cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Muhammed Abdulmenan (Al-Baaliyyu)

Da'waa Islaamaa Afaan Oromootin, Qur'aana fi Hadiisa Akkaataa Hubannoo Dhaloota Salafa Gaggaarin! https://t.me/MohammedAbdulmenan

نمایش بیشتر
فنلندة3 406زبان مشخص نشده استدین و مذهبی104 201
پست‌های تبلیغاتی
420
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
-27 روز
+230 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

📕كتاب : تصنيف الناس أو الرد على منكري التصنيف #لفضيلة الشيخ عبد السلام بن برجس آل عبد الكريم -Kitaaba kana pdf ni jiraa soqadhaa sirritti dubbisaa hubannoon,warroota tasniifa mormaniif deebisaa gayaa kennuufi yoo barbaaddan,warri bida'aa kun keessattuu Jamaa'aan ikhwaanal muslimiin damee isii wajjiin yoo ati ebaluun kuni Ikhwaana ebluun kuni suruurii ebaluun kuni quxbii ebaluun kuni tabliigii ebaluun kuni suufii.... ebaluun kuni kijibaa...aqiidaa isaatiin sifa isaatiin yoo ati sannaftte nama sannafuun hin ta'u siin jedhaa waan meeqa haasawan!, -Inumaa isaan keessaa nama tasniifni karaa yahuudaati sunnaa yahuudaati siin jedhuttuu jira!!,kan akka sheekha mulabbistootaa suruuricha Sheekh Abdallaah bookee fa'a,irrattillee deebisaan godhamee jiraa kijiba isaa Alhamdulillah achi booda waan isaatuu beekee baqatee!!. -Namoota sannafuun aqiidaa isaaniitti irkisuun amanttaa isaaniitti irkisuun sifa isaaniitti irkisuun jihaa hukmiitiin jihaa qawaa'idaatiin –ilmii guyyaa keessa dhufee miti ilmii haarawaa miti,inuma ilmii jarhiifi ta'diilaa irraayyii kan ummata kana irraa waan guyyaafi halkan kuni jiruun hin cinne. https://t.me/MohammedAbdulmenan
نمایش همه...
Muhammed Abdulmenan (Al-Baaliyyu)

Da'waa Islaamaa Afaan Oromootin, Qur'aana fi Hadiisa Akkaataa Hubannoo Dhaloota Salafa Gaggaarin!

https://t.me/MohammedAbdulmenan

Darssii kitaaba Minhaajul_ firqati_nnaajiyaa waxxaa'ifatil_mansuuraa Kutaa 11ffaa https://t.me/Gareewalittiqabamasalafiyyootaa
نمایش همه...
مَجْمُوعَةُ إِجْتِمَاعِ السَّلَفِيِّينَ

مَجْمُوعَةُ إِجْتِمَاعِ السَّلَفِيِّينَ (وَاعْتَصِمُوا بِحَبْلِ اللَّهِ جَمِيعًا وَلَا تَفَرَّقُوا ۚ)

Namichaaf haadha manaa obboleessa isaa wajjiin haasahuun harka fuudhuun isii irratti salaammatuun fuula isii keessa laaluun isii wajjiin nyaatuun in hayyamamu❌ (Ibni useymiin rabbiin rahmata isaanii haa godhuu) https://t.me/MohammedAbdulmenan
نمایش همه...
Muhammed Abdulmenan (Al-Baaliyyu)

Da'waa Islaamaa Afaan Oromootin, Qur'aana fi Hadiisa Akkaataa Hubannoo Dhaloota Salafa Gaggaarin!

