cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

𝙱𝙰𝚁𝚁𝙴𝙴𝙵𝙵𝙰𝙼𝙴𝙴𝚁𝙰

"Waaqayyo kee gooftichaaf jilbeenfattee sagadi isa duwwaafis hojjedhu!" kan jedhu caafameera. — Mat. 4:10 Join Us👇 https://t.me/+GLCzsVCbh3RkNTQ0

نمایش بیشتر
فنلندة1 730زبان مشخص نشده استدین و مذهبی30 428
پست‌های تبلیغاتی
2 898
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
-127 روز
-9330 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

NAMNI NAMAAN NAMA Ilma namaaf namaa, hundaa ol qorichii. Hanguma humna kee, waan qabduun dagalchii. Gargaruu dadhabduu, itti hin tahin gufuu. Dhiisi tattaaffii isaa, imala itti haa fufuu. Kan ol ka'uuf deemu, gadii hin harkisinii. Fuuldura kan fiigu, duubatti hin dhiibinii. Kufaatii nameotaa, hin hawwin hadaraa. Wol sakaaluu dhiisaa, maalaa walgargaaraa!!!
نمایش همه...
D𝕦𝕓𝕓𝕚𝕚 𝕜𝕒𝕟𝕒 𝕙𝕦𝕓𝕒𝕕𝕙𝕦 A𝚍𝚍𝚞𝚗𝚢𝚊𝚊 𝚔𝚊𝚗𝚊𝚛𝚛𝚊 𝚗𝚊𝚖𝚊 𝚐𝚘𝚜𝚊 𝚕𝚊𝚖𝚊𝚝𝚞 𝚓𝚒𝚛𝚊. 1.N𝚊𝚖𝚘𝚘𝚝𝚊 𝚓𝚊𝚓𝚓𝚊𝚋𝚘𝚘 𝚊𝚍𝚍𝚞𝚗𝚢𝚊𝚊 𝚔𝚊𝚗𝚊 𝚊𝚔𝚔𝚊 𝚖𝚘𝚝𝚘𝚛𝚊𝚊𝚝𝚝𝚒 𝚜𝚘𝚌𝚑𝚘𝚘𝚜𝚊𝚗 2...N𝚊𝚖𝚘𝚘𝚝𝚊 𝚊𝚔𝚔𝚊 𝚓𝚒𝚛𝚖𝚊𝚊 𝚌𝚒𝚝𝚊𝚗𝚒𝚒 𝚌𝚒𝚒𝚜𝚊𝚗,𝚘𝚜𝚘𝚘 𝚏𝚘𝚗𝚚𝚘𝚕𝚌𝚑𝚊 𝚒𝚢𝚢𝚞𝚞 𝚓𝚊𝚕𝚊 𝚔𝚊𝚊'𝚊𝚗𝚒𝚒 𝚔𝚊𝚗 𝚑𝚒𝚗 𝚜𝚘𝚌𝚑𝚘𝚘𝚗𝚎. A𝙩𝙞 𝙡𝙖𝙢𝙖𝙖𝙣 𝙠𝙚𝙚𝙨𝙨𝙖a isa jalqabaa ta'uuf dhalatte, jabaadhu fulduratti tarkaanfadhu!!!
نمایش همه...
