ORO-JEN 🅞︎🅕︎🅕︎🅘︎🅒︎🅐︎🅛︎
Baga Nagaan Gara CHANNEL kanatti dhufte CHANNEL kanarratti jechoota onnachiisoo fi jechoota Jaalala Jechoota barbaadde hunda Argachu ni dandessa Asiin nu hordofaa walhaa jajjabeessinu
نمایش بیشتر600
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
+87 روز
+5330 روز
توزیع زمان ارسال
در حال بارگیری داده...
Find out who reads your channel
This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.تجزیه و تحلیل انتشار
پست ها | بازدید ها | به اشتراک گذاشته شده | ديناميک بازديد ها |
01 Qofaatu 👌
#MOTIVATIONAL_ORO_QUOETOS 👑
⚡️📢 𝐣𝐨𝐢𝐧 👉 𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐮𝐧 𝐦𝐚𝐚𝐭𝐢 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐓𝐚𝐡𝐚𝐚
🌹#SHARE_LINK_And_JOIN🌻📢📢
@oroNej
@oroNej
@🅞︎🅡︎🅞︎🅝︎🅔︎🅙︎ | 44 | 0 | Loading... |
02 Barbaachisoo👌 Jireenya ✨️
⚡️📢 𝐣𝐨𝐢𝐧 👉 𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐮𝐧 𝐦𝐚𝐚𝐭𝐢 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐓𝐚𝐡𝐚𝐚
🌹#SHARE_LINK_And_JOIN🌻📢📢
@oroNej
@oroNej
@🅞︎🅡︎🅞︎🅝︎🅔︎🅙︎ | 116 | 0 | Loading... |
03 Gammachuun😃 Arraa Tun Namayyuu 🫣Haa
Geessu 🫡 | 151 | 0 | Loading... |
04 #Yaa_Rabb☝️
⚡️📢 𝐣𝐨𝐢𝐧 👉 𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐮𝐧 𝐦𝐚𝐚𝐭𝐢 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐓𝐚𝐡𝐚𝐚
🌹#SHARE_LINK_And_JOIN🌻📢📢
@oroNej
@oroNej
@🅞︎🅡︎🅞︎🅝︎🅔︎🅙︎ | 237 | 2 | Loading... |
05 #For_me_be_clean..
#MOTIVATIONAL_ORO_QUOETOS 👑
⚡️📢 𝐣𝐨𝐢𝐧 👉 𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐮𝐧 𝐦𝐚𝐚𝐭𝐢 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐓𝐚𝐡𝐚𝐚
🌹#SHARE_LINK_And_JOIN🌻📢📢
@oroNej
@oroNej
@🅞︎🅡︎🅞︎🅝︎🅔︎🅙︎ | 278 | 0 | Loading... |
06 #Namoota gaarii✨️🥰 fi dhiibbaa 🔌kaayyoo kee deeggaraniin 👊of marsi.♻️
@oroNej
#this_shoul_ be_th_ beginning_of_your_GOAL 👌😘 | 285 | 2 | Loading... |
07 Yeroo hedduu wanni na dhibu namoonni hedduu dandeettii tee dhoysuuf yeroo yaalan arguu hin ooltu. Garuu maaliif...? Maaliif..?
