cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

GALAA JIREENYAA Kuusaa Faarfannaa durii fi haaraa Baruumsa Macaafa Qulqulluu

“Ilma isaa kanatti kan amanu itti hin faradamu, isatti kan hin amanne garuu, maqaa tokkicha ilma Waaqayyootti waan hin amaniniif, ammuma iyyuu itti faradameera.”— Yoh. 3:18 “Abbaanii fi ani tokko” isaaniin jedhe.Yoh. 10:30 Maqaan fayyinaa.....[HoE. 4:12]

نمایش بیشتر
فنلندة3 491زبان مشخص نشده استدین و مذهبی117 710
پست‌های تبلیغاتی
280
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
اطلاعاتی وجود ندارد7 روز
+330 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

CHANNEL BARNOOTA GUDDAA DABARSAA JIRU ISIN AFFEERRE JIRRA JOIN GODHACHUUN ITTI FAYYADAMAA. 👇👇👇👇👇
نمایش همه...
Jechoota sammuu bohaarsan
Jechoota hayyootaa
Barnoota guddina dhuunfaa keenyaaf
Seenaa
Mudannoo
Walaloo jaalala
Bashannana Hundumaaf
Join godhachuun irraa baradha
CHANNALII WAA'EE FAYYAA NI ARGATTU, NAMNI TOKKO MALLATTOO DHUKKUBA ISAA IBSACHUUN MAALUMMAA ISAA BARUU NI DANDA'A. KANAAF NAMOONNI FAYYAA ISAANIIF HAA DUBBISAN. 👇👇👇👇👇
نمایش همه...
Fayyaa sammuu
Maalummaa dhibee sammuu
Mallattoolee dhibee sammuu
Yaala dhibee sammuu
Rakkoolee saalquunnamtii
Waa'ee Gaa'elaa
👆👆🖕🖕Join us
Akkuma nyaanni foon keenya irraa waantota baayyee ittisu, nyaanni sammuu keenya waantota baayyee ittisa. Kanaaf nyaata sammuu keef ta'u argachuuf channalii kana join godhachuun sammuukeef soorata taasisi. 🤜🤛👇🤜🤛
نمایش همه...
Soorata sammuu
Leenjii walitti fufaa
Soorata fooniif
JOIN
CHANNALII WAA'EE FAYYAA NI ARGATTU, NAMNI TOKKO MALLATTOO DHUKKUBA ISAA IBSACHUUN MAALUMMAA ISAA BARUU NI DANDA'A. KANAAF NAMOONNI FAYYAA ISAANIIF HAA DUBBISAN. 👇👇👇👇👇
نمایش همه...
Fayyaa sammuu
Maalummaa dhibee sammuu
Mallattoolee dhibee sammuu
Yaala dhibee sammuu
Rakkoolee saalquunnamtii
Waa'ee Gaa'elaa
👆👆🖕🖕Join us
Uuffffff ♥•••••♥•••••♥•••••• Gad jedhee harkaan lafa qaphee otoon daa'imuu Silaa hiyyeessa jooradha namni naan dhimmuu Rakkinaan gadadamuun koo garaasaa raasee Al takkaan goftan dhibee koo barra calaasee Uuu.. uuuu... In darbee barri rakkinaa In darbee barri rakkiinaa Uuu... Uuuuu... In darbee barri boo'icha In darbe barri boo'icha An dukkanaan ifatti bahe Iyyesuusiinan nama tahe Dachaadham narratti ayyaannisa Waaqa koo maqaasaan leellisaa Goota koo maqaasaan leellisaa ............................................ Hamma dhumaatti dhaggeeffadhaa ittiin eebbifamaa 🙏🙏🙏🙏🙏🙏 @Galaa_jireenyaa1 https://t.me/Galaa_Jireenyaa1
نمایش همه...
Hin Dagatiina - Bacha Beyene 🌐 @galaanafaarfannaa ☑️
نمایش همه...
Yaa Xiyoon Ka'i - Bacha Beyene 🌐 @galaanafaarfannaa ☑️
نمایش همه...
Repost from Naardos Official
WARRA IYOOBIIN CEEPHAʼANEliifaaz: Tarii nama Temaan isa biyya Edoom taʼuu hin oolu. Ermiyaas 49:7 irratti Temaan, wiirtuu ogummaa biyya Edoom akka taate ibsameera Namoota Iyoobiin ‘jajjabeessan’ keessaa Eliifaaz jalqaba irratti kan dubbate, umriidhaan waan hunda isaanii caaluu fi iddoo guddaa waan qabuuf taʼuu hin oolu. Siʼa sadii kan dubbate siʼa taʼu, namoota lamaan caalaas yeroo dheeraadhaaf dubbateera Ceephoo sobaa: Amanamummaa Iyoob qabu irratti kan gaʼise taʼuu isaa irra iyyuu, Waaqayyo tajaajiltoota isaa irratti amantii akka hin qabne dubbateera (Iyo 4, 5) Eliifaaz, Iyoob qajeelaa akka taʼetti kan of ilaalu, hamaa fi Waaqayyoon kan hin sodaanne akka taʼe dubbateera (Iyo 15) Eliifaaz, Iyoob sassattuu fi murtoo kan jalʼisu akka taʼe, akkasumas namni Waaqayyo duratti faayidaa akka hin qabne dubbateera (Iyo 22) ✅Biildaad: Sanyii Shuʼaahii ti. Naannoo Laga Efraaxiis jiraatee taʼuu hin oolu Lammaffaa irratti kan dubbate isa ture. Siʼa sadii kan dubbate yommuu taʼu, dubbiin isaa gaggabaabaa fi kan Eliifaaz caalaa Iyoobiin kan miidhu ture Ceephoo sobaa: Ijoolleen Iyoob cubbuu akka hojjetan, balaan isaan irra gaʼe kan isaaniif malu akka taʼee fi Iyoob iyyuu Waaqayyotti akka hin amanne dubbate (Iyo 8) Iyoob nama jalʼaa akka taʼe dubbate (Iyo 18) Namni amanamaa taʼuun isaa faayidaa akka hin qabne dubbate (Iyo 25) ✅Zofaar: Naaʼimaaticha kaaba dhiha biyya Arabaa jiraachaa ture taʼuu hin oolu Sadaffaa irratti kan dubbate isa siʼa taʼu, warra kaan caalaa garmalee Iyoobiin ceephaʼeera. Siʼa lama qofa dubbate Ceephoo sobaa: Iyoob sobduu akka taʼe dubbachuudhaan isa ceephaʼe; akkasumas yakka hojjetu akka of irraa fageessu isatti hime (Iyo 11) Iyoob nama jalʼaa fi cubbuutti gammadu akka taʼe dubbate (Iyo 20) ✍️16 Iyyoob akkana jedhee deebise:  2 “Ani kanaan dura wantoota akkanaa hedduu dhagaʼeera. Hundi keessan jajjabeessitoota rakkina uumtani dha!  ✍️Dubbiin duwwaan* dhuma qabaa? Isin akkanatti akka deebistan maaltu isin kakaase?  ✍️Anis akkuma keessanitti dubbachuu nan dandaʼa. Isin bakka koo utuu taatanii, Anis dubbii nama amansiisuun isinitti dubbachuu, Mataa koos isinitti raasuu nan dandaʼan ture.  ✍️Ani garuu dubbii afaan kootiin isin nan jajjabeessa, Jajjabinni hidhii kootiis boqonnaa ni argamsiisa ture.  ✍️6 Ani yoon dubbadhe, rakkinni koo naaf hin salphatu, Dubbachuu yoon dhiise hoo, rakkinni koo hammam naaf hirʼata? ✍️ 7 Amma garuu inni na dadhabseera; Guutummaa maatii koos* balleesseera. ✍️ 8 Huqqinni koo kaʼee fuula koo duratti akka ragaa baʼuuf, Ati na qabatteetta, haalli koo kunis ragaa taʼeera. ✍️ 9 Dheekkamsi isaa na ciccireera, innis ija diinummaatiin na ilaala. Ilkaan isaa na irratti qarata. Diinni koo ija isaatiin na waraana. ✍️10 Isaan afaan isaanii balʼisanii ana irratti bananiiru, Tuffiidhaan maddii* koo rukutaniiru; Hedduu taʼaniis ana irratti walitti qabaman. ✍️11 Waaqayyo harka ijoolleetti dabarsee na kenne, Harka hamootaa keessattis na gate.+ ✍️12 Ani rakkina tokko malee jiraachaan ture, inni garuu na hurreesse; Inni karaa duubaatiin morma koo qabee na caccabse; Achiis xiyya isaa natti darbachuuf akeeka godhee na dhaabe. ✍️13 Warri xiyya isaaf darbatan natti marsu; Inni kalee koo ni waraana,+ garaa naaf hin laafu; Hadhooftuu koos lafa irratti dhangalaasa. ✍️14 Ani akkuma dallaa inni irra deddeebiʼee diiguu ti; Inni akkuma loltuutti natti fiiga. ✍️15 Ani gogaa koo uwwisuuf uffata gaddaa walitti hodheera, Ulfina* koos biyyoo keessatti awwaaleera. ✍️16 Booʼichaan kan kaʼe fuulli koo diimateera, Qola ija kootii irras gaaddisni cimaan* jira. ✍️17 Harki koo garuu jalʼina hin raawwanne, Kadhannaan koos qulqulluu dha. ✍️18 Yaa lafaa, dhiiga koo hin haguugin! Iyya kootiifis iddoon boqonnaa hin argamin! ✍️19 Ammuma illee, inni dhugaa naaf baʼu samii keessa jira; Inni anaaf ragaa baʼuu dandaʼu ol gubbaa jira. ✍️20 Yeroo ijji koo Waaqayyotti imimmaan dhangalaasu, Hiriyoonni koo natti qoosu. ✍️21 Akkuma namni tokko namoota lama walitti araarsu, Namni tokkos namaa fi Waaqayyoon walitti haa araarsu. ✍️22 Sababiin isaas, waggoonni dhufaa jiran xiqqoo dha, Ani nan deema, hin deebiʼus
نمایش همه...
👍 3
DAA'IMAA FI MICROCHIP! ••• Ciniinsuu sa'a 18 booda haati mucaa fayyaalessa deesse. Maatiin mucaa lubbuu haaraa gara addunyaatti makamuuf deemu kana arguuf hawwiin eegaa turan. Narsiin Hospitaalichaa mucaa dhalate fudhattee gara kutaa turtii daa'imman reefuu dhalataniitti qajeelte, abbaan mucaas gagammadaa ishee hordofe. Garuu gammachuun isaa utuu hin turin gaddaa fi dhiphinatti jalaa jijjiirame. Sababni isaa Narsittiin harka mirgaa muchichaa keessa "MicroChip" utuu awwaaltuu waan argeef. Abbaan mucichaas maalif akka kun ta'e gaafatus deebiin Hospitaalicha irraa kennameef nuti waan ajajamne raawwachuudha kan jedhu ture. Maddi: rcg.org/realtruth/articles .. Kutaa biyyoota Ameerikaa harka caalaa fi biyyoota Awurooppaa baayyee keessatti daa'imman reefuu dhalataniif dhoksaadhaan "MicroChip" awwaaluun kan jalqabame bara 2014 irraa eegaleeti. Gamtaan Awurooppaa Caamsaa, 2014 keessa daa'imni kutaa biyyattii mara keessatti dhalatu "MicroChip" awwallachuu akka qaban hospitaalotaa fi kilinikoota hojii kana hojjetan mara yaadachiisee ture. Ta'us gochi kun iddoo baay'eetti dhoksaadhaan