fa
Feedback

فریب کلاهبرداران را نخورید! تل‌متریو این کانال‌ها را شناسایی و برچسب‌گذاری می‌کند 👉 برای مشاهده برچسب، اشتراک تهیه کنید

Maths Group11

Maths Group11

رفتن به کانال در Telegram

The main purposes of this channel are to: 1. 📝 Provide various Mathematics questions and exercises. 2. 📚 Share and publish different educational books. 3. 📖 Provide useful short notes and study materials. For more, contact us through: @Fikiru_Asnake

نمایش بیشتر
5 159
مشترکین
+1224 ساعت
+57 روز
+9930 روز
آرشیو پست ها
Barattoonni kutaa 8ffaa qabxii keessaan ilaallachuuf https://oromia.ministry.et/#/result fayyaadamaa!!
01 اوت 2024, 11:46
01 اوت 2024, ~11:46

Qabxiin Qormaata Naannoo Kutaa 6ffaafi kutaa 8ffaa bara 2016 beekame. -------- BBO- Adoolessa 25/2016 Qabxiin qormaata barattoota kutaa 6ffaafi 8ffaa bara 2016 har'a ibsameera. Bara Barnootaa 2016 Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Keessatti Barattootni Kutaa 6ffaa qormaata naannoo #fudhatan dhi 255,145 dub 248,581 walitti 503,726 #kan_darban_immoo, kutaa 6ffaa dhi 207,141 (81.18%) dub 201,335 (80.99%) walitti 408,476 (81.6 %) gara kutaa 7ffaatti darbaiiru. Kutaa 8ffaan immoo, #Kan_qoraman; dhi 266,238 , dub 273,636 walitti 539,874 #Qormaata kan darban immoo, dhi 203,520 (%76.44) dub 191,173 (69.86%) walitti 394,693 (%73.11) gara kutaa 9ffaatti darbaniiru. Kutaa 6ffaafi 8ffaa - adeemsa qabxii itti ilaallachuu danda'an ----------------- Barattootni qabxii isaanii karaa Kompitara ykn bilbila isaanii irraa  'Link' asii gaditti kenname keessa galuun fuula 'Home Result' jedhu argattu. Fuula kanarratti  bakka lakkoofsa galmeefi  maqaa keessan kan jalqabaa galchuun dhumarratti 'check result' kan jedhu tuquun qabxii keessan beekuu ni dandeessu. Kutaa 6ffaaf --------- https://oromia6.ministry.et/#result Dabalataanis; telegraamii irratti . @emacs_ministry_result_qmt_bot  - 'start' kan jedhu tuquun, itii aansee kutaa keessan filadhaa . - itti aansuun Naannoo keessan filaa, - itti aansuun lakkoofsa galmeefi maqaa keessan kan jalqabaa galchuun  qabxii keessan beekuu dandeessu. Kutaa 8ffaaf --------- Liinkiin asii gaditti kenname kan qabxii kutaa 8ffaa ittiin ilaalludha. https://oromia.ministry.et/#result Dabalataan,  Telegraamii  irratti @emacs_ministry_result_qmt_bot  - start' kan jedhu tuquun, itii aansee kutaa keessan filadhaa . - itti aansuun Naannoo keessan filaa,   - itti aansuun lakkoofsa galmeefi maqaa keessan kan jalqabaa galchuun  qabxii keessan beekuu dandeessu. #Komii_yoo_qabaattan: Barataan Komii Qabu Yoo Jiraate; Liinkii asii gaditti kenname keessa galuun komiisaa dhiheeffachuu ni danda'a. Komiinis kan dhihaatu danda'u har'a irraa eegalee #guyyoota_hojii 10 keessatti qofa ta'a.  Kutaa 6ffaaf https://oromia6.ministry.et/#/complaint yoo ta'u, Kutaa 8ffaaf immoo https://oromia.ministry.et/#/complaint fuula 'form' irratti gosa barnootaa komii irratti dhiheeffattan filachuun iyyannoo dhiheeffachuu ni dandeessu. 🎯 Hubachiisa: Dursitanii App. VPA cufuu qabdu. Qabxii darbiinsaa ------------- Kutaa 8ffaa #Dhiiraafi dubartii 50%fi ol yoo ta'u, #Naannawa horsiisee bulaatiif dhiiraaf 48% , dubartiif 45%fi ol # Qaama miidhamtootaaf immoo, dhiiraaf 45% , dubartiif 42 % fi ol ta'ee murtaa'eera.
01 اوت 2024, 11:08
01 اوت 2024, ~11:14

#ODUU_AMMEE 25/11/2016 Biiroon Barnootaa Oromiyaa #Barattoota_Kutaa_6ffaafi_8ffaa #miliyoona 1.4 ta'an Qormaata Naannoo Hanga Waxabajjii 05/2016 kennaa ture #har'a 25/11/2016 #sa'aatii 2:30 booda #QABXIIN/FIRIIN/ akka ibsamu BBOtti Daayirektarri Qormaataafi Madaalli Barnootaa obbo Huseen Qaasim ibsaniiru. Bu’aa qormaata kutaa 8ffaa naannoo Oromiyaa barattoonni karaa https://oromia.ministry.et/#/result ilaaluu ni danda’u. 🔰 JOIN AND SHARE https://t.me/Ejeree_academy https://t.me/Ejeree_academy
01 اوت 2024, 05:34

Please our members, add your friends into this group or send a link for them because it's very important for them. Join and share: 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/maths_group11 https://t.me/maths_group11 https://t.me/maths_group11
31 ژوئیه 2024, 13:11

Will, Going to and About to በአማርኛ.pdf1.29 KB
31 ژوئیه 2024, 13:06

Wh questions በአማርኛ .pdf1.35 KB
31 ژوئیه 2024, 13:06

Vocabularies to express personality በአማርኛ.pdf1.24 KB
31 ژوئیه 2024, 13:06

Spoken English በአማርኛ.pdf1.92 KB
31 ژوئیه 2024, 13:06

TalkAboutYourAbilities በአማርኛ.pdf1.64 KB
31 ژوئیه 2024, 13:06

HOW LONG በአማርኛ.pdf1.59 KB
31 ژوئیه 2024, 13:06

Homophones በአማርኛ.pdf1.66 KB
31 ژوئیه 2024, 13:06

Homographs በአማርኛ.pdf1.79 KB
31 ژوئیه 2024, 13:06

Different usages of Have.pdf1.52 KB
31 ژوئیه 2024, 13:06

During,While or When.pdf1.30 KB
31 ژوئیه 2024, 13:06

Differences Between To and For.pdf1.95 KB
31 ژوئیه 2024, 13:06

Confusing Words በአማርኛ.pdf1.67 KB
31 ژوئیه 2024, 13:06

all tense..pdf7.74 KB
31 ژوئیه 2024, 13:06

+8
2015 UEE English social science
31 ژوئیه 2024, 13:04

♻️ Advanced Worldwide English Book 1📚 📢JOIN AND 🔗SHARE ╔════════════╗ 📚JOIN: @Oro_library_bot 📚JOIN: @Oromian_students ╚════════════╝ ⇲
31 ژوئیه 2024, 12:55

+8
2016 Aptitude UEE Natural
29 ژوئیه 2024, 04:33
29 ژوئیه 2024, ~04:34