👍 2
D𝕦𝕓𝕓𝕚𝕚 𝕜𝕒𝕟𝕒 𝕙𝕦𝕓𝕒𝕕𝕙𝕦 A𝚍𝚍𝚞𝚗𝚢𝚊𝚊 𝚔𝚊𝚗𝚊𝚛𝚛𝚊 𝚗𝚊𝚖𝚊 𝚐𝚘𝚜𝚊 𝚕𝚊𝚖𝚊𝚝𝚞 𝚓𝚒𝚛𝚊. 1...N𝚊𝚖𝚘𝚘𝚝𝚊 𝚓𝚊𝚓𝚓𝚊𝚋𝚘𝚘 𝚊𝚍𝚍𝚞𝚗𝚢𝚊𝚊 𝚔𝚊𝚗𝚊 𝚊𝚔𝚔𝚊 𝚖𝚘𝚝𝚘𝚛𝚊𝚊𝚝𝚝𝚒 𝚜𝚘𝚌𝚑𝚘𝚘𝚜𝚊𝚗 2...N𝚊𝚖𝚘𝚘𝚝𝚊 𝚊𝚔𝚔𝚊 𝚓𝚒𝚛𝚖𝚊𝚊 𝚌𝚒𝚝𝚊𝚗𝚒𝚒 𝚌𝚒𝚒𝚜𝚊𝚗,𝚘𝚜𝚘𝚘 𝚏𝚘𝚗𝚚𝚘𝚕𝚌𝚑𝚊 𝚒𝚢𝚢𝚞𝚞 𝚓𝚊𝚕𝚊 𝚔𝚊𝚊'𝚊𝚗𝚒𝚒 𝚔𝚊𝚗 𝚑𝚒𝚗 𝚜𝚘𝚌𝚑𝚘𝚘𝚗𝚎. A𝙩𝙞 𝙡𝙖𝙢𝙖𝙖𝙣 𝙠𝙚𝙚𝙨𝙨𝙖 𝙞𝙨𝙖 𝙠𝙖𝙢𝙞𝙞𝙙𝙝𝙖. @thought_power_369
نمایش همه...
+“Nothing important comes into being overnight; even grapes or figs need time to ripen.” 𝚠𝚊𝚗𝚝𝚒 𝚑𝚊𝚕𝚔𝚊𝚗 𝚝𝚘𝚔𝚔𝚘𝚘𝚗 𝚝𝚊'𝚞 𝚑𝚒𝚗 𝚓𝚒𝚛𝚞, wanti 𝚑𝚞𝚗𝚍𝚞𝚞 𝚢𝚎𝚛𝚘𝚘 𝚏𝚒 𝚘𝚋𝚜𝚊 𝚏𝚎𝚍𝚑𝚊.                        ፦Epictetus
نمایش همه...
1
Photo unavailable
Nothing important comes into being overnight; even grapes or figs need time to ripen. 𝚠𝚊𝚗𝚝𝚒 𝚑𝚊𝚕𝚔𝚊𝚗 𝚝𝚘𝚔𝚔𝚘𝚘𝚗 𝚝𝚊'𝚞 𝚑𝚒𝚗 𝚓𝚒𝚛𝚞,𝚑𝚞𝚗𝚍𝚞𝚞 𝚢𝚎𝚛𝚘𝚘 𝚏𝚒 𝚘𝚋𝚜𝚊 𝚏𝚎𝚍𝚑𝚊                        ፦Epictetus
نمایش همه...
Gatii kee kan beeku si qofa!!!.... Hamma ati geessu namni biraa akka sitti himu hin eegin. "Kan abbaan gaanfa cabse Ormi ija jaamsaa." Maammaaksa Oromoo ti. Haamma ati geessu si qofatu beeka. Siin alatti hamma ati of beektuun caalatti immoo Waaqatu si beeka. Ati kan of beekuu qabdu hamma namummaa keetiti. Warqee gatii jabummaa isaa albuudota biraatu ragaa bahaafi. Namnis waan gatii jabeessa kana qabaachuuf ni barbaada. Gatii warqee dursee kan beeke namoota miti, albuudota biraas miti. Warqeen gatiin isaa ibidda dandamachuu hamma danda'uutti waan uumameef gatii isaa guddisee beeka. Warqee warqummaa jabinaan beekuun albuudonni biraa, qaamni itti fayyadamu kamuu jabina warqee dhugaa bahaa akka jiraatan tahe. Namni baayyeen keenya gatii keenya haalan beekuu, hubachuu dhabuu keenyaan gatii nama biraa xiqqeessuu, busheessuu, hammeessuu, xireessuuf, hadheessuu, akka homaayyuu gatii hin qabneetti hubachuuf ariifanna. Baayyee of jibbaa, of kee abaaraa, dhabaa tahuu kee ofitti himaa, fayyaa dhabaa, gadadamaa/tuu, kashalabbee, wallaalaa, hiyyeessa tahuu kee ofitti himaa, nama hin kabajamne, nama hin jaalatamne, nama abaaramaa, nama guddinni, danda'uun, beekuun, gammachuun hin malleef tahuu kee ofitti himaa, nama dhibaa'aa tahuu kee, kadhataa, nama yeroo mara dogoggoraa jiraatu tahuu kee, nama hiikaan jireenyaatuu hin galleef ta'uu kee, nama hin bareedne, nama guddina bare, nama homaa hin qabne, nama dachee kana irratti jiraachuufuu hin barbaachisne ta'uu kee ofitti himaa Fuullee fuuldura dhaabadhu! Namni tokko nama biraa kan kabajuu, yoo dursa of kabaje dha (to respect the others; first respect yourself) Namni nama biraa kan jaalatu dursa yoo of jaalate dha (to love the others; first love yourself). Jabina kee, danda'uu kee, qajeelummaa kee, hubannaa kee, jaalala ati qabdu, humna kee, fuuldura kee, obsa kee, filannoo kee, yaada kee, abjuu kee sirra qaamni biraa kamiyyuu hin beeku. Nama keessaa gatii kee sirra kan siif beeku hin jiru. Sirraayiis kan fudhatu hin jiru. Sirra kan si jaalachuu qabus hin jiru. Gatiin kee hamma ati ofii kennite dha! Ati akka ati ofii kee ilaalte dha.
