cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Dhugaan Dhufe

وَقُلْ جَاءَ الْحَقُّ وَزَهَقَ الْبَاطِلُ ۚ “Dhugaan Dhufe; sobni dhabame Al-Isrā’ 17:81 👇👇👇 Kaayyon channel kanaa ragaa irratti hundaa'un hanga rabbi nuuf laaffisee irra barnoota amantaa kiristiyaanaaf Islaama kan irraatti dhihaatu ta'a.

نمایش بیشتر
فنلندة1 044زبان مشخص نشده استدین و مذهبی15 577
پست‌های تبلیغاتی
6 026
مشترکین
+5424 ساعت
+3457 روز
+1 37530 روز
توزیع زمان ارسال

در حال بارگیری داده...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
تجزیه و تحلیل انتشار
پست هابازدید ها
به اشتراک گذاشته شده
ديناميک بازديد ها
01
🧶Chaanaalota   Akkamii  barbaadduu❓ Chaaneloota afaan oromoo chaanaalii filatamoo ta'an kaneen armaan gadiitti dabalamaa 🧶ምን አይነት ቻናል ይፈልጋሉ❓ ከታች የተመረጡትን ቻናሎች ይቀላቀሉ        𝐓𝐡𝐢𝐬 𝐈𝐬 𝐇𝐨𝐩𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐢𝐨𝐧          𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦           𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬//𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩𝐬        --------------- 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬//𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩𝐬 10𝐊+ 𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐖𝐚𝐯𝐞𝐫 @Rafiqul_Islaam
530Loading...
02

10Loading...
03
𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐𝒇𝒊𝒊 𝑩𝒂𝒔𝒉𝒂𝒏𝒏𝒂𝒏𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝑮𝒐𝒅𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂. 𝐇𝐮𝐛𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐚: 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒊𝒊 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 3𝑲 𝒇𝒊 𝑰𝒔𝒂𝒂 𝑾𝒐𝒍𝒊𝒊𝒏 𝑲𝒂𝒏 𝑯𝒐𝒋𝒋𝒂𝒏𝒏𝒖 𝑻𝒂'𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑵𝒂𝒎𝒏𝒊 𝑵𝒖𝒕𝒕𝒊 𝑫𝒂𝒃𝒂𝒍𝒂𝒎𝒖𝒖 𝑭𝒆𝒆𝒕𝒂𝒏 𝑨𝒔𝒊𝒊𝒏 𝑵𝒖 𝑸𝒖𝒏𝒏𝒂𝒎𝒂𝒂 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨 𝐐𝐨𝐟𝐚 3𝐊+ 𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝐫: @Rafiiqul_Islaam2
410Loading...
04
𝔻ℍ𝕌𝔾𝔸𝔸 𝕀𝕐𝕐𝔸𝕊𝕌𝕌𝕊 𝕎𝔸𝔸ℚ𝔸𝔸? 𝐊𝐔𝐓𝐀𝐀 1𝐅𝐅𝐀𝐀 وَقُلْ جَاءَ الْحَقُّ وَزَهَقَ الْبَاطِلُ ۚ إِنَّ الْبَاطِلَ كَانَ زَهُوقًا “Dhugaan dhufe; sobni dhabame Dhugumatti, sobni dhabamaa ta’eera” jedhi.  17:81 𝐌𝐲 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐉𝐨𝐢𝐧 @Rafiiqul_Islaam 1, 𝐃𝐡𝐚𝐥𝐨𝐨𝐭𝐚 "𝐖𝐚𝐚𝐪𝐚𝐚" “Inni waa'ee ilma isaa isa akka fooniitti sanyii Daawit keessaa dhalatee dubbate.”   — Rom. 1:3 2, 𝐇𝐢𝐝𝐝𝐚 𝐒𝐚𝐧𝐲𝐢𝐢 "𝐖𝐚𝐚𝐪𝐚𝐚" “Toorri hidda dhaloota Yesus Kristos sanyii Daawit, sanyii Abrahaam isa kana.”   — Mat. 1:1 3, 𝐒𝐚𝐚𝐥𝐚 "𝐖𝐚𝐚𝐪𝐚𝐚" “Guyyaan saddeettaffaan erga darbee mucicha dhagna qabuun in ga'e; akkuma ergamaan Waaqayyoo utuu isheen hin ulfaa'in dura, haadha isaatti himee turetti maqaa isaa "Yesus" jedhan.”   — Luq. 2:21 4, 𝐖𝐚𝐚'𝐞𝐞 𝐌𝐚𝐫𝐲𝐚𝐦 "𝐖𝐚𝐚𝐪𝐚" 𝐔𝐥𝐟𝐨𝐨𝐟𝐭𝐞𝐞 𝐃𝐚'𝐮𝐮 𝐀𝐤𝐤𝐚𝐦𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐌𝐚𝐫𝐲𝐚𝐦 𝐖𝐚𝐚𝐪𝐚 𝐔𝐥𝐟𝐨𝐨𝐟𝐭𝐞𝐞 𝐃𝐞𝐞𝐬𝐬𝐞𝐞?? 𝐌𝐚𝐫𝐲𝐚𝐦 𝐚𝐤𝐤𝐚 𝐝𝐮𝐛𝐚𝐫𝐭𝐢𝐢 𝐤𝐚𝐦𝐢𝐢𝐲𝐲𝐮𝐮 𝐔𝐥𝐟𝐨𝐨𝐟𝐭𝐞𝐞 𝐝𝐚'𝐮𝐮 𝐪𝐚𝐛𝐱𝐢𝐢𝐧 𝐢𝐛𝐬𝐮:- “Betlihem utuu jiraniis, yeroon Maariyaam itti deessu ga'e;”   — Luq. 2:6 𝐊𝐚𝐧𝐚 𝐣𝐞𝐜𝐡𝐮𝐮𝐧 𝐚𝐤𝐤𝐮𝐦𝐚 𝐝𝐮𝐛𝐚𝐫𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐤𝐚𝐦𝐢𝐲𝐲𝐮𝐮 𝐣𝐢'𝐚 𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐮𝐥𝐟𝐚𝐚𝐲𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐝𝐚'𝐚𝐧𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐤𝐚𝐧 𝐝𝐞𝐞𝐬𝐬𝐞 𝐭𝐚𝐡𝐮𝐮 𝐡𝐮𝐛𝐚𝐧𝐧𝐚 𝐡𝐚𝐚𝐥𝐥𝐢 𝐢𝐬𝐢𝐢𝐧 𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐝𝐞𝐞𝐬𝐬𝐞𝐥𝐥𝐞𝐞 𝐚𝐤𝐤𝐮𝐦𝐚 𝐝𝐮𝐛𝐚𝐫𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐡𝐮𝐧𝐝𝐮𝐦𝐭𝐮𝐮 𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐧𝐚𝐦𝐚 𝐝𝐞𝐞𝐬𝐬𝐮𝐭𝐭𝐢 𝐦𝐚𝐥𝐞𝐞 𝐛𝐢𝐟𝐚 𝐚𝐝𝐝𝐚 𝐭𝐚𝐡𝐞𝐞𝐧 𝐡𝐢𝐧 𝐭𝐮𝐫𝐫𝐞. “Isheen ulfa turte; ciniinsuu da'umsaatiinis dhiphattee in iyyite.”   — Mul. 12:2 5, "𝐖𝐚𝐚𝐪𝐧𝐢" 𝐇𝐚𝐫𝐦𝐚 𝐃𝐮𝐛𝐚𝐫𝐭𝐢𝐢 𝐇𝐨𝐝𝐡𝐞𝐞𝐫𝐚 “Yesus utuu kana dubbachaa jiruu, namoota achi turan keessaa, dubartiin tokko sagalee ishee dhageesiftee, "Gadameessi si baatee fi harmi ati hoote haa gammadan!" jette.”   — Luq. 11:27 6, 𝐆𝐚𝐧𝐝𝐚 "𝐖𝐚𝐚𝐪𝐧𝐢" 𝐈𝐭𝐭𝐢 𝐃𝐡𝐚𝐥𝐚𝐭𝐞 “Bara mooticha Herodisitti, Yesus mandara Betlihem kutaa biyya Yihudaatti yommuu dhalate, kunoo, namoonni ogeeyyiin urjii lakkaa'an tokko ba'a-biiftuutii gara Yerusaalem dhufan.”   — Mat. 2:1 7, 𝐎𝐠𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚 "𝐖𝐚𝐚𝐪𝐚𝐚" “Kun ilma isa muka sooftichaa mitii? Haati isaas Maariyaam jedhamtee waamamti mitii ree? Yaaqoobii fi Yoseef, Simoonii fi Yihudaan obbolaa isaa ti mitii?”   — Mat. 13:55 “Kun muka soofticha ilma Maariyaam, obboleessa Yaaqoob, Yosees, Yihudaa fi Simoon mitii? Obboleettonni isaas as nu bira jiru mitii?" jedhanii isa maman.”   — Mar. 6:3 8, 𝐌𝐚𝐥𝐚 𝐆𝐞𝐞𝐣𝐣𝐢𝐛𝐚 "𝐖𝐚𝐚𝐪𝐧𝐢" 𝐈𝐭𝐭𝐢 𝐅𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚𝐦𝐮 “"Yaa ijoollee Xiyoon hin sodaatinaa, kunoo, mootiin keessan ilmoo harree irra taa'ee in dhufa" jedhame.”   — Yoh. 12:15 “inni, "Namoota Xiyoonitti himaa! Mootiin keessan gad of deebisee, kunoo, inni harree [yaabbii] keessaa, ilmoo harree irra taa'ee siif indhufa" isa jedhuu dha.”   — Mat. 21:5 9, 𝐍𝐲𝐚𝐚𝐭𝐚𝐚 "𝐖𝐚𝐚𝐪𝐚𝐚" 𝐟𝐢 𝐃𝐡𝐮𝐡𝐚𝐚𝐭𝐢𝐢 𝐌𝐚𝐜𝐡𝐞𝐞𝐬𝐬𝐮 “Ilmi namaa yommuu dhufe, in nyaata in dhugas; isin immoo 'llaa nama albaadhessaa fi machaa'aa kana, hidhata warra qaraxxuutii fi warra akka seeraatti hin jiraannee ti' jettu.”   — Luq. 7:34 “Ilmi namaa yommuu dhufe, in nyaata, in dhugas; isaan immoo, 'Ilaa nama albaadhessaa fi machaa'aa kana, hidhata warra qaraxxuutii fi warra akka seeraatti hin jiraannee' jedhu. Haa ta'u iyyuu malee, ogummaan Waaqayyoo ija hojii isaatiin dhugaa argate" jedhe.”   — Mat. 11:19 10, 𝐇𝐢𝐲𝐲𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚 "𝐖𝐚𝐚𝐪𝐚𝐚" “Yesus immoo, "Waangonni boolla qabu, simbirroonnis mann'ee qabu, ilmi namaa garuu lafa mataa isaa itti hirkifatu hin qabu" jedheen.”   — Mat. 8:20 𝐈𝐓𝐓𝐈 𝐅𝐔𝐅𝐀𝐀.............. 𝐍𝐚𝐦𝐧𝐢 𝐝𝐮𝐛𝐛𝐢𝐬𝐟𝐚𝐧 𝐬𝐚𝐧𝐚 𝐛𝐨𝐨𝐝𝐚 𝐡𝐢𝐫𝐢𝐲𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐧𝐢𝐢𝐟 𝐪𝐨𝐨𝐝𝐚𝐚!! @Dhugaa_Dhokatee https://t.me/Rafiiqul_Islaam
1982Loading...
05

06

1100Loading...
07

08
📌 Manicha irratti tuquudhaan banaa seenaa!        ┏┓        ┃┃╱╲        ┃ ╱╱╲╲        ╱╱╭╮╲╲        ▔▏┗┛▕▔     ╱▔▔▔▔▔▔▔▔▔▔  ╲ ╱       ωєℓ¢σмє™             ╲    ╱╱  ┏┳┓╭╮ ┏┳┓   ╲╲     ▔▏ ┗┻   ┃┃ ┗┻┛  ▕▔ Open Home - Click here Ads @Xiin_Sammuu @Daaru_Salaam
470Loading...
09

10
𝑨𝒔𝒔𝒂𝒍𝒂𝒂𝒎𝒖 𝑨𝒍𝒂𝒚𝒊𝒌𝒖𝒎 𝑾𝒐𝒓𝒂𝒉𝒎𝒂𝒕𝒖𝒍𝒍𝒂𝒂𝒉𝒊 𝑾𝒐𝒃𝒂𝒓𝒂𝒌𝒂𝒂𝒕𝒖𝒉𝒖𝒖 𝐆𝐚𝐚𝐟𝐟𝐢𝐢 𝐀𝐫𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐆𝐚𝐝𝐢𝐢 𝐈𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐇𝐢𝐫𝐦𝐚𝐚𝐝𝐡𝐚𝐚!! 𝑌𝑒𝑟𝑜𝑜 𝐽𝑎𝑙𝑞𝑎𝑏𝑎𝑎𝑡𝑖𝑖𝑓 𝐾𝑎𝑟𝑎𝑎 𝑅𝑎𝑏𝑏𝑖𝑖 𝐾𝑒𝑒𝑠𝑠𝑎𝑡𝑡𝑖 𝑁𝑎𝑚𝑛𝑖 𝑋𝑖𝑦𝑦𝑎 𝐷𝑎𝑟𝑏𝑎𝑡𝑒 𝐸𝑒𝑛𝑦𝑢𝑢?
1130Loading...
11

12
ዛሬ ማታ ከምሽቱ 3:00 ላይ። ለመከታተል➸ https://www.tiktok.com/@emransud2?_t=8mQ9dJNlZJZ&_r=1
1071Loading...
13
ዛሬ ማታ ከምሽቱ 3:00 ላይ። ለመከታተል➸ https://www.tiktok.com/@emransud2?_t=8mQ9dJNlZJZ&_r=1
10Loading...
14
👆👆👆👆Sirriitti dubbisa👆👆👆👆
2710Loading...
