bayeen seenuu hindandenyee. Kansafan 'public'godhee haaraa banee link share waliif godhaa

نمایش بیشتر
فنلندة3 421زبان مشخص نشده استدسته بندی مشخص نشده است
پست‌های تبلیغاتی
301
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
-17 روز
+230 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

Bakki itti wal geenyu dirree kubbaa miillaa Furiiti
نمایش همه...
👍 3
Ergaa aanaa muudaa Furii irraa darbee. Akkam jirtu Jaallewwan geggeessitoonni waldaalee dargaggoo Aanaa keenyaa bor sadarkaa kutaa magaalaa Furiitti sagantaan eebba gaachana sirnaa waan jiruuf ganama sa'a 1:00 irraa eegalee miseensota waldaa keessanii hunda huccuu Aadaa uffatanii akka hirmaatan akka taasiftan isin beeksifana achumaan sagantaa wal harkaa fuudhiinsa hojii waan geggeessinuuf akka argamtan kabajaan isin gaafanna.
نمایش همه...
6
Gurmooftonii waldaa tokkumaa qonnaa magaalaa hundii nagaan waaqayoo isiniif hata’uu. Boruu ganamaa sanbataa gaafaa 29/07/16 duulii qulqulinaa akka magaalaa shaggarittii aanaa Muudaa furiitti bakka kantiibaan magaalaa shaggar Dr. Tashoman argamanitti waan gaggefamuufi harcaattii tokkoo malee akka irratti argamtan isin beeksifnaa. Yerroo sa’atii 12 tti hojjiin yeroo jalqabuudhaa Bakkii adabaabayii furii. Hafuun hin danda’muu, nama bakka buufachuun ni danda’ama. Hartuu /qulqulesitu/ maxiragiyaa fudhadhaa kootaa. ለቶኩማ ህብረት ስራ አባላት በሙሉ እንደምን ከረማችሁ፡፡ ነገ ማለትም እሁድ መጋቢት 29/2016 ከንጋቱ 12 ሰአት ጀምሮ በሸገር ከተማ ደረጃ በሙዳ ፉሪ ወረዳ ክቡር ከንቲባ ዶ/ር ተሾመ በተገኙበት የአከባቢን ማፅዳት ፕሮግራም ስለሚካሄድ ሁሉም የህብረት ስራዉ አባላት በንቃት እንድትሳተፉ እናሳዉቃለን፡፡ ቦታዉ ፉሪ አደባባይ መነሻ፡፡ መቅረት አይቻልም ፡፡ ሰዉ ተክቶ መላክ ይቻላል፡፡ መዋጮም እዚያዉ ነዉ የምንሰበስበዉ፡ ይዛችሁ የምትመለሱትን መጥረጊያ የዛችሁ እንድትገኙ፡፡
نمایش همه...
ስህተት ነው ግሎባል ባንክ ነው
نمایش همه...
ለክቡራን ደንበኞቻችን በሙሉ የባንካችንን ነባሩን የዳታ ሴንተር ከፍተኛ የማሻሻያ ስራ ወደተሰራበት ዘመናዊ የዳታ ሴንተር የማዘዋር ስራ ለመስራት ሲባል ቅዳሜ መጋቢት 28 ሙሉ ቀን እና እሁድ መጋቢት 29 ቀን 2016 ዓ.ም በከፊል ባንኩ የሚሠጣቸው ሁሉም አገልግሎቶች የሚቋረጡ በመሆኑ ደንበኞቻችን ከወዲሁ አስፈላጊውን ዝግጅት እንድታደርጉ እያሳወቅን ለሚፈጠረው የአገልግሎት መቋረጥ ይቅርታ እንጠይቃለን፡፡ ግሎባል ባንክ ኢትዮጵያ አ.ማ ለተጨማሪ መረጃ የቴሌግራም ቻናላችንን ይቀላቀሉ https://t.me/GlobalBankEth
نمایش همه...
Global Bank Ethiopia

ይህንን ቻናል ለጓደኛዎ፣ ለቤተሰብ አባል እንዲሁም ለሚያውቋቸው ሁሉ ያጋሩ!

ነገ ማለትም በ28/07/16ና 29/07/16 የኢትዮጵያ ንግድ ባንክ አገልግሎት ስለማይሰጥ የመዋጮ ብር ዛሬ አውጡ
نمایش همه...
Gaafa guyyaa 28/0716 fi 28/07/16 baankii daldaalaa waan tajjaajilaa hinkenineef maallaqaa buusii hardhaa baafadhaa.
نمایش همه...
1
Photo unavailableShow in Telegram
በአ/አ የመሬት አገልግሎት ላይ ተጥሎ የነበረው እግድ ተነስቷል
نمایش همه...
👍 3
Repost from Gonfa Atoma
LABSII KIRAA MANAA ••• Manni Maree Bakka Bu'oota Uummataa Yaa'ii idilee Bitootessa 23 bara 2016 gaggeesseen labsii waa'ee kireessaa fi kireeffataa manaa murteessuuf dhiyaate raggaasiseera. Labsichi gatii kiraa manaa akka malee dabalaa dhufe tasgabbeessuu akkasumas mirgaa fi dirqama kireessaa fi kireeffataa haala madaalawaa ta'een tumuu irratti kan fuulleffateedha jedhameera. Dabalataan kireessaan akka barbaade gatii kiraa manaa akka hin daballee fi yeroo waggaa lamaa keesaatti daballii taasisuu kan dhorku akka ta'e ibsameera.
نمایش همه...
یک طرح متفاوت انتخاب کنید

طرح فعلی شما تنها برای 5 کانال تجزیه و تحلیل را مجاز می کند. برای بیشتر، لطفا یک طرح دیگر انتخاب کنید.