waan raawwatamuuf maatiin daa'immanii baayyeen kana quba hin qaban. Biyyi Iskootilaand bara 2016 keessa sagantaa haaraa baafteen daa'immaan haaraan biyyattii keessatti dhalatan akka garaa haadhaa irraa gargar baa'aniin "MicroChip" awwaallachuu qabu kan jedhu ture. Karooruma ishees qabattee hojii ishee itti fuftee jirti. Maddi: www.snopes.com, www.scotish.com .. Kaayyoon Ilmaan Luciiferootaa "MicroChip" ilaalchisee daa'imman akka garaa haadhaa keessaa ba'aniin ergama jabaa mootummaa biyya lafaa waliin qabaniin ajajni manneen yaalaaf harka lafa jalaan kennamee daa'imman gubaa kana akka fudhataniidha. Kanneen ga'eessa ta'aanii kana jala darban ammoo tooftaa addaa addaatti fayyadamuun akka fudhatan taasisuudha. Fudhachuu yoo didan uggura jireenyaa irratti gatuun ajjeesuudha. Hubadhaa sababa hanqina huubannaa keenyaa fi itti morma isa hamaatti laafuu keenyaan daa'imni keenya homaa hin beekne illee dhiiga bineensichaa fudhatee guddachaa jira. Gumaan daa'ima wallaalaa kanaa illee harka keenya keessa barbaadama. Maddeen dubbii fo'an tokko tokko akka jedhanitti Ilmaan Luciifer biyyoota hojii kanaaf itti milkaa'anitti akka garaatti hojjechaa kan jiran yoo ta'u, biyyoota itti milkaa'uu dhabanitti harka lafa jalaan ogeessoota fayyaa keessumaa kutaa deessisuu irra hojjetan maallaqa guddaan bitanii "MicroChip" itti kennuudhaan daa'imman keessa awwaalchisaa jiru jedhama. Keessumaa biyyoota Afrikaa dinaagdeen gadi buute kana keessatti maallaqaan nama bituun salphaa waan ta'eef akka garaa itti fayyadamuu danda'u. Akkasuma biyyi keenya yeroo ammaa hojii Shira Xaxxootaa kana utuun hin calalin akkuma jiruun ofitti fudhachaa jiraachuun ishee yaaddoo guddaa uuma. Sanaafis ragaan Biil Geetis fi Jaak Maa waliin hojjechaa jiraachuu isheeti. Dhaabanni "Observer" akka jedhutti Shira Xaxxoonni dhoksaan ilmaan keessan butaa(kidnapp) gochaa waan jiraniif of eeggadhaa jedha. Kanas "MicroChip" keessa awwaaluun isin harkaa fudhataa jira jedha. Maddi: observer.com Maatiin sababa da'umsaan gara mana yaalaa kamiin iyyuu deemtan daa'ima keessan reefuu dhalatu irraa ija keessan hin buqqifatinaa. Dogoggorri isin ulaa kanatti raawwattan badiisa foonii fi lubbuu qaqqabsiisa waan ta'eef. Utuu isin cina jirtanii daa'imni keessan gubaa kana fudhannaan lubbuu balleessuun itti gaafatamni isaa kan keessan ta'uu hin dagatinaa! Kun kan ta'u yoo ta'e nutis daa'ima wallaalaa dhalatu sana waliin akka wal hin caalle beekuu qabna. Wallalaa akka dubbii Waaqayyootti karaa irra buufnee guddisuu akka qabnu ajajamneerra! “Ilma kee adabii karaa irra isa buusi! Inni immoo aara si galfachiisa, garaas si in ciibsa.” — Fak. 29:17
نمایش همه...
2