نمایش همه...
👍 3 2
Repost from Coba Yaadaa💧
Gatii kee kan beeku si qofa. Hamma ati geessu namni biraa akka sitti himu hin eegin. "Kan abbaan gaanfa cabse Ormi ija jaamsaa." Maammaaksa Oromoo ti. Haamma ati geessu si qofatu beeka. Siin alatti hamma ati of beektuun caalatti immoo Waaqatu si beeka. Ati kan of beekuu qabdu hamma namummaa keetiti. Warqee gatii jabummaa isaa albuudota biraatu ragaa bahaafi. Namnis waan gatii jabeessa kana qabaachuuf ni barbaada. Gatii warqee dursee kan beeke namoota miti, albuudota biraas miti. Warqeen gatiin isaa ibidda dandamachuu hamma danda'uutti waan uumameef gatii isaa guddisee beeka. Warqee warqummaa jabinaan beekuun albuudonni biraa, qaamni itti fayyadamu kamuu jabina warqee dhugaa bahaa akka jiraatan tahe. Namni baayyeen keenya gatii keenya haalan beekuu, hubachuu dhabuu keenyaan gatii nama biraa xiqqeessuu, busheessuu, hammeessuu, xireessuuf, hadheessuu, akka homaayyuu gatii hin qabneetti hubachuuf ariifanna. Gocha 1: Baayyee of jibbaa, of kee abaaraa, dhabaa tahuu kee ofitti himaa, fayyaa dhabaa, gadadamaa/tuu, kashalabbee, wallaalaa, hiyyeessa tahuu kee ofitti himaa, nama hin kabajamne, nama hin jaalatamne, nama abaaramaa, nama guddinni, danda'uun, beekuun, gammachuun hin malleef tahuu kee ofitti himaa, nama dhibaa'aa tahuu kee, kadhataa, nama yeroo mara dogoggoraa jiraatu tahuu kee, nama hiikaan jireenyaatuu hin galleef ta'uu kee, nama hin bareedne, nama guddina bare, nama homaa hin qabne, nama dachee kana irratti jiraachuufuu hin barbaachisne ta'uu kee ofitti himaa Fuullee fuuldura dhaabadhu! Maal akka gootu yaaddee? Miira akkamii keessa taatee akka of kee argattu yaaddee? Fuullee fuuldura kee jiru rukkuttee cabsuu miira si dandeessuun guutamaa deemta, miirri of ajjeesi siin jedhu sitti asaasaa dhufa, duwwummaa fi nama jiraachuun isaa/ishee gatii hin qabne yoo balleeffame bareeda tahuu yaadni sammuu keetti deddebi'ee sitti himuu jalqabu, nagaan keessa keetii badu, aarii keessatti ofii kee ukkamsitee jiraachuu fi turuu jalqabda. Gochaa 2: Ati nama fayyaa qabdu, nagaa qabdu, maatiin kee nagaa qabu, hamaan dhufuyyuu danda'ee nan darba ofiin jettu, dhabuyyuu nan argadha, dhukkubsadhuyyuu nan fayya, beela'uyyuu hojjadhee nama biraafuu nan ta'a, ani nama Milkaa'adha, Milkaa'inni koo dabalaa deema, ani naman gammadaa jiraatu dha, ani naman nama biraafuu tahudha, dhabuun ,wallaaluun, tuffatamuun, jibbamuun naman tahuu qabu akkan hin taane nan dhorkan ofiin jechaa, akka of jaalattu, akka of kabajju, akka bareeddu, ati nama gammadaa jiraattu ofitti himaa Fuullee fuuldura dhaabbadhuu ofitti dubadhu! Yeroo fuullee fuuldura kee jiru sana keessatti of ilaalaa waan kana dubbattu miira akkamii ofirratti