cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

NAN BARADHA

NAN BARADHA!! «Barataan yoo jiraate, barsiisaan eessayyuu jira!» ❏ Barnoota walii galaa ❏ Mul'ata ofii beekuu ❏ Seenaa Namootaa irraa Maal Baranna ❏ Xinsammuu fi Dubbii Hayyootaa Guyyaa Guyyaadhaan channel kanaan dhiyaata!

نمایش بیشتر
فنلندة674زبان مشخص نشده استآموزش15 992
پست‌های تبلیغاتی
9 663
مشترکین
+2024 ساعت
-197 روز
+2430 روز
توزیع زمان ارسال

در حال بارگیری داده...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
تجزیه و تحلیل انتشار
پست هابازدید ها
به اشتراک گذاشته شده
ديناميک بازديد ها
01
✨ Telegram Channels: xinsammuu fi kitaabilee PDF 👇👇 ____ ➊ Click join 10K+ Channels         ◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥         █        J O I N          █                   ◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢ 1. ADD FOLDER 01 ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ____ ➋ Beekumsa Dabalataa              👇👇👇👇          👉✨banaa✨👈          👉✨banaa✨👈                👆👆👆👆 2. ADD FOLDER 02 ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ____ ➌ Xinsammuu 💌 Join 💌 💌 Join 💌 💌 Join 💌 3. ADD FOLDER 03 ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ❒ Contact me: @Getu_Abera ❏ Promotion: @hopepromotion ❏ @bittaafigurgurtaachannel
1350Loading...
02
For English Learners 📌 • Free English learning center • Free Learn English quickly • English Grammar 👇👇 ▣ join us ▣ ▣ join us ▣ ▣ join us ▣ 𝙰𝚍𝚜: @hopepromotion @bittaafigurgurtaachannel
1180Loading...
03
🎁🎁 10K+ Channels! 🎁🎁        ↓Click and join us↓ ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ 👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿 👉🏿👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👈🏿 👉🏿👉🏾👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👈🏾👈🏿 👉🏿👉🏾👉🏽👇🏼👇🏼👇🏼👇🏼👇🏼👈🏽👈🏾👈🏿 👉🏿👉🏾👉🏽👉🏼👇🏻👇🏻👇🏻👈🏼👈🏽👈🏾👈🏿 👉🏿 👉🏾👉🏽  Click Here  👈🏽👈🏾👈🏿 👉🏿👉🏾👉🏽👉🏼👆🏻👆🏻👆🏻👈🏼👈🏽👈🏾👈🏿 👉🏿👉🏾👉🏽👆🏼👆🏼👆🏼👆🏼👆🏼👈🏽👈🏾👈🏿 👉🏿👉🏾👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👈🏾👈🏿 👉🏿👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👈🏿 👉🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👈🏿 ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ Waver: @Getu_Abera    𝗛𝗢𝗣𝗘 𝗣𝗥𝗢𝗠𝗢𝗧𝗜𝗢𝗡    𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦      𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬/𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩𝐬      @hopepromotion          @Getpostbot
1040Loading...
04
❍ Channel kanneen hunda qabduu? ❍ Promotion tolaa barbaadduu? ❍ "Kuni walitti qabama channelee telegram filatamooti!" 1. ADD FOLDER 01 2. ADD FOLDER 02 3. ADD FOLDER 03 ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬     👇💐💏❤️❤️💐 ◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥ █     FOLDER 01   █           ◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢ ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬     👇💐💏❤️❤️💐 ◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥ █     FOLDER 02   █           ◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢ ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬      👇💐💏❤️❤️💐 ◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥ █     FOLDER 03    █           ◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢ ❍ Itti Gammadaa ❏ Free Waver: @Getu_Abera ❏ Promotion: @hopepromotion ❏ @bittaafigurgurtaachannel
2390Loading...