#Maaliif..! | 335 | 0 | Loading... |
08 إن من أفضل يومكم يومل جمعه
Irra Caalaa Guyyyootaati 🥇
Kuni Halkan Jummaati 🕌 Heddummeeffadhu keessatti
┏━━﷽━━━┓
✺𝐌𝐔𝐇𝐀𝐌𝐌𝐀𝐃✺
🤍S✺A✺W🤍
🎯«[ﷺ]»🎯
@oroNej
@oroNej | 393 | 0 | Loading... |
09 Media files | 398 | 0 | Loading... |
10 Media files | 9 | 0 | Loading... |
11 Jalqaba Of.....
⚡️📢 𝐣𝐨𝐢𝐧 👉 𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐮𝐧 𝐦𝐚𝐚𝐭𝐢 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐓𝐚𝐡𝐚𝐚
🌹#SHARE_LINK_And_JOIN🌻📢📢
@oroNej
@oroNej
@🅞︎🅡︎🅞︎🅝︎🅔︎🅙︎ | 421 | 0 | Loading... |
12 Namoota waa'ee isaaniitii fi seenaa isaanii walfakkataa yeroo hunda irra deddebi'anii siif himan hin dhaggeffatin sababnis namni jiraatu yeroo hunda waan hareya arga isaan garuu tokkichuma jiraataa jiru ykn immo jijjiramni jireenya isaanii iddo seenaa sanii bira hin darbine. gaafa darban, isaaniyyu waan darbe irraa baratu malee sitti hin himan yoo faayidaa qaba tae qofa sitti himu. Kanaan ala seenaa isaani hin himan. kan faayidaa alaa jechuu kooti. Waan haaraya argaa, waan haraya himaa, waan haaraya hojjedhaa yoona seenaan keessan kan darbe hamaa yoo ta'es nama barsiisa. Galatoomaa🙏🙏👍
@phyroumsa
@oroNej | 376 | 2 | Loading... |
13 Namoonni osoo ati ibidda wajiija kheessa dabruutti jirtuu yoo si argan, 'Alla ibiddi gurbaa hin gubu' ja'an malee 'Allah gurbaan numa jabaadha' hin ja'an.
Rakkoon kheessa jirtu hammaattullee hamma danda'ametti numa tarkaanfadhu jaalo. | 293 | 1 | Loading... |
14 Namoonni akkanumatti jaalattu hin jiruu? Kha waa takka siif hin godhin, bas akkanumatti qalbiin tee si feetu hin jiruu...?
Usii jaaladhu, chaarjiin si jalaan dhumuu
#Jaaladhu | 416 | 2 | Loading... |
15 ....sanitti Hin Himin 🤫
⚡️📢 𝐣𝐨𝐢𝐧 👉 𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐮𝐧 𝐦𝐚𝐚𝐭𝐢 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐓𝐚𝐡𝐚𝐚
🌹#SHARE_LINK_And_JOIN🌻📢📢
@oroNej
@oroNej
@🅞︎🅡︎🅞︎🅝︎🅔︎🅙︎ | 456 | 0 | Loading... |
16 Miira takka takka ibsachuun hedduu ulfaata!.🖤🥀
@fazakkir12 | 381 | 1 | Loading... |
17 Join zis channel, I am sure yu'll enjoy it
https://t.me/oronej | 350 | 0 | Loading... |
18 Telegram: Contact @oroNej
https://t.me/oroNej | 2 | 0 | Loading... |
19 https://t.me/+xh-BKVs6LkJkMmM0 | 345 | 0 | Loading... |
20 Telegram: Contact @oroNej
https://t.me/oroNej | 1 | 0 | Loading... |
21 Godhii nama hundaa deebisuu dandeenya, garuu Godhii fi tola haadhaa gooooonkuma deebisuu hin dandeenyu.
Mommy الله يطول لى عمرك ❤️ | 322 | 0 | Loading... |
22 Guyyaa Jum'aatiin Sababa Nuti Salawaata Buufneef jecha Rabbiin nu milkeessuutu kajeelama.
الهم الصل وسلم على سيدنا محمد
Yaa Rabbi Salli aleyhi! 🧡
@oroNej | 387 | 2 | Loading... |
23 🌹يا إلاهي ☝️
#_Warra_Gaaritti_Of_Beeku
⚡️📢 𝐣𝐨𝐢𝐧 👉 𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐮𝐧 𝐦𝐚𝐚𝐭𝐢 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐓𝐚𝐡𝐚𝐚
🌹#SHARE_LINK_And_JOIN🌻📢📢
@oroNej
@oroNej
@🅞︎🅡︎🅞︎🅝︎🅔︎🅙︎ | 424 | 1 | Loading... |
24 Namootatti Yeroo Dhi'aattu (#hariiroo_Yeroo_Uumttu) jireenya ISaanii Gad~Fageenyaan🤏 Ilaaluun Barbaachisaadha 👌 | 375 | 3 | Loading... |
25 ≡>; qajeelfamni fi obsi keessan 🙇♂️ waanan hojjechaa ture FI Hojjechaa jiru kamiyyuu nama har'a ta'e kana akkan guddifadhu na gargaareera,
