cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

WBO Kibba Bahaa (ARSII)

Join Godhuun nu hordofaa! .Gabrummaa hidda fageefate buqqisuuf kaanee jirra. Ba'aan ba'aa caale *Gabrummaadha*. Saba keennaa f dhaabbanna! https://t.me/WBO_Arsii https://t.me/WBO_Arsii https://t.me/WBO_Arsii https://t.me/WBO_Arsii https://t.me/WBO_Arsii

نمایش بیشتر
فنلندة3 478زبان مشخص نشده استسیاست32 079
پست‌های تبلیغاتی
251
مشترکین
-224 ساعت
اطلاعاتی وجود ندارد7 روز
-430 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

#ILUU_GALAAN Ppn Milishaa jette ummataa leenjistee turtee baqattee jennaan gandoota akka Irgoo waashamoo fi Raffisoo qaamminoo keessa Birgeediin Murtii Guutoo cibraan tokko dhufee jennaan milishootnii meeshaa gattee baduun dhagahamaa jira.baduun furmaata hin fiduu fidii nuttii kennii. OROMIYAAN BIYYA
نمایش همه...
#Of_Eeggannoo Sabboontonni ilmaan oromoo #Magaalaa_Shaggara Warra uffata magariisaa uffatan kana.hunduu hojjii basaastummaa hojjachuuf leenjii  fudhatan xumura tuun shubbisatti jiru Waxabajjii 15 shaggar  magaala Galaan Hoteela Atilaas jedhamutti sirna Wal galateeffannaatif  shubbisu jedhan.
نمایش همه...
00:43
Video unavailableShow in Telegram
Injifannoo Baha oromiyaa ============== Baha oromiyaa Hancaar anannoo irraa gara cophii jedhamutti yeroo imaltu WBOn gootichii 13 ajjeesuun 2n kana ammo fayyatti galii godhee jira.
نمایش همه...
10.78 MB
Ppn aanaa bachoo abbaan bulcha bulchinsa aanaa bachoo jala du'ee jette gaddaa jette koree dhaabde boo'ichaafi Koree dhaabdee Nugusu wajjiin deemu qopheefte jirti. OROMIYAAN BIYYA
نمایش همه...
"SHIRATU JIRA; SHIRA HAMAA" Namoonni hojii hin qabne tokko-tokko [dhibbi tokko- tokko 😄] waan hojjetan gaafa dhaban [silas hojii hin qabaniifuu malee], hojiin tokko hojjetamee milkaa'ee gaafa argan ajandaa uumuuf jecha lafumaa ka'anii "shiratu jira, shira hamaatu dalagame..." jedhanii gurra namaa ergifatu [nama isaan dhaggeeffatu barbaaddatu]. Garuu, "shiratu jira" jechuu malee maalummaa shirichaas, maaltu akka ta'es hin dubbatani [silumaa hin beekan waan ta'eefi] Namootni akkasii: ✓ Namoota iccitii qabsoo keessaa karaa ittiin dhaga'an dhabanii [odeessa dhabanii] wiixxifatani dha. Yoo deebii keenniteef baay'ee jaallatu. Hamaas haa ta'u gaarii "deebii" qofa barbaadu isaan. ✓ Inaaffaa guddaatu sammuu jeeqee gara miira gad-aantummaatti oofeera [guddaanis xiqqaanis waan isaan baqateef] ✓ Waan beekan tokkoyyu waan hin qabneef akka waan waa beekaniitti haasa'u [information crisis hamaatu manasaanii irratti diigeera] ✓ Waa'ee "milkii" haasa'uu caalaa waa'ee "shiraa" haasa'aa ooluutu isaan gammachiisa. Shirichas shiruu hin danda'an. "Shiratu shirame" jechuu qofa malee maaltu akka shirame hin agarres, hin beekanis. ✓ Ofitti amanamummaa kee otuma beekanii yoo ati haasaa isaanii akka dhuufuu looniitti bira kutte ni aaru. "Namaaf sagadda" faa siin jedhu. ✓ Walumaa-gala namoonni akkasii, namoota waree-gama jaalaa-tti bishaan naqaa oolanidha. "Abalu shiraan du'e, abalu shiraan ajjeefame, abalu shira abaluutiin mooraa qabsootii dhiibamee ba'e...kkf" jechaa oolu. Jaala dirree qab-soo keessatti lol-arratti waree-game otuu beekanii suusii waa'ee shiraa haasa'uu waan qabaniif akkas jechaa oolu. Shirri shiramu diinarratti! Caustic Soda tiin
