cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

NURUL ISLAAM

نمایش بیشتر
فنلندة2 676زبان مشخص نشده استدین و مذهبی74 045
پست‌های تبلیغاتی
455
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
اطلاعاتی وجود ندارد7 روز
اطلاعاتی وجود ندارد30 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

Aaruu fi jarjaruu┃Usuu fi Dhaggeeffachuu! ▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ❒ Fakkii kana irratti nama usee Dhaggeeffatuu fi Nama sagalee ol kaasee aariidhaan dubbatu argina! ❒ usuun amala nama hubannoo qabuuti! Namoonni hubannoo cimaa qaban dubbachuutti hin jarjaran! Dhaggeeffachuutti baay'ee amanu! Gizee dubbatanis qabxii ijoo ta'ee fi amansiisaa ta'e namaaf kennuu jaalatan! Beekumsii fi hubannoon isaan qaban akka dursanii yaada irratti xiinxalanii fi hubatan isaan godha! ERGAA: ➊. Haasa'uuf osoo hin jarjarin dura haasoyni kee akkamitti akka deemuu danda'u xiinxali! Maaliif akka haasoytu dura beeki! ➋. Hanguma beekumsa ida'attu usuu filatta! ➌. Humnaan osoo hin taane yaadaa fi beekumsaan yaada walii amansiisuun ogummaadha!   🌺ʝσιи
نمایش همه...
👍 3 1
•Kitaabni gurguddaan rabbiin buuse afurii!!! 1: Zabuur 2: Toowraat 3: Injiil 4: Furqaan Ergamaan Rabbii S.A.W ilmaan Dubraa Afur Qaban 1: Zeeynab 2: Ruqayyaa 3: Ummu Kulsuum 4: Faaximaa Baatiin Gurguddoon Kabajamtuu Taate Afuri 1: Zul-Qi’idaa❤ 2: Zul-Hijjaa🌹 3: Muharram 4: Rajab Jannata Keessan Laggeen Afurtu Jira 1: Laga Bishaanii 2: Laga Aannanii 3: Laga Farshoo 4: Laga Deeymaa Yaa Rabbii Keenya Jannata Keetiin Nu Badhaasa🌹
نمایش همه...
3👍 1
𓅓𝐂𝐚𝐫𝐫𝐚 𝐜𝐚𝐫𝐫𝐚 𝐜𝐚𝐚𝐥𝐮 𝐢𝐟 𝐡𝐚𝐫𝐤𝐚𝐚 𝐪𝐚𝐛𝐧𝐚 𝐢𝐧𝐧𝐢𝐬 ❤️𝑑𝑖𝑖𝑛 𝑘𝑎𝑑𝑑𝑎𝑚𝑢𝑑ℎ𝑎 ᴀʟʜᴀᴍᴅᴜʟɪʟʟᴀᴀʜ __ ✍︎Duniyaa irratti Nagaya, Fayyaa fi Waan nyaattu yoo qabaatte homaa sitti hin hafne! Ammas wanta rabbiin siif katabe malee waa takka hin argattu hin dhabdus. __ ✍︎Ubeeydallaah ibni Mihsan Al Ansaari (ra) akka odeeysetti Ergamaan Rabbii ﷺ akkana jedhan: "isin keessaa namni Maatiin isaa nagayaan bule, akkasumas fayyaa guutuu wajji gaafasiif waan nyaatu (masruufa) kan qabu tahee bari'eef, akka nama addunyaa guutuu dhuunfateeti" jedhan! __ ✍︎Namni sirritti hadiisa kana xiinxalle jiruu duniyaa hanga isii ni hubata, ni'imaa rabbiin isa badhaasetti ni gammada Rabbii isaatis ni galateeffata, Inshaa Allaah akhirattis ni milkaaya! ALHAMDULILLAAHI RABBIL AALAMIIN! __ 𒊹︎︎︎وعن عبيد الله بن محصن الأنصاري الخطمي رضي الله عنه قال‏:‏ قال رسول الله صلى الله عليه وسلم‏:‏ ‏ "من أصبح منكم آمنا في سربه، معافى في جسده، عنده قوت يومه، فكأنما حيزت له الدنيا بحذافيرها‏" ‏(‌‏(‏رواه الترمذي وقال‏:‏ حديث حسن‏)‌‏)‌‏.‏ https://t.me/nurul_islam1
نمایش همه...
