cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Marjaan CHANNEL

Odeeffaanoo gara irra argattan kan akka #Seenaa #dawعa #beekumsa walii galaa #jechamota #towhida Irraa fayyadamaa

نمایش بیشتر
فنلندة2 554زبان مشخص نشده استدین و مذهبی66 798
پست‌های تبلیغاتی
569
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
-67 روز
-2330 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

Photo unavailableShow in Telegram
Eeyyan.... ✍"Ani nama mucucaatee dhaabbate; nama karaa badee qajeele; nama laafee jabaate;... Ani nama jireenya koo keessatti challenge hedduu argeedha. Ergasii daangaa koo jireenya koo fi hawaasa wajjiinis akkamitti akka jiraadhuu danda'u nama bareedha. Yoom akka namatti dheekkamu; yoom akka nama jalaa dheessuu fi yoom akka uf duuba garagalee hin mildhanne tolcheen beeka....! #When I Laugh When I Cry I have a purpose That is I am #patient
نمایش همه...
Bifti wal fakkaatullee Daakuufi daaraan firaaree? Kan bakka jedhetti hafu Rabbiin malee jiraaree? Okkoteen cabe jedhee Gingilchaan bishaan baataa? Gidiraan yoo dheerate Abdii kutuun furmaataa? Dubbii akkasii na dhiisaa Fagootti narraa butaa Namni rabbin qabu - kan ibadaa  qabu Akkamiin abdii Share ❤️❤️❤️❤️ Marjaan channala
نمایش همه...
نمایش همه...

Nagada Kasaaraa Hin Qabne 1. Qur’aana Qara'uu 2. Salaata Salaatuu 3. Sadaqaa kennuu Rabbiin ol tahe akkana je'a: إن الذين يتلون كتاب الله وأقاموا الصلاة وأنفقوا مما رزقناهم سرا وعلانية يرجون تجارة لن تبور "Warri Kitaaba Allaah Qara'an, kan Salaata salaatan, ammas waan nuti Isaaniif hirreerraa kan kennan dhooysaa fi mullisuun, Isaan ni kajeelan daldala hin banne (hin kasaarre)." Suuraah Faaxir: 29 Nagada kasaaraa hin qabne jechuun kana yaa obboleeyyan Quraana Rabbii Qara'uu, Salaata Rabbiin nurratti dirqama godhe guutuu Isii salaatuu fi Waan Rabbiin nutti kenni irraa sadaqaa dirqamaa Zakaah fi sadaqaa Sunnaah tan birootis sadaqachuudha. Daldala kasaaraa hin beekne kana itti haa jabaannu! By: Urjii Ahmad https://t.me/marjaanchannel
نمایش همه...
Marjaan CHANNEL

Odeeffaanoo gara irra argattan kan akka #Seenaa #dawعa #beekumsa walii galaa #jechamota #towhida Irraa fayyadamaa

👍 3
#Beytal_maqdes(Qudsiin) irraa maal beektu___? Beytalmaqdas jechuun; 1) Dirree Rabbiin dachii barakaa jedhee qur'aana keessatti dubbate sana.. (...إلى المسجد الأقصى الذي باركنا حوله..) 2) Dachee qulqulluudha jedhee Rabbiin nuuf hime... يا قوم ادخلوا الأرض المقدسة التي كتب الله لكم....... 3) Rabbiin Seenaa asiin duraa keessatti ummata achi keessatti shirkii dalagaa turan akka Yaasuuf Nabiyyallaahi Muusaa (Aleyhissalaam) ajajee ture. 4) Qudsi jechuun dachee Nabiyyallaahi Muusaan Yaa Rabbi hanga darbata dhakaas taatu itti na kaleessi jedhee... ollaa Qudsiitti du'uuf hawwe sanii bar... 5) Bara Nabiyyallaahi Yuusha'i Yahuudaa achi keessaa yaasuuf duulaa ture sana... Rabbiin aduu akka hin dhiine yeroo muraasaaf sochii irraa dhaabee ture... 6) Mallattoo Qiyaamaa keessaa inni tokko Qudsiin banuudha.. 7) Dajjaal biyya sana hin seenu... 8) https://t.me/marjaanchannel
نمایش همه...

Seenaa Nabi Muhaammad S A W Irraa Fayyadamaa Seenaa Nabiyyii Beekuun Jireenya Keenna Keessatti Gumaacha Guddaa Qaba Waan Ta,eef Nabi Muhaammad S A W Gosa Uummata Arabaa Biratti Kabajaa Guddaa Qabu QUREEYSHIi jedhamu keessaa maatii kabajamaa Banii Haashim Jedhamu irraa dhalatan dhugaa kana ergamaan rabbii hadiisa Abbaas odeesse Tirmiiziin gabaase akkana jedhan إن إالله خلق الخلق فجعلنى من خير هم من خير فرقهم وخير الفريقين ثم تخير القباءل فجعلني من خير قبيلة ثم تخير ال بويوت فجعلني من خير بيو تهم فأنا خيرهم نفسا وخيرهم بياء    رواه اترميذى بسند صحيح Rabbiin uumaa uumuun anas caalaa isaaniitiifii caala tuuta isaanii irraa na taasise caalaa bifa lamaa ergasii Gosa file anas gosa caaltuu irraa na taasise ergasii balbala file anas balbala caaltuu irraa na taasise Kanaaf ani dhuunfaanis ta,ee balbalaan caalaa isaanii irraayi Tirmiizitu gabaase kanaafuu yeroo itti aanu hanga ka biraa qabadhee dhufutti kana irraa fayyadamaa #Marjaanchannel
نمایش همه...
Seena irraa fayyadama Hamma turre dhifama
نمایش همه...
الأصول الثلاثه Kutaa 3ffaa 🎤🎤🎤🎤🎤.......
نمایش همه...