نمایش همه...
02:49
Video unavailableShow in Telegram
10.88 MB
PP harka ammaa karooraaf tarsiimoo wanta jedhamu hin jiru...Shimee lixaa Oromiyaa wallagga deeme nageenyaf tasgaabbiin jira jechu fakkeessa, Abiyyii immoo naannoo am*ara walloo dasee deeme badhaasa akka gareen pp qopheessituuf abbooti qabeenya pp akka badhaasan godhe guyyaa sanbata magaalaa dasee ture... Ammaa tti ppn saamichaaf afanfajjii ololaa sobaan uummataa burjajjeessuu qofa sagantaan ishee malee,uummataaf wan dhaabbatani, OROMIYAAN BIYYA
نمایش همه...
Mootummaan Somaaliyaa, WBO akka deeggartu guutummaatti ifoomsitee jirti! __Mootummaan Gibxis cimsee deeggarsa akka godhu ifoomsee jira. __Mootummaan Aljeeriyaa fi Naajeeriyaas deeggarsa guddaa Warraaqsa Adda bilisummaa Uummata oromoof akka taasisu ifoomsan. Galatoomaa hayyootaa fi Uummata Oromoo fi Kuush naannoo sana jiraattan! OROMIYAAN BIYYA ✊✊✊
نمایش همه...
Cuunfaa!!! Caamsaa 28,2024 barii lafaa keessa abidda takkaa immiyyeen argiteen beekne kan itti qabsiise gootichi woraana bilisummaa Oromoo,kutaa woraanaa hedduu keessatti kasaaraa hamaa sirnattiitti fiduun garii kutaa woraanaa daaressee jira. Zooniilee 8 Oromiyaa keessatti argamu keessaa kutaan waraana bilxiginnaa kanin haleelamin tokkon jiru. duula labsii bobbaa irbuu shinniggaatiin qiyyaafannoon taasifame tarsiimoo lolaa bifa haaraan bakka murteessaa keessatti diina kiyyeessuun haleeluun danda'amee jira. olaantummaa Waraanaa guddaa gonfachuun keessoo ishii unkuteessee rifaatuu guddaa kan itti buuse yoo ta'u,dhalattoonni Oromoo sirnattii ganuun ajajoota waraana bilxiginnaa itti garagalanii galaafatan hedduudha. miseensonni raayyaa bilxiginnaa qawwee sirnichaa diinatti deebisuun jeneraalota dabalatee ajajoota hedduu balleessuun gara qabsootti dabalamanii jiru,ammas itti fufee jira. bakka lolaatiin alatti ilmaan Oromoo qawwee diinaa baatan wal gurmeessuun badanii goototatti dabalamaa jiru. duula irbuu shinniggaatiin ol'aantummaa waraanaa kan argate gootichi WBO cinaatti sagalee gaarii horachuun jabaatee dippiloomaasiis gonfataa jira. abdii Oromoofi Oromiyaa Walabaa ta'uun ilmaan Oromoo tokkummaan kaayyoo irbuu shinniggaa jelatti qarriffaa diinaa buqqaasuu danda'anii jiru. duula irbuu shinniggaatiin kan gammade Ummanni Oromoo biyya keessaa ba'ee hanga WBO waliin diina woraanuutti itti ciccee jira. biyya alaa keessattis tokkummaan Oromoo jabaatee gumaachi gama hundaa itti fufee jira. injifannoo ummata cunqurfamoo hundaaf. Gadaan Gadaa bilisummaati! Cuunfee kan nuu dhiheessa Gadaa Oromoo https://t.me/WBO_Arsii
نمایش همه...
WBO Kibba Bahaa (ARSII)

Join Godhuun nu hordofaa! .Gabrummaa hidda fageefate buqqisuuf kaanee jirra. Ba'aan ba'aa caale *Gabrummaadha*. Saba keennaa f dhaabbanna!

https://t.me/WBO_Arsii

https://t.me/WBO_Arsii

https://t.me/WBO_Arsii

https://t.me/WBO_Arsii

https://t.me/WBO_Arsii

Photo unavailableShow in Telegram
Kan argaa jirtan kun hundi kan WBOn leenjise eebbisaa jiru isintti hin fakkaatin kan Bobbaa Irbuu Shinniggaatin leencichi booji'e walitti guure dha. 𝙒𝘽𝙊 𝙒𝙖𝙡𝙞𝙞𝙣 𝙁𝙪𝙡𝙙𝙪𝙧𝙖𝙩𝙩𝙞
نمایش همه...
یک طرح متفاوت انتخاب کنید

طرح فعلی شما تنها برای 5 کانال تجزیه و تحلیل را مجاز می کند. برای بیشتر، لطفا یک طرح دیگر انتخاب کنید.