15
Suuratu Ruum 30:22 «Samii fii Dachii uumuu fi, arrabni (lugaan) Keessaniifi bifti keessan wal dhabuunis mallattoo isaa irraayi. Dhugumatti kana keessatti Aalama Hundaaf mallattoeetu jiru.» . Rabbiin(s.w) Haasawa Isaa(Qur'aana) Nabiyyii Keenyaaf Kan Buuse Afaan Arabaatiini. Qur'aanoonni Nuti Afaan Amaaraa, Oromoo, Ingiliffaa, Faransaayii fi kan kana fakkaataniin Dubbifnu Qur'aana Osoo hin ta'in Hiikkaa Qur'aanaati. . Gad fageenyaa fi Bal'inni, Bu'uuraa fi Qindoominni Qur'aanaa Afaan Arabaatiini. Kuniis Amala Qur'aanaa Beekkamaa dha:- . Suuratu Az-Zukhruf 43:3 «Akka Isin Hubattaniif Nuti Qur'aana Arabiffaa Isa Taasifne. Suuratu Fussilat 41:3 «Kitaaba Keewwatoonni isaa namoota beekaniif, dubbifamaa Afaan Arabaa Ta'ee, adda baafamtee dha.» . Suuratu Az Zumar 39:28 «Dubbifamaa Afaan Arabaa Haala ta'een, kan jallinna tokko hin qabne ta'ee akka Rabbiin Sodaattaniif jecha (isiniif buufne).» . ↪Gara deebisaa, gaafichaatti yoon dabarru:- . Rabbiin Uumaa waan hundaati Afaan ilma namaa Qofa osoo hin taane Afaan Bineensoota biroollee ni beeka. Kanaafuu Salaata Malee Du'aaii kamiyyuu Afaan beeytuun Kadhachuu ni dandeessa. Kan Salaataa Immoo Afaan Arabaatiin Wanti Ta'eef Akkuma olotti ilaalle Qur'aanni Kan Rabbi Biraa Bu'e Afaan Arabaatiini. Salaata keessatti kan nuti Qaraanu Qur'aana. Akkumaan Olitti Ibsuuf Yaaletti Qur'aanni Afaan Biraatti hiikame Hiika Qur'aanaa Malee Qur'aana Ta'uu hin danda'u. Kanaafuu Hiika wanta salaata keessatti qara'uu beekuun nama kamiiyyu irratti dirqama ta'uyyuu yeroo qara'u garuu isa orjinaala Rabbi biraa buufame Afaan orjinaala inni ittiin buufameen qara'uu qaba. . Kuni karaa birootiin Tokkummaa muslima Addunyaa mara irra jiraatuu kan eegeedha. 'Akkamitti?" Yoo jettan. Fakkeenyaaf Faranjiin Adiin Afaan Ingiliffaa malee hin beekne kan muslima ta'e tokko Oromiyaa keessa yoo dhufee Masjiida Tokko Dhaqee salaatuu Barbaade Masjiida Afaan Ingiliffaatiin salaachisu barbaaduun isarraa hin eegamu. Kan Oromootiis Ameerikaa Yoo dhaqu Masijjida Afaan Oromootiin Salaachisu Barbaaduun isa Hin barbaachisu. . Kana hundaafuu Alhamdulillaah Ummanni Muslimaa Addunyaa Guutuu keessa Jiraatu:- ✔Rabbii Tokko Qofa Gabbaru. ✔Nabiyyii Tokko Qabu. ✔Qur'aana Tokko Qabu. ✔Qiblaa Tokkotti Salaatu. . Tokkummaan Kanaa Olii Eessa jira? Alhamdulillaah. . ↪Qur'aanni Afaan Oromoos ta'ee Afaan birootti hiikamuun Rakkoo qabaa?? ⬇⬇⬇⬇⬇⬇⬇⬇⬇ Qur'aanni Afaan Oromoottis ta'ee Afaan birootti Hiikamuun Isaa Rakkoo Miti Garuu Kan hiikame san 100% Isa orjinaalaa bakka bu'uu ni danda'aa? kan jedhu Ammaas Gaafii Isa Birooti. Kana Ibsuudhaaf Dogoggora Hiikni Fidu mee Macaafuma Ati Amma Itti Amantu irraa Sitti Haa Agarsiisu. Dogoggoroota Baay'ee kanneen Hikaa wajjiin wal qabatee umaaman macaafa qulqulluu irraa ilaaluun Yoo danda'ameyyuu Ammaaf garuu Akka ati Qabxii kiyya hubattuuf isa lama qofaan sitti agarsiisuu barbaada:- . ⏸▶1ffaa:-Wangeela Yohaanisii Boqonnaa Lama, Lakkoofsa Afur irratti Jecha Armaan gadii kana Iyyesuus Haadha isaatiin Akka Dubbate Ni Dubbifna:- . [[Yesus immoo "Haadhoo, maaliif hojii koo keessa lixxa ree? Waa gochuuf yeroon koo amma illee hin geenye" jedhee deebise.]] . As irratti Jecha "Haadhoo" jedhu jala naaf sarari. Kun macaafa qulqulluu Afaan Oromooti. Mee jechuma kana Afaan Biroo sadiin Haa Ilaallu:- . A.Afaan Ingiliffaa:- . «Jesus saith unto her, Woman, what have I to do with thee? mine hour is not yet come.»(John 2:4) . B.Afaan Arabaa:- . «قال لها يسوع ما لي و لك يا امراة لم تات ساعتي بعد»(إنجيل يوحنا 2:4) . C.Afaan Amaaraa:- . «ኢየሱስም። አንቺ ሴት፥ ከአንቺ ጋር ምን አለኝ? ጊዜዬ ገና አልደረሰም አላ»(ዮሐንስ 2:4) ---------------------------------- Eyyeen Afaan sadeen kana irratti Jecha Wal Fakkaataa kan "Intala nana" jedhuun iyyesus Akka Haadha isaa waame ni hibanna. Kana Afaan oromoo irratti garuu jechi:- አንቺ ሴት, Woman, *يا امراة* Guutumatti jecha "Haadhoo" jedhuun bakka bu'eera.
2245Loading...
16
. Eegaa Macaafoota Kanneen keessaa kan afaan oromootu dogoggore moo kanneen birooti? . ⏸▶2ffaa:-Wangeela Yohaanis Boqonnaa Jaha, Lakkoofsa Jahaatamii sagal irratti Simoon Phexros Jecha Armaan gadii kana Iyyesuusitti dubbate Akka jiru macaafni Qulqulluun Afaan Oromoo Lafa kaa'a:- . «Nuyi isa tokkicha qulqulluu Waaqayyoo akka ati taate amanneerra, beekneereerras" jedhan.»(Yohaanis 6:69) . 👉Mee jechuma kana macaafoota Afaan birootiin barreeffaman sadi irratti haa ilaallu:- . A.Afaan Infiliffaa . «And we believe and are sure that thou art that Christ, the Son of the living God.»(Yohaannis 6:69) . B.Afaan Arabaa:- . «و نحن قد امنا و عرفنا انك انت المسيح ابن الله الحي»(إنجيل يوحنا 6:69) . C.Afaan Amaaraa:- . «እኛስ አንተ ክርስቶስ የሕያው የእግዚአብሔር ልጅ እንደ ሆንህ አምነናል አውቀናልም ብሎ መለሰለት።»(ዮሐንስ 6:69) . ✔Afaan Sadeen Kana Irratti garuu jechoota Wal Fakkaatoo:- 。Son Of Living God 。 المسيح ابن الله الحي 。የሕያዉ የእግዘአብሔር ልጅ _ Jechoonni sadeen kunniin hiika waka wal fakkaatan qabaataniyyuu, Macaafni Qulqulluun Afaan Oromootiin jiru garuu Haala Adda Ta'een Jecha Kana jijjiiruudhaan "Waaqayyoo Akka Ati Taate" jedhee lafa kaa'a. . Eegaa Simoon Pheexros Jecha Kam Dubbate? Isa Afaan Oromoo Irra Jiru moo Isa Afaan Birootiin Barreeffamee jiru? _____ Alhamdulillaah Nuti muslimootni Dogoggorri Akkanaa Akka Amantii Keenya Keessatti Hin uumamneef Afaan Isa Orjinaala Qur'aanni Ittiin Buufamnetti Fayyadamna. _______ Obboleesaa Keessaan:- ...✍ Ilyaas Muhammed _______
2815Loading...