05
RICH DAD AND POOR DAD #PART 2 ~~~~ "Manni barumsaa dhugaadhumatti addunyaa qabatamaaf ijoollee ni qopheessaa?" jechuun gaaffiidhaan eegalti. Gaaffiin kun anaafuu gaaffiidhaatii, yaadicha ittuma fufeen hordofe. Isheenis ittuma fuftee, "Jabaadhuu dubbisi; qabxii gaariis galmeessi. Yoo kana goote, dalagaa kanfaltii jabaa qabu argatta" jechaanii maatiin ishee gorsaa akka turan himti. Galmi guddaan maatii ishees, isheefi obboleettiin ishee barnoota sadarkaa olaanaa akka argatan ture. Kana keessaanis, carraa guddaa gara milkaa'insaatti isaan geessuu danda'u akka gonfatan amanu. Haaluma kanaan, yuunivarsiitii biyya ishee keessaa sadarkaa qabu tokko irraa digirii ishee gosa barnoota akkaawuntiingiitiin xumurti. Edda xumurtee boodas, kanfaltii olaanaadhaan qacaramuuf yeroo itti hin fudhanne. "Jabaadhuu dubbisi! Qabxii olaanaa galmeessii yuunivarsiitii filatamaa gali. Qabxii gaariin bahiis bakka kanfaltii olaanaa argattutti qacaramii hojjedhu!" jechaa maatiin ishee kan gorsaa turan tokko hin dhiifne. Gorsa maatii ishee hojiirra oolchuun nama milkaa'e fakkaachuu dandeessi. Garuu waan hir'ateefi sirrachuun irra jiru baay'ee akka ishee hafee ture lafa keessi. Kana gara boodaatti itti deebina. "Abbaan warraa kiyya Mikaa'elis deemsi isaa akkuma kankoo kanaa ture" jetti itti fuftee. Dhugaan jirus kanuma! Faanuma tokko jiru. Innis akkuma ishee kana nama jabaatee hojjetudha. Nama badhaasaan digirii isaa yuunivarsiitii irraa xumuredha. Jalqaba irratti injiineriingiidhaan kan hojjete yoo ta'u; itti aanseemmoo, barnoota seeraan xumure. Digirii si'a lama jechuudha! Kanaan booda, "Washington D.C"-tti abbaa seeraa ta'ee hojjechuu eegale. Dafee hojii kan eegaleefi nama bakka olaanaatiis hojii argate ta'e. Kana keessaanis fuuldurri isaa ifaa kan fakkaatedha. Innis gorsa maatii isaa fiixaan baasuu hin hafne. "Jabaadhu! Baradhuus xumuri. Sanaan booda, bakka jabaafi waan jabaan qacaramii dalagi!" Akkana namaan jedhu mitiiree maatiin baay'een? Kanarraa waan fagaate miti. Anis keessatti of ilaaluu hin dhiifne. Atis carraa kanatti fayyadamtee of gaafachuu mee yaali. Kana garuu ittuma fufnee haa ilaallu! "Aniifi abbaan warraankoo dalagaa keenyaan waan  milkoofnee taanullee, akka eegne ta'uu hin dandeenye. Haala mijataa barbaachaaf bakka dalagaa si'a hedduu jijjiirre. Jireenyi keenyas kan ammaarra darbee kan gara fuulduraaf wabii waan qabu fakkaachuu dide. Wabiin yeroo sooroma baanuu nutti argamaa hin jiru." Jetti, haati warraa Mikaa'el. Hojiin isaanii kun, harkaa gara afaanii ta'uurra darbee wabii gara fuulduraa akka hin qabne kaafti. Kan hundumarra bitaa itti galaa jirummoo, ijoollee ishees akkuma dura gorfamaa guddatte kanatti gorsaa jiraachuu isheeti. Osooma kanaan jirtuu, gaaf-tokko ilmi ishee gara ishee dhufa. Miira dubbisaan dadhabeefi mukaa'een akkana jedhaanii; "Maaliif barnoota jireenyakoo qabatamaaf naan qopheessineefi naan taanetti yerookoo gubaa? Maaliifan callisee itti dadhabaa?" Yeroo kana, deebiima deebisuufiif waan qabduuf qofa, osoo itti hin yaadiin akkana jettiin; "Yoo qabxii gaarii argachuu baatte, carraa yuunivarsiitii dhabda." Dubbattee osoo afaan ishee irraa hinfixiin, "Yuunivarsiitii deemes deemuu baadhes, ani sooressa nan ta'a" jedhee deebisaaf. Naasuun ishee ittuma fufe! Waan ilmishee jedhe qofaaf osoo hintaane, waan