fa
Feedback

فریب کلاهبرداران را نخورید! تل‌متریو این کانال‌ها را شناسایی و برچسب‌گذاری می‌کند 👉 برای مشاهده برچسب، اشتراک تهیه کنید

QUBEE TUTORIAL 🎓

QUBEE TUTORIAL 🎓

رفتن به کانال در Telegram

✅Barnoota kutaa 9-12 qulqullina qabu nu biraa ni argattu Information guutuuf: website keenya https://qubeetutorial.courses ilaaluu ni dandeessu. Youtube: https://www.youtube.com/@QUBEER-lg8wy #Qubeetutorial #Qubeetutrial

نمایش بیشتر

📈 تحلیل کانال تلگرام QUBEE TUTORIAL 🎓

کانال QUBEE TUTORIAL 🎓 (@qubeetutorial) بازیگری فعال است. در حال حاضر جامعه شامل 13 767 مشترک است و جایگاه 14 858 را در دسته آموزش و رتبه 353 را در منطقه فنلندة دارد.

📊 شاخص‌های مخاطب و پویایی

از زمان ایجاد در невідомо، پروژه رشد سریعی داشته و 13 767 مشترک جذب کرده است.

بر اساس آخرین داده‌ها در تاریخ 28 اکتبر, 2026، کانال فعالیت پایداری دارد. در ۳۰ روز گذشته تغییر اعضا برابر 327 و در ۲۴ ساعت گذشته برابر -1 بوده و همچنان دسترسی گسترده‌ای حفظ شده است.

  • وضعیت تأیید: تأیید نشده
  • نرخ تعامل (ER): میانگین تعامل مخاطب 20.14% است و در ۲۴ ساعت نخست پس از انتشار، محتوا معمولاً 5.78% واکنش نسبت به کل مشترکان کسب می‌کند.
  • دسترسی پست‌ها: هر پست به طور میانگین 2 772 بازدید دریافت می‌کند. در اولین روز معمولاً 796 بازدید جمع‌آوری می‌شود.
  • واکنش‌ها و تعامل: مخاطبان به‌طور فعال حمایت می‌کنند؛ میانگین واکنش به هر پست 22 است.

📝 توضیح و سیاست محتوایی

نویسنده این فضا را محل بیان دیدگاه‌های شخصی توصیف می‌کند:
“✅Barnoota kutaa 9-12 qulqullina qabu nu biraa ni argattu Information guutuuf: website keenya https://qubeetutorial.courses ilaaluu ni dandeessu. Youtube: https://www.youtube.com/@QUBEER-lg8wy #Qubeetutorial #Qubeetutrial”

به لطف به‌روزرسانی‌های پرتکرار (آخرین داده در تاریخ 29 اکتبر, 2026)، کانال همواره به‌روز و دارای دسترسی بالاست. تحلیل‌ها نشان می‌دهد مخاطبان به‌طور فعال با محتوا تعامل دارند و آن را به نقطه اثرگذاری مهم در دسته آموزش تبدیل کرده‌اند.

13 767
مشترکین
-124 ساعت
+537 روز
+32730 روز
آرشیو پست ها
✅Barattoonni kutaa 10ffaa wantoonni isin argattan: ✅Barnoota Biology kutaa 9ffaa fi 10ffaa boqonnaa guutuu(1—6) 📹Video, 📔No
✅Barattoonni kutaa 10ffaa wantoonni isin argattan: ✅Barnoota Biology kutaa 9ffaa fi 10ffaa boqonnaa guutuu(1—6) 📹Video, 📔Note fi 🖥Gaaffiilee entrance kan Video fi Note keessatti hojjatame ni argattu. ➡️Gatiin galmee qarshii 250 qofa Hub: Kaffaltiin kan raawwatamu yeroma tokko qofa yoo ta'u, kan kutaa lamaniituu bakka tokkotti 250 qofa kaffaltu.

✅Barattoonni kutaa 9ffaa wantoonni isin argattan: ✅Barnoota Biology kutaa 9ffaa boqonnaa guutuu(1—6) 📹Video, 📗Note fi 🖥Gaa
✅Barattoonni kutaa 9ffaa wantoonni isin argattan: ✅Barnoota Biology kutaa 9ffaa boqonnaa guutuu(1—6) 📹Video, 📗Note fi 🖥Gaaffiilee entrance kan Video fi Note keessatti hojjatame ni argattu. ➡️Gatiin galmee qarshii 200 qofa Hub: Kaffaltiin kan raawwatamu  yeroma tokko qofa

📰Akkam jirtu Maatii @QUBEETUTORIAL ⚡️Barattoota Kutaa 9—12 Hundaaf: ➡️Barnoota Biology qofa addatti barattoonni barachuu barbaaddan , galmeen Wiixata(28/07/2018) eegala. 📸 @QUBEETUTORIAL  📹QUBEETUTORIAL

