cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Gara Guri Christian Fellowship

نمایش بیشتر
فنلندة3 297زبان مشخص نشده استدین و مذهبی98 622
پست‌های تبلیغاتی
212
مشترکین
-124 ساعت
-37 روز
+430 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

Yetewededachu yee gara guri christian fellowship betesebochi hulachunm endeminawukewu nege maletim aribi 17/05/2016 E.C yee fellow program enedalen yitawekal bihonm temarwuchi fetena layi silehonu endihum yalen yefetena program abiren endinamelki silemayimechi yenegewu program le samint telalfuwal. Egizabhet yibarkachu tebareku ewedachuhalewu❤️❤️🙏🙏
نمایش همه...
👍 5
“Ifichi gara biyya lafaa dhufeera, namoonni garuu hojiin isaanii hamaa waan ta'eef, ifa irra dukkana jaallatan; firdichis akkuma kanatti in raawwatama. Hamaa kan hojjetu hundinuu ificha in jibba, hojiin isaa akka irratti hin beekamneef gara ifichaatti hin ba'u. Dhugaatti kan jiraatu garuu hojiin isaa, inni akka jaalala Waaqayyootti hojjetame, haa mul'atuuf gara ifichaatti in ba'a” jedheen. *16 Rom 8:32; 1Yoh 4:9-10; Yoh 3:36 *17 12:47; Luq 19:10 *18 5:24; 2Tas 2:12 *19 1:5,9-11; 8:12; 9:5; 12:48 *20 7:7; Efe 5:11-13 *21 Mat 5:16; 1Yoh 1:6-7 Yohannis 3:19-21
نمایش همه...
Ati gara mirgaa fi gara bitaatti in dagaagda, sanyiin kee saba warra kaan irraa biyya in fudhata, mandara onee ture keessas namoota isaa in galfata. *1 49:20-21; Gal 4:27 Ati si'achi hin qaanoftuutii hin sodaatin! Ati si'achi yeellaasifamtee lafa hin ilaaltuutii hin na'in! Arrabsamuu yeroo dargaggeettummaa keetii in irraanfatta, qaanii isa yeroo haadha hiyyeessaa turtees deebitee hin yaadattu. Isaayaas 54:3-4
نمایش همه...
ነገ ፈፅሞ አይቀርም🔥 ጌታ ድንቅ ጊዜ ይሰጠናል🙏 #ሁላችሁም ተጋብዛችኋል
نمایش همه...
👍 2
Repost from Sisay Azusa Revival
ከ ትምህርቱ በኋላ መባከን ቀረ መንፈሳዊ ህይወቴ የተቀየረበት ምክንያት ይሄ ነው 15Min🚨 #ሁሉም ሊሰማው የሚገባ sʜᴀʀᴇ💯 sʜᴀʀᴇ 💯 sʜᴀʀᴇ💯 @SisayAzusaRevivall @SisayAzusaRevivall @SisayAzusaRevivall
نمایش همه...
Yesus, “Karra isa dhiphaadhaan ol galaa! Karaan gara badiisaatti geessu boochoo dha, karri isaas bal'aa dha; namoonni ittiin ol galan immoo baay'ee dha. Karaan gara jireenyaatti geessu rakkoo dha, karri isaas dhiphaa dha, namoonni isa argatan muraasa” jedhe. Maatewos 7:13-14
نمایش همه...
نمایش همه...
Samuel Damtew on TikTok

#mezmur #oromomezmur #faarfannaa #faaruu #oromotiktok #faarfannaaafaanoromoo #faarfannaa_afaan_oromoo #protestant #marsiltvwoldwide

👍 8