dura of gaafachaa turtes itti dabalamee akka irra caalaa naatu godhe. Ammallee callisuu waan hinqabneef, "Koollejjii yookaan yuunivarsiitii deemuu yoo baatte, hojii gaarii hin argattu. Hojii hin argattu taanaan immoo akkamitti qabeenya horachuu dandeessa?" jettee gaaffii isaa gaaffiin mataa marti. Gurbaan deebii kanatti hinquufne. Ittuma fufee, " Harmee! Mee addunyaa qabatamaa kana ilaali. Abbootiin qabeenyaa beekamoon addunyaa kanaa waan barataniif miti kan qabeenya horatan. Mee Mikaa'el Jordaaniifi Maadoonnaa ilaali. Biil Geetillee fudhachuu dandeessa.Harvaard irraa adda kutee deebi'e. Garuu "Microsoft" argate. Inni abbaa qabeeyaa akkamii akka ta'e ni beekta. Taphatoota garagaraa ilaali. Barnootaan akkam akka isaan rakkatan sitti himuu hin barbaachisu.
3651Loading...
06
Garuu galiin isaanii waggaa doolaara miiliyoona hedduudha." Yeroo akkana jedhuun, harmeen isaa callisuu irraan kan hafe carraa biraa hin arganne. Lamaan isaanii jidduuttis callisatu haboo godhate, yeroof. Addunyaan duraa yookaan moofaa jijjiiramtus, garuu gorsi ishee akka hin jijjiiramiin jiru yaaduutti kaate. Barnoota gaarii argachuufi qabxii gaarii galmeessuu qofaan galmaan akka nama hin geenye ilmi ishee hubatee akka jirus yaaduu itti fufte. "Ani, akkakeefi akka abbaakoo kanatti jabaadhees hojjechuu hin barbaadu. Qarshii hedduu argattani. Mana guddaa keessa jiraattani. Mana keessanis wantota garagaraan kuullattani. Yoo gorsa keessan qofaa duukaa bu'e kankoos hireen kanumadha. Hireen keessan taaksii kanfaluufi liqeeffachuu irraa hin siqne. Wabii hojiis hin qabdani. Eebbifamtoonni bara keenyaammoo akkuma keessanillee miti. Kanfaltiin kan keessaniin gadi. Doktaarota hedduu mee ilaali. Hamma dadhabaniifi itti fayyadaman hin argatan. Warri kaanis hubannaan ilaali. Wal hin argu! Kanaafuu waan wabii naaf taanetti of gatuu hinqabu. Wabii jireenyaa yookaan yeroon sooroma bahuu naaf hinqabu, waan kun. Deebii moofaa osoo hintaane, haaraan sirraa barbaada harmee!" jedhaanii ammallee, gurbaan. Harmeen isaas deebii quubsaa dhabduufiillee, gaaffii sirrii ta'uu isaa ni beekti. Deebii sirrii akka deebisaafii hin jirres hubattee jirti. Akka akkas ta'es ni dubbatti. Gorsi amma isheen gorsaa jirtus kan waggoota hedduun dura fayyaduu danda'u malee, amma akka hin fayyadne haalaan galeefii jira. Amma akka duraa sana ija jabaattee; "Mana barumsaa deemi. Qabxii gaarii galmeessii bahii hojii gaarii argadhu!" jechuu qofaaf haamilee godhachaa hin jirtu. Irruma dabarteeyyuu "Deebii haaraa deebisuufin qaba ture" jettee hamma of ceepha'uutti geesse. Ceephoon ishee ittuma fufe; "Akka harmee tokkooti....akka akkawuntaantii tokkoottis, ijoollonni keenya barboota galiin wal qabatu dhabuun isaanii na yaachisaa jira. Dargaggooni bara kanaa biroon hedduun isaanii, osoo barnoota sadarkaa 2ffaa hin xumuriin, waan kana quba qabu. Kana hunda mana barnootaatti akka hin baranne nan beeka. Osoo beekumsa waa'ee qarshiifi akkamitti akka qarshiin akka hojjetu hin qabaatiin, ijoolleenkoo, akkamitti addunyaa qabatamaaf qophaa'uree?" Gaaffii irratti gaaffii! Sirriis ta'us ta'uu baatus gaaffii ilmi ishee, ishee gaafachaa tureef deebii  kennuu dhiisuu baattullee, ofiif garuu deebii xiqqooyyuu dhabde. Of gowwoosuun baay'ee ulfaata! Itti fufa... @Nan_Baradha @Nan_Baradha
3931Loading...