😔Breaking News😔 ⚡️Qabiyyeen qormaata entrance kan bara 2018 ifoomeera. ➡️Barattoonni Saayinsii Umamaa gosa barnoota: ✅Engli
😔Breaking News😔 ⚡️Qabiyyeen qormaata entrance kan bara 2018 ifoomeera. ➡️Barattoonni Saayinsii Umamaa gosa barnoota: ✅English ✅Maths ✅SAT ✅Biology ✅Chemistry fi ✅Physics kan qoramtan yoo ta'u, ➡️Barattoonni Saayinsii Hawaasaa immoo gosa barnoota ✅English ✅Maths ✅SAT ✅History ✅Geography fi ✅Economics kan qoramtan ta'a. 📰Qabiyyee qormaatni keessan of keessatti hammatu: ➡️Saayinsii Umamaatiif: 1.  Qabiyyeen kutaa 10—12 guutumaan guututti curriculum harawa irraa baha 2. Qabiyyeen kutaa 9 iddoo curriculum haarawaa fi moofaadhaaf bakka wal fakkaataa ta'etu baha ➡️Saayinsii Hawaasaatiif: 1. Barnoota Economics qabiyyee barnootaa kutaa 10— 12 sirna barnootaa haarawaatiin qormaatamtu, kan kutaa 9 hin hammatu. 2. Barnoonni isaan hafan immoo Saayinsii Umamaatiin haala walfakkaataatiin qormaatamtu 📸 @QUBEETUTORIAL  📹QUBEETUTORIAL

📱Bilbila kan nuu bilbiluu dandeettan guyyaa hundaa galgala sa'aatii🕑:            1⃣:3⃣0⃣➖3⃣:0⃣0⃣ 📸 @QUBEETUTORIAL  📹QUBEETUTORIAL

🔥Akkam jirtu nagaa keessanii🔥 ✅Hedduun keessan bilbilaan nu dubbisuuf yaaltanii adda nu dhabdan ni beekna ✅ Boru galgala(22/07/2018) irraa eegaltanii sa'aatii Galgala 1:30 hanga 2:30 tti nu bilbiluu ni dandeettu. ➡️ 0777203655 ➡️ 0966860278 📸 @QUBEETUTORIAL  📹QUBEETUTORIAL

✅ GRADE 12 PHYSICS UNIT 3 📹 Viidiyoo guutuu gaafilee qormaata biyyoolessaa wajjiin isinii qopheessinee jirra. ⚠️Galmeen mars
+1
✅ GRADE 12 PHYSICS UNIT 3 📹 Viidiyoo guutuu gaafilee qormaata biyyoolessaa wajjiin isinii qopheessinee jirra. ⚠️Galmeen marsaa 2ffaa kan kutaa 12ffaa xumuramuuf yeroo muraasa qofatu hafe. 🔖 Galmaa'uuf ➡️ @Grade12registration12bot 📸 @QUBEETUTORIAL  📹QUBEETUTORIAL

Which of the following lists refers to the same category of elements in the periodic table?
Anonymous voting

Which statement is correct for the emission spectrum of the hydrogen atom? (EUEE 2012/13) A. The lines in the visibleregion involve electrontransitions into the energy level closest to the nucleus.
Anonymous voting

.
Anonymous voting

A beaker with water resting on a scale weighs 40 N. A block suspended on a hanging spring weighs 20 N. The spring scale reads 15 N when a block is fully submerged in the water. What is the reading of the scale on which the beaker with water rests, while the block is submerged in the water after being detached from the hanging spring? (EUEE 2010)

A pressure applied to one point in an enclosed incompressible fluid is transmitted to all parts of the fluid without reducing in value. This is the principle of: (EUEE 2016)
Anonymous voting

Which of the following is not a manufacturing process used for the industrial production of sodium hydroxide (NaOH)? i. Solvay process ii. Castner–Kellner process iii. Loewig's process iv. Contact process v. Nelson diaphragm process
Anonymous voting

Consider the following chart of general periodic properties in the periodic table. From the given periodic properties, which one CORRECTLY agrees with the periodic trend in the chart? (EUEE 2016)
Anonymous voting

photo content

If radiations in the infrared, ultraviolet, and γ-ray regions are given, which region has the highest and least energy per photon, respectively?
Anonymous voting

⚠️Hubachiisa⚠️ Yeroo galmaa'uuf riisiitii ergitan mallattoon ❌Unknown command❌ jedhu kan isinii dhufu yoo ta'e , haaluma foot
+1
⚠️Hubachiisa⚠️ Yeroo galmaa'uuf riisiitii ergitan mallattoon ❌Unknown command❌ jedhu kan isinii dhufu yoo ta'e , haaluma footoo armaan olii irratti mul'ifamee jiruttu bakka /start jedhu tuquun san booda galmaa'uuf iddoo jedhu tuquun irra deebi'uun yaalaa. Sababa kanaaf jecha barattoonni gariin qarshii ergitanii garuu riisiitiin keessan kan nu bira hin geenne. Rakkoon akkanaa yoo isin muudate ammuma irra deebi'uun yaalaa. San booda riisiitiin keessan milkaa'inaan ergamuu barreeffamani mul'isu haala fotoo irratti mul'atu kanaan isin bira gaha. 📸 @QUBEETUTORIAL 📹QUBEETUTORIAL

In the electromagnetic spectrum with wavelengths shown (in micrometers, μm), which bracketed section of the spectrum represents visible light? (EUEE 2011)
Anonymous voting

photo content