argite? Shakkii tokko malee gammachuun fuula kee irraa ifu ibsaa naannoo fuullee sanaa ibsuu caalaa akka ifu, seequun kee keessa keetitti gammachuu cobsuun naannoo ibsaa akka jiran, ofii kee mararaa akka jirtu, namoota biraaf keessi jaalalaan akka guutamuu hin shaku. Namni tokko nama biraa kan kabaju yoo dursa of kabaje dha. Namni nama biraa kan jaalatu dursa yoo of jaalate dha. Namni tokko nama biraaf kan dhaabbatu, qajeelummaa kan qabaatu, nagummaa nama biraatiif kan qabaatu, fayyina nama biraatiif kan mararoo qabaatu dursa ofii isaatii/isheetii waan kana yoo taasisuu danda'e/sse dha. Namni kaleessa kee oolmaa kee ilaalee har'a waa siin jechuu danda'a boruu kee immoo tilmaamuu danda'a garuu, si isa/ishee ati of beektu, nama ta'uuf jirtuu fi uumamte sana kan beeku siin alattii fi olitti Waaqa qofa dha. Jabina kee, danda'uu kee, qajeelummaa kee, hubannaa kee, jaalala ati qabdu, humna kee, fuuldura kee, obsa kee, filannoo kee, yaada kee, abjuu kee sirra qaamni biraa kamiyyuu hin beeku. Nama keessaa gatii kee sirra kan siif beeku hin jiru. Sirra kan si beeku hin jiru. Sirra kan si jaalachuu qabus hin jiru. Sirra ofii keetiif waa'ee kee kan yaadu hin jiru. Milkeessuuf Milkaa'uu qabda. Dandeessisuuf danda'uu qabda. Taasisuuf ta'uu qabda. Argamsiisuuf argamuu qabda. Barsiisuuf barachuu qabda. Kabajamuuf kabajuu qabda. Gatiin kee hamma ati ofii kennite dha! Ati akka ati ofii kee ilaalte dha. Coba Yaadaa💧✍
نمایش همه...
Qabeenyi Amansiisa Kan Hin Qabne Ta'u Isaa Wanta hamaa namoota duratti mul'ataa ta'e tokko, ani aduu jalatti argeera; Waaqayyoo nama tokkoof qabeenya, badhaadhummaa, ulfinas in kennaaf; namichi kun wanta jirrenya isaatiif barbaachisu keessaa tokko illee kan itti hir'atu hiru, garuu ormatu qabeenya isaa nyaata malee, Waaqayyo akka inni qabeenya ofii isaatii nyaatu isa hin goone; kunis wanta waa'ee hin baafnee dha, dhukuba hamaa dhas*. Namni tokko ijoollee dhibbaa iyyuu godhatee, bara baay'ees yoo jiraate, garuu wanta gaarii jireenya isaatti argatutti hin gammadu yoo ta'e, awwaalas hin argatu yoo ta'e, ani, "Nama akkasii irra isa iddoo hin ga'in dhalatee balleeffame wayya" nan jedha; inni iddoo hin ga'in dhalatee balleeffamu kan waa'ee hin baafnee dha; dukkanaan dukkanattii in darba, maqaan isaas deebi'ee hin dha'amu. Aduu hin argine, hin beeknes; kanaaf inni iddoo hin ga'in dhalatee balleeffame nama sana caalaa boqonnaa qaba*; namichi sun bara kuma lama iyyuu jiraatee wanta gaarii hin argine yoo ta'e lachanuu iddoodhuma tokko dhaqu mitii ree? *2 2:18-19; Luq 12:20 *3-5 4:3
نمایش همه...
👍 2
یک طرح متفاوت انتخاب کنید

طرح فعلی شما تنها برای 5 کانال تجزیه و تحلیل را مجاز می کند. برای بیشتر، لطفا یک طرح دیگر انتخاب کنید.