cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

DHAGAA JIRAATAA

Ergamni keenyi Kristos isa Dhagaa Jiraataa ta'e qofa lallabuudha❗ Kaayyoon Channel keenya kanaas Gooftaa isa hunda-galeessa keenya ta'e sanaan sagalee waaqayyoo soorata jiraataa isa ta'een dhaloota sooruudhaan Gonfichaaf qixaan gahoomsuudha. #Follow_Us🙏

نمایش بیشتر
فنلندة3 212زبان مشخص نشده استدین و مذهبی88 967
پست‌های تبلیغاتی
606
مشترکین
+224 ساعت
+147 روز
+7430 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

💬💬𝙀𝙧𝙜𝙖𝙖 𝙂𝙖𝙣𝙖𝙢𝙖𝙖💬💬 📖Isa. 25 ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯ ❝¹ Yaa gooftaa, ati Waaqayyo koo ti, ani sin galateeffadha, maqaa kees nan jajadha; wanta dur akeeki isaa qopheeffame, isa dinqisiisaa fi amanamaa sana, amma raawwatteetta; ² ati mandarattii akka tuullaa kosii in goote, ishee masaraa qabdus in onsite, iddoo baqaa isa kan ormaas in diigde, inni immoo bara baraan deebi'ee mandara ta'ee hin ijaaramu; ³ kanaafis sabni jajjaboonni ulfina siif in kennu, mandaroonni warra jal'ootaas si sodaatu.❞ #Ameen_Eebbifamaa👏 #Jesus_saves #I_am_a_witness       📍Join Us📍 @DhagaaJiraataa7 @DhagaaJiraataa7 @DhugaaWaaqarraa @DhugaaWaaqarraa
نمایش همه...
Photo unavailableShow in Telegram
#Ameen_Eebbifamaa👏 #Jesus_saves #I_am_a_witness       📍Join Us📍 @DhagaaJiraataa7 @DhagaaJiraataa7 @DhugaaWaaqarraa @DhugaaWaaqarraa
نمایش همه...
1
💬💬𝑬𝒓𝒈𝒂𝒂 𝒈𝒂𝒏𝒂𝒎𝒂𝒂💬💬 📖❝Wanti amma jiru isuma dur turee dha, wanti si'achi ta'us isuma dur ta'ee turee dha; Waaqayyo isuma darbe deebisee in fida.❞          ✝️Lal. 3: 15 #Ameen_Eebbifamaa👏 #Jesus_saves #I_am_a_witness       📍Join Us📍 @DhagaaJiraataa7 @DhagaaJiraataa7 @DhugaaWaaqarraa @DhugaaWaaqarraa
نمایش همه...
📖Luq. 9 ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯ ❝⁵¹ Yeroon gara waaqaatti ol ba'uu isaatii dhi'aannaan, Yesus Yerusaalem dhaquudhaaf murtoo godhee ka'e. ⁵² Ergamoonni warr inni of dura erge, iddoo isaaf qopheessuudhaaf ganda warra Samaariyaa tokkotti galan. ⁵³ Namoonni ganda sanaa garuu Yerusaalem dhaquudhaaf murtoo gochuu isaa waan dhaga'aniif, isa simachuu didan. ⁵⁴ Bartoonni isaa Yaaqoobii fi Yohannis kana yommuu hubatan, "Yaa gooftaa, [akka Eliyaas godhe] ibiddi waaqa irraa bu'ee isaan haa fixu, jennee akka jarreen kanatti waamnu in barbaaddaa?" jedhaniin. ⁵⁵ Yesus garuu gara isaaniitti garagalee, isaan ifatee, ["Hafuura attamiitiin akka geggeeffamtan hin beektanii? ⁵⁶ Ilmi namaa jireenya namaa balleessuu hin dhufne'o, oolchuudhaaf malee" jedheen.] Kana booddee darbanii ganda biraa dhaqan.❞
نمایش همه...
👍 1
