fa
Feedback

فریب کلاهبرداران را نخورید! تل‌متریو این کانال‌ها را شناسایی و برچسب‌گذاری می‌کند 👉 برای مشاهده برچسب، اشتراک تهیه کنید

QUBEE TUTORIAL 🎓

QUBEE TUTORIAL 🎓

رفتن به کانال در Telegram

✅Barnoota kutaa 9-12 qulqullina qabu nu biraa ni argattu Information guutuuf: website keenya https://qubeetutorial.courses ilaaluu ni dandeessu. Youtube: https://www.youtube.com/@QUBEER-lg8wy #Qubeetutorial #Qubeetutrial

نمایش بیشتر

📈 تحلیل کانال تلگرام QUBEE TUTORIAL 🎓

کانال QUBEE TUTORIAL 🎓 (@qubeetutorial) بازیگری فعال است. در حال حاضر جامعه شامل 13 767 مشترک است و جایگاه 14 859 را در دسته آموزش و رتبه 354 را در منطقه فنلندة دارد.

📊 شاخص‌های مخاطب و پویایی

از زمان ایجاد در невідомо، پروژه رشد سریعی داشته و 13 767 مشترک جذب کرده است.

بر اساس آخرین داده‌ها در تاریخ 28 اکتبر, 2026، کانال فعالیت پایداری دارد. در ۳۰ روز گذشته تغییر اعضا برابر 327 و در ۲۴ ساعت گذشته برابر -1 بوده و همچنان دسترسی گسترده‌ای حفظ شده است.

  • وضعیت تأیید: تأیید نشده
  • نرخ تعامل (ER): میانگین تعامل مخاطب 20.14% است و در ۲۴ ساعت نخست پس از انتشار، محتوا معمولاً 5.78% واکنش نسبت به کل مشترکان کسب می‌کند.
  • دسترسی پست‌ها: هر پست به طور میانگین 2 772 بازدید دریافت می‌کند. در اولین روز معمولاً 796 بازدید جمع‌آوری می‌شود.
  • واکنش‌ها و تعامل: مخاطبان به‌طور فعال حمایت می‌کنند؛ میانگین واکنش به هر پست 22 است.

📝 توضیح و سیاست محتوایی

نویسنده این فضا را محل بیان دیدگاه‌های شخصی توصیف می‌کند:
“✅Barnoota kutaa 9-12 qulqullina qabu nu biraa ni argattu Information guutuuf: website keenya https://qubeetutorial.courses ilaaluu ni dandeessu. Youtube: https://www.youtube.com/@QUBEER-lg8wy #Qubeetutorial #Qubeetutrial”

به لطف به‌روزرسانی‌های پرتکرار (آخرین داده در تاریخ 29 اکتبر, 2026)، کانال همواره به‌روز و دارای دسترسی بالاست. تحلیل‌ها نشان می‌دهد مخاطبان به‌طور فعال با محتوا تعامل دارند و آن را به نقطه اثرگذاری مهم در دسته آموزش تبدیل کرده‌اند.

13 767
مشترکین
-124 ساعت
+537 روز
+32730 روز
آرشیو پست ها
Dodola ifa boru💪
+9
Dodola ifa boru💪

Sirritti hojjataa jira Barattoonni hanga ammaa hin laallatin Chaanaalii asii gadii jion jodhaa. 2017Entranceresult Carraa gaarii

Akkuma argitan kana gadi dhiifamee jira Chaanaalii armaan gadii seenuun maqaa fi admission no keessa ergaa isinii laalla.
Akkuma argitan kana gadi dhiifamee jira Chaanaalii armaan gadii seenuun maqaa fi admission no keessa ergaa isinii laalla.

Hojjatuu eegalee jira Barattoonni networkiin isin rakkisu chaanaala asii gadii kana jion gochuun maqaa fi admission no nuuergaa isinii laalla.👇 👉 https://t.me/+Sea4Riny0cgwYjI0

MoE after saying results are available online , but the site still has its own schedule @QUBEETUTORIAL
MoE after saying results are available online , but the site still has its own schedule @QUBEETUTORIAL

Still waiting
Still waiting

Hanga ammaa gadi hin dhiifamne. Obsaan eegaa https://t.me/+Sea4Riny0cgwYjI0

Karaa bu'aa qormaataa itti laallataniin👇 ✅ Website ፡ https://result.eaes.et ✅ Telegram፡ https://t.me/EAESbot ✅ (SMS)፡  6284

Daqiiqaa 40 tu hafe

Barataan 591 fide jedhame Barattoonni tilmaamaan kan dubbataa jiran ta'uu himuun yoo bu'aan sa'aatii 6 irratti gadi dhiifame
Barataan 591 fide jedhame Barattoonni tilmaamaan kan dubbataa jiran ta'uu himuun yoo bu'aan sa'aatii 6 irratti gadi dhiifame akka adda bahu dura taa'aan mana barumsichaa tikvahethiopia tti himan. ╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖ ⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓  ⟢ ⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓  ⟢ ╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜

✅ Bara 2014 irraa kaasee hanga 2017 waliigalatti barattooni 3,011,607 qormaata Intraansii qoramaniiru. ✅ Kana keessaa baratto
✅ Bara 2014 irraa kaasee hanga 2017 waliigalatti barattooni 3,011,607 qormaata Intraansii qoramaniiru. ✅ Kana keessaa barattoonni qabxii darbiinsaa(50%) fidan 142,514 ykn 4.7% qofa. ✅ Barattoonni 2, 869,093 (95.3 %) qabxii darbiinsaa fiduu hin dandeenne. ╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖ ⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓  ⟢ ⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓  ⟢ ╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜

🚦Bu'aan qormaataa har'a sa'aatii jaha irraatti gadi dhiifama. Namni fayyadamu baay'ee waan ta'eef sarvariin biizii ta'a. Guruuppii armaan gadii seenuun waliif laaluu fi walgargaaruu ni dandeettu.👇 👉 2017Entranceresult 👉 2017Entranceresult 👉 2017Entranceresult

Qabxiin yoo gadhi dhiifame karaa armaan gadiitiin laaluu ni dandeettu 👇 ✅Telegram bot: https://t.me/EAESbot ✅Website : result.neaea.gov.et u ✅ SMS: 6284 ╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖ ⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓  ⟢ ⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓  ⟢ ╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜ @Qubeetutorial

🚦Hanga ammaa gadi hin dhiifamne. Odeeffannoo sirrii hin taaneen hin burjaaja'inaa

Kalid Bashir 591/600 FROM DODOLA IFA BORU SPECIAL BOARDING SECONDARY SCHOOL Bravo 👏 ╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖ ⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢ ⟣ 🎓
+1
Kalid Bashir 591/600 FROM DODOLA IFA BORU SPECIAL BOARDING SECONDARY SCHOOL Bravo 👏 ╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖ ⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓  ⟢ ⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓  ⟢ ╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜

2018 Entrance Result መግለጫ (@MGW_Community ).ogg8.31 MB

Ibsi ministeerri barnootaa kennaa ture gutuun isaa kana fakkaata. ╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖ ⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢ ⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
+2
Ibsi ministeerri barnootaa kennaa ture gutuun isaa kana fakkaata. ╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖ ⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓  ⟢ ⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓  ⟢ ╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜

Qabxiin hanga boru sa'aatii 6 tti gadhi dhiifama jedhamee jira.

Qabxiin darbiinsaa kan remedial ifa hin taane.irratti mari'atamee gara fuulduraa akka ifa ta'u himame.