17
QUR'AANNI MAALIIF AFAAN ARABAATIIN TA'A? ------------------------- Qophiin: Elias Mohammed _____ Maqaa Rabbii Akkaan Mararfataa Akkaan Rahmata Godhaa Ta'eetiin. Namootni tokko tokko Qur'aanni maalif Afaan Arabaatiin qofa ta'a? Yoo Afaan Oromootti hiikame Rakkoo qabaa? Gaafi jedhu yeroo gara garaatti kan kaasaa jiran ta'uu ni argina. Jalqaba jarri kun gaafii kana kan kaasaan Qur'aana ija macaafa isaaniitiin waan ilaalaniifi malee Qur'aanni Afaan Arabaa ta'uun rakkoo qabaatee miti. Maaliif jennaan kitaabni isaan amma Afaan Oromootiinis ta'ee Afaan biraatiin harkaa qabanillee yeroo jalqabaatiif Afaan Oromoo yookiin Afaan Amaaraatiin Akka hin turin isaanilleen beekaan nutiis ni beekna waan ta'eef. Gaafiin isaanii kan nuuf ibsu Qur'aanni maalif akka kitaaboota Amantii isaaniitti Hiika Qofa hin taane? Arabiffaan maalif barbaachise yaada jedhu kan of keessaa qabuu dha. Kana jechuun jarri kitaabni Amantii isaanii inni isaan kan jalqabaati jedhanii yaadan inni kakuu moofaa Afaan Ibraayisxiitiin yoo ta'u inni kakuu haaraa immoo Afaan Aramaayikiitiin ture. Haa ta'uu malee garuu macaafni isaan amma addunyaa irratti ittiin fayyadamaan hiika macaaficha isa duraa sana malee macaaficha Afaan inni barreeffameen miti. Dhugaa dubbachuudhaaf macaafni isaanii Hiika qofaan jiraachuun waan nama boonsisu osoo hin taane waan nama saalfachiisuu dha. Macaafuma hiika qofaa kanaanis "Qulqulluu" jechuun waan nama qaaneessuu dha. Maalif jennaan Afaan tokko gara Afaan birootti yeroo hiikamu jechi isaa guutumaa guututti wal qixaan hiikamuu hin danda'u. Sababni isaas Afaan baay'ina jechaa fi Akkaataa qindoomina jechaatiin gara gara waan ta'eef. Waa'ee kanaa ilaalchisee "Encyclopidia of Bible Difficulities" fuula 310 irratti Akka na jedha:- . ‹‹…Literal translation from the Hebrew does not make clear sense in Greek; therefore Some minor adjestments must be made for the sake of good communication.›› . Ergaa isaa Akka hubattaniif Oromiffa kiyyatti yoon hiiku akkana jechuu dha. "...Hiikni jechaaf jechaan Hibruu irraa gara Giriikitti taasifamu ifa namaaf hin galu; kanaafuu akka namni sirritti hubatuuf jecha sirreeffamni xixiqqaan irratti Godhamuun dirqama."(Encyclopidia of Bible Difficulities, pp 310) . Kanaafuu Macaafni isaan Amma harkaa qabnilleen macaafa qulqulluu osoo hin taane, "Hiika Macaafa Qulqulluu!" Jedhamuutu irra ture. . Nuti Akka muslimaatti Wanti Afaan Arabaatiin Barannuuf Qur'aanni Afaan Arabaatiin Waan buufameefi. Afaan Qur'aanni ittiin buufame Barachuun kan barbaachiseef immoo yoo Dogoggorri hiikaa(Translation Error) uumame dogoggora sana yeruma sana Qur'aana isa Orjinaalaan wal cinaa qabnee ilaallee sirreessina; isin (kiritiyaanoonni) immoo Dogoggorri akka fedhetti hiika irratti yoo uumame dogoggoricha Akkuma jirutti fudhachuu malee carraa biraa hin qabdan. Kuniis sababa laamaafi:- . 1ffaa:- macaafa isa jalqabaa kan Afaan Ittiin barsiifameen barreeffame harkaa hin qaban . 2ffaa:-Osoo Macaafa sana Afaan orjinaala saniin argattanilee Afaan sana waan hin beekneef dandeettii dogoggora sana saaxiluu hin qaban. . Alhamdulillaa nuti sababoota kanaafi kan kana fakkaataniif jecha Afaan Arabaa baranna. . ↪Gaafiin biraa kan kanaan walqabatee dhihaatu immoo, "Rabbiin keessan Allaahaan Afaan Arabaa malee hin beeku moo maalif Afaan Arabaatiin kadhattu??" Kan jedhuu dha. --- Gaafiin kun wallaalummaa irraa kan madde/burqe ta'ullee jalqaba mee waa'ee Afaanii ilaalchisee Amantiin islaamaa maal jedha kan jedhu gabaabinaan ilaallu:- . Garaa garummaan/Adda Babahuun Afaanii Mallattoolee Rabbii Ajaa'ibsiisoo Irraa Tokkoo dha. Rabbiin Nabiyyii Kamiyyuu Yoo Ergu Afaan Hawaasa Inni Keessaa Ergame Saniin Haasawa isaa(Waayhii) Buusaaf:- . Suuratul Ibraahim 14:4 «Nuti Ergamaa irraa tokkos akka inni (ergaa keenya) isaaniif addeessuuf jecha Afaan Ummata isaatiin malee hin Ergine.»
2447Loading...
18
𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐𝒇𝒊𝒊 𝑩𝒂𝒔𝒉𝒂𝒏𝒏𝒂𝒏𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝑮𝒐𝒅𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂. 𝐇𝐮𝐛𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐚: 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒊𝒊 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 3𝑲 𝒇𝒊 𝑰𝒔𝒂𝒂 𝑾𝒐𝒍𝒊𝒊𝒏 𝑲𝒂𝒏 𝑯𝒐𝒋𝒋𝒂𝒏𝒏𝒖 𝑻𝒂'𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑵𝒂𝒎𝒏𝒊 𝑵𝒖𝒕𝒕𝒊 𝑫𝒂𝒃𝒂𝒍𝒂𝒎𝒖𝒖 𝑭𝒆𝒆𝒕𝒂𝒏 𝑨𝒔𝒊𝒊𝒏 𝑵𝒖 𝑸𝒖𝒏𝒏𝒂𝒎𝒂𝒂 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨 𝐐𝐨𝐟𝐚 3𝐊+ 𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝐫: @Rafiiqul_Islaam2
320Loading...
19

20
🚁 𝐄𝐥𝐞𝐤𝐨𝐨𝐩𝐭𝐚𝐫𝐢𝐜𝐡𝐚 𝐊𝐚𝐧𝐚 𝐓𝐮𝐪𝐢𝐢 𝐌𝐚𝐚𝐥  𝐀𝐤𝐤𝐚 𝐐𝐚𝐛𝐚𝐭𝐞𝐞 𝐉𝐢𝐫𝐮 𝐈𝐥𝐚𝐚𝐥𝐢𝐢!!  𝐖𝐚𝐚𝐧 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐮 𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐀𝐫𝐠𝐢𝐭𝐞 𝐆𝐚𝐦𝐦𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐆𝐮𝐝𝐝𝐚𝐚 𝐀𝐫𝐠𝐢𝐭𝐚𝐚!!    ▬▬.◙.▬▬     ▂▄▄▓▄▄▂ ◢◤█▀▀████▄▄▄▄◢◤ █▄ █ █▄ ███▀▀      ◙        ◙ 𝑰𝒍𝒂𝒂𝒍𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒇 𝑨𝒅𝒅 "👇Join👇" 𝑲𝒂𝒏 𝑱𝒆𝒅𝒉𝒖 𝑻𝒖𝒒𝒊𝒊 𝑺𝒆𝒆𝒏𝒊𝒊. 𝑾𝒂𝒂𝒏 𝑯𝒆𝒅𝒅𝒖𝒖 𝑺𝒊 𝑮𝒂𝒎𝒂𝒄𝒉𝒊𝒊𝒔𝒖𝒕𝒖 𝑲𝒆𝒆𝒔𝒔𝒂 𝑱𝒊𝒓𝒂𝒂 𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝐫: @Rafiqul_Islaam
990Loading...
21

22
Assalaamu alaykum...! Eegaa har'a affeerraa kitaabaa qabannee dhihaannee jirra. Mata dureen kitaabichaa: Hangafa gorsa ol'aanaa dhaloota haarawaaf. Qopheessan: Umar arsi Kitaaba guddicha kanaa dubbisa https://t.me/Dhugaan_Dhufe
2943Loading...
23
waaqni dhugaa eenyuu kutaa 1ffaa https://t.me/Dhugaan_Dhufe
3307Loading...
24
📚📚📚📚📚📚📚📚 ☘☘☘☘☘☘☘☘ Kitaabaa Ajaaibaa Maalummaa Nabi iisaa/yesuus sirriitti ifaa nama baasu kinoo buusaa dubbisaa ✅ ✅ Yeesuus eenyu inni??? dhuguma gooftaadhaa ??? Dhuguma ilma gooftaatii??? (Na'uzubillah) kana hundaaf deebisa quubsaa ni argattan🙏 📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚 https://t.me/Dhugaan_Dhufe
3124Loading...
25
Media files
2374Loading...
26
https://t.me/Dhugaan_Dhufe
2183Loading...
27
https://t.me/Dhugaan_Dhufe
2082Loading...
28
Pdf kanaa dubbisa warri comparative irra jirtan https://t.me/Dhugaan_Dhufe
2073Loading...
29
https://t.me/Dhugaan_Dhufe
2542Loading...
30
https://t.me/Dhugaan_Dhufe
2996Loading...
