cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Haasaa Jireenyaa

Of haaromsuu Of jallachuu Kaka'umsa Karaa sirri irra deemuu https://youtube.com/@galaajireenyaa Waaliin karaa kana haa deemnu

نمایش بیشتر
فنلندة540زبان مشخص نشده استدین و مذهبی7 470
پست‌های تبلیغاتی
12 151
مشترکین
-724 ساعت
-377 روز
+70630 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

Fagoo fi saffisaan imaluu yoo barbaadde salphaatti imalaa. Inaaffaa, dhiifama gochuu dhiisuu, ofittummaa fi sodaa kee hunda ofirraa lafa kaa'i.
Glenn Clark @haasaajireenyaa
نمایش همه...
Barnoota Gaarii Jireenya Keessatti Argadhe. 1. Yeroo gammaddu hunda waa dubbachuu irraa of qusadhu. Gaabbii hedduu irraa si oolcha. 2. Yeroo gaddituus akkasuma godhi. Gaabbii hedduu irraa si oolcha. 3. Karoora kee namaaf hin odeessin, kanaa mannaa rawwadhuu namoota ajaa'ibsiisi. 4. Ija kee imimmaanin hin guutin, carraa babbareedo akka hin agarre si dhorka. 5. Rakkoon tokko furmaata argachuu kan danda’u yoo ta’e maaliif waa’ee isaa yaaddoofta? Yoo furmaata argachuu hin dandeenye waa'ee isaa yaadda'uun si hin barbaachisu. Karaa kamiinuu yoo ta’e, yaadda’uun gonkumaa waan hin fooyyessuu ykn rakkoo hin furu. @haasaajireenyaa
نمایش همه...
5👍 2
Photo unavailableShow in Telegram
♈ 𝐃𝐡𝐮𝐦𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐊𝐞𝐞 𝐬𝐢𝐫𝐫𝐞𝐟𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐟 ❔ ✔️𝐊𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐃𝐡𝐮𝐠𝐚𝐚 𝐁𝐞𝐞𝐤𝐮𝐮𝐟❔ ✔️𝐣𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐍𝐚𝐠𝐚𝐚 𝐀𝐫𝐠𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐟❔ ✔️𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐐𝐚𝐣𝐣𝐞𝐥𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚 𝐣𝐢𝐫𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐟 ❔ ✔️𝐀𝐛𝐝𝐢 𝐐𝐚𝐛𝐝𝐮𝐭𝐭𝐢𝐢 𝐆𝐚𝐦𝐦𝐚𝐝𝐮𝐮𝐟❔
نمایش همه...
🟣 𝐊𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐃𝐡𝐮𝐠𝐚 𝐁𝐞𝐞𝐤𝐮𝐮𝐟 🟣
🟤 𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐍𝐚𝐠𝐚𝐚 𝐀𝐫𝐠𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐟 🟤
♈ 𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐐𝐚𝐣𝐣𝐞𝐥𝐮𝐦𝐦𝐚 𝐚𝐫𝐠𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐟 ♈
🔵 𝐀𝐛𝐝𝐢𝐢 𝐐𝐚𝐛𝐝𝐮𝐭𝐭𝐢 𝐆𝐚𝐦𝐦𝐚𝐝𝐮𝐮𝐟 🔵
✔️ 𝐇𝐮𝐧𝐝𝐚 𝐁𝐚𝐤𝐤𝐚 𝐭𝐨𝐤𝐤𝐨𝐭𝐭𝐢 ✔️
Seenaa kee jijjiiruu kan danda'u si qofadha. Tessee namni dhufee akka si jijjiiruu hin eegin. @haasaajireenyaa
نمایش همه...
Photo unavailableShow in Telegram
⚛️ 𝐊𝐀𝐘𝐘𝐎𝐎 𝐊𝐄𝐄 𝐁𝐄𝐊𝐓𝐀 ❔☮️ ✔️𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐉𝐢𝐣𝐢𝐫𝐚𝐦𝐦𝐚𝐚 ✔️𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐃𝐡𝐮𝐠𝐚 𝐐𝐚𝐛𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 ✔️𝐌𝐚𝐥𝐢𝐢𝐟 𝐀𝐤𝐤𝐚𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐚𝐭𝐮𝐮 𝐁𝐞𝐤𝐭𝐚❔ ✔️𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐢𝐢𝐧𝐚 𝐪𝐚𝐛𝐮 𝐉𝐢𝐫𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐟
نمایش همه...
🔳 𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐉𝐢𝐣𝐢𝐢𝐫𝐚𝐦𝐦𝐚 🔳
🟪 𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐃𝐡𝐮𝐠𝐚 𝐐𝐚𝐛𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐟 🟪
🟥 𝐊𝐚𝐲𝐲𝐨𝐨 𝐊𝐞𝐞 𝐁𝐞𝐤𝐭𝐚 🟥
⬛ 𝐌𝐚𝐥𝐢𝐢𝐢𝐟 𝐚𝐤𝐤𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐚𝐭𝐮𝐮 𝐛𝐞𝐤𝐭𝐚 ⬛
🔷 𝐉𝐨𝐢𝐧 𝐚𝐥𝐥 🔷
NAMOONNI YOOMIYYUU: • Si dhiisanii deeman • Si arrabsan • Si balaalefatan • Si fallaa dhaabbatan • Sitti hin amane ...hundi isaanii si ilaalaa jiru. Agarsiisa gaarii isaaniif kenni. @haasaajireenyaa
نمایش همه...
👍 7
Photo unavailableShow in Telegram
Kaayyoo uumamteef jiraachaa jirtamoo❓❓ Kaayyoo kee beektamoo❓ Gaaffii kana of gaafadhaa🧐❓❕
نمایش همه...
❇️ KAYYOO KEE BEEKUUF ❇️
📊 JIREENYAA GAMMACHUU 📊
♻️ JIREENYA MILKA'UU ♻️
☑️ JOIN ALL ☑️
Photo unavailableShow in Telegram
Haala itti fayyadama yeroo beektuu laata❓❓ Time is Gold malif akka jedhamu beektuu laata❓ Ammuma gatii Yeroo baraa❕❗️❕
نمایش همه...
🧿 𝐓𝐢𝐦𝐞 𝐈𝐬 𝐆𝐨𝐥𝐝 🧿
🔱 𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨𝐧 𝐖𝐚𝐫𝐪𝐞𝐞𝐝𝐡𝐚 🔱
📳 𝐈𝐭𝐭𝐢 𝐅𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚𝐦𝐦𝐚 𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨⏰
⏰⏰⏰⏰⏰⏰⏰⏰⏰⏰
🈸 𝐉𝐢𝐨𝐧 𝐀𝐥𝐥 🈸
Photo unavailableShow in Telegram
⚛️ 𝐊𝐀𝐘𝐘𝐎𝐎 𝐊𝐄𝐄 𝐁𝐄𝐊𝐓𝐀 ❔☮️ ✔️𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐉𝐢𝐣𝐢𝐫𝐚𝐦𝐦𝐚𝐚 ✔️𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐃𝐡𝐮𝐠𝐚 𝐐𝐚𝐛𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 ✔️𝐌𝐚𝐥𝐢𝐢𝐟 𝐀𝐤𝐤𝐚𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐚𝐭𝐮𝐮 𝐁𝐞𝐤𝐭𝐚❔ ✔️𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐢𝐢𝐧𝐚 𝐪𝐚𝐛𝐮 𝐉𝐢𝐫𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐟
نمایش همه...
🔳 𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐉𝐢𝐣𝐢𝐢𝐫𝐚𝐦𝐦𝐚 🔳
🟪 𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐃𝐡𝐮𝐠𝐚 𝐐𝐚𝐛𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐟 🟪
🟥 𝐊𝐚𝐲𝐲𝐨𝐨 𝐊𝐞𝐞 𝐁𝐞𝐤𝐭𝐚 🟥
⬛ 𝐌𝐚𝐥𝐢𝐢𝐢𝐟 𝐚𝐤𝐤𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐚𝐭𝐮𝐮 𝐛𝐞𝐤𝐭𝐚 ⬛
🔷 𝐉𝐨𝐢𝐧 𝐚𝐥𝐥 🔷
یک طرح متفاوت انتخاب کنید

طرح فعلی شما تنها برای 5 کانال تجزیه و تحلیل را مجاز می کند. برای بیشتر، لطفا یک طرح دیگر انتخاب کنید.