Solomon Alemu - Maal koo sitti tollaan? (Worship at WAOF) 2024 ✝️JOIN: @galaanafaarfannaa
نمایش همه...
Solomon_Alemu_Maal_koo_sitti_tollaan_Worship_at_WAOF_2024_weeddu.mp322.83 MB
HoE. 18 ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯ ⁹ Gooftaan gaaf tokko halkan mul'ataan Phaawulositti dubbatee, "Hin sodaatin dubbadhu malee calluma hin jedhin! ¹⁰ Ani sii wajjin nan jira, homtinuus sitti bu'ee si hin miidhu, anoo mandara kanaa namoota baay'ee qaba" jedheen. @DhagaaJiraataa7
نمایش همه...
🕊Ayyaanni Waaqayyo Jiraataa isiniif haa baay'atu maatii waaqayyo dhiigaan bitate nana🤝 #AFFEERRAAA_KABAJAMAA               👇👇👇 ✍Barumsa hafuuraa 🎸Faaruu adda addaa 📚Kitaabilee hafuuraa fi kkf argachuuf kunoo #Telegram_Channel keessan #Join akkasumas #Share godhaa!               ⤵️⤵️⤵️   #Join ♨️ @DhagaaJiraataa7   #Join ♨️ @DhagaaJiraataa7   #Join ♨️ @DhugaaWaaqarraa   #Join ♨️ @DhugaaWaaqarraa
نمایش همه...
✨ Telegram Channels: @DhagaaJiraataa7 fi Kitaabilee hafuuraa👉📚📙📘📗📕📔                               #Click_and_Join          👇👇👇👇👇👇👇 1. #JOIN_JOIN_JOIN             ⤵️⤵️⤵️ ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬     @DhugaaWaaqarraa     @DhugaaWaaqarraa     @DhugaaWaaqarraa 2.  @Dhagicha_Jiraataa       @Dhagicha_Jiraataa       @Dhagicha_Jiraataa ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬    💌 Join 💌    💌 Join 💌    💌 Join 💌 @DhugaaWaaqarraa @DhagaaJiraataa7 @Dhagicha_Jiraataa 3. @DhagaaJiraataa7     @DhagaaJiraataa7     @DhagaaJiraataa7 ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ❒ Contact me: @MargooQuxisicha
نمایش همه...
Photo unavailableShow in Telegram
Faaruu ajaa'ibaa kanaan akka eebbifamtan affeerraa kooti! #Akka_Jirutti_Jira🎺🎷🪘🥁🎸🎼         👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://youtu.be/x3xKBUPfLuQ?si=ziRHazsIXp1_bYha&fbclid=IwZXh0bgNhZW0CMTEAAR1ge39vd_zUUoYeejcrOJYFQSWl2eWEKLDcF-YFykHU1JEB5r2wo_Hr8Fc_aem_AXMoBCSyQ9vu7OeZRqW-crW97Mq4Obixw58Gb783hrkW1fJrw5QeV7xV25gX97soydczhyUC5xCg_-nWc31O1TZS
نمایش همه...
Aboo kana sirriitti itti fayyadami! Waaqayyo hedduu nu gargaare jennaan qohannaa kana eegallee xumuruu dandeenyeerra! Yoo Waaqayyo jedhe uffatoota Seexana loluuf nu gargaaran qohannaa gara biraa keessatti ilaalla! Warreen naaf kadhachaa, na jajjabeessaa, yaada keessan kennaa, dhalootaafis #Share gochaa turtan kabaja olaanaa qabdu! Waaqayyo bara keessan anaaf haa eebbisu! Ulfaadhaa obbolaako! Ishee kanas #share godhaatii xumuraa! Yoo Waaqayyo jedhe qohannaa biraadhaan amma wal agarrutti nagaan turaa! Kanatti kan fufu qormaata keessan taha! ISINAN JAALADHA! #Bayyaannanneedha!
نمایش همه...