cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

🌿🌿Oduu dhugaa Haroomsa sammuuf

Dhugaa dhaaf dhabbadhu dogogora sirreessi yokaan keessaa hin seeniin

نمایش بیشتر
فنلندة2 267زبان مشخص نشده استورزش18 845
پست‌های تبلیغاتی
238
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
اطلاعاتی وجود ندارد7 روز
اطلاعاتی وجود ندارد30 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

نمایش همه...
aduniyaa

Mana Murtii Waliigala Oromiyaa bakka duwwaa qabu irratti qacaruu barbaada Waamama gita hojii: Abukaattoo Ittisaa Mana Murtii Aanaa I Bakki Hojii: Manneen Murtii Aanaalee Oromiyaa Baay’ina Barbaadamu: Nama 76 torbaatamii jaha) Ulaagaa Ka’umsaaf Guutamuu qaban; Sadarkaa Barnootaa: Barnoota seeraa Digirii jalqabaa mana barnoota ol’aanaa beekamtii qabu irraa kan qabuu fi bakka barbaachisutti bu’aa “exit exam”n kan deegerame. Muuxannoo: Waggaa 0 Afaan hojii naannichaa, Afaan Oromoo dhagahuu, dubbachuu, barreessuu fi dubbisuu kan danda’u. Yeroo galmee Muddee 26/2015 hanga Amajjii 4/2015 👉 Gadfageenya isaa argachuuf https://bit.ly/3WWBT6o
نمایش همه...
Sulemana Abdul Samed, dargaggeessi ganna 29 lammii Gaanaa yoo ta'u, dhiheenya kana qorannoo fayyaadhaaf gara hospitaala kaaba Gaanaa deemee dheerinni isaa meetira 2 fi seentimeetira 89 akka gahe itti himame. Kanaan dura namni dheeraan addunyaa kanaa galmee Giinis galmee addunyaatiin kan galmaa'e Sulxaan Koosen lammii Turkii yoo ta'u, dheerinni isaa meetira 2 fi seentimeetira 82 ta'a. guutummaa isaa dubbisaa https://egeree.com/namni-nagawoo-jimaa-caalu-argame-lammii-gaanaa/
نمایش همه...
Namni Nagawoo jimaa Caalu argame Lammii Gaanaa - Egeree.com

Dargaggeessi Gaanaa dheerinni isaa meetira 2 fi seentimeetira 89 ta'e kun nama dheerina addunyaa jedhama Sulemana Abdul Samed, dargaggeessi ganna 29 lammii Gaanaa yoo ta'u, dhiheenya kana qorannoo fayyaadhaaf gara hospitaala kaaba Gaanaa deemee dheerinni isaa meetira 2 fi seentimeetira 89 akka gahe itti himame. Kanaan dura namni dheeraan addunyaa kanaa galmee Giinis galmee addunyaatiin

✅Tapha walakkaa xummuraa geeba adunyaa ⏰Xummurame Moorokoo 0-2 Faransaay                          ⚽️T. Hernaandez 5'                          ⚽️K. Moo'anii
نمایش همه...
Too'annoo kubbaa Faransaay 28% Moorokoo 72%
نمایش همه...
Too'annoo kubbaa Faransaay 28% Moorokoo 72%
نمایش همه...