cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

❤️Dhandhama Jaalala❤️

☞ Bashannana ❣️xinsammuu❣️ ❣️Asoosama❣️ ❣️walaloo❣️ ❣️miraa jaalala❣️ ❣️ Wantoota barsiisoo❣️ ❣️beekumsa❣️

نمایش بیشتر
پست‌های تبلیغاتی
5 234
مشترکین
+5624 ساعت
+2547 روز
+84830 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

#Jireenya_keessatti wantoota beekuu qabdan 3. 1 #Waan barbaadde osoo hin taane waan siif malu argatta. 2 # Waan namoonni baay'een barbaadan yommuu hojjettu waan barbaadde hunda argatta. 3 #Gaafa isa barbaaddu kan dhabde gaafa inni si barbaadu ni argatta.🙏        @Dhandhama1
نمایش همه...
🔥 3👏 1😁 1
#Gara_Tulluutti(olka'insaatti)!   #Namni_Gamoo_dheeraa ijaaruuf yaadu bu'uura isaa gadi fageessee qotuu qaba. Nutis Jireenya keenya keessatti waan guddaa hojjechuuf yoo yaadnu akkuma gamoo oldhaabuuf lafa gadi fageessinee qotuun dirqama ta'ee fi lafti ammuma gadi fagaataa deemu qotuun isaas #cimaa akka deemu,   #Jireenya keenya keessattis kufnee qormaanni yeroo nu mudatu,waanta heddu yaallee yeroo dafee nuuf milkaa'uu didu yeroo nutti jabaatu  bu'uura cimaa ol ba'ee dhaabatuufi  dogoggora keenya irraa barannee gammachuu fi galataan Jiraachuuf akka ofqopheessaa jirru haa yaadnu! @Dhandhama1
نمایش همه...
3👏 3🥰 1
#Garbummaa_sammuu_Jalaa ba'uuf. #Kalessa keef beekamtii kenni garuu har'a Kee Itti jiraadhu.( #Value_yesterday_but live today). Har'aan Kee garbummaa sammuu akka sitti hin taaneef mul'ata keef Itti jiraadhu. #Garbummaa_sammuu jalaa ba'uuf har'aan Kee baay'ee murteessaadha. Baay'een namootaa garbummaa kaleessaa keessa jiraatu. " #Yesterday_ended last night".(Dr. John Max Wel). " #Kaleessi_eda_galgala xumurame" jedha. Waan hundumaa akka injifattu kan si gargaaru, mul'ata guddaa ati Jireenya keessatti qabduudha. Mul'atni xiqqoon #garbummaa_sammuu natti taati. Har'a tarkaanfii ofirratti fudhachuu jalqabi.💪 #Garbummaa_sammuu keessaa ba'uuf wantoonni nama gargaaran sadii jedheen yaada. 1. #Mul'ata Guddaa: Hanguma mul'ata kee hubattee irratti hojjette, mul'ata keef bitamta. Yeroo sana garbummaa sammuu kee jalaa baata. 2. #Yaada_Qajeelaa Ofiikeef Qabaachuu: Yaadni ati ofirratti yaaddu garbummaa sammuufis ta'ee birmadummaa sammuu kee labsachuufis ni murteessa. Kanaafuu yaada keef of eegannoo taasisi. 3. #Kaleessatti_Qabamuu fi Borii Keetti Abdii Kutachuu Keessaa Dafii Ba'i. Gonkumaa waan darbeen hin injifatamin. Borittis abdii hin kutatin. Kaleessaaf beekamtii kenni. Boriikee abdiin eegadhu. Irrattis hojjedhu. Garbummaan sammuu kee birmadummaa sammuun keetiin bakka bu'uu qaba.!🙏 @Dhandhama1
نمایش همه...
🔥 1👏 1

1👏 1
Ha'a ijaaru abbaan ijaaree ani hin digu #dagalee_koo*2 Ha'a inaafuu abbaan inaaffe ani hin #dhiisuu_jaalallee koo ❤️
نمایش همه...
1🥰 1
#Jireenya keessatti jechootni baay'ee barbaachisoo ta'an 4 jiru: #Jaalala, Amanamummaa, Dhugaa fi Kabaja.🙏 #Jireenya kee keessatti kanneen yoo hin qabaanne Homaa hin qabdu. ━━━━━━━━━━━ 🖋️@Dhandhama1 🖌️
نمایش همه...
3👍 1🔥 1
Dur karaan fagaatee Namni wal yaadee maraata Amma karaan dhihaannaan Garaa walitti jabaata.🤗 @Dhandhama1
نمایش همه...
👏 11🔥 2 1
Photo unavailableShow in Telegram
#Karoora jalqabaa kan taate ati jirta, ati karoora, ati jiraannan abjuun kee inni si keessas jira baga jiraatte, Baga jiraattan. #Dilbata_gaarii☕☕ @Dhandhama1
نمایش همه...
6👍 3🥰 3🔥 2
#Ani Baayyeen si jaalladha Hin fedhu si dhabuu Kan biraa jaallachuuf Onnee lama hin qabuu Waadaa gaafa duraa Hunduma isaa eegee Onnee koo qulqulluun Jaalalaaf wareegee ~ #Ati_immoo! Jaalalaan siif qabuu Qoosaatti lakkooftee Gola onneeke keessaa Jaalala koo ooftee Yaadni kee na jeeqee Gaafa haalli cimtee Sin barbaadu yoomuu Jettee natti himtee ~ #Egaa Utuun siif dhippadhuu Halkan guyyaa ciisee Utuun si jaalladhuun Siif dhiisee si dhiisee..! @Dhandhama1
نمایش همه...
👍 6 3🔥 2🤔 2
#Onnee ittiin nama jaalannu malee kan ittiin nama kadhanu hin qabnu.😁😲 @Dhandhama1
نمایش همه...
👏 11 5
یک طرح متفاوت انتخاب کنید

طرح فعلی شما تنها برای 5 کانال تجزیه و تحلیل را مجاز می کند. برای بیشتر، لطفا یک طرح دیگر انتخاب کنید.