cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

XINSAMMUU 🧠

نمایش بیشتر
فنلندة406زبان مشخص نشده استتلگرام879
پست‌های تبلیغاتی
16 100
مشترکین
+13724 ساعت
+5727 روز
+2 48330 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

hojiilee Napoleon Hill addunyaa irratti beekamoo ta'an keessaa isa tokkodha. 1. Fedhii/Desire/. Napoleon Hill kitaaba isaa "Think & Grow Rich" jedhu keessatti wanti hundi fedhii irraa eegala. Jireenya kee keessatti akkamitti waan tokko akka barbaaddudha. Kana galmaan gahuu yoo dandeesse malee fedhii hin qabdu jechuudha. Garuu waan ati taatu suuraa dhugaa kan ta'e fedhii kee isa gubaadha, fedhiiiin kee garuu fedhii gubaa ta'uu qaba. Fedhii kee galmaan ga'uuf yeroo murteessite immoo Egaa, karaa tokkoon fedhiin sadarkaa yaadaafi gocha walitti hidhudha. Yaada → of kennuu (ykn fedhii) → gocha "Wanta sammuun ulfooftee amanuu dandeessu kamiyyuu sammuun galmaan gahuu danda'a." Kana duras yeroo meeqa 2. Amantii/Faith/. Amantiin humna yaadaa fi miira keetii mul’isuu, wantoota abdatte jabeessitee qabachuudha. Amantiidhaan waan hin danda'amne uumuu dandeessa. Garuu yaadni gadhee aarii, jibba ykn hinaaffaa faayidaa qabnu kamiyyuu yoo amantii qabaanne ajjeesa. Kanaaf waan galmaan gahuu barbaaddu hunda irratti ilaalcha gaarii qabaachuu qabda. Yeroo ofii fi abjuu keetti amantu waanuma fedhe galmaan gahuu dandeessa. 3. Duub-deebii ofumaan kennuu/Auto suggestion/ Kun dandeettii sammuu kee fedhii kee isa gubaa jiru irratti xiyyeeffachuu keeti sammuu kee isa dammaqaa jalaa akka dhugaatti akka fudhatu gochuudha. Auto-suggestion yaada/mirkaneessuu ofii keetiin, ofiif kenniteedha. Kaayyoo fi hawwii kee barreessi yaada gaarii dhugaa jireenyaa ta'een irra deebi'i. 4. Beekumsa addaa/Specialized Knowledge/ Amma yaada = hawwii = gocha akka ta'e beekna Ogummaa murtaa’e kaayyoo ijoo, daldala ykn hojii kee wajjin walqabatu horachuu hin dhiisin. Namoonni ga’umsa gadi aanaa qaban yeroo baay’ee erga mana barumsaa gadhiisanii booda barumsi akka xumurame amanu. Dhugaa dubbachuuf, barnoonni hundi beekumsa qabatamaa akkamitti akka argattu akka barattu si gargaaruuf kan yaadamanidha. Kaayyoo kee galmaan ga’uuf beekumsaa fi karoora hojii kee barachuu fi fooyyessuu qabda. 5. Yaada/Imagination/ "Wanta sammuun ulfooftee amanuu danda'u kamiyyuu sammuun galmaan gahuu danda'a." Humna of kakaasuu guddisuu qabda kana gochuuf karaan hundarra gaariin yaada (imagination) dha. Yaadni karoora kee irratti tarkaanfii fudhachuuf ifaafi of kakaasuu kenna. 6. Karoora qindaa’aa/Organized Planning/ Yeroo hundumaa milkaa’uuf karoora qindaa’aa akkamitti akka barbaachisu nan dubbadha. Kitaabni "Think & Grow Rich" jedhamu kaayyoo kee galmaan ga'uuf gurmaa'uu fi hojiiwwan kee karaa milkaa'inaaf nama geessuun karoorfachuu akka qabdu eereera. 7. Murtee/Decision/ Harkifachuun faallaa kutannoo waan ta’eef diina warra milkaa’ina hawwan hundaati.Namoonni milkaa’an hundi murtoo baay’ee dafanii godhu, garuu baay’ee suuta jedhanii jijjiiru. Akkasumas namoonni hin milkoofne hundi murtoo baay’ee suuta jedhanii murteessu, dafanii fi yeroo baay’ee jijjiiru. Karoora jireenya keetii kaasi, wantoota jireenya kee keessatti argaman galmaan ga’uuf wantoota irratti xiyyeeffachuu qabdu baafadhu. Kunis amala, barumsaa ykn dandeettii murtoo ta’uu danda’a. Namoota kaayyoon isaanii qofti siifi abjuu kee fooyyessuuf ta’e obsuu dhiisuuf daftee murteessuu dandeessa. 8. Itti cichuu/Persistence/ Ciminaan amaloota milkaaʼina argachuuf qabaachuu qabdu keessaa isa tokkodha. Kan hin milkoofne fi kan milkaa'e kan adda baasu kutaa amala nama tokkoo isa guddaadha. Kanaaf baay'een keenya milkaa'ina dura harka kennina. Garuu yeroo ciminaa fi murannoo barattu gara badhaasa injifannootti fuulduratti dhiibuu dandeessa. 9. Humna sammuu/Power of Master Mind/ Gareen ijoo jechuun garee namoota lamaa kan kaayyoo, karooraa fi abjuu isaanii galmaan ga’uuf wal deeggaraniidha. 10. Sammuu dammaqaa/Conscious Mind/ Kutaan sammuu dammaqaa keetii yaada fi hubannoo kee maalummaa isaanii osoo hin ilaalin fudhata fi kuusa. Yoo karaa sirrii deemne rakkoo keenya furuu danda'a. Sammuun kee humna ajaa'ibaa, dinqii fi humna guddaa addunyaan beektudha. 💬 @XINSAMMUU 💭
نمایش همه...
👍 23 7
Repost from N/a
Photo unavailableShow in Telegram
Saree lakkoofsa meeqa irra jirtutu aannan dursee argata? 𝆺𝅥𝆺𝅥𝆺𝅥𝆺𝅥𝆺𝅥𝆺𝅥𝆺𝅥𝆺𝅥𝆺𝅥𝆺𝅥𝆺𝅥𝆺𝅥 ⦿ Lakk - 1 ⦿ Lakk - 2 ⦿ Lakk - 3 ⦿ Lakk - 4
نمایش همه...
😍 6👍 3
⦿ Lakk 1
⦿ Lakk 2
⦿ Lakk 3
⦿ Lakk 4
Yeroo tokko tokko qofaa kiyya dabarsuun barbaada.Mufadhee ykn gaddeen miti. Qofaa kiyya dabarsuun natti tola.Sababni isaa yemmuu san sagalee naannoo kiyya jiran dhiiseen sagalee keessa koo jiru dhaggeeffadha.Ofii kee waliin dabarsuuf yeroo hin dhabin. 💬 @XINSAMMUU 💭
نمایش همه...
52👍 23👏 1
xɪɴsᴀᴍᴍᴜᴜ Wantoota hanga ammaatti jireenya kee keessatti ta'an ilaalchisee hin gaabbiin irraa baradhu malee. Yeroo hundumaa abdii kutannaa hin dubbatin! Akka waan sanyiin Abbaa keetii maqaan obbo kufaatii jedhamuutti yeroo hundumaa kufaatii hin tarreessin! ɪɴᴊɪꜰᴀɴɴᴏᴏɴ ᴀᴛɪ ʜᴀɴɢᴀ ʜᴀʀ'ᴀᴀᴛᴛɪ ᴀʀɢᴀᴛᴛᴇ sɪ ɢᴀ'ᴀᴀ? ɪᴅᴅᴏᴏɴ ᴀᴛɪ ɢᴇᴇssᴇ ɪsᴀ ᴅʜᴜᴍᴀᴀᴛɪɪ? ᴇᴇʏʏᴇᴇ ᴅᴇᴇʙɪɪ ᴊᴇᴅʜᴀᴍᴜ ǫᴀʙᴅᴀ ᴛᴀᴀɴᴀᴀɴ ʟᴀᴋᴋᴏᴏꜰsᴀɴ ᴡᴀʀʀᴀ ʟᴜʙʙᴜᴜɴ ᴊɪʀᴀɴ ᴋᴇᴇssᴀ ᴊɪʀᴛᴀ ᴍᴀʟᴇᴇ sᴀᴍᴍᴜᴜɴ ᴋᴇᴇ ᴡᴀʀʀᴀ ᴅᴜ'ᴀɴ ᴋᴇᴇssᴀᴛᴛɪ ʀᴀᴍᴀᴅᴀᴍᴀ.​ 💬 @XINSAMMUU 💭
نمایش همه...
👍 30 11💋 1
Jireenya keessatti wanti gaddisiisaan dafnee dulloomuu keenyaa fi turree immoo ogeessota ta'uu keenya" ─ Beenjaanii Firaankiliin Dargaggummaatti ogeessota ta'uu kan qabnu yeroo humni keenya dhume/yeroo dulloomne warra yaada hubatan taana! Kanaaf yeroo dargaggummaatti ogeessota ta'uudhaaf SAMMUU OFII MISOOMSUUN karaa milkaa'ina keenya jalqabaati. Yeroo dargaggummaa keenyaa kanatti bakka nuuf hin malle, bakka ogeessota nu hin taasifne, bakka kaayyoo fi galma keenyaan wal hin qabannetti humna keenya fixuu hin qabnu. Waanuma bara dargaggummaatti facaafne, bara dullumaatti haammanna. Eeyyeen, "Ijoollummaan lafa qotamee bullaa'e, dargaggummaan yeroo itti facaasanii, dullumni immoo yeroo itti haammatanii dha." Ogummaan jiraatanii darbuu caala, wanti nama gammachiisu hin jiru! Namoota dullooman irraa yaada fudhachuun immoo caalatti gaariidha nama cimsas.
نمایش همه...
19👍 8😎 4
Wanta ta'uuf yookiin qabaachuuf barbaannu tokko argachuuf yookiin qabaachuuf tooftaa bareedaan wanta barbaannu sana iddoo yeroo hunda arguu dandeenyu kaa'u dha. 'If you are single and want to married, put an empty photo/album on your table' Namni fuudhuu yookiin heerumuu barbaadu tokko kuusaa suuraa/album haaraa minjaala isaa yeroo hunda argu irra yeroo kaa'u yeroon fuudhuu/heerumuu nama sanaa dhiyaachaa, dhugoomaa adeema! Haalli kun Mul'ata keenya/abjuun keenya tooraan, tasgabbiin, amanamummaan, jaalachaa, abdiidhaan, yeroo gabaabduu fi yeroo kennineef keessatti akka galma geenyu nu taasisa! Dhaabbanni kamiyyuu barmaatilee/values mataa isaa ni qabaata. Iftoomina, hawaasa giddu-galeesummaa, wal qixxummaa, tajaajilummaa, amanamummaa fi kanneen biroo kan dhaabbanni tokko qabaatu dha. Isaan kun yeroo baayyee dhaaba biiroo hojjettoota manichaa keessa hojjetanii fuulduratti maxxanfamee ni argama. Kana jechuun hojjettootni barmaatilee/value dhaabatichaa galmaan gahuuf iddoo hojjettootni yeroo hunda arguuf iddoo mijatutti kan maxxanfamu. Mul'ata kee minjaala kee yeroo hundaa argitu kan fuuldura kee jiru irra kaa'i! 💬 @XINSAMMUU 💭
نمایش همه...
👍 43 6🐳 2
Eenyu akka taate jaalladhu!! Ati uumama addaa fi ajaa'ibaati. Kolfa kee namni kolfuu hin danda'u.Haasaa kee eenyullee dubbachuu hin danda'u.Nama biraa ta'uuf hin yaalin, hamma fedhe of fakkeessinus nama biraa ta'uu hin dandeenyu. Namni biraas nu ta'uu hin danda'u.Huccuun nuuf hodhame akkuma yeroo uffatamu nurraa bareedu, nama biraa fakkaachuuf yaaluun uffata nama biraaf tolfame uffannee akka nurraa bareedu eeguuti. 💬 @XINSAMMUU 💭
نمایش همه...
👍 46 10🥰 2
Photo unavailableShow in Telegram
#Jijjiirama ilaalchisee namootni bakka gurguddoo 5tti qoodamu. A. 2% warra dursanii jijjiirama fudhataniifi jijjiirama fidan/ kanneen kalaqaan beekamanidha. B. 10% kanneen saffisaan jijjiirama dhufetti madaqanii fudhatanii hojii irra oolchanii itti fayyadamanidha. C. 60% sadarkaa giddu galeessaatti jijjiirama dhufe kan fudhatan(middle adopter/ kanneen ta'anidha. D. 20% kanneen jijjiirama dhufe suuta fudhatanidha. Akkumafudhachuuf harkifatan bu'aa isaa irraa fayyadamaa ta'uufis akkasuma harkifatoo ta'u jechuudha. E. 8% kanneen tasumaa jijjiiramaaf fedhii hin qabneefi jijjiiramuu hin barbaanne wanti hundi akkuma baratametti akka itti kan fedhan, jijjiiramni waan balaa qabutti kanneen yaadanidha. Namni kamiyyuu kanneen armaan olitti tarreeffaman shanan kana keessaa garee tokko jalatti ramadama. Erga akkas ta'ee ati garee kam jalatti ramadamtare? "Jijjiiramaaf ana caalaa namni sirriin, amma caalaa yeroon sirriin, addana caalaas bakki sirriin hin jiru!". @WABIISG
نمایش همه...
👍 37 9😎 2
Repost from N/a
F░O░L░L░O░W S░E░L░E░C░T░E░D C░H░A░N░N░E░L░S ⠀⠀⠀⠀⠀⣰⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣦⡀ ⠀⠀⠀⢀⣾⣿⣿⣿⠿⠿⠟⠻⠿⢿⣿⣿⣿⡆ ⠀⠀⠀⢰⣿⣿⡿⠂⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠈⠉⢻⡇ ⠀⠀⠀⠈⠿⣿⣇⣠⠤⠤⠤⢤⣀⣤⠤⠤⣺⡏ ⠀⠀⠀⠀⠐⢉⣯⠹⣀⣀⣢⡸⠉⢏⡄⣀⣯ ⠀⠀⠀⠀⠡⠀⢹⣆⠀⠀⠀⣀⡀⡰⠀⢠⠖⠂ ⠀⠀⠀⠀⠀⠈⠙⣿⣿⠀⠠⠚⢋⡁⠀⡜ ⠀⠀⠀⠀⠀⠀⢸⠈⠙⠦⣤⣀⣤⣤⡼⠁ ⠀⠀⠀⠀⠀⢀⡌⠀⠀⠀⠀ ⠉⢏⡉ ⠀⠀⠀⣀⣴⣿⣷⣶⣤⣤⣤⣴⣾⣷⣶⣦⡀ ⢀⣴⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣄ ⠚⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛​​​ ★  ˚ * ★  . * . ·   ˚ * ⋆ *    ·   ﹡      *   * ⋆   . ·    ⋆     ·   * ﹡ ˚ ˚  ˚ * ⋆ *    · * . * . ★    ⋆ ·   * ⋆ *    ⋆ ﹡    ·   ˚ *★  ˚ * ★      . * . ·   ˚ * ⋆ *    ·   ﹡   *   * ⋆   . ·    ⋆  ⋆    ·   * ﹡ ˚ ˚ ˚ * ⋆ *    · * . * . ★   ⋆ ·   * ⋆ *   ⋆ ﹡    ·   ˚ * ★    ˚ * ★    . * . ·   ˚ * ⋆ *    ·   ﹡      *   * ⋆   . ·    ⋆  ⋆    ·   * ﹡ ˚ ˚  ˚ * ⋆ *    · * . * . ★    ⋆ ·   * ⋆ * ⋆ ﹡    ·   ˚ *★    ˚ * ★      . * . ·   ˚ * ⋆ *    ·   ﹡      *   * ⋆   . ·    ⋆  ⋆    ·   * ﹡ ˚ ˚    ˚ * ⋆ *    · * . * . ★   ⋆ ·   * ⋆ *    ⋆ ﹡    ·   ˚ * ⣴⣿⣦⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀ ⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⢻⣿⣿⠂⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀ ⠀⠀⠀⠀⠀⠀⢀⣴⣿⣿⣀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀ ⠀⠀⠀⠀⢠⣾⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣦⠀ ⠀⠀⠀⣴⣿⢿⣷⠒⠲⣾⣾⣿⣿ ⠀ ⣴⣿⠟⠀⢿⣿⠁⣿⣿⣿⠻⣿⣄⠀⠀⠀⠀ ⡾⠟⠁ ⠀⠀⢸⣿⣸⣿⣿⣿⣆⠙⢿⣷⡀⠀⠀ ⠀⠀⠀⠀ ⠀⢸⣿⣿⣿⣿⣿⣿⠀ ⠻⣿⡀ ⠀⠀⠀⠀⠀⠀⣾⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣆⠂⠀ ⠀⠀⠀⠀⠀⣼⣿⣿⣿⡿⣿⣿⣿⣿⡄⠀⠀⠀⠀ ⠀⠀⠀⠀⢠⣿⣿⠿⠟⠀⠀⠻⣿⣿⡇⠀⠀⠀⠀ ⠀⠀⠀⢀⣾⡿⠃⠀⠀⠀ ⠀⠀⠘⢿⣿⡀⠀⠀⠀ ⠀⠀⣰⣿⡟⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⢸⣿⣷⡀⠀⠀ ⠀⢠⣿⠟⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠻⣿⣧⠀⠀ ⢀⣿⠃⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠘⣿⣆⠀ ⢾⠇⠀⠀⠀⠀   ⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⢸⣿⣷⡤. 🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮 🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮 🧮🧮🔐🔐🔐🔐🧮🧮🧮🧮 🧮🧮🔐🌐🌐🔐🧮🧮🧮🧮 🧮🧮🔐🌐🌐🔐🧮🧮🧮🧮 🧮🧮🔐🔐🔐🔐🧮🧮🧮🧮 🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮 🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮    ╭━━━━━━━╮     ┃   ● ══  ▪️           ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃        🔘               ╰━━━━━━━ 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 🌑🌒🌕🌕🌘🌑🌒🌕🌕🌘🌑 🌑🌔🌕🌕🌕🌑🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌑 🌑🌔🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑 🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑🌑 🌑🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌘🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌒🌕🌘🌑🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 🌑🌒🌕🌕🌘🌑🌒🌕🌕🌘🌑 🌑🌔🌕🌕🌕🌑🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌑 🌑🌔🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑 🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑🌑 🌑🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌘🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌒🌕🌘🌑🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 Goo Click the Heart 😱😱👆🏼l ⇣            🌺🌺          🌺🌺🌺        🌺🌺🌺🌺      🌺🌺🌺🌺🌺    🌺🌺🌺🌺🌺🌺    🌺🌺🌺🌺🌺🌺       🌺🌺🌺🌺🌺           ☘🌺🌺☘                ☘☘               🎋                   🍃                  🎋              🍃🍃                  🎋          🍃🍃🍃                  🎋      🍃🍃🍃🍃                 🎋    🍃🍃🍃🍃                🎋🍃🍃🍃🍃🍃                 🎋🍃🍃🍃🍃                 🎋                 🎋 🎋 ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️OPEN⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜⬜⬜️️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️OPEN⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜⬜⬜️️⬜️        ◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥         █        J O I N          █                   ◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢        ◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥         █        J O I N          █                   ◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢ 👇 Click ❌❌❌❌❌❌ ❌❌❌❌❌❌ ❌❌❌❌❌❌ ❌❌❌❌❌❌ ❌❌❌❌❌❌ ❌❌❌❌❌❌ 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 ☆ ☆ ☆ ☆ 🌑.°.● .  ☆ ●★:.¸. ●. ☆ . * ●.°☆ ☆. ☆●●● ★ *°☆. ☆ ●* ● 🌚 ●°☆. ☆● *° .°●☆●°°☆. .°● ★ * °☆.   .●¸.★°●☆. .● ★ °☆ ●.   .●*●°° ☆●. . * ¸★°☆ ●. . *●¸. ★° °●.   . ★ ° °☆★●. .○: . * .° °☆★ ° °☆  ¸..★¸ ● ★. .○★ . . . ★  ° °☆★ °☆ ¸. ● ★. .○° °☆ ¸. ● . ★°°★°☆ ☆ ● ★.  .○ °☆ . * ● ¸ .★ ★°°☆°★● ★. .○° :.  * •○ °★¸ ●★°°☆ .★●★. 👀👇 ⚠️ DON'T DELETE THIS MESSAGE  ⚠️ Ads @Oromoo_inspire ♨️ @Jireenya_jaalalaa 📚 Affeerraa Gaarii 🌄 + Subscribers Free Promoter 🎆 𝗛𝗢𝗣𝗘 𝗣𝗥𝗢𝗠𝗢 𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦  𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬/𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩s @Oromoon_Oromoof_PostBot Ads    • @hope_promo
نمایش همه...
👍 7😎 1
Barnoota Jireenyaa Torba (7)? ▬▬▬▬▬▬▬▬ ➊• Ofitti kolfuu danda’uu! ➋• Dubbii kee caalaa gochi kee haa dubbatu! ➌• Waan jechuu barbaadde dubbadhuu amanamaa ta’i! ➍• Gaarii nama hundumaa fi waan hunda keessa jiru ilaali! ➎• Namoota biroof kabaja kennuu, namoota biroo akka sitti ilaalamuu barbaaddutti ilaali! ➏• Nama fooyya’aa ta’etti of jijjiiruu danda’uu! Jijjiiramaaf kan qophaa’edha! ➐• Yeroo gargaarsa barbaadan namoota biroo gargaaruu fi yeroo isin barbaachisu gargaarsa gaafachuu! @Gaggeessummaa @Gaggeessummaa
نمایش همه...
👍 36 8
یک طرح متفاوت انتخاب کنید

طرح فعلی شما تنها برای 5 کانال تجزیه و تحلیل را مجاز می کند. برای بیشتر، لطفا یک طرح دیگر انتخاب کنید.