07
✨ Telegram Channels: xinsammuu fi kitaabilee PDF 👇👇 ____ ➊ Click join 10K+ Channels         ◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥         █        J O I N          █                   ◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢ 1. ADD FOLDER 01 ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ____ ➋ Beekumsa Dabalataa              👇👇👇👇          👉✨banaa✨👈          👉✨banaa✨👈                👆👆👆👆 2. ADD FOLDER 02 ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ____ ➌ Xinsammuu 💌 Join 💌 💌 Join 💌 💌 Join 💌 3. ADD FOLDER 03 ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ❒ Contact me: @Getu_Abera ❏ Promotion: @hopepromotion ❏ @bittaafigurgurtaachannel
520Loading...
08
➊ Click join 10K+ Channels    . 👇💐💏❤️❤️💐👇         ◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥         █        J O I N          █                   ◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢ ᴄʟɪᴄᴋ ʜᴇʀᴇ ADD FOLDER ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ 𝔽ʀᴇᴇ 10ᴋ+ ᴄʜᴀɴɴᴇʟs ᴘʀᴏᴍᴏᴛɪᴏɴ ᴄᴏɴᴛᴀᴄᴛ: @Getu_Abera
500Loading...
09
RICH DAD AND POOR DAD #PART 1 [Barreeffamni gadii kun dheeraa waan ta'eef kutaa kutaan qoodnee isiniif maxxansina. Ergaan isaa garuu sanaa gad hin dheeratu. Namni dubbise akka baay'ee fayyadamus hin shakku! Mata duree dhaloonni irratti xiyyeeffachuu qabuufi furtuu rakkinoota sadarkaa garagaraatti nu mudatanii qabatee dhiyaateera. Dubbisa gaarii!] Barreessaan Roobert Koyaasaakiidha. Dhugaa dhumatti, gaaffii armaan dura ka'aa tureefi kanneen biroof deebii quubsaa qaba. Garaagarummaa hojjetaafi hojjechiisaa jidduu jiru isa sirrii lafa kaa'a. Sooressi maaliif akka soorome, hiyyeessi maaliif akka hiyyoome suura kaasee namaa ibsa. Maaliif akka galgalli barataa cimaa, yeroo baay'ee, harka barataa isa cimaa hintaaneetti akka kufuuf deebii quubsaa qaba. Itti dhiyaadhaa ilaalaa. "Abbaa laman qaba!" jechuun eegala, barreessichi karaa kitaaba isaa kanaa (RICH DAD, POOR DAD). 'Ajaa'iba! Abbaa lama irraa dhalatuu?' jechaan dubbisuu itti fufe. Innis hin dhaabne, ittuma fufa. Abbaan isaa inni tokko sooressa, inni biraan immoo hiyyeessa akka ta'etti hima. Abbaan isaa inni tokko baay'ee kan barateefi digirii hedduu of harkaa kan qabudha. Faallaa kanaa, abbaan isaa inni biraan immoo kutaa 8ffaa iyyuu kan hin xumurredha. Lamaanuu hojii isaaniitti cimoofi milkaa'oo ta'uun immoo wal isaan fakkeessa. Garuu inni tokko rakkoo maallaqaan mudatama, inni biraan immoo nama sooressa beekamaa ganda isaaniiti. Inni tokko doolaara miiliyoona kudhan maatii, mana waaqeffannaa isaafi gargaarsa biraaf dhiisee du'e. Inni biraan immoo, waraqaa ittiin liqiin irraa kanfalamu dhiiseefii du'e. Inni kun, isa hiyyummaa dhala isaa dhaalchisee du'edha. Akkuma sila jenne, lamaanuu jaboofi dhiibbaa uumtotadha. Lamaan isaanii ni gorsuunii; garuu waan wal fakkaataan isa hin gorsani. Namoonni kun lamaanuu haalaan barnootatti amanu. Garuu, kenninsa barnoota wal fakkaataa hin gorsaniin. Inni tokko, "Jabaadhuu baradhu; koolleejjii