cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Ajaaibsiisoo Telegram Channel

Guyyaa guyyaan dhugaawwan hawwataa, barreeffamoota hubannoo namaaf kennan, fi wantoota xixxiqqoo sammuu namaa Gabbisanii fi bohaarsan argachuuf Miseensa Channelii keenyaa ta'aa!🔥 @Ajaaibsiisoo_Telegram_Channel

نمایش بیشتر
فنلندة653زبان مشخص نشده استحقایق1 517
پست‌های تبلیغاتی
10 283
مشترکین
+1224 ساعت
+1537 روز
+91830 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

Namni nuyi abjuu keessan arginu kamiyyuu dirqamaan nama ija keenyaan arginee beeknu dha. Sammuun keenya ofii isaatiif fuula yookiin suuraa nama haaraa tokko uumuu hin danda'u. @Ajaaibsiisoo_Telegram_channel
نمایش همه...
👍 8
Photo unavailableShow in Telegram
Aadde #Bokkayoo_Dullachaa yeroo tokkotti ijoollee 4 argatte❤️ 👶🏼👩👦👶🏼 Gaafa nama badhaasu badaas nama hin dhamaasu taateen kun Godina Boorana Taltalleetti uumame🤝 via Gemeda @segnigudeta @WABIISG
نمایش همه...
11👍 5👏 1
Photo unavailableShow in Telegram
Hantuutni lama qofti, naannoo mijataa ta'e keessatti, waggoota sadii qofaa keessatti gara hantuuta miliyoona 482tti jijjiiramuu danda'u. 🐀 🔊 @Ajaaibsiisoo
نمایش همه...
Photo unavailableShow in Telegram
Bara 2015 keessa, Abukaatoon lammii Keeniyaa ta'e tokko, pirezidaantii Ameerikaa 44ffaa kan ta'e, intala Baaraak Obaamaa maqaan ishee Maaliyaa jedhamtu fuudhuuf jecha Loon 50, hoolaa 70 fi re'ee 30 dhiyeessee ture. Mul'ata fagoo qabaachuun dirqama!🏃😁 🔊 @Ajaaibsiisoo
نمایش همه...
3👍 1
Wantoota Sammuu namaa si'eessan kurnan. 1. Dharraa walqunnamtii saalaa guuttachuu. 2. Jaalala 3. Dharraa beekamtii, Aangoo fi Maallaqaa. 4. Muuziqaa. 5. Hiriyyummaa jaalalaa dhiiraa fi dubartii gidduutti uumamu. 6. Gamtaa namoota dandeettii qabanii waliin hojjechuun ijaaraman. 7. Rakkoo fi dararama. 8. Sammuu leenjisuu. 9. Sodaa. 10. Qorichoota Dammaksaniifi Alkoolii. Kara keessaa 8tti uuamaan kan si'eessituu ta'anii kan jiranidha. Wantoota Kurnan kanatti sammuun fayyadamuun miira 6ffaan waan haaraa akka uumu gochuu ni danda'a. Kana qalbifachuun wantoota kamiyyu hubachuuf nama dandeessisa 🔜 JOIN @iyyaasuupost @iyyaasuupost
نمایش همه...
👍 4
Photo unavailableShow in Telegram
Eid mubarek for all my brothers and sisters For all muslim people I wish all of you Happy Eid. May Allah flood your life with happiness, your heart with love, your mind with wisdom. wishing you a very Happy Eid Al Adaha 😊 🔊 @Ajaaibsiisoo_Telegram_channel
نمایش همه...
👍 7
Photo unavailableShow in Telegram
Waantoota dinqisiisoo waa'ee sammuu keenyaa. 1. Sammuun namaa %6 cooma irraa  uumame. 2. Sammuun namaa waggaa 25tti ijaaramee xumurama. 3. Dandeetiin kuusuu sammuukee daangaa hin qabu. 4. Sammuunkeenya sa'a tokko keessatti saffisa mile 268 odeeffannoo geejiba. 5. Gidduugaleessan, spinal kordiin namaa waggaa 4 keessatti guddina dhaaba. 6. Meeshaan odeeffannoo qaama keefi sammuu kee wal jijjiiruu spinaal koordii jedhama. 7. Sammuun nama pawuundii sadi ulfaata. Kan dhiiraa garuu kan dhalaa ni caala. 8. Sammuun ofiisa of qorrisiisuu danda'a. 9. Tishuun sammuu xiqqoon ishee newuuronii 100,000fi sayinaapsii bilihona tokko irraa ijaarama. 10. Sammuun namaa humna ibsaa waattii 23 maddisiisuu danda'a. (Ampuulii tokko ibsuuf gahaadha). Sammuu nagaa qabaadhaa! Via Tolasaa Burqaa @segnigudeta @WABIISG
نمایش همه...
👍 12 3
Photo unavailableShow in Telegram
Dubartii Dhuufuu ishee gurgurtu! Dubartiin maqaan ishee Stephanie Matto jedhamtu, dhuufuu ishee torbanitti yoo xiqqaate, Jaarkaaniidhaan kuusuun gara doolaara $200,000 tti gurguraa turte. Dhiheenya kana Dubartiin kun sababa garmalee Dhuufuu ishee irraan kan ka'e, hospitaala erga galteen booda, Dhuufuu ishee gurguruu irraa soorama bahuu akka qabdu beeksistee turte. Maal deemaa jira?🤔 🤔 🔊 @Ajaaibsiisoo_Telegram_channel
نمایش همه...
👍 12😁 5
Photo unavailableShow in Telegram
Hantuutni lama qofti, naannoo mijataa ta'e keessatti, waggoota sadii qofaa keessatti gara hantuuta miliyoona 482tti jijjiiramuu danda'u. 🐀 🤔 🔊 @Ajaaibsiisoo_Telegram_channel
نمایش همه...
Photo unavailableShow in Telegram
Uumamoota lafa kanarra jiran keessaa, kan muka muru dhala Namaa qofa yemmuu ta'u, Muka murame sana immoo gara Waraqaa tti jijjiiree, Waraqicha irratti "Muka hin muriinaa!" jedhee kan barreessus dhala Namaati.🤔 🔊 @Ajaaibsiisoo
نمایش همه...
👍 36👎 3
یک طرح متفاوت انتخاب کنید

طرح فعلی شما تنها برای 5 کانال تجزیه و تحلیل را مجاز می کند. برای بیشتر، لطفا یک طرح دیگر انتخاب کنید.