galatoomaa! 💐 Hundi keessanuu 🙏🏿🙏🏿🙏🏿
@oroNej | 412 | 0 | Loading... |
26 Qorqodaa arjatti if beeku, wallaalaa beekatti if beeku, luyna jeynatti if beekuu wajjiin ooluun amala si balleessiti.
#Comprehension | 396 | 4 | Loading... |
27 Akka Rabbii hin beekaniitii channel @oroNej kana joine godhaa. Guyyaa tokko yoo Rabbi fadhe si Fayyaduu hin Oolu
@oroNej
#Join #Share Godhaamee | 372 | 2 | Loading... |
28 Jaalala Jechuun.....
⚡️📢 𝐣𝐨𝐢𝐧 👉 𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐮𝐧 𝐦𝐚𝐚𝐭𝐢 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐓𝐚𝐡𝐚𝐚
🌹#SHARE_LINK_And_JOIN🌻📢📢
@oroNej
@oroNej
@🅞︎🅡︎🅞︎🅝︎🅔︎🅙︎ | 411 | 0 | Loading... |
29 Dhiira akka dubartiitti oduu fi khinaa jaalattu, tan nama duubaa malee nama duratti waan namaan jechuu sodaattu Rabbi sin godhin. #Gadhee | 420 | 2 | Loading... |
30 Rᴏᴏʙᴀ 💦 𝖪𝖾𝖾𝗌𝗌𝖺 𝖣𝖾𝖾𝗆𝖺𝖺 𝖭𝖺𝗆𝗇𝗂 𝖬𝖺𝖺𝗅𝗂𝖿 🙄𝙄𝙢𝙞𝙢𝙢𝙖𝙖𝙣 𝙠𝙤𝙤 Arguu 👀Dhabe Hin Jedhin🤫
💔🥀
@oroNej | 449 | 0 | Loading... |
31 Akka abbeetii tahi😅
Kan hiqqifatee hin boonye, Kan rakkina meeqa Odoo qabuu kolfu, Kan baafatee hin boonye Odoo keessi isaa booyuu. Kan baayyisee hin waywaanne, Kan nama kabaju, Kan gaafa kabajaan inni namaaf laatu sodaa itti fakkaate akka mataa ifii itti kabaju beeku tahi.
Abbaan kee takkaa si duratti cabaafii booyaan hin jilbiiffanne, dhiira akka abbeetii tahi bakka deemtuuf teessutti booyafii waywaataan kufaa if hin godhinii.
Keessattuu keessattuu dubara duratti hin boohin, rakkina lakkaahaa hin oolin. Cimaa itti fakkaadhu boo😅
🍃🥰
:¨·.·¨:
`·. @Jaalala_qulqulluu🌹 | 457 | 0 | Loading... |
32 Namoota tokko tokkootu jira kan nuti laalaa keenya keessotti dhokfanne, waan nutti hin dhagayamne itti fakkaatu. 😒 | 372 | 1 | Loading... |
33 Miira 💖 💖...
⚡️📢 𝐣𝐨𝐢𝐧 👉 𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐮𝐧 𝐦𝐚𝐚𝐭𝐢 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐓𝐚𝐡𝐚𝐚
🌹#SHARE_LINK_And_JOIN🌻📢📢
@oroNej
@oroNej
@🅞︎🅡︎🅞︎🅝︎🅔︎🅙︎ | 428 | 3 | Loading... |
34 Dogongora 🫣 koo anumaaf himi male 🤕 nama biraatiif hin himin isa anumatu sirreessuu dandaya😒
#OK_Bro
💔🥀
@oroNej | 385 | 1 | Loading... |
#Namoota gaarii✨️🥰 fi dhiibbaa 🔌kaayyoo kee deeggaraniin 👊of marsi.♻️
@oroNej
#this_shoul_ be_th_ beginning_of_your_GOAL 👌😘
👍 9❤ 1
Yeroo hedduu wanni na dhibu namoonni hedduu dandeettii tee dhoysuuf yeroo yaalan arguu hin ooltu. Garuu maaliif...? Maaliif..?
#Maaliif..!
🤔 11
نمایش همه...
❤ 9👍 1
Haala Yeroo Amma jirru Kaanaan Filannoon ♻️ kun Yoo siif Dhihaate ❗️Filannoon kee kam 🤷 Taha ❓️Anonymous voting
- Qabeenya 💸💵
- Namummaa 🤼♂️
🤷♂ 5
_》Haala Yeroo Ammaa kana Irraa Dhaabbannee❗️1Filannoon kun Yoo siif Dhihaate ▶️ Filannoon ♻️ Kee kam Taha❓️Anonymous voting
- Qabeenya 💸💵
- Namummaa 🤼♂️
🤷♂ 2