cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

ORO MAN UNITED ™

Chaanaalii kana keessatti Odeffannoo Waa'ee Maan Yunaayitidin walqabatan qofa argattu. 👉Jijjirraa Taphattoota Kan Maan Yunaayitid 👉Taphoota Maan Yunaayitid kallattiin. 👉Yaada qabdan karaa @Ameks7 gaafachu dandeessu Group 👉 @Oro_man_uniteds_Group

نمایش بیشتر
أثيوبيا1 946زبان مشخص نشده استورزش5 305
پست‌های تبلیغاتی
11 704
مشترکین
+6924 ساعت
+2427 روز
+1 23530 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

📲Yeroo boqonna keessani Airdrop 🚀 kanatti dabarsa. 👉Hojii kana hojjechuf listing date eeguu sin barbaachisu 0.5TON yoo geesse battalumatti baasuu dandeessa. 0.5 $TON = 4$ https://t.me/Moonton_aidrop_bot?start=6437684035 Eegaluuf 👉👉
نمایش همه...
Photo unavailableShow in Telegram
Maanchistar Yunaayitid Maatiyaas Deeliit hanga June 2029tti Ooldiraafoorditti kontiraata waggaa 5 akka taphatu dhiyeessee jira. *Yoo walii galuu isaa ni ilaalla 𝚜𝚑𝚊𝚛𝚎➪  @Oro_man_uniteds  𝚜𝚑𝚊𝚛𝚎➪  @Oro_man_uniteds
نمایش همه...
🔥 12👍 3
Link 🖇 ani gaditti isiniif kaa'e kanaan seenuun airdrop haaraa kan Sooressa addunyaa kanaa ELON MUSK dhaan deeggarama jedhamaa jiru kana eegala. Karaa salphaa tap tap , spin fi share gochuun hojjechuu dandeessu ammuma eegalaa.....👇👇👇👇 https://t.me/whitebunnywtf_bot?start=ref6682316e01f83b545dbf0822 https://t.me/whitebunnywtf_bot?start=ref6682316e01f83b545dbf0822 https://t.me/whitebunnywtf_bot?start=ref6682316e01f83b545dbf0822 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲ @Oro_man_uniteds                      @Oro_man_uniteds
نمایش همه...
Photo unavailableShow in Telegram
Tapha kaleessa booda Koomentiwwan Koobii Maayinoof kennaman.❤️
نمایش همه...
23🥰 3👍 1
Photo unavailableShow in Telegram
Baga dhalattee🎉 Garnaachoon har'a guyyaa dhalootaa isaa kabajachaa jira!! 20 ffaa isaa qabatee🥰 Happy birthday LGD Share💫 @Oro_man_uniteds
نمایش همه...
Photo unavailableShow in Telegram
Taphataan dargaggeessi sarara fulduraa kilaba keenya Alehandiro Gaarnachoon har'a guyyaa dhaloota isaa waggaa 20ffaa kabajachaa jira.🥳 Happy Birthday 𝙎𝙩𝙖𝙧𝘽𝙊𝙔 🌟🇦🇷
نمایش همه...
🔥 20🎉 5👍 3👏 2
🚨🎖️| Maanchistar Yunaayitid taphattoota gara kilabichaatti fiduuf fedhii guddaa kan qaban yoo tahu, Maatiyaas Dilaayit fudhachuuf waliigaltee irratti hojjechaa jiru. Gatiin jijjirraa Jarad Biraanzwet ammallee £65m - £70m tahee jira. [FabrizioRomano]🎖
نمایش همه...
13👍 2
Photo unavailableShow in Telegram
🔥 11
Photo unavailableShow in Telegram
👍 5 1🥰 1
Photo unavailableShow in Telegram
Maatiin Oro Maan Yunaayitid nagaan bulaa😘       Halkan Gaarii❤️🙏 𝚜𝚑𝚊𝚛𝚎➪  @Oro_man_uniteds  𝚜𝚑𝚊𝚛𝚎➪  @Oro_man_uniteds
نمایش همه...
👍 16🥰 2
یک طرح متفاوت انتخاب کنید

طرح فعلی شما تنها برای 5 کانال تجزیه و تحلیل را مجاز می کند. برای بیشتر، لطفا یک طرح دیگر انتخاب کنید.