fa
Feedback
Hambisaa@Aroo

Hambisaa@Aroo

رفتن به کانال در Telegram

Karaa sarara channel kanaa: *Jechoota gorsaaf oolan, *Barreeffamoota bashannansiisoo, *Jechoota onnachiisoo fi afoola.

نمایش بیشتر
2 290
مشترکین
+1224 ساعت
+197 روز
+7430 روز
آرشیو پست ها
Repost from Hope Promotion
Daqiiqaa 30 booda ni balleeffama - Channelee Kanneen ariifadhaa Join Godhadhaa! 🎄 📊⬇️ ┃📩 Now Speak English ┃─ ┃😀 Daily Info ┃─ ┃😁 Kottaa Kolfaa ┃─ ┃⚽️ Football Highlight ┃─ ┃❓ Kana Beektuu ┃─ ┃👤 @Gaggeessummaa ┃─ ┃📚 @Books_Club12 ┃─ ┃😄 Dinqisiisoo Addunyaa ┃─ ┃💡 Beekumsa Waliigalaa ┃─ ┃✍ Seenaa Oromoo Ariifadhaa Join Godhadhaa! 👇👇 Free promotion ✍️ Contact: @Getu_Abera

💔 Jaalalli shamarranii dhiirota hawwachuuf ulaagaalee gurguddoo 3 qabaachuun irra jiraata jedhamee yaadama, Kunis,...⏩See Mo
💔 Jaalalli shamarranii dhiirota hawwachuuf ulaagaalee gurguddoo 3 qabaachuun irra jiraata jedhamee yaadama, Kunis,...⏩See More 👉  See More          See More ❌ Dhiironni ariitiin jaalala simatan dhuma irratti,...➡️See More

Repost from Hope Promotion
Daqiiqaa 30 booda ni balleeffama - Channelee Kanneen ariifadhaa Join Godhadhaa! 🎄 📊⬇️ ┃📩 Now Speak English ┃─ ┃😀 Daily Info ┃─ ┃😁 Kottaa Kolfaa ┃─ ┃⚽️ Football Highlight ┃─ ┃❓ Kana Beektuu ┃─ ┃👤 @Gaggeessummaa ┃─ ┃📚 @Books_Club12 ┃─ ┃😄 Dinqisiisoo Addunyaa ┃─ ┃💡 Beekumsa Waliigalaa ┃─ ┃✍ Seenaa Oromoo Ariifadhaa Join Godhadhaa! 👇👇 Free promotion ✍️ Contact: @Getu_Abera

photo content
+8

Beeksisa Hojii Biiroo Fayyaa Magaalaa Finfinnee Biiroon Fayyaa Magaalaa Finfinnee ogeessota hedduu qaxaruuf beeksisa baasee jira. Baay'ina hojii: Hojii banaa 1000 ol Iddoo hojii:Hospitaala Ispeeshaalaayizdii Laaftoo fi Hospitaala Waliigalaa Kolfee Haala qacarrii:Dhaabbataa (Permanent) fi Yeroo Murtaa'eef (Contract) Guyyaa galmee: Kan Yeroo Murtaa'eef( Contract): Adoolessa 31, 2026 Dhaabbiif( Permanent): Hagayya 7, 2026 Hubachiisa: * Galmeen online qofaan guutama. * Odeeffannoo hunda guuttanii fi faayiloota barbaachisan erga maxxansitanii booda qofa Submit kan jedhu cuqaasaa. * Email tokkoon yeroo tokko qofa galmaa'uun danda'ama. Galmaa'uuf liinkii armaan gadii fayyadamaa. Kan yeroo murtaa'ee(Contract): https://forms.gle/sphHtPyHE9qmuxhz5 Kan Dhaabbiif(Permanent): https://forms.gle/J1AaXJtRrVMoaFSu9 Warri isin ilaallatu galmaa'aa. Beeksisa kana hiriyyoota keessaniif qoodaa biraan gahaa. Odeeffannoo dabalataaf suuraa armaan gadii ilaalaa.

Namoonni liinkii NGAT nu dide jettan liinkii armaan gadii kanaan seenuun galmaa'aa. Yuunivarsiitii Haramaayaatti, Muummee Afa
+1
Namoonni liinkii NGAT nu dide jettan liinkii armaan gadii kanaan seenuun galmaa'aa. Yuunivarsiitii Haramaayaatti, Muummee Afaan Oromoo, Ogumaafi Qunnamtiitti digrii 3ffaa (PhD) Digrii Doktorummaa Falaasamaa Afaan Oromoo fi Ogumaan, digrii 2ffaa sagantaawwan akka MA Oguma Oromoo, MA Afaan Oromoo Barsiisuufi MA Xiinqooqa Afaan Oromootiin akka barattan isiniin jenna. Sagantaa digrii 2ffaatiin Idileefi barnoota torbaniitiin giddugalawwan akka Gursum, Harar, Calanqoo, Baddannoo, Guraawwaa, Karraamilleefi Dirre Dawaatti barachuu dandeessu. Kanaafis, qormaata NGAT qoramanii darbuun dirqama waan ta'eef amma galmaa'aa isiniin jenna. 👉 https://ngat.ethernet.edu.et

photo content

Beeksisa Galmee Qormaata Seensa Barnoota Digrii Duraan Boodaa (NGAT) Ministeerri Barnoota namoota barnoota digirii 2ffaa MA fi digrii 3ffaa PhD barachuu barbaadaniif qormaata seensa barnoota digrii duraan boodaa (NGAT) tiif akka galmooftan beeksisee jira. Addumaan Yuunivarsiitii Haramaayaatti namoonni sagantaa idilee, barnoota torbaniin giddu gala adda addaatti barachuu barbaaddan amma galmaa'uun qoramuu dandeessu. Namoonni galmaa'uu barbaaddan liinkii armaan gadiitiin seentanii galmaa'uu dandeessu. Kan xalayaa suuraan jiru kanas ilaaluun odeeffannoo keessan gabbifadhaa. Waliif dabarsaa. 👉Liinkii: https://ngat.ethernet.edu.et NGAT Registration announcement The Ministry of Education of Ethiopia is pleased to announce that registration for the 2018 academic year NGAT has now started! Registration will be open from Hamle 18-25, 2018 E.C. Register here: https://ngat.ethernet.edu.et Please take note of the following important points: 1. The applicants must have a National ID (Fayda) to complete the registration process. 2. The registration fee is 750 ETB. Payment must be made via Telebirr during the registration process. 3. Registration is available at the public universities in Ethiopia All updates and announcements will be posted here. Stay tuned!

photo content

❤️ "Jaalalli madda nagaan irraa maddu kan ta'eef sababa gurguddoo 4 ...⏩ As tuquun dubbisaa 👇👇 See More See More
❤️ "Jaalalli madda nagaan irraa maddu kan ta'eef sababa gurguddoo 4 ...⏩ As tuquun dubbisaa       👇👇      See More      See More

👋Hi! ╔┓┏╦━━╦┓╔┓╔━━╗ ║┗┛║┗━╣┃║┃║╯╰║ ║┏┓║┏━╣┗╣┗╣╰╯║ ╚┛┗╩━━╩━╩━╩━━~ 🔵 Join the Best Channels below 👇 Reading Materials & Psychological Channels 👇 ┃_ ┃Reading PDF 📖 ┃_ ┃Leadership and Psychology 🥇 ┃_ ┃Walaloo Jaalalaa ❤️ ┃_ ┃Love Tips 💋 ┃_ ┃Hariiroo Jaalalaa 🌷 ┃_ ┃@Amharic_proverb ✉️ ┃_ ┃Love Heart 😵‍💫 ┃_ ┃Facts and Knowledge ✅ ┃_ Educational Channels ┃_ ┃Siifol Tech 🖥 ┃_ ┃Researchers Review ☁️ ┃_ ┃@Dhimma_Fayyaa 💊 ┃_ ┃English Class 🎓 ┃_ ┃Now Speak English 🕖 ┃_ ┃Jara Tech 🚀 ┃_ ┃Crypto Insight news 😀 ┃_ ┃Crypto Earn 💸 ┃Spiritual Channels 👇 ┃_ ┃@Gaaela_Gaarii 🎀 ┃_ ┃Faarfannaa Durii 🎙 ┃_ ┃Getu Official ┃_ ┃Arara Tv World Wide ❤️ ┃_ ┃@Walaloo_Faaruu🎙 ┃_ ┃Spiritual PDF © Sport Channels ┃_ ┃Dirree Sport 😱 ┃_ ┃Sport Center ✅ ┃_ Channelee Bohaartii ┃_ ┃Kottaakolfaa 😂 ┃_ ┃Asoosamaafiwalaloo 📜 ┃_ ┃@Mammaaka_Oromoo ⭐️ News Channels ┃_ ┃Daily News 📊 ┃_ ┃BBC Afaan Oromoo 🌍 ┃_ ┃ ┃@hopepromotion 🎺 ┃buy and sell channels 🛒 Contact: @Getu_Abera ☑️

🔒 Jireenya isaaniitiin shamarran malaa fi ogummaa cimaa dhiirota ittiin caalan 3 qabu.... ⏩As tuquun Itti fufaa dubbisaa 👇�
🔒 Jireenya isaaniitiin shamarran malaa fi ogummaa cimaa dhiirota ittiin caalan 3 qabu.... ⏩As tuquun Itti fufaa dubbisaa                   👇👇👇👇         👉✨See More✨👈         👉✨See More✨👈                👆👆👆👆 ✅ Mala dubartii fi humna bishaanii siif haa kennu,... See More

Repost from Hope Promotion
Daqiiqaa 30 booda ni balleeffama - Channelee Kanneen ariifadhaa Join Godhadhaa! 🎄 📊⬇️ ┃📩 Now Speak English ┃─ ┃😀 Daily Info ┃─ ┃😁 Kottaa Kolfaa ┃─ ┃⚽️ Football Highlight ┃─ ┃❓ Kana Beektuu ┃─ ┃👤 @Gaggeessummaa ┃─ ┃📚 @Books_Club12 ┃─ ┃😄 Dinqisiisoo Addunyaa ┃─ ┃💡 Beekumsa Waliigalaa ┃─ ┃✍ Seenaa Oromoo Ariifadhaa Join Godhadhaa! 👇👇 Free promotion ✍️ Contact: @Getu_Abera

👉Beeksisa Warra PGDT Barachuu Barbaadan Hundaaf Yuunivarsiitii Haramaayaa 👉Namoonni sagantaa gannaatiin Yuunivarsiitii Hara
👉Beeksisa Warra PGDT Barachuu Barbaadan Hundaaf Yuunivarsiitii Haramaayaa 👉Namoonni sagantaa gannaatiin Yuunivarsiitii Haramaayaatti barnoota PGDT barachuu barbaaddan hidhaa(liinkii) armaan gadiitiin seentanii galmaa'uu dandeessu. Galmeen online kun akkuma xumurameen guyyaan qaamaan argamtanii galmooftanii barnoota keessan itti fuftanii isin beeksifama. Namoonni isin ilaallatu carraa kanatti fayyadamaa. Hiriyyoota keessaniif qoodaa biraan gahaa. https://forms.cloud.microsoft/Pages/ResponsePage.aspx?id=sKN0PSopiEuyzyCpcBsELU5ThhNr8GBKrR_EyRUorJxUMkVBT1FROUNJNjk0Tkk4SEhRNlJLQ0pXUS4u

🌹 Karaalee Jaalala ittiin ibsattu baay'ee si gargaaran 15 kanneen... ➡️ Asitti bu'uun dubbisi 👉 See More See More
🌹 Karaalee Jaalala ittiin ibsattu baay'ee si gargaaran 15 kanneen... ➡️ Asitti bu'uun dubbisi       👉  See More              See More

Repost from Hope Promotion
Daqiiqaa 30 booda ni balleeffama - Channelee Kanneen ariifadhaa Join Godhadhaa! 🎄 📊⬇️ ┃📩 Now Speak English ┃─ ┃😀 Daily Info ┃─ ┃😁 Kottaa Kolfaa ┃─ ┃⚽️ Football Highlight ┃─ ┃❓ Kana Beektuu ┃─ ┃👤 @Gaggeessummaa ┃─ ┃📚 @Books_Club12 ┃─ ┃😄 Dinqisiisoo Addunyaa ┃─ ┃💡 Beekumsa Waliigalaa ┃─ ┃✍ Seenaa Oromoo Ariifadhaa Join Godhadhaa! 👇👇 Free promotion ✍️ Contact: @Getu_Abera

Hasbarruuwwan Gorsaaf Oolan Kutaa 89ffaa 👉Nama hedduu wajjin jiraadhu. Bakka kamiis hojjedhu. Milkaa'ina kee itti fufsiisuuf amanamummaa walitti fufaa qabaadhu. 👉Waan xiqqaas haa ta'u guddaa waan dandeessuun nama gargaaruun gammachuu siif kenna. Nama kan gargaartu garuu nama namummaa isaa qofaaf ta'uu qaba. 👉Namoonni naannoo keetii sirriitti sin beekani. Haa ta'u malee, namoonni sirraa fagoo jiran waan gaarii ati qabdu beekanii sirraa fayyadamu. Kanaaf, atis namoota bu'aa kee hinbeekne gatiidhaan tajaajiluu kee irra namoota gatii kee beekan gatii malee tajaajiluu wayya. 👉Ani Gammadaa Milkaa'ina Koofi Namootaati. https://t.me/HamboofAroon1

Beeksisa Qacarrii Biiroo Barnootaa Magaalaa Finfinnee Biiroon Barnootaa Magaalaa Finfinnee bakka banaa hojii qabu irratti bar
Beeksisa Qacarrii Biiroo Barnootaa Magaalaa Finfinnee Biiroon Barnootaa Magaalaa Finfinnee bakka banaa hojii qabu irratti barsiisota sadarkaa digrii 2ffaa qaban gosoota barnootaa armaan gadii irratti dorgomsiisee qacaruu barbaada. Afaan Ingilizii MA Herrega MSc Baayiloojii MSc Keemistirii MSc Fiiziksii MSc Kanaaf, namoonni ulaagaa isaa guuttaniifi fedhii qabdan ammuma deemtanii galmaa'uu dandeessu. Namoota barbaadaniifis qoodaafii.