cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Walaloo Jaalala ❣️

Sanyii Ofii

نمایش بیشتر
پست‌های تبلیغاتی
196
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
-17 روز
-130 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

simbooko siin jedhen gad taahe siif katabe kan akkake hin jirtu qixxe kanken dhabe ilaame kennaako simbo qabeetti nama ati naaf qooda kooti kennaako ganama qixxe naaf hin qabdu tokke caaltu kuma ati naaf gaheedha bar qoodiko suma tokkittin onneeko isheen mararfadhu maqaamake waamti yeroon dhaggeefadhu qillensi an fudhe deebihee gad baasu qubeewwan maqaake dura duuban asaasu seelin dhiiga kooti hidda keessa yaa'u Maqaamake waamu waaheke haasa'u dhaahannan onneeko inni dhikkifatu ribuuwwan qaamakos waaheke dubbatu walalo uumani maqaake faarfatu gaaffi deebi dhabeef boohani irqinfatu anis kana ilaalen kennaako sin jedhe hunda keessa file Koo tahuke fedhe egaan akka gootu kottu waliif galla ati qooda kooti nu lachu waliin tolla qalbiikoko miidhamef kotuu naaf birmadhu onneeko miidhamte jaalalan wallannadhu gaaffi jaalalakoof deebi quubsa tahi si jaallacha sin dhabu xiqooshe naaf nahi @SanyiiOfii🙏
نمایش همه...
ESAA JIRTAA? Essaa jirtaa shaggee Mucaa warraa buunnoo Anoo garaan mureem Dhufaati keen egaa Intaala ormoo sanyii Boraanticha yoon Jedhes dabaallee Sanyii warraa mootii Dhugaan si jaaladhaa Ati baadhasaa kooti Asiin jiraa jedhi ol Fudhuu sagaalee Dhugaa jirtuu himii Maal tatee jaalallee Moo maaltu si argatte Maaf na yaadessitaa An jaalatta kee sammuu Baalleessitaa............ Yaa Allaattii nan kan Saammii baarriistuu Ergaa koo futtee maa Maaf na qaaqabsistuu? Moo atis akkuma nama Futtee waadaa nyaata Ergaa koo futtee karaati Haambiftaa moo birumaan Na gessaa Imaana kee baata @SanyiiOfii
نمایش همه...
Gargar fagaanne kunoo Dugdaaf garaa taanee Nutti dhiiftee deemte atisoo Seenaa garaan baanee - Achi buuteenkee dhabamee Akka miila Bakar Waaree Bareedditti Hawaas gamaa Wal jaalacha wal dhabnaaree Nattimii teessoon kee Ciroo moo Awadaayii Si dhabee hin jiraadhuu Wallaahii Billaahii ❣️ Jedhe haceen koo yuu @BySanyiiOfii
نمایش همه...
Dadhabbii koon boqottee Narra osoo jiraattee Lafee kootti hirkattee Foon koo osoo nyaattee Dhukkubbii hin himadhu Dadhabbii koo hin himu Si'iif miidhamuun koo Si dhabuurra hin cimu Garuu... Naaf jiraachuun hafee Naan jiraachus diddee Foon koo ofii hin nyaanne Balleessudhaaf waadde Kolfa koo gadditee Gadda koo gammadde Imimmaan koon sirbuuf Rakkoo koon ragadde! Firooma kee fedhee Si'iif of ko'oomsee Mootummaa keen buluuf Innin of gabroomse Caba koof fayya kee Kolfa koof gaddakee Walitti firoomsee! @SanyiiOfii
نمایش همه...
Utuu naf danda'aamee Si liqimsuufaan yaalaa Nadhiin gorora keetiis Nadhii dammaa caalaa Eessaan si argaree Atoo mana hin baatuu Anoo jaalala keef jedhee Qaatan ta'ee maraatuu Isa uffata malee jiraatuu..! Adaraa naan dhamasiin Nama sammuu dhabee Adaraa naan taasisiin Simbira baalleen cabee.. @SanyiiOfii
نمایش همه...
👍 1
kuullee koo Kuullee koo bareedduu Mucaa warraa buunnoo Naatoo fuula keeti Nama hundaatu hawwaa Bareedduu umaamaa Mucaa warraa jimmaa Waa'ee midhaagaa kee Biyyaa hundaati himaa Simboo Qabeetii koo Kuullee ija kuullaa Si yaaden dhiphaadha Yaadni koos nan guula @SanyiiOfii
نمایش همه...
Photo unavailableShow in Telegram
Photo unavailableShow in Telegram
Photo unavailableShow in Telegram
Bineensi kaabaa sun Bulguu sanyiin bulguu Raamadaana eegee Qurciin dhiiga dhugu Yeroo Soomni seenu Baatiin Raamadaanaa Walloo daguun cabsuuf Barumaan waraana. Keenya immo gowwaan Afaaniin qabsaa’aa Miidiyaarra taa’ee Du’a walloo lakkaa’a. Yookaan gamtaan ka’ee Walloodhaa hin birmatu Miidiyaarraa qofa Kan inni dubbatu. #Garuu, Walloon Oromoodha Oromoonis Walloo Maaf ustee ilaaltaree Qeerroon Afran Qalloo? Maccaaf Tuulamarraa Gujiif Booranarraa Ituuf Humbaanaarraa Sikkoofi Mandoorraa Wal faana utuu Oromoon Walloodhaaf birmatee Gadheen Silaa hin loltu Walloo Waloon hidhate. Suuraa Qofa maxxansuun Walloof bu’aa hin buusu Burmannee ha qolannu Waraabessa kaabaa Qumxaa uffatee yuusu. ✍️.. @Sanyii _Ofii Guddaa galatooma! 👇👇 https://www.tiktok.com/@b Sanyii Ofii 👇 https://t.me/Jaalalee
نمایش همه...
👍 1🔥 1
Jalaalii qoosaa hin Beekuu maliif qostaa Damme Koo Akkan marachaa jiruu Kootuu ilalii laphee Koo 🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤 Maliif na gurachesitte Jalaalaa dhugaaf haqaa Yoo ati dëmtëé esumaa Abbaa koon dhaqaa 🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤 Lubbu koo sin jedhuu Hoggantuu laphee Koo Ishee qamaa gubbaa Bayyen si jalaadhaa Lokoo shaxxee durbaa 🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤 Ergaan gaf si argee imon Sif dawalee yaddoon Jalaalaa kee dhufee Na jalqaabe 🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤 Kanaafaan baresee si ka'e Dhamsaa kee atis na jaladhuu Si ta'a jarsaa kee 💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔 Iñafä dhîísíí #SanyiiOfii✍️
نمایش همه...
یک طرح متفاوت انتخاب کنید

طرح فعلی شما تنها برای 5 کانال تجزیه و تحلیل را مجاز می کند. برای بیشتر، لطفا یک طرح دیگر انتخاب کنید.