cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Miilto Sabboontota

Oromoon mirgi isaa sarbamee bara dhufaa darbaa harka jallootan ajjefama jiraachun ni ga'a. Kallatti dandeenyu maraan dura ni dhaabbanna. Yaada fi Gaaffi yoo qabaattan @MiiltoBot nu quunama. Channel Keenya https://t.me/SagaleeMiiltowwanii #JOIN godhaa.

نمایش بیشتر
پست‌های تبلیغاتی
3 937
مشترکین
-224 ساعت
-467 روز
-17630 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

Dhaabbanni Telegramii Umurii ykn Turtii bara Telegram kee banamee egalee lakkaa'uun Linc kanaan #Coin kennaa jira Coin kun 1000 USD 7 jedhamee himaama jira taphachuu waan hin qabneef bantanii fudhattani kaa'u qofaadha link kana fayyadamuun carricha itti gargaaramaa isiniin jenna https://t.me/dogshouse_bot/join?startapp=Wy6IxnELSf2_RSff_dqkgw Who let the DOGS out?
نمایش همه...
Join DOGS

Get rewarded with the most Telegram-native memecoin

👍 1
☀︎︎ #Dambi_Doolloo💪💪💪 Galgala kana #Gareen_Soonsaa Humna Weerartuu irratti Tarkaanfii Shuggee fudhateen Gumaa Jaallanii baaseera. Fuulduraafis itti fufa. Hawwaasni ammallee of tiksaa...
نمایش همه...
8
Photo unavailableShow in Telegram
#INJIFANNOO Duula #Irbuu_Shinniggaa Zooni Kibbaa Konya #Gujii_Liaxaa Aana #Abbaya Ganda Ladoo daadaati 35 bakka hin Erguu, 23 madoo adabeera. Gama meeshaatin #AKM-- 12 #Rasasa_PKM 635 #Rasasaa_AKM 500 #Bombi- 4 #Kazina 21 #Nyororoo_PKM 200 irraa hiikkatuun Galii dantaa Qabsoo Bilisummaa Oromootiif Oolchee jira.
نمایش همه...
10👍 2
Photo unavailableShow in Telegram
Coin #Telegrama_Star jedhamuun beekaamu yeroo ammaa kara linkii kanaan seenuun argachuu dandessu. Coin kana baafachuu, meeshaalee adda addaa karaa telegraama bituuf, bifa kenna Abootii chaanaliif kennuuf, Beeksisa Chaanolta teelegraamaa iratti beeksifachuuf tajaajilu. Coin kana gara fundura qarshii baasuun bitachuu dandessu ammatti bilisaan walitti qabachuu dandeessu. https://t.me/major/start?startapp=1158104462 Gatii isaa qarshii biyyaa kessan suura gubbaatti ilaaluu dandessu
نمایش همه...
👍 4🥰 1
✅Telegram akkuma Tik Tok waan addaa qabatee dhufee jira🤩 ⭐️ Telegram stars 👉 Akkuma beektan TikTok'n namootni hedduun Kennaa coin TikTok jedhamu kanaan jireenyi isaanii akka jijjiiramu gargaareera. 👉 Miila TikTok hordofuun Telegram ammoo Gift Coin haaraa Telegram Stars jedhamu kan maammiloni Telegram kennaa isaanii gara maallaqaatti jijjiiruuf dandeessisu dhiyaateera. 👉 Kana beeksisuuf Telegram waan Airdrop fakkaatu Major jedhamu kan namoota affeeruun salphaatti Telegram Star Coins argachuuf isin dandeessisu baasee jira. 👉 Yeroo nama 1 affeertan urjii 15⭐️⭐️ argattu Kana akka airdrop hin ilaalinaa, qarshii dhugaa waan ta'eef jarana, ammuma jalqaba 💥👇🏻👇 https://t.me/major/start?startapp=1158104462 👑Help me to become best of the best in @Major and get some Stars! 15⭐️ invite bonus for you 50⭐️ if you are Premium Major
نمایش همه...
Major

Hello, future major! Welcome to @Major⭐️ Your task is to become the best of the best in the player rating. Vote for others by stars and collect stars yourself⭐️ The coolest majors will receive a valuable token in the future!

1
Itti Fayyadamaa https://t.me/major/start?startapp=1158104462 👑Help me to become best of the best in @Major and get some Stars! 15⭐️ invite bonus for you 50⭐️ if you are Premium Major
نمایش همه...
Major

Hello, future major! Welcome to @Major⭐️ Your task is to become the best of the best in the player rating. Vote for others by stars and collect stars yourself⭐️ The coolest majors will receive a valuable token in the future!

💩 1
Waan Kana Asitti Maxxansuun Seera Miti Garuu Ijoolleen Keenya Carraa Kanatti Fayyadamaa Linki kanaan seentani Channel isani Join gochuun Linki isiniif Kenna Link sanaan Nama yoo affertan isiniif Coin #TON lakkaa'a qabatamaatti 0.5TON irraa yeroo geessan baaftanii ilaalu ni dandeessu. Beksisarra waan jiraniif Yeroo gabaabatti dhaabbachuu mala kanaaf Amumaan itti fayyadamaa TON 1= 8USD =117 Qarshii Itiyoopiyatti Itti fayyadamaa https://t.me/wontonairdrop_bot?start=1158104462
نمایش همه...
$WONTON BOT

The fastest growing community on TON. Wonton channel: @cryptowonton Help: @WontonSupport

👍 7😁 2
#Jaallan_Quba_Qabaadha Ppn waraan xiqqo naannoo Waraanni keenya jirutti ergitee akka booji'aman tasisun batala sanatti duuban immoo waraan guddaa qubsiifte yeroo waraanni keenya gamachuun fishiliqaa jirutti gantee rukuchuuf wixinee qabattee jirti.
نمایش همه...
👍 16😁 4
☀︎︎Miira Dhugaa Keessa Keenya Jechaa gabaabaan ibsitee Eebboo koo Galatoomi malee waan jennu hin qabnu. Daawwaadha. https://youtu.be/Od23qS-cpfA?si=6bciXQCmx3nQoFHr
نمایش همه...
Wallee Jaal Eebbisaa Soolan - Rabbumaaf har'a geenye !

19👎 2👏 1
👉⭕️ #Dhaamsa_Xiyyeeffanno_Barbaadu Bilxiginnaan waraana qabdu Lixaa Jimmaa, Bunnoo Beddelle Naqamtee fi Kk fa'a irra gara G/Galaatti, #Finfinne irraa gara Lixaa #Ambotti kan guura jirtuuf Amboof Sodaattemoo maali waan kun xiyyeeffannoon hordofaamee Qeerro fi Maddeen odeeffannoo keenya.
نمایش همه...
👍 26 1
یک طرح متفاوت انتخاب کنید

طرح فعلی شما تنها برای 5 کانال تجزیه و تحلیل را مجاز می کند. برای بیشتر، لطفا یک طرح دیگر انتخاب کنید.