cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Barruu Beektotaa

Seenaa Namootaarraa Maal baranna? «Barataan yoo jiraate, barsiisaan eessayyuu jira!» ❏ Barnoota walii galaa ❏ Mul'ata ofii beekuu ❏ Seenaa Namootaa irraa Maal Baranna ❏ Xinsammuu fi Dubbii Hayyootaa Guyyaa Guyyaadhaan channel kanaan dhiyaata!

نمایش بیشتر
فنلندة1 027زبان مشخص نشده استورزش9 509
پست‌های تبلیغاتی
6 079
مشترکین
+3724 ساعت
+2347 روز
+1 00230 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

Photo unavailableShow in Telegram
🚸 Channel barattoota gargaaruuf qophaae kanatti dabalamaa,... Join here...
نمایش همه...
Barattoota Oromoo
Gaaffilee Qormaataaf Deebii
Exam Books
Photo unavailableShow in Telegram
Mana keessan teessanii hojii online kam hojjechuun milkaa'uu dandeessu?... As tuquudhaan guutuu isaa ilaalaa.
نمایش همه...
As tuqaa
Hojii Online
OBSA HIN DHABIN! ●●● Nama maqaan isaa Darbii jedhamuu fi eessuma isaatu Koloraadoo keessaa warqee qotanii baasuuf maallaqa firoota irraa liqeeffatanii meeshaa barbaachisu bitatanii lafa qotuu eegalan. Warqeen baay'inaan naannoo sana akka jiru mallattoo argan, argachuu garuu hin dandeenye. Qotanii dadhaban. Dhuma irratti obsa dhabuu irraa kan ka'e yaalii isaanii addaan kutuuf wal mari'atani murteessan. Meeshaan warqee ittiin qotan kan doolaara Ameerikaa hedduun bitame sana gatii baay'ee xiqqoodhaan namicha tokkotti gurguranii deeman. Namichi meeshaa irraa bitate sun garuu abshaala waan tureef ogeessa ogumma sana qabu waamee akka isaaf ilaalu gaafate. Ogeessichi akka beekutti herreega muraasa erga hojjetee booda warqeen bakka darbiinsa qonnaa sana dhaaban irraa 40cm qofa fagaate akka argamu mirkaneesse. Namni obsa hin qabne dadhabee humna isaa orma nyaachisa. Waan baay'ee qabna, garuu obsatu nutti hir'ata. Naaf ta'a jettee waan itti amantuuf obsa hin dhabin, nama mari'attees abdii hin kutin! Obsi karaa, karaan hin jirre keessa karaa baasa. YAADADHU:
"KARAAN MILKAA'INATTI GEESSU QORAATTIIN KAN GUUTEDHA"
Waraanamaa, qoraattii ofirraa buqqisaa, aadaa, okkolaa deemama! Namni madaa kufaatii hin obsine deemsa milkaa'inaa hin eegalin!
OBSA QABAADHU‼️
نمایش همه...
👍 41 12👏 3🔥 2
ℕ𝔸ℕ 𝔹𝔸ℝ𝔸𝔻ℍ𝔸 ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ Milkaa’innii fi Barumsi Yoomiyyuu Wal Cinaa Deema ➛ Kitaaba irraa baradhu! ➛ Namoota biroo irraa baradhu! ➛ Kufaatii kee irraa baradhu! ➛ Dogoggora kee irraa baradhu! ➛ Muuxannoo kee irraa baradhu! ➛ Nama wal argite hunda irraa baradhu! ➛ Barachuu itti fufi! . . . Milkaa'uu itti fufi! Abshaala ta'i! ©Adeemsa milkaa'inaa baradhu!
نمایش همه...
👍 32🥰 6 5
Photo unavailableShow in Telegram
Seenaa Namootaarraa Maal baranna? «Barataan yoo jiraate, barsiisaan eessayyuu jira!» ❏ Barnoota walii galaa ❏ Mul'ata ofii beekuu ❏ Seenaa Namootaa irraa Maal Baranna ❏ Xinsammuu fi Dubbii Hayyootaa Guyyaa Guyyaadhaan channel kanaan dhiyaata!
نمایش همه...
👍 14 5🥰 4🫡 1
Seenaa Namootaarraa Maal baranna? «Barataan yoo jiraate, barsiisaan eessayyuu jira!» ❏ Barnoota walii galaa ❏ Mul'ata ofii beekuu ❏ Seenaa Namootaa irraa Maal Baranna ❏ Xinsammuu fi Dubbii Hayyootaa Guyyaa Guyyaadhaan channel kanaan dhiyaata!
نمایش همه...
Highlight tapha kaleessaa ilaaluuf 👇👇👇👇 @oro_liverpool_fc
نمایش همه...
👍 6 1
Highlight tapha kaleessaa ilaaluuf 👇👇👇👇 https://t.me/+TkcT9WmHIWI1MWY0 https://t.me/+TkcT9WmHIWI1MWY0
نمایش همه...