galiis qabxii olaanaan xumurii kaampaanii filatamaatti qacarami!" yoo jedhu, inni biraan immoo, "Jabaadhuu baradhu; koollejjii galiis qabxii olaanaan xumurii kaampaanii mataakee horadhu!" jedhaani. "Osoon abbaa tokko qofaa qabaadheera ta'ee, yaada isaa tokkicha qofaa fudhadha yookaan fudhachuun dhiisa. Abbaa lama qabaachuunkoo filannoo yaada waliif faallaa kanaaf gorsa naa kenna. Haalaan wal bira qabee akkan filadhu na godha!" Akkanaan abbaa lama qabaachuu isaaf waan itti dhagaahamu ibsata. Yaada faallaa qabaachuun abboota isaan lamaan kanaa akkuma itti fufetti. Fakkeenyaaf: Inni tokko, "Jaalalli qarshii hundee jal'inaati!" jedha; inni biraan immoo, "Dhabinsi qarshii madda jal'inaati!" jedha. ●Guutummaa kitaabichaa siniif dhiiseera. Akkuma jara olii kana, gaaffii hedduuf akka deebii argattan hin shakku. Yaadichi mata duree guddaafi dhaloonni irratti xiyyeeffachuu qabu ta'uu eddan hubadhee booda, siniif qooduun filadhe. Dubbisaa Itti fufa ... @Nan_Baradha @Nan_Baradha
5403Loading...
10
የሀብት መንገድ(rich dad poor dad) በሮበርት ኪዮላኪ
4921Loading...
11
Rich Dad Poor Dad by Robert Kiyosaki. Language: English
4781Loading...
12
Anaan kan na rakkise cirracha xixiqqoo ture! 🚶Namicha tokkotu, biyya dhalootaa fi guddina isaa keessatti rakkoo hawaasummaa isa mudateen gara biyya biraatti godaanuuf murteesse, gammoojjii dheeraa, nuffisiisaa fi sodaachisaa miilaan guyyoota dheeraaf erga qaxxaamuree booda, baay’ee dadhabee laafee ture. Dhumarratti magaalaa gahe tokko keessatti gargaarsa argateen xiqqoo bayyanate. 🤵Gaazexeessaan waa'ee imala nama kanaa dhaga'ee hawaasaaf dhiyeessuu barbaade. Nama sana waliin wal argee gaaffii gaafate. “Gammoojjiin ati itti deemte gammoojjii namoonni baay’een itti seenuuf ija hin jabaannedha. Hundaafuu dheebuu bishaaniitu karaa kee irratti baay'ee si dhukkubsee fi si dhiphisee? Hanqina nyaataa turee? Bineensa turee? Shorokeessitoonni ni jiru turani? yookaan . . . ? Deebiin godaanaa kanaa rippoortara kanaaf waan hin eegamne ture. Gammoojjii balaafamaa kanaan yeroon wal arge wantoota gurguddoo ati kaafte miti kan baay'ee na dhibe. Imala koo keessatti baayyee nuffisiisaa fi rakkisaa kan taasise cirrachaalee xixiqqoo kophee koo keessa seenun na rakkisu ture.sababa sanaaf akkan barbaadetti tarkaanfadhee deemuu hin dandeenye ture. 👉Imalli jireenyaas akkasuma! Yeroo baay'ee rakkoon nu dhiphisu, Addunyaa keenya keessatti akka hin tarkaanfannee nu dhowwu fi kaayyoo keenya irraa duubatti nu harkisu rakkoolee gurguddaa miti. Isaanis "cirracha" xixiqqoo guyyaa guyyaan nu mudataniidha. Amala namoota sammuu xiqqaa qaban, haala namoota seenaa xixiqqaa fi xixiqqaa dubbatan, muuxannoowwan guyyaa guyyaa xixiqqoo fi miiraan guutaman. . . Imala keenya ulfaataa fi nuffisiisaa taasisu. ✍️Namootaa fi haalawwan "xixiqqoon" osoo hin mo'amin suuraa guddaa fi kaayyoo jireenyaa kee irratti xiyyeeffachuun gara fuulduraatti tarkaanfachuu yeroo eegaltu , yeroo sanatti injifannoo jireenyaa isa guddaadha. @Nan_Baradha @Nan_Baradha
6973Loading...
