cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

ARGANNOO.

ARGANNOO: Baga Nagaan Dhuftan!! Anaa Dhufu!😍😎 ARGANNOON: 👉 Isin Barsiisa 👉Isin Bashannansiisa 👉 Wantoota Dinqisiisoo Addunyaa keenya isin biraan ga'a Na Hordofaa. 👇👇👇👇 t.me/Argannoo3

نمایش بیشتر
فنلندة3 613زبان مشخص نشده استدین و مذهبی130 788
پست‌های تبلیغاتی
201
مشترکین
-124 ساعت
-17 روز
-230 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

Photo unavailableShow in Telegram
Biyya Guinea 🇬🇳 jedhamtu keessatti! Yeroo fuudhaa fi heerumaatti dhiirri quba harka isaa mirgaa irraa kutee misirroodhaaf akka kaadhimaatti dhiyeessuu qaba😁 Yoo ishee hiikuu barbaade immoo harka bitaa isaa irraa quba lama kuta. Yoo du’e garuu haati manaa isaa amanamummaa isaaf qabduu fi booda dhiira biraatti akka hin heerumne agarsiisuuf quba harka ishee kudhan irraa muru🙆‍♀️. Heerumtus, wal hiiktus, du'us, quba muramuu qabutu jira. 🗡 Utuu seerri akkasii biyya keenya keessa jiraatee hunduu qaama hir'uudha🙆‍♀️😁 .. Maddi toora miidiyaa hawwaasaa irraati.
نمایش همه...
👍 1
Photo unavailableShow in Telegram
Mootiittii Walqunnamtii Saal-aa $ex kan taate Lisa Spark jedhamti. Akka Addunyaatti Galmee Dinqisiisoo addunyaa irratti Galmaa'uun record isheen qabatte kan cabse hinjiru. Bara 2004 guyyaa tokkotti Dhiirota 919 faana walquunnamtii goote. Sa'aatii 12 gidduutti Walquunnamtii isaan faana goote keessatti Dhiira tokko faana secondii >45 ture. Amma umriinshee waggaa 47 yoo ta'u galmee Dinqisiisoo Addunyaa (Guinness book) irratti Galmaa'uunshee reefuu waggaa 20 qofa. Bara 1995 kan Jeff Sparkitti kan heerumte yoo ta'u, kan nama ajaa'ibu Gaa'ila dhaabattee kaatee namoota kana hunda faana guyyaa takkatti Biyya Poolaanditti Walquunnamtii saa-laa gochuu isheeti. Akka Gorsaatti Shamarran keenya Recordii kana caccabsuuf akka hin yaalle 😂 Safuudhabboo.
نمایش همه...
Photo unavailableShow in Telegram
Lukkuu Qaalii Addunyaa! Lukkuun Gurraachi kun Biyya Indoneeshiyaa keessatti argama Maqaan isaa (Ayam Cemani) Jedhama Halluun isaa Gurraacha Ijji Agartuun isaas Gurraacha Killeen isaas Gurraacha Foon isaas Gurraacha Dhiiga isaa Qofatu diimaa dha! Gosoota Lukkuu Hunda kessaa isatu Qaaliidha Doolaara Ameerikaa 1000 bitama Qarshii itiyoophiyaa Kuma dhibba tokkoo Ol jechuudha Gatiin Anqaaquu yokan Killee isaa tokko Doolaara Ameerikaa 200 baasa! Gatiin foon isaas Baay'ee Qaaliidha Warri Indoneeshiyaa Guyyaa Ayyaana cimaa Qabanuu fi Keesssmaan Ulfaataan itti dhufe Qofa Lukkuu kana Nyaatu Foon lukkuu kanaa dhukkuba hundaaf Dawaadha jedhanii Amanu! Biyya keenya itiyoophiyaa keessatti Lukkuu Seexana jedhama sababni isaas Namoota Sihirii Falfala hojjetantu itti fayyadama yeroo baay'ee jaratu Lukkuu kana Barbaada! Garuu Indoneeshiyaan foon isaa fi Killee isaa Qofa nyaatu malee Akka biyya keenya Hojii hamaa fi dhala Namaatiif hin tollee ittiin hin hojjatanu.
نمایش همه...
Photo unavailableShow in Telegram
▬▬▬▬▬▬▬▬ "Guyyaa miindaan siif kenname foon lukkuu nyaatta! Gaafa miindaan sun xiqqoo hir'ate immoo oomisha lukkuu (hanqaaquu) nyaatta! Yoo miindaan kee xiqqaachaa dhufu immoo nyaata lukkuun nyaattu (boqqolloo, mishingaafaa...) nyaatta! Yeroo miindattiin dhumtu, atumti mataan kee lukkuu taatee oliif gadi deemtee yeroo kee fixxa!"😁 Roobert Mugaabee
نمایش همه...
👍 1
Kabajamoo fi jaallatamoo maatii chaanaaalii kanaa kan taatan hundi keessan akkam jirtu nagaa keessanii jechaa Linki gadii kana cuqaasuun start erga gootaniin booda tap tap gochuun hojii on line kana hojjedhaa guyyaa muraasatu hafee carraa keessan yaalaa. 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/hamster_kombat_bot/start?startapp=kentId1471808587 Play with me, become cryptoexchange CEO and get a token airdrop! 💸 2k Coins as a first-time gift 🔥 25k Coins if you have Telegram Premium
نمایش همه...
Hamster Kombat

Just for you, we have developed an unrealistically cool application in the clicker genre, and no hamster was harmed! Perform simple tasks that take very little time and get the opportunity to earn money!

Toora Internetii Kitaabilee Garaagaraa Irraa Argachuu Dandeessan:- ▬▬▬▬▬▬▬▬▬ 🌍 http://gen.lib.rus.ec/ Website kana irratti Kitaabilee miiliyoonaan lakkaa'amantu jira yoo ta'u, kanniin keessaa Kitaabota seenaa, saayikoolojii, falaasamaa... 🌍 http://sci-hub.org/ Isa kana irratti immoo waraqaa qorannoo garaagaraa mil. 64 olitu jira. 🌍 https://bookboon.com/ Website kana irratti immoo free books waan ta'eef tolaan download godhattanii dubbisuu dandeessu. 🌍 http://bookzz.org/ Website kun immoo addunyaa irratti library yookiin Mana kitaabaa guddaa kan qabuu fi giddu-galeessaan kitaabilee miiliyoonaa 2.6 Kan qabudha. 🌍 http://www.allitebooks.com/ Isa kana irratti immoo Kitaabilee tekinoolojii garaagaraa argattu, fakkeenyaf programming, graphics, fi kan kana fakkaatan. share💯share💯share @Argannoo.
نمایش همه...
Library Genesis

Library Genesis is a scientific community targeting collection of books on natural science disciplines and engineering.

Toora Internetii Kitaabilee Garaagaraa Irraa Argachuu Dandeessan:- ▬▬▬▬▬▬▬▬▬ 🌍 http://gen.lib.rus.ec/ Website kana irratti Kitaabilee miiliyoonaan lakkaa'amantu jira yoo ta'u, kanniin keessaa Kitaabota seenaa, saayikoolojii, falaasamaa... 🌍 http://sci-hub.org/ Isa kana irratti immoo waraqaa qorannoo garaagaraa mil. 64 olitu jira. 🌍 https://bookboon.com/ Website kana irratti immoo free books waan ta'eef tolaan download godhattanii dubbisuu dandeessu. 🌍 http://bookzz.org/ Website kun immoo addunyaa irratti library yookiin Mana kitaabaa guddaa kan qabuu fi giddu-galeessaan kitaabilee miiliyoonaa 2.6 Kan qabudha. 🌍 http://www.allitebooks.com/ Isa kana irratti immoo Kitaabilee tekinoolojii garaagaraa argattu, fakkeenyaf programming, graphics, fi kan kana fakkaatan. share💯share💯share      @Argannoo.
نمایش همه...
Library Genesis

Library Genesis is a scientific community targeting collection of books on natural science disciplines and engineering.