https://t.me/MohammedAbdulmenan

👍 1 1
01:23
Video unavailableShow in Telegram
Kulaasaan deebii sheekhaa rabbiin rahmata isaanii haa godhuu: Seensa Bara Haarawaatiin walagammachiisuun salafa saaliha irraa akka hin dhufin Akkasuma Sunnaafi kitaaba irraallee wanni karaa godhamuu isaa irratti qajeelchu akka hin jirreedha,Ati dura buute jalqaba isaan nama gammachiisuun aslii wahii akka hin qabneedha,ammoo yoo namni isaan si gammachiise Baga bara haarawaan si gahe fa'a jedhee jechuma kana fakkaatuun yaroo kana deebisuufiin rakkoo hin qabu jedhan akkuma sagalee keessatti dhageettan. #Sheekh ibnu baaz rabbiin rahmata isaanii haa godhuu
نمایش همه...
6.80 MB
1
Namni dura harama quphate dubarttii Isiin: haajara Namni dura ergamaa rabbiitti sallallaahu aleyhi wasallam amane dubarttii Isiin : kadijjaa Durri dhiigaa kan karaa rabbii keessatti dhangalaafamee dhiiga dubartiiti Isiin : sumayyaa haadha ammaar Aal yaasir Sadaffaan irra dheertuu suurowwan qur'aanaa irraa taatee Isiin : suuratu_nnisaa'a Ergamaan rabbii sallallaahu aleyhi wasallam kuxbaa wadaa'aa keessatti yaroo sadi irra deddeebi'uun : dubartiif tola oluu dubartiif nama keyrii ta'uu nama gaarii ta'uu isiniif dhaama jedhan Kabaja dubartiitif wannummaan islaamummaa caalu ni jiraa ni argamaa!!
نمایش همه...
👏 2👍 1
#Arkaanni kufrii afur ( Akkaan muhimmiidha📜✳️ :Waan kana hedduu isii keessa buunaa!!) 🍁Ibnul _Al _qayyiim rabbiin rahmata isaanii haa godhuu akkana jedhan : Arkaanni kufrii afuri: 1: Boona 2: Waanyoo 3: Dallanssuu 4: Fedhii -Boonni haqaaf masakamuu irraa isa dhoowwa,waanyoon nasiihaa qeebaluufi namaaf godhuu irraa isa dhoowwa,dallanssuun adlii irraa isa dhoowwa,fedhiin ibaadaaf tafarruga ta'uu irraa isa dhoowwiti Al_fawaa'id libni_Al_qayyim : ( fuula:157) أركان الكفر أربعة (مهم📜✳️ : نقع فيها كثيرا!!) -قال ابن القيم رحمه الله : أركــان الكــفـر أربـعـة : ١: الكبر ٢: والحسد ٣: والغضب ٤: والشهوة -فالكبر يمنعه الانقياد، والحسد يمنعه قبول النصيحة وبذلها، والغضب يمنعه العدل، والشهوة تمنعه التفرغ للعبادة الفوائد لابن القيم : ( صـ : ١٥٧)
نمایش همه...
👍 1
01:01
Video unavailableShow in Telegram
فما_ أشد_ هذا _من_ موعظة _ياأيها_ المسلمون فالسعيد كل السعادة من سلك سبيل السلامة والنجاة والسعادة في الدنيا والآخرة ولا نجاة ولا فلاح ولا سعادة دائمة أبدية لا كدر فيها إلا الإعتصام: بكتاب ربكم وسنة نبيكم محمد صلى الله عليه وسلم ولا تفصلوا : فهم السلف الصالح وهم كل من مضى بعد رسول الله صلى الله عليه وسلم على أثره وأساس أولئك : الصحابة رضي الله عنهم ثم من بعد هم من أئمة التابعين ثم من بعدهم من سائر الأئمة في القرون المفضلة ثم دعاة الحق والهدى إلى اليوم. نسأل الله ألا يخلي الأرض منهم وأن يشد أزرهم ويقوي عزيمتهم فإنا لله وإنا إليه راجعون #العلامة الشيخ عبيد الله الجابري رحمه الله رحمة واسعة واسكنه فسيح جناته
نمایش همه...
6.03 MB
Mallattoo kana 🙏maqaan isaa "naamaastii"dha Waan facaafnu maxxanssinu keessatti heddumminnaan isa agarra,isiin tuni salaamttaa amanttaa hindduusiyyaa tan argama rabbiitti subhaanahuu wata'aalaa hin amanneeti, ilaahiin inni keessa koo jiru ilaahii keessa kee jiru salaamttaa godha jechuu,ykn gara ilaahii keessa kee jiruutti gadi jedha jechuu. Harka lamaan walitti qabanii tokko godhuun:ilaahiin keessa koo jiru ilaahii keessa kee jiruun wajji tokko ta'e jechuu,isaan qaanqee ilaahiittu keessa namaa jira jedhanii yaadan. Kuni ammoo towhiida keenna dhabamsiisa ❌ 👉Nuti mallattoo aqiidaa teenna faallessitu tanatti fayyadamuu irraa if gayoodha wanni itti nu hajamsiise hin jiru. *🙏Karaa hinduu/siyyaa ❌.* *🤲Karaa muslimttootaa☑️. * *Nabiyyiin sallallaahu aleyhi wasallam akkana jedhan:»Yoo rabbiin kadhattan keessa ganaa harka keessaniitiin kadhadhaa gubbaa isiitiin hin kadhatinaa «* #Al_Albaanii sahiiha Abii daawud fuulaafi lakkoofsi :1486 هذا الرمز🙏 أسمه "ناماستي" ونجده بكثرة في منشوراتنا هي تحية لديانة هندوسية لا تؤمن بوجود الله سبحانه وتعالى، تعني: الإله الذي بداخلي يحيي الإله الذي بداخلك، أو: أنحني إلى الإله الذي بداخلك. فجمع اليدين وإتحادهما تعني أن اﻹله الذي بداخلي أتحد مع اﻹله الذي بداخلك فهم يعتقدون بوجود شرارة إلاهية في الإنسان.وهذا ينافي توحيدنا❌ 👈نحن في غنى عن إستخدام هذه الرموز المخالفة لعقيدتنا. *🙏🏼طريقة هندو/سية❌* *🤲🏼طريقة المسلمين☑️* *قال النبيﷺ:« اذا سألتُم الله فأسألوهُ بِبُطونِ أكفِّكُم ولا تَسألوهُ بظهورها»* #الالباني صحيح أبي داود الصفحة والرقم: ١٤٨٦ ............................ Warri namni kenna sheekha kennaa maalii keennaa munashida keenna jedhanii jala yaa'anis mallattoo kana harka lamaan isaanii walitti qabuun galatoomaa...maalii jechaa fayyadamu!! Kana irraa if eegaa! https://t.me/MohammedAbdulmenan
نمایش همه...
Muhammed Abdulmenan (Al-Baaliyyu)

Da'waa Islaamaa Afaan Oromootin, Qur'aana fi Hadiisa Akkaataa Hubannoo Dhaloota Salafa Gaggaarin!

https://t.me/MohammedAbdulmenan

👍 1
یک طرح متفاوت انتخاب کنید

طرح فعلی شما تنها برای 5 کانال تجزیه و تحلیل را مجاز می کند. برای بیشتر، لطفا یک طرح دیگر انتخاب کنید.