31
Assalaamu alaykum...! Eegaa har'a affeerraa kitaabaa qabannee dhihaannee jirra. Mata dureen kitaabichaa: Hangafa gorsa ol'aanaa dhaloota haarawaaf. Qopheessan: Umar arsi Kitaaba guddicha kanaa dubbisa https://t.me/Dhugaan_Dhufe
10Loading...
32
Pdf kanaa dubbisa warri comparative irra jirtan https://t.me/Dhugaan_Dhufe
10Loading...
33
Media files
2653Loading...
34
📚📚📚📚📚📚📚📚 ☘☘☘☘☘☘☘☘ Kitaabaa Ajaaibaa Maalummaa Nabi iisaa/yesuus sirriitti ifaa nama baasu kinoo buusaa dubbisaa ✅ ✅ Yeesuus eenyu inni??? dhuguma gooftaadhaa ??? Dhuguma ilma gooftaatii??? (Na'uzubillah) kana hundaaf deebisa quubsaa ni argattan🙏 📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚 https://t.me/Dhugaan_Dhufe
10Loading...
35
Media files
2523Loading...
36
https://t.me/Dhugaan_Dhufe
2663Loading...
37
waaqni dhugaa eenyuu kutaa 1ffaa https://t.me/Dhugaan_Dhufe
10Loading...
38
Media files
2563Loading...
39
https://t.me/Dhugaan_Dhufe
10Loading...
🧶Chaanaalota   Akkamii  barbaadduu❓ Chaaneloota afaan oromoo chaanaalii filatamoo ta'an kaneen armaan gadiitti dabalamaa 🧶ምን አይነት ቻናል ይፈልጋሉ❓ ከታች የተመረጡትን ቻናሎች ይቀላቀሉ        𝐓𝐡𝐢𝐬 𝐈𝐬 𝐇𝐨𝐩𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐢𝐨𝐧          𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦           𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬//𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩𝐬        --------------- 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬//𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩𝐬 10𝐊+ 𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐖𝐚𝐯𝐞𝐫 @Rafiqul_Islaam
نمایش همه...
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐊𝐮𝐛𝐛𝐚𝐚
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐖𝐨𝐥𝐚𝐥𝐨𝐨
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐁𝐚𝐬𝐡𝐚𝐧𝐧𝐚𝐧𝐬𝐢𝐢𝐬𝐨𝐨
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐃𝐚'𝐚𝐰𝐚𝐚𝐥𝐞𝐞
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐃𝐢𝐧𝐪𝐢𝐬𝐢𝐢𝐬𝐨𝐨
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐆𝐨𝐫𝐬𝐚𝐚
𝐇𝐨𝐩𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐢𝐨𝐧
𝐀𝐝𝐝 𝐀𝐥𝐥 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥
🧶Chaanaalota   Akkamii  barbaadduu❓ Chaaneloota afaan oromoo chaanaalii filatamoo ta'an kaneen armaan gadiitti dabalamaa 🧶ምን አይነት ቻናል ይፈልጋሉ❓ ከታች የተመረጡትን ቻናሎች ይቀላቀሉ        𝐓𝐡𝐢𝐬 𝐈𝐬 𝐇𝐨𝐩𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐢𝐨𝐧          𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦           𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬//𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩𝐬        --------------- 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬//𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩𝐬 10𝐊+ 𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐖𝐚𝐯𝐞𝐫 @Rafiqul_Islaam
نمایش همه...
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐊𝐮𝐛𝐛𝐚𝐚
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐖𝐨𝐥𝐚𝐥𝐨𝐨
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐁𝐚𝐬𝐡𝐚𝐧𝐧𝐚𝐧𝐬𝐢𝐢𝐬𝐨𝐨
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐃𝐚'𝐚𝐰𝐚𝐚𝐥𝐞𝐞
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐃𝐢𝐧𝐪𝐢𝐬𝐢𝐢𝐬𝐨𝐨
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐆𝐨𝐫𝐬𝐚𝐚
𝐇𝐨𝐩𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐢𝐨𝐧
𝐀𝐝𝐝 𝐀𝐥𝐥 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥
𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐𝒇𝒊𝒊 𝑩𝒂𝒔𝒉𝒂𝒏𝒏𝒂𝒏𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝑮𝒐𝒅𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂. 𝐇𝐮𝐛𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐚: 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒊𝒊 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 3𝑲 𝒇𝒊 𝑰𝒔𝒂𝒂 𝑾𝒐𝒍𝒊𝒊𝒏 𝑲𝒂𝒏 𝑯𝒐𝒋𝒋𝒂𝒏𝒏𝒖 𝑻𝒂'𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑵𝒂𝒎𝒏𝒊 𝑵𝒖𝒕𝒕𝒊 𝑫𝒂𝒃𝒂𝒍𝒂𝒎𝒖𝒖 𝑭𝒆𝒆𝒕𝒂𝒏 𝑨𝒔𝒊𝒊𝒏 𝑵𝒖 𝑸𝒖𝒏𝒏𝒂𝒎𝒂𝒂 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨 𝐐𝐨𝐟𝐚 3𝐊+ 𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝐫: @Rafiiqul_Islaam2
نمایش همه...
𝐉𝐞𝐜𝐡𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐗𝐢𝐢𝐧-𝐒𝐚𝐦𝐦𝐮𝐮
𝐉𝐞𝐜𝐡𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐇𝐚𝐲𝐲𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚
𝐎𝐝𝐮𝐮 𝐈𝐬𝐩𝐨𝐨𝐫𝐭𝐢𝐢
𝐉𝐞𝐜𝐡𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐁𝐞𝐞𝐤𝐭𝐨𝐭𝐚𝐚
𝐖𝐨𝐥𝐚𝐥𝐨𝐨𝐰𝐰𝐚𝐧 𝐌𝐢𝐦𝐦𝐢𝐢𝐝𝐡𝐚𝐠𝐨𝐨