Toora Internetii Kitaabilee Garaagaraa Irraa Argachuu Dandeessan:- ▬▬▬▬▬▬▬▬▬ 🌍 http://gen.lib.rus.ec/ Website kana irratti Kitaabilee miiliyoonaan lakkaa'amantu jira yoo ta'u, kanniin keessaa Kitaabota seenaa, saayikoolojii, falaasamaa... 🌍 http://sci-hub.org/ Isa kana irratti immoo waraqaa qorannoo garaagaraa mil. 64 olitu jira. 🌍 https://bookboon.com/ Website kana irratti immoo free books waan ta'eef tolaan download godhattanii dubbisuu dandeessu. 🌍 http://bookzz.org/ Website kun immoo addunyaa irratti library yookiin Mana kitaabaa guddaa kan qabuu fi giddu-galeessaan kitaabilee miiliyoonaa 2.6 Kan qabudha. 🌍 http://www.allitebooks.com/ Isa kana irratti immoo Kitaabilee tekinoolojii garaagaraa argattu, fakkeenyaf programming, graphics, fi kaneen niroo.
نمایش همه...
Library Genesis

Library Genesis is a scientific community targeting collection of books on natural science disciplines and engineering.

#SEEROOTA_DINQISIISOO_KOORIYAA_KAABAA 🤣 1-Kooriyaa kaabaa keessatti amantiin kamiyyu dhorkaadha. Waaqni jira jechuun nama adabsiisa. 2-Kooriyaa kaabaa keessa tiraafikii durbaa qofaatu jira. Tiraafikiin dhiiraa hin jiru 3-Filannoon Kooriyaa kaabaa waggaa 5, 5niin geggeeffama. Garuu kaardiin filannoo maqaa nama tokkoo qofaa qaba. 4-Kooriyaa kaabaa keessatti yoo yakka hojjette amma dhaloota sadii fi maatiin hundi itti gaafatama. 5-Namni kamiyyu rifeensa isaa akkaataa mootummaan eeyyamuun qofa sirreeffata. Akka pireedizantii isaanii uffachuun ta’e rifeensa sirreeffachuun dhorkaadha. 6-Konkolaataa ykn computerii bitachuuf eeyyama mootummaa argachuu qabda. 7-Akka biyyaatti TV sadii qofaatu jira. 8-Kaalendarii isaanii bara 1912 yeroo mootiin isaanii Kim sung 2ffaa dhalatee kaasanii lakkaa’u. Amma akka addunyaa 2020 irra hin geenye bara 109 irra jiru 9-Dhiirri tokko durba waliin waa’ee jaalalaa kan inni haasa’uu danda’u yoo kan ishee fuudhu ta’e qofaadha. Gaafa guyyaa gaa’ela isaanii bakka awwaalcha Kim Sung 2ffaa daawwachuun dirqamadha. 10-Kooriyaa kaabaa keessa akka biyyoota biroo taaksii fi gibirri ummata irraa hin funaanamu. 11-Yeroo mucaan dhalatu maqaa pirezidantii isaanii baasuun hin danda’amu. Yoo osoo pirezidentiin isaanii hin muudamiin dura baasaniif ta’e maatiin maqaa mucaa jijjiiruuf dirqamu. 12-Biyyattiin rakkoo humna ibsaa waan qabduuf yeroo hundaa akka guutuu biyyaatti halkan ibsaan ni bada. 13-Maatiin ijoollee barsiifachuuf gara M/B yeroo ergu taa’umsa kennuun dirqama. 14-Uffata jiinsii bifa samii (blue) uffachuun dhorkaadha. Akka sirna impeeriyaaliizimii USA tti ilaalu. 15-Magaalaa guddoo piyongyang keessa nama eeyyemameef qofaatu jiraachuu danda’a. 16-Biyyattii keessa qaama miidhamaan hin jiru. Ni ajjeefamu. 17-Humni nama baratee 100% dha. Namni hin baranne hin jiru. 18-Raadiyoo biyyattii sagalee hiri’suu malee dhaamsuun dhorkaadha. ajaa'iba!! Kanan dubbise irraa.
نمایش همه...
Photo unavailableShow in Telegram
Dhiyeenya kana namichi yeroo jalqabaaf kaleen booyyee waldhaansa baqaqsanii yaalun jijjiirameef boqote. Namni kun kaleensaa hojiin ala ta'ee kanaan dura kan namaa jijjiirratee hojjachuufii dinnaan kan booyyee jijjiirrate. Kan booyyes ta'uufii didee du'e. Maddi👇 https://bbc.in/3WA5fKP
نمایش همه...