👍 2
Haa yaadannu mee👇 💟👉guyyaa maleeykaan ruuhii tee fudhuu san Yaadadhuu ❣👉guyyaa kafana sitti maranii qabrii si kaayaan 💔👉guyyaa qabeenya kee dhiifte biiraa deemtu 💗👉guyyaa saahibbaa kee dhiifte biraa deemtu 💓👉guyyaa firoottan kee dhiiftee deemtu 💞👉guyyaa ahlii tee hundaa dhiiftee biiraa deemtu 🖤Guyya hadha mana kee dhiifte bira deemtu 💕👉guyyaa ilmaa kee dhiifte biraa deemtu 🤎👉guyyaa hadhaa tiruu tee dhiifte biraa deemtu 🤍👉guyyaa Abbaa kee onnee kee dhiiftee deemtu ❤👉guyyaa fuulduree Rabbii gafiif dhiyhaatuu 🧡👉guyyaa namuu akka dhalatetti dirree qiyaamaa dhuftu qulla 💜👉guyyaa sheenahuun humaa namaaf hin goone 💙👉guyyaa boohinsi humaa namaaf hin goone 💚👉guyyaa guyyaan tokkich gaafasii amataa kumaa Yaa Rabbii najaa nu baasii Yaa allaah warra addunyaan dagame nu hin godhin Ammiin yaa rabbal aalamiin Join godhi sana booda yoo dendeesse nama tokkof Sheri godhi 💚💚💟💙💙💜🤎 https://t.me/nurul_islam1
نمایش همه...
👍 4
Sammuun qabeenya guddaa ilmi qabu keeysa isa caalaa fii namni nama kan jechisiise akka tahe beekkamaadha. Tahuus buqqee lafee keeysatti sammuu ba'achuun qofti gayaa miti. Dubbisuun sammuu guddisanii gabbifachuun dirqama. Kanumaaf hayyoonni dubbisuun nama guutuu godha ja'an. Kanaaf dubbisuu aadaa haa godhannu. 1.Hiyyeessa jechuun nama qarshii hiyyoome osoo hin ta’in nama sammuun hiyyoomeedha! 2. Kan nama qaanyeeysu ba’aa guddaa sammuu irratti ba'achuu osoo hin taane,sammuu hin yaanne ba'achuudha! 3.Irra caalatti kan dinqisiifamuu qabu namoota addeessa irraa qubatan osoo hin taane namoota akkaataa isaan addeessa irraa ittiin qubatan yaada lafa kaayani. Sababniis warra sammuu ofii micciiree cunfee waan haaraya burqisiiseetu isaan kana. 4. Atiis Waan hunda dura ofiif bakka laadhu sababniis kan sirra sitti aanu waan hin jirreef! 5.Of beeki kan sirra sibeeku waan hin jirreef. Of wallaalaan diina keetu eenyummaa kee firaa fii alagaatti hima. Kuniis waan ati taate osoo hin taane fakkii alagaan addunyaatti agarsiisu barbaadan akka qabaatan taasisa. https://t.me/nurul_islam1
نمایش همه...
#Qabsoo_keetiin Dachee Rabbiin kabaje Haadha gootota danuu Qulqulluu hundaaf biyyaa Addunyaan si ganuu Lafa Anbiyaan burqe Adda hin cinne takkaa Ummata kanaaf yoomuu Kabajamtuu bakkaa Kallattii koo jalqabaa Makkaanuu dursitee Har'a garuu addunyaan Rasaasa gurshitee Kana hin turre deebiin kee Silaa osoo ta'ee haqa Deebi'ee sin ariyuu Kuusaan gabrummaatiif baqaa Qaaraa harka keetiin dhaabdetu Deebitee si gubde Tola kan kee dagattee Shira shirtee si hubde Deebiin kee kanaa miti Galata maleessaa Gaafa Addunyaan ariituun Siitu qubsiise kaleessa Biqilli garbummaa Jararraan daraare Biyya hunda dursitee Situ jara baraare Gaarummaa kee dahattee Gola kan kee lixxee Lafa kee fudhattee Ilmaan kan kee fixxee Sirratti sarbamee Mirgi dhala ati deesse Diinni teessoo gootee Dhiiga gubbaa teesse Qaqqaammachaa jiru Lafee haqaa bobeessanii Weerars gaggeessanii Gammadanii odeessanii Maaf ta'e gara-galtoo Kan sumaan jaaramte Dubbiin fallaa taanaan Har'a immoo nyaaramte Eeyyeen akkas ta'uun kee Gaarii immoo qabaataa..? Dukkanni yeroo barii Baay'isee jabaataa Kan ati dararamtee Diinni si ari'uuf..? Tarii biiftuu haqaatu Dhufee immoo bari'iif..? Abdii ilmaan keetiin Gargaarsa Rabbii booda Qabsoon ati gootu Fakkaatu illee hooda Qabsoo kee hadha'aan Diinni daaraa taati Biyyi kee Filisxiin Bilisa ni baati! ✍️... @Sabaa_Ifaa #JOIN_AND_SHARE 👇👇👇👇👇👇👇👇👇 💎💎💎💎💎💎💎💎💎 💎💎@Aliyyee360 💎💎 💎💎@Aliyyee360 💎💎 💎💎@Aliyyee360 💎💎 💎💎💎💎💎💎💎💎💎
نمایش همه...
-short note -EUEE -TEXT BOOK -GUIDE BOOK -INFORMATION -EDUCATIONAL VIDEO -QUIZ All question new curriculum
نمایش همه...
👍 1
⬇️ Biology grade 12 question new curriculum
⬇️ Chemistry grade 9 12 question new curriculum
⬇️Physic grade 9 12 question new curriculum
⬇️Geography grade 9 12 question new curriculum
Short Note grade 9 12 all unit
⬇️Entrance 2000- 2015
⬇️ Quiz grade 9 12 question
۞۞ ۞۞ Karaa dheeraan deema galmi koo fagoodha Kaayyoo jabaan qaba abjuun koo guddaadha Gaafa kaayyof baatu qoreen ni baayyata Waa alaa waa manaa hundumtuu qormaata An garuu kutadhee jalqabeera deeemsa Qoreen waraanamaa dhukkuba koo obsaa Ilaali ija koo sodaa takkaan qabu Humni namaa kamuu tasayyuu nan dhaabu Galma koo ga'uudhaf deemsi itti fufa Barri baraan darbee dukkanni ni ifa kayyoo kiyyaaf jedhee nan ta'a waan ta'u Duta sareef jedhee mormi koo'n naanna'uu Waca gandee ammoo gurri koo'n dhaga'uu ☆☆☆☆☆☆☆☆☆
نمایش همه...
👍 2
-short note -EUEE -TEXT BOOK -GUIDE BOOK -INFORMATION -EDUCATIONAL VIDEO -QUIZ All question new curriculum
نمایش همه...
⬇️ Biology grade 12 question new curriculum
⬇️ Chemistry grade 9 12 question new curriculum
⬇️Physic grade 9 12 question new curriculum
⬇️Geography grade 9 12 question new curriculum
Short Note grade 9 12 all unit
⬇️Entrance 2000- 2015
⬇️ Quiz grade 9 12 question
HIJAABA ======== Yaa dubartii muslimaa Diinii kan kee jaalattuu Dhugaa kana dhagahi Osoo gurri laalattuu Imaanaan qalbii jiisee Diiniirra gad sidhaaba Dirqama ta'uu beeki Uffachuun kee hijaaba Qaama ofii tikfachuun Mallattoo beekumsaati Hijaabni dubartootaaf Waardiyyaa eegumsaati! Barcumaa fi ulfina Abbaatu of-jala kaaya Dubartoota muslimaaf Simboodha, hijaabni faaya Gurgurtaaf gabaa baafnaan Muuzii qolli quncaatuu Gabaan bituu dhiisiitii Tola nyaachuu hin gunjaatu Tisiisni balfa barte Irra qubachuu maltii Raqatti darbuu malee Maaltu fedharee faltii.... Gamoon girdoo hin qabne Manaa miti, hawaadha Qaama ofii satarachuuf Hijaabatu dawaadha...! Qe'ee dallaa hin qabne Abbaa fedhet weerara Qaama qullaa fiigullee Sheyxaanni irraa geerara Qaama ofii satarachuu Diiniitu keenyatu ajaja Hijaabni miidhagina Hijaabni bar kabaja.... Mallattoo qaroomuuti Qaalii ta'uu akeeka Gatii haadha hijaabaa Beekaa qofatu beeka Obboleettii aakiraa Sin gorsa, na dhageessaa? Of sataratta taanaan Bakka ulfinaa teessa Akka hayawaanaatti Warri qullaa fiiganu Warra har'a ijaaranii Boru bultii diiganu Warri of bareechuutti Ofirraa fuudhan surraa Harkaan of rakafsiisan Kabaja hin qaban nurraa Sadarkaa kee ol fuudhee Bakka ulfinaa sidhaabaa Yaa obboleettii muslimaa Hin baasini hijaaba.... Har'aa bor si milkeessa Hordofuun sunnaa Nabii (S.A.W) Kan uffattu hin Kaanis, har'a jalqabi ❤️‍🩹 ❤️‍🩹https://t.me/Bahar_taju
نمایش همه...
👍Guutu walaloo Hijaaba❤️‍🩹
⚡️ JOIN 🔺
یک طرح متفاوت انتخاب کنید

طرح فعلی شما تنها برای 5 کانال تجزیه و تحلیل را مجاز می کند. برای بیشتر، لطفا یک طرح دیگر انتخاب کنید.