992
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
-87 روز
+1530 روز
آرشیو پست ها
992
Repost from Chercher
Barattoota kutaa 12ffaa hundaaf
Dhimmii : Shaakala CBT ilaala
Akkuma mata duree irratti ibsameetti guyyaan shaakala CBT University OB gaafa guyyaa 16/10/2018 waan ta'eef kitaaba guyyaa boru sagantaa bahuun deebistanii Admission Card akka fudhatan jachaa,barataan qajeelfama kana hin raawwanee rakkoo irra gahuuf mannii barumsaa hin gaafatamu.
HUB. Gara mana barumsaa yemmuu dhuftan
1. Barattoonnii kutaa 9-11 qormaata waan qabaniif moobaayila qabachuun hin danda'anu.
2. Admission Card fudhatn immoo laaminat gochuun haada magarisa gochuun guyyaa shaakalaa qabachuun dirqama dha.
3.kitaaba sa'aa isiniif kennameen ala dhufuun hin danda'amu.
4.Qormaanii baranaa mannii barumsaa keenya marsaa 1ffaa dhaan kennamu ta'a.