13
Wanni salphaan nama hin maraachitu 🙄 📍Muummichi Ministeeraa guyyaa tokko Mana yaalaa dhukkubsattoota sammuu (Amaanu'eel) daawwachuuf dhaqee, osuma deddeemuu maraataa tokko arge. Itti siqee "maali rakkoon tee tan akka maraattu si goote?" Je'ee gaafate. 🙆Maraataanis deebisuufii jalqabe "yaa gooftaa kiyya ! balaa kana hunda ka natti buuse, namittii abaaramtuu takka fuudhuu kiyya. Rabbi na kaaseetiin dubartii intala bareedduu qabdu takka fuudhe. Intala bareedduu saniif abbaa biddeenaatin ta'e jechuudha. Guyyaa tokko Abbaan kiyya akkuma na laaluuf dhufeen, intala san jaalatee fuudhe. Kanaafuu intalti an abbaa biddeenaa tahuuf, deebitee haadha biddeenaa naaf taate jechuudha. Xiqqoo booda haati manaa tiyya ilma dhiiraa naaf deesse. Ilmi kiyya kun haadha biddeenaa tiyyaaf obboleessa waan taheef, abbaa kiyyaaf immoo soddaa tahe, sababni isaa abbaan kiyya intalan ani abbaa biddeenaa tahuuf fuudhe waan taheef. Akkuman siif himetti gaafa Abbaan kiyya intala ani Abbaa biddeenaa tahuuf fuudhu san, ishiin jalqaba haadha biddeenaa naaf taate. Boodarra immoo ilmi kiyya obboleessa haadha biddeenaa waan taheef, Eessuma naaf tahe. Haati manaa tiyya immoo harmee haadha biddeenaa tiyyaa waan taateef, Akkoo tiyya taate jechuudha. 🧐Haadha biddeenaa tiyyaaf, Abbaa biddeenaa tahuu kiyya hin irraanfatin. Jaartii tiyyaaf immoo ilma intalaa tahuu kiyyaas quba qabaadhu. 🤔Kana hunda caalaa garuu kan na ajaa'ibe, akkoo biddeenaa tiyya fuudhuu, jaartii tiyyaaf ilma intala ishii tahuu fi jaarsa ishii tahuu qofa osoo hin taane, ofuma kiyyaafuu Akaakoo tahuu kiyya. Wanni na maraachee gara Amanu'eel na fides kanuma" je'een. 😳😳
1 2868Loading...
14
Gatiin Ton coin tokko doolara 7 ol bahaa jira yeroo dhihootti doolaara 10 ni seena jedhamee eeggama. Ton coin bilisaa tartiiba isiniif dhufu hordofuun kuffachuu dandeessu. Hedduun kessan start qofa gootani dhaabattu Akkasitt isin hin fayyadu 1. Start 2. Chanaalii dhