cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Qo'annaa Faarfannaa

نمایش بیشتر
کشور مشخص نشده استزبان مشخص نشده استدین و مذهبی114 623
پست‌های تبلیغاتی
319
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
+47 روز
+2730 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

በገነት በነበረች በዕፀ ህይወት ፋንታ በምድር ተተከለች ልትሆነው ለአዳም ደስታ ፍሬዋም ጥዑም ምግብ መድሀኒት ነው ለዓለሙ የበሉት አይራቡም የጠጡት አይጠሙ ሳታገኝ ውሃ ሳይተክሏት በምድር ፍሬን ያፈራች የካህን ውበት አይመረምረው የሰው ህሊና የፅንሷን ነገር በድንግልና አዝ+++++++++++++++ ሄዋን ከገነት ብትበላ ፍሬ ምክሩ ቢጥላት የጠላት ወሬ የህይወት ፍሬ ታይች አፍርታ አደሲቷ ምድር ድንግል ኤፍራታ አዝ+++++++++++++++ እሾህ አፈራች ምድር አሜኬላ በወዝ በላቡ አዳም ሊበላ እርግማን ጠፋ ተሻረ መርገም ንፅሂት ደመና ስትሰጠን ዝናም አዝ+++++++++++++++ ፍሬውን ታቅፋ ታይች አበባ ክረምት አለፈ ዘመንም ጠባ የዜማው ጊዜ እነሆ ደርሷል በድንግል ፍሬ ሀዘን ተረስቷል በገነት በነበረች በዕፀ ህይወት ፋንታ በምድር ተተከለች ልትሆነው ለአዳም ደስታ ፍሬዋም ጥዑም ምግብ መድሀኒት ነው ለዓለሙ የበሉት አይራቡም የጠጡት አይጠሙ ለኦርቶዶክስ ተዋሕዶ ልጆች👇                 •➢ ሼር // SHARE      🔸 @Z_TEWODROS 🔸🔹🔸 @Z_TEWODROS      🔸 @Z_TEWODROS ✍️Comment @Channel_admin09
نمایش همه...
በገነት_በነበረች_ሊቀ_መዘምራን_ቴዎድሮስ_ዮሴፍ_@_mahtot.mp31.03 MB
ስተኛ የምትናፍቀኝ ስተኛ የምትናፍቀኝ ስነቃ ትዝ የምትለኝ ለእኔስ እንዳንተ ማን አለኝ (2) ጉዴን አንብበህ ውስጤን ጀርባዬን አይተህ ክብሬን ግድ አለህና መዳኔ በጽድቅ መጣህ ወደኔ ፍቅሬ ነህ አንተ የግሌ መፈወሻዬ የቁስሌ የማልሰለችህ ተወዳጅ መርጬሀለው በአዋጅ እስክትባርከኝ አይደለም የምታገልህ የማልም ከያቦቅ በላይ ባርኮቴ ታስፈልጋለህ ለህይወቴ ያዘኝ ልያዝህ አትተወኝ እየባረከኝ ኑርብኝ ሰማይ ቢቀላ ቢነጋ አልለያይም ካንተጋ አይኔ አሸልሞ ስቆዝም ጉልበቴ ዝሎ ስደክም ፊትህ በርቶልኝ በግርማ ደግሞ እቆማለው ለዜማ የማልሰለችህ ስስቴ መኖሪያ አለሜ እርስቴ መሻቴ ሁሉ የሆነው ኢየሱስ ባንተ ብቻ ነው ዘማሪት ትርሃስ ገብረእግዚአብሔር 👇👇👇 t.me/MaasiiGabrieel
نمایش همه...
ስተኛ_የምትናፍቀኝ_ስነቃ_ትዝ_የምትለኝ_ለኔስ_እንዳተ_ማን_አለኝ_እየሱስ_T9jkf1lRM_U_139.m4a1.87 MB
1
ABQAGN LE HAGERE Abqagn le hagere aliqri waxiche Be siddet nuro ere iske meche Ye libben meshat geta mulanna Abqagn le hagere setehegn xena Le injera biye waxiche ke hager Bayitewar alhun bebaid mander Iyayew biyalfim lewi kahinu Birhan nw lene ayimeshim qenu Melisegn (2) tilant zarem negem Ante neh yellehegn (2) Be baid midir hullun qebirre Bado ijjen magbat bifera hagere Xiqitun barke yemmitanoregn Kante wuci lene geta man alegn Melisegn (2) tilant zarem negem Ante neh yellehegn (2) Siddet berasu bizu yastemiral Kifenna daggun sintun yasayal Inde awexagn bekibri ke agere Nuhamin salhon mallisegn zare Melisegn (2) tilant zarem negem Ante neh yellehegn (2) Lihun amesgagn mammarar tiche Befitihi moges getaye aginche Yiqegn kenfere ye dilun zema Yalante irdata alnorkunyiminna Melisegn (2) tilant zarem negem Ante neh yellehegn (2) F/ttuu Siblewangel Eshete 👇👇👇 t.me/MaasiiGabrieel
نمایش همه...
ዘማሪት_ሰብለወንጌል_እሸቴ_አብኝቃ_ለሀገሬ144p.mp36.87 MB
Sin galateefadha ani Share and join 👇👇👇👇👇 👉 @faruub 👈 👉 @faruub 👈 👉 @faruub 👈 👆👆👆👆👆
نمایش همه...
Imimmaani fi Jilbaani Faaruu Gaabbii.mp38.47 MB
e287ea4278bd2ccf1946be8b2d1418fb.mp31.92 MB
MOOTIIDHA INNI Dhugaa bahaan kan duukaa buhaani Mootiidha inni barumaa baranii. Jechaa naman tasumaa hin ibsamtuu(2) Umamtoota jaalalaan kan bittu (2) Suraafel kirubeel teessoo Kee marsanii. Sodaa guddadhanis qulqulluu jedhanii. Angoo Kee mul'isuu si'iif bitamanii(2) Nuunis nuu jabeessi Akkumaa isaanii(2) Umamnii Kee martuu sumaaf Abbomamuu. Barri mootummaa Kee tasaa hin dangeefamuu. Mootii baraa baraa baraan jiraatadha(2) Yaa waqayyoo Ati Alfaa fi Omeegaadhaa(2) Qulqulloonni hedduun waa'ee Kee labsanii. Sodaa tokko malee ragaa siif bahanii. Nuunis nuu gargaarii Akka siif bitamnuu(2) Laphee qulqullaadhaan akka sii faarfannuu(2) Himneetoo hin fixnuu waa'ee Kee dubbanee. Waqaa Abbaa jalaalaa ta'u kees hubanne. Qulqullaadha Ati hundumaa ni caaltaa(2) Galataan marfamtee baraan ni jiraatta(2) 👇👇👇 t.me/MaasiiGabrieel
