URJII BARII MEDIA
Urjii Barii Miidiyaa Miidiyaa Ifaa Biyyaa Dirree beekumsaa fi odeeffannoon guutee #join gochuun ittii dabalamuu hin dagatiinaa. @Urjii_biyyaa https://t.me/Urjii_biyyaa
نمایش بیشتر- مشترکین
- پوشش پست
- ER - نسبت تعامل
در حال بارگیری داده...
در حال بارگیری داده...
Kumalaa Addunyaa sirboota aadafi qabsoo sirbuudhan beekama. Keessumaa sirba "Addaarraan lootii gaddachaastee, shaashaa gootee garaa na rooraastee..." jedhuun hawaasa biratti heddu jaalatama. Sirbaa cidhaa akkasumas waggaa kudhan dura kan baase sirba "bara roobni hammaate" jedhus qaba.
‘Maallaqaaf jedheen malee waan kana hin hojjedhun ture’ jetti dubartiin Yukireen kan sababii waraanaatiin maallaqa ittiin jiraattuu barbaacha daldala ulfa nama biraa baachuuf (Surrogacy) dirqamte tokko. Ofii gadaameessa kireessuun ulfa namaa baachuun maali?
طرح فعلی شما تنها برای 5 کانال تجزیه و تحلیل را مجاز می کند. برای بیشتر، لطفا یک طرح دیگر انتخاب کنید.