𝐉𝐞𝐜𝐡𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐌𝐢𝐦𝐦𝐢𝐢𝐝𝐡𝐚𝐠𝐨𝐨
𝐌𝐢𝐥𝐤𝐚𝐚'𝐢𝐧𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐚
𝐃𝐚𝐚𝐧𝐝𝐢𝐢 𝐌𝐢𝐥𝐤𝐚𝐚'𝐢𝐧𝐚𝐚
𝐆𝐨𝐫𝐬𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐚
𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐚 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐭𝐭𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚
𝐐𝐮𝐫'𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚
𝐇𝐚𝐝𝐢𝐢𝐬𝐚
𝐙𝐢𝐤𝐢𝐫𝐢𝐢𝐰𝐰𝐚𝐧𝐢𝐢𝐟𝐢𝐢 𝐆𝐨𝐫𝐬𝐚
𝔻ℍ𝕌𝔾𝔸𝔸 𝕀𝕐𝕐𝔸𝕊𝕌𝕌𝕊 𝕎𝔸𝔸ℚ𝔸𝔸? 𝐊𝐔𝐓𝐀𝐀 1𝐅𝐅𝐀𝐀 وَقُلْ جَاءَ الْحَقُّ وَزَهَقَ الْبَاطِلُ ۚ إِنَّ الْبَاطِلَ كَانَ زَهُوقًا “Dhugaan dhufe; sobni dhabame Dhugumatti, sobni dhabamaa ta’eera” jedhi.  17:81 𝐌𝐲 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐉𝐨𝐢𝐧 @Rafiiqul_Islaam 1, 𝐃𝐡𝐚𝐥𝐨𝐨𝐭𝐚 "𝐖𝐚𝐚𝐪𝐚𝐚" “Inni waa'ee ilma isaa isa akka fooniitti sanyii Daawit keessaa dhalatee dubbate.”   — Rom. 1:3 2, 𝐇𝐢𝐝𝐝𝐚 𝐒𝐚𝐧𝐲𝐢𝐢 "𝐖𝐚𝐚𝐪𝐚𝐚" “Toorri hidda dhaloota Yesus Kristos sanyii Daawit, sanyii Abrahaam isa kana.”   — Mat. 1:1 3, 𝐒𝐚𝐚𝐥𝐚 "𝐖𝐚𝐚𝐪𝐚𝐚" “Guyyaan saddeettaffaan erga darbee mucicha dhagna qabuun in ga'e; akkuma ergamaan Waaqayyoo utuu isheen hin ulfaa'in dura, haadha isaatti himee turetti maqaa isaa "Yesus" jedhan.”   — Luq. 2:21 4, 𝐖𝐚𝐚'𝐞𝐞 𝐌𝐚𝐫𝐲𝐚𝐦 "𝐖𝐚𝐚𝐪𝐚" 𝐔𝐥𝐟𝐨𝐨𝐟𝐭𝐞𝐞 𝐃𝐚'𝐮𝐮 𝐀𝐤𝐤𝐚𝐦𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐌𝐚𝐫𝐲𝐚𝐦 𝐖𝐚𝐚𝐪𝐚 𝐔𝐥𝐟𝐨𝐨𝐟𝐭𝐞𝐞 𝐃𝐞𝐞𝐬𝐬𝐞𝐞?? 𝐌𝐚𝐫𝐲𝐚𝐦 𝐚𝐤𝐤𝐚 𝐝𝐮𝐛𝐚𝐫𝐭𝐢𝐢 𝐤𝐚𝐦𝐢𝐢𝐲𝐲𝐮𝐮 𝐔𝐥𝐟𝐨𝐨𝐟𝐭𝐞𝐞 𝐝𝐚'𝐮𝐮 𝐪𝐚𝐛𝐱𝐢𝐢𝐧 𝐢𝐛𝐬𝐮:- “Betlihem utuu jiraniis, yeroon Maariyaam itti deessu ga'e;”   — Luq. 2:6 𝐊𝐚𝐧𝐚 𝐣𝐞𝐜𝐡𝐮𝐮𝐧 𝐚𝐤𝐤𝐮𝐦𝐚 𝐝𝐮𝐛𝐚𝐫𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐤𝐚𝐦𝐢𝐲𝐲𝐮𝐮 𝐣𝐢'𝐚 𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐮𝐥𝐟𝐚𝐚𝐲𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐝𝐚'𝐚𝐧𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐤𝐚𝐧 𝐝𝐞𝐞𝐬𝐬𝐞 𝐭𝐚𝐡𝐮𝐮 𝐡𝐮𝐛𝐚𝐧𝐧𝐚 𝐡𝐚𝐚𝐥𝐥𝐢 𝐢𝐬𝐢𝐢𝐧 𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐝𝐞𝐞𝐬𝐬𝐞𝐥𝐥𝐞𝐞 𝐚𝐤𝐤𝐮𝐦𝐚 𝐝𝐮𝐛𝐚𝐫𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐡𝐮𝐧𝐝𝐮𝐦𝐭𝐮𝐮 𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐧𝐚𝐦𝐚 𝐝𝐞𝐞𝐬𝐬𝐮𝐭𝐭𝐢 𝐦𝐚𝐥𝐞𝐞 𝐛𝐢𝐟𝐚 𝐚𝐝𝐝𝐚 𝐭𝐚𝐡𝐞𝐞𝐧 𝐡𝐢𝐧 𝐭𝐮𝐫𝐫𝐞. “Isheen ulfa turte; ciniinsuu da'umsaatiinis dhiphattee in iyyite.”   — Mul. 12:2 5, "𝐖𝐚𝐚𝐪𝐧𝐢" 𝐇𝐚𝐫𝐦𝐚 𝐃𝐮𝐛𝐚𝐫𝐭𝐢𝐢 𝐇𝐨𝐝𝐡𝐞𝐞𝐫𝐚 “Yesus utuu kana dubbachaa jiruu, namoota achi turan keessaa, dubartiin tokko sagalee ishee dhageesiftee, "Gadameessi si baatee fi harmi ati hoote haa gammadan!" jette.”   — Luq. 11:27 6, 𝐆𝐚𝐧𝐝𝐚 "𝐖𝐚𝐚𝐪𝐧𝐢" 𝐈𝐭𝐭𝐢 𝐃𝐡𝐚𝐥𝐚𝐭𝐞 “Bara mooticha Herodisitti, Yesus mandara Betlihem kutaa biyya Yihudaatti yommuu dhalate, kunoo, namoonni ogeeyyiin urjii lakkaa'an tokko ba'a-biiftuutii gara Yerusaalem dhufan.”   — Mat. 2:1 7, 𝐎𝐠𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚 "𝐖𝐚𝐚𝐪𝐚𝐚" “Kun ilma isa muka sooftichaa mitii? Haati isaas Maariyaam jedhamtee waamamti mitii ree? Yaaqoobii fi Yoseef, Simoonii fi Yihudaan obbolaa isaa ti mitii?”   — Mat. 13:55 “Kun muka soofticha ilma Maariyaam, obboleessa Yaaqoob, Yosees, Yihudaa fi Simoon mitii? Obboleettonni isaas as nu bira jiru mitii?" jedhanii isa maman.”   — Mar. 6:3 8, 𝐌𝐚𝐥𝐚 𝐆𝐞𝐞𝐣𝐣𝐢𝐛𝐚 "𝐖𝐚𝐚𝐪𝐧𝐢" 𝐈𝐭𝐭𝐢 𝐅𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚𝐦𝐮 “"Yaa ijoollee Xiyoon hin sodaatinaa, kunoo, mootiin keessan ilmoo harree irra taa'ee in dhufa" jedhame.”   — Yoh. 12:15 “inni, "Namoota Xiyoonitti himaa! Mootiin keessan gad of deebisee, kunoo, inni harree [yaabbii] keessaa, ilmoo harree irra taa'ee siif indhufa" isa jedhuu dha.”   — Mat. 21:5 9, 𝐍𝐲𝐚𝐚𝐭𝐚𝐚 "𝐖𝐚𝐚𝐪𝐚𝐚" 𝐟𝐢 𝐃𝐡𝐮𝐡𝐚𝐚𝐭𝐢𝐢 𝐌𝐚𝐜𝐡𝐞𝐞𝐬𝐬𝐮 “Ilmi namaa yommuu dhufe, in nyaata in dhugas; isin immoo 'llaa nama albaadhessaa fi machaa'aa kana, hidhata warra qaraxxuutii fi warra akka seeraatti hin jiraannee ti' jettu.”   — Luq. 7:34 “Ilmi namaa yommuu dhufe, in nyaata, in dhugas; isaan immoo, 'Ilaa nama albaadhessaa fi machaa'aa kana, hidhata warra qaraxxuutii fi warra akka seeraatti hin jiraannee' jedhu. Haa ta'u iyyuu malee, ogummaan Waaqayyoo ija hojii isaatiin dhugaa argate" jedhe.”   — Mat. 11:19 10, 𝐇𝐢𝐲𝐲𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚 "𝐖𝐚𝐚𝐪𝐚𝐚" “Yesus immoo, "Waangonni boolla qabu, simbirroonnis mann'ee qabu, ilmi namaa garuu lafa mataa isaa itti hirkifatu hin qabu" jedheen.”   — Mat. 8:20 𝐈𝐓𝐓𝐈 𝐅𝐔𝐅𝐀𝐀.............. 𝐍𝐚𝐦𝐧𝐢 𝐝𝐮𝐛𝐛𝐢𝐬𝐟𝐚𝐧 𝐬𝐚𝐧𝐚 𝐛𝐨𝐨𝐝𝐚 𝐡𝐢𝐫𝐢𝐲𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐧𝐢𝐢𝐟 𝐪𝐨𝐨𝐝𝐚𝐚!! @Dhugaa_Dhokatee https://t.me/Rafiiqul_Islaam
نمایش همه...
𝔻ℍ𝕌𝔾𝔸𝔸 𝕀𝕐𝕐𝔸𝕊𝕌𝕌𝕊 𝕎𝔸𝔸ℚ𝔸𝔸?
𝐊𝐔𝐓𝐀𝐀 1𝐅𝐅𝐀𝐀 وَقُلْ جَاءَ الْحَقُّ وَزَهَقَ الْبَاطِلُ ۚ إِنَّ الْبَاطِلَ كَانَ زَهُوقًا “Dhugaan dhufe; sobni dhabame Dhugumatti, sobni dhabamaa ta’eera” jedhi.  17:81 𝐌𝐲 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐉𝐨𝐢𝐧 @Rafiiqul_Islaam 1, 𝐃𝐡𝐚𝐥𝐨𝐨𝐭𝐚 "𝐖𝐚𝐚𝐪𝐚𝐚" “Inni waa'ee ilma isaa isa akka fooniitti sanyii Daawit keessaa dhalatee dubbate.”   — Rom. 1:3 2, 𝐇𝐢𝐝𝐝𝐚 𝐒𝐚𝐧𝐲𝐢𝐢 "𝐖𝐚𝐚𝐪𝐚𝐚" “Toorri hidda dhaloota Yesus Kristos sanyii Daawit, sanyii Abrahaam isa kana.”   — Mat. 1:1 3, 𝐒𝐚𝐚𝐥𝐚 "𝐖𝐚𝐚𝐪𝐚𝐚" “Guyyaan saddeettaffaan erga darbee mucicha dhagna qabuun in ga'e; akkuma ergamaan Waaqayyoo utuu isheen hin ulfaa'in dura, haadha isaatti himee turetti maqaa isaa "Yesus" jedhan.”   — Luq. 2:21 4, 𝐖𝐚𝐚'𝐞𝐞 𝐌𝐚𝐫𝐲𝐚𝐦 "𝐖𝐚𝐚𝐪𝐚" 𝐔𝐥𝐟𝐨𝐨𝐟𝐭𝐞𝐞 𝐃𝐚'𝐮𝐮 𝐀𝐤𝐤𝐚𝐦𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐌𝐚𝐫𝐲𝐚𝐦 𝐖𝐚𝐚𝐪𝐚 𝐔𝐥𝐟𝐨𝐨𝐟𝐭𝐞𝐞 𝐃𝐞𝐞𝐬𝐬𝐞𝐞?? 𝐌𝐚𝐫𝐲𝐚𝐦 𝐚𝐤𝐤𝐚 𝐝𝐮𝐛𝐚𝐫𝐭𝐢𝐢 𝐤𝐚𝐦𝐢𝐢𝐲𝐲𝐮𝐮 𝐔𝐥𝐟𝐨𝐨𝐟𝐭𝐞𝐞 𝐝𝐚'𝐮𝐮 𝐪𝐚𝐛𝐱𝐢𝐢𝐧 𝐢𝐛𝐬𝐮:- “Betlihem utuu jiraniis, yeroon Maariyaam itti deessu ga'e;”   — Luq. 2:6 𝐊𝐚𝐧𝐚 𝐣𝐞𝐜𝐡𝐮𝐮𝐧 𝐚𝐤𝐤𝐮𝐦𝐚 𝐝𝐮𝐛𝐚𝐫𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐤𝐚𝐦𝐢𝐲𝐲𝐮𝐮 𝐣𝐢'𝐚 𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐮𝐥𝐟𝐚𝐚𝐲𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐝𝐚'𝐚𝐧𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐤𝐚𝐧 𝐝𝐞𝐞𝐬𝐬𝐞 𝐭𝐚𝐡𝐮𝐮 𝐡𝐮𝐛𝐚𝐧𝐧𝐚 𝐡𝐚𝐚𝐥𝐥𝐢 𝐢𝐬𝐢𝐢𝐧 𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐝𝐞𝐞𝐬𝐬𝐞𝐥𝐥𝐞𝐞 𝐚𝐤𝐤𝐮𝐦𝐚 𝐝𝐮𝐛𝐚𝐫𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐡𝐮𝐧𝐝𝐮𝐦𝐭𝐮𝐮 𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐧𝐚𝐦𝐚 𝐝𝐞𝐞𝐬𝐬𝐮𝐭𝐭𝐢 𝐦𝐚𝐥𝐞𝐞 𝐛𝐢𝐟𝐚 𝐚𝐝𝐝𝐚 𝐭𝐚𝐡𝐞𝐞𝐧 𝐡𝐢𝐧 𝐭𝐮𝐫𝐫𝐞. “Isheen ulfa turte; ciniinsuu da'umsaatiinis dhiphattee in iyyite.”   — Mul. 12:2 5, "𝐖𝐚𝐚𝐪𝐧𝐢" 𝐇𝐚𝐫𝐦𝐚 𝐃𝐮𝐛𝐚𝐫𝐭𝐢𝐢 𝐇𝐨𝐝𝐡𝐞𝐞𝐫𝐚 “Yesus utuu kana dubbachaa jiruu, namoota achi turan keessaa, dubartiin tokko sagalee ishee dhageesiftee, "Gadameessi si baatee fi harmi ati hoote haa gammadan!" jette.”   — Luq. 11:27 6, 𝐆𝐚𝐧𝐝𝐚 "𝐖𝐚𝐚𝐪𝐧𝐢" 𝐈𝐭𝐭𝐢 𝐃𝐡𝐚𝐥𝐚𝐭𝐞 “Bara mooticha Herodisitti, Yesus mandara Betlihem kutaa biyya Yihudaatti yommuu dhalate, kunoo, namoonni ogeeyyiin urjii lakkaa'an tokko ba'a-biiftuutii gara Yerusaalem dhufan.”   — Mat. 2:1 7, 𝐎𝐠𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚 "𝐖𝐚𝐚𝐪𝐚𝐚" “Kun ilma isa muka sooftichaa mitii? Haati isaas Maariyaam jedhamtee waamamti mitii ree? Yaaqoobii fi Yoseef, Simoonii fi Yihudaan obbolaa isaa ti mitii?”   — Mat. 13:55 “Kun muka soofticha ilma Maariyaam, obboleessa Yaaqoob, Yosees, Yihudaa fi Simoon mitii? Obboleettonni isaas as nu bira jiru mitii?" jedhanii isa maman.”   — Mar. 6:3 8, 𝐌𝐚𝐥𝐚 𝐆𝐞𝐞𝐣𝐣𝐢𝐛𝐚 "𝐖𝐚𝐚𝐪𝐧𝐢" 𝐈𝐭𝐭𝐢 𝐅𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚𝐦𝐮 “"Yaa ijoollee Xiyoon hin sodaatinaa, kunoo, mootiin keessan ilmoo harree irra taa'ee in dhufa" jedhame.”   — Yoh. 12:15 “inni, "Namoota Xiyoonitti himaa! Mootiin keessan gad of deebisee, kunoo, inni harree [yaabbii] keessaa, ilmoo harree irra taa'ee siif indhufa" isa jedhuu dha.”   — Mat. 21:5 9, 𝐍𝐲𝐚𝐚𝐭𝐚𝐚 "𝐖𝐚𝐚𝐪𝐚𝐚" 𝐟𝐢 𝐃𝐡𝐮𝐡𝐚𝐚𝐭𝐢𝐢 𝐌𝐚𝐜𝐡𝐞𝐞𝐬𝐬𝐮 “Ilmi namaa yommuu dhufe, in nyaata in dhugas; isin immoo 'llaa nama albaadhessaa fi machaa'aa kana, hidhata warra qaraxxuutii fi warra akka seeraatti hin jiraannee ti' jettu.”   — Luq. 7:34 “Ilmi namaa yommuu dhufe, in nyaata, in dhugas; isaan immoo, 'Ilaa nama albaadhessaa fi machaa'aa kana, hidhata warra qaraxxuutii fi warra akka seeraatti hin jiraannee' jedhu. Haa ta'u iyyuu malee, ogummaan Waaqayyoo ija hojii isaatiin dhugaa argate" jedhe.”   — Mat. 11:19 10, 𝐇𝐢𝐲𝐲𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚 "𝐖𝐚𝐚𝐪𝐚𝐚" “Yesus immoo, "Waangonni boolla qabu, simbirroonnis mann'ee qabu, ilmi namaa garuu lafa mataa isaa itti hirkifatu hin qabu" jedheen.”   — Mat. 8:20 𝐈𝐓𝐓𝐈 𝐅𝐔𝐅𝐀𝐀.............. 𝐍𝐚𝐦𝐧𝐢 𝐝𝐮𝐛𝐛𝐢𝐬𝐟𝐚𝐧 𝐬𝐚𝐧𝐚 𝐛𝐨𝐨𝐝𝐚 𝐡𝐢𝐫𝐢𝐲𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐧𝐢𝐢𝐟 𝐪𝐨𝐨𝐝𝐚𝐚!! @Dhugaa_Dhokatee https://t.me/Rafiiqul_Islaam
نمایش همه...
𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐𝒇𝒊𝒊 𝑩𝒂𝒔𝒉𝒂𝒏𝒏𝒂𝒏𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝑮𝒐𝒅𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂. 𝐇𝐮𝐛𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐚: 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒊𝒊 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 3𝑲 𝒇𝒊 𝑰𝒔𝒂𝒂 𝑾𝒐𝒍𝒊𝒊𝒏 𝑲𝒂𝒏 𝑯𝒐𝒋𝒋𝒂𝒏𝒏𝒖 𝑻𝒂'𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑵𝒂𝒎𝒏𝒊 𝑵𝒖𝒕𝒕𝒊 𝑫𝒂𝒃𝒂𝒍𝒂𝒎𝒖𝒖 𝑭𝒆𝒆𝒕𝒂𝒏 𝑨𝒔𝒊𝒊𝒏 𝑵𝒖 𝑸𝒖𝒏𝒏𝒂𝒎𝒂𝒂 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨 𝐐𝐨𝐟𝐚 3𝐊+ 𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝐫: @Rafiiqul_Islaam2
نمایش همه...
𝐉𝐞𝐜𝐡𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐗𝐢𝐢𝐧-𝐒𝐚𝐦𝐦𝐮𝐮
𝐉𝐞𝐜𝐡𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐇𝐚𝐲𝐲𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚
𝐎𝐝𝐮𝐮 𝐈𝐬𝐩𝐨𝐨𝐫𝐭𝐢𝐢
𝐉𝐞𝐜𝐡𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐁𝐞𝐞𝐤𝐭𝐨𝐭𝐚𝐚
𝐖𝐨𝐥𝐚𝐥𝐨𝐨𝐰𝐰𝐚𝐧 𝐌𝐢𝐦𝐦𝐢𝐢𝐝𝐡𝐚𝐠𝐨𝐨
𝐉𝐞𝐜𝐡𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐌𝐢𝐦𝐦𝐢𝐢𝐝𝐡𝐚𝐠𝐨𝐨
𝐌𝐢𝐥𝐤𝐚𝐚'𝐢𝐧𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐚
𝐃𝐚𝐚𝐧𝐝𝐢𝐢 𝐌𝐢𝐥𝐤𝐚𝐚'𝐢𝐧𝐚𝐚
𝐆𝐨𝐫𝐬𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐚
𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐚 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐭𝐭𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚
𝐐𝐮𝐫'𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚
𝐇𝐚𝐝𝐢𝐢𝐬𝐚
𝐙𝐢𝐤𝐢𝐫𝐢𝐢𝐰𝐰𝐚𝐧𝐢𝐢𝐟𝐢𝐢 𝐆𝐨𝐫𝐬𝐚
𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐𝒇𝒊𝒊 𝑩𝒂𝒔𝒉𝒂𝒏𝒏𝒂𝒏𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝑮𝒐𝒅𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂. 𝐇𝐮𝐛𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐚: 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒊𝒊 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 3𝑲 𝒇𝒊 𝑰𝒔𝒂𝒂 𝑾𝒐𝒍𝒊𝒊𝒏 𝑲𝒂𝒏 𝑯𝒐𝒋𝒋𝒂𝒏𝒏𝒖 𝑻𝒂'𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑵𝒂𝒎𝒏𝒊 𝑵𝒖𝒕𝒕𝒊 𝑫𝒂𝒃𝒂𝒍𝒂𝒎𝒖𝒖 𝑭𝒆𝒆𝒕𝒂𝒏 𝑨𝒔𝒊𝒊𝒏 𝑵𝒖 𝑸𝒖𝒏𝒏𝒂𝒎𝒂𝒂 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨 𝐐𝐨𝐟𝐚 3𝐊+ 𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝐫: @Rafiiqul_Islaam2
نمایش همه...
𝐉𝐞𝐜𝐡𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐗𝐢𝐢𝐧-𝐒𝐚𝐦𝐦𝐮𝐮
𝐉𝐞𝐜𝐡𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐇𝐚𝐲𝐲𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚
𝐎𝐝𝐮𝐮 𝐈𝐬𝐩𝐨𝐨𝐫𝐭𝐢𝐢
𝐉𝐞𝐜𝐡𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐁𝐞𝐞𝐤𝐭𝐨𝐭𝐚𝐚
𝐖𝐨𝐥𝐚𝐥𝐨𝐨𝐰𝐰𝐚𝐧 𝐌𝐢𝐦𝐦𝐢𝐢𝐝𝐡𝐚𝐠𝐨𝐨
𝐉𝐞𝐜𝐡𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐌𝐢𝐦𝐦𝐢𝐢𝐝𝐡𝐚𝐠𝐨𝐨
𝐌𝐢𝐥𝐤𝐚𝐚'𝐢𝐧𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐚
𝐃𝐚𝐚𝐧𝐝𝐢𝐢 𝐌𝐢𝐥𝐤𝐚𝐚'𝐢𝐧𝐚𝐚
𝐆𝐨𝐫𝐬𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐚
𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐚 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐭𝐭𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚
𝐐𝐮𝐫'𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚
𝐇𝐚𝐝𝐢𝐢𝐬𝐚
𝐙𝐢𝐤𝐢𝐫𝐢𝐢𝐰𝐰𝐚𝐧𝐢𝐢𝐟𝐢𝐢 𝐆𝐨𝐫𝐬𝐚
𝑨𝒔𝒔𝒂𝒍𝒂𝒂𝒎𝒖 𝑨𝒍𝒂𝒚𝒊𝒌𝒖𝒎 𝑾𝒐𝒓𝒂𝒉𝒎𝒂𝒕𝒖𝒍𝒍𝒂𝒂𝒉𝒊 𝑾𝒐𝒃𝒂𝒓𝒂𝒌𝒂𝒂𝒕𝒖𝒉𝒖𝒖 𝐆𝐚𝐚𝐟𝐟𝐢𝐢 𝐀𝐫𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐆𝐚𝐝𝐢𝐢 𝐈𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐇𝐢𝐫𝐦𝐚𝐚𝐝𝐡𝐚𝐚!! 𝑌𝑒𝑟𝑜𝑜 𝐽𝑎𝑙𝑞𝑎𝑏𝑎𝑎𝑡𝑖𝑖𝑓 𝐾𝑎𝑟𝑎𝑎 𝑅𝑎𝑏𝑏𝑖𝑖 𝐾𝑒𝑒𝑠𝑠𝑎𝑡𝑡𝑖 𝑁𝑎𝑚𝑛𝑖 𝑋𝑖𝑦𝑦𝑎 𝐷𝑎𝑟𝑏𝑎𝑡𝑒 𝐸𝑒𝑛𝑦𝑢𝑢?
نمایش همه...
𝑲𝒉𝒂𝒍𝒊𝒊𝒅 𝑰𝒃𝒏𝒖 𝑨𝒍-𝑾𝒂𝒍𝒊𝒊𝒅 ( 𝑹.𝑨)
𝑯𝒂𝒎𝒛𝒂𝒂 𝑩𝒊𝒏𝒖 𝑨𝒃𝒅𝒖𝒍-𝑴𝒖𝒙𝒙𝒂𝒍𝒊𝒃 ( 𝑹.𝑨)
𝒁𝒆𝒚𝒊𝒊𝒅 𝑩𝒊𝒏 𝑨𝒍-𝑯𝒂𝒂𝒓𝒊𝒔 ( 𝑹.𝑨)
𝑺𝒂'𝒂𝒂𝒅 𝑩𝒊𝒏 𝑨𝒃𝒊𝒊 𝑾𝒂𝒒𝒒𝒂𝒂𝒔 ( 𝑹.𝑨)