نمایش همه...
Mootiidha Inni Oliyaad Marshaa.mp39.22 MB
Sillaaseen Ajaa’iba (ሥላሴ ትትረመም) Sillaaseen ajaa’iba hin qoratamu/2/ Sillaaseen ajaa’iba hin qoratamu Sillaaseen Ajaa’iba hin qoramu      @Ceesisa Galanni ni ta'af weedduun ni ta'aafi Hunduma kan uume sillaasee uumaafi Baroota durasi isumatuu turee Ummama marasi kabajasaaf uume      @Ceesisa Halleeluyaa jedhe kirubeel fakkaadhe Deemsa galataani Yaaredin hordofee Galatan dhiheessa akka Suraafeelini Weedduuf galata hundarraa ol-aanuni       @Ceesisa Maqaafi qaamanii waaqayyo sadiidha Tasa wal hin maku gochaanis addadha Uume jiraachisuun mootummaasatini Gonka sadi mitii Waaqa tokko inni         @Ceesisa Dugda Kirubeeliitti teessoosaa diriirse Akkeenyumaa isaas uumama calchise Baraan jiraatadha mootummaan isaatini(2)       @Ceesisa Yordaanos raggaasuun Taaboris dubbadhu Gooftummaa waaqayyo kabaja Sillaasee Kunoo yordaanositti ilmi kan mul'ate Afuurri gad bu'e Abbaaniis dubbate              °|° °|° °|° F/taa Haacaaluu Shifarraa 👇follow qo'annaa faarfaanna
نمایش همه...
Sillaaseen Ajaa’iba Haacaaluu Shifarraa.mp36.92 MB
SILLAASEE Akka Daawit baganaani Akka izraa meseenqooni Akka Maariyaam kabarooni Sillaasee faarfanna baraabaraani Suraafel kiruubel ni jajatu Sodaaf hollannaan fuulasa dhaabbatu Uumamni hundumtu ingalateeffanna Kan isa fakkaatu eessatti arganna Maqaa isaan cuuphamne mucummaa arganne Dhiiga ilmaan bitamne isaan fayyine Sillaasee uumaatti nut kan amannu Barumsa ormaatin nutoo hin raafamnu Haalleluyyaa jenna sillaaseefi Nu Uumeera akka waaqessinuufi Meeshaa faaruu keenya shaakuraani Yeedaloo ergamoota kan yaarediini Afaan keenya ililleedhaan guutame Tasuma hin leeyyufnuu isatti amanne Yoomiyyu taanani isa abdiin keenya Maqaa isaatiin moonaa diina keenya 👇👇👇 t.me/MaasiiGabrieel
نمایش همه...
+Dn_Gamme+++SILLASEE+++.mp35.49 MB
Repost from N/a
Baga geessan
نمایش همه...
Qulqulluu Pheexiroosii fi Qulqulluu Phaawuloos.pdf6.60 KB
3
ANOO SIN FAARFADHA Anoo sin faarfadha Iyyesuus abbaa koo Maaloo na gargaari bara jireenyaa koo Waa'ee dhiphuu kootii gooftaan natti hin laalle Seenaa du'a kootii dhiigasaan jijjiire(2) Waaqayyoo gooftaa koo ani sin faarfadha Amantaa dhugaadhaan fuula keen dhaabbadha Rakkina koo hunda sumattan himadha Furmaata rakkoo koo sumarraan argadha Situ jaalala keen laphee koo Booji'ee Waan hunda dhiiseetan an sittan deebi'ee Sit bite lubbuu koo dhiiga kee lolaasee Du'a koo ajjeesee jireenyat ceesise Abbummaan kees adda ni caala waan hunda Kennaan koo hundumtuu kunoo sirra madda Galanniif ulfinni hundumtuu kan keeti Ani sin jaalladha keessa laphee kooti Akkuma Daawit galatan siif galcha Maseenqoof Kiraaraan si galateenfacha Iyesuus abbaa koo na tiksi mucaa kee Dhuma koo miidhaksi nan hin baasiin mana kee F/taa Ashannafi Adaanaa 👉 SHARE COPY LINK TAASISUUN WAAN JAALATTAN NAMA BIRAAN GAHAA SIRBA DHAGGEEFFACHURRA SAGALEE DHUGAA AFFEERA🙏🙏🙏 👇👇👇 t.me/MaasiiGabrieel
نمایش همه...
Sin_Faarfaadha.mp34.96 MB
2
یک طرح متفاوت انتخاب کنید

طرح فعلی شما تنها برای 5 کانال تجزیه و تحلیل را مجاز می کند. برای بیشتر، لطفا یک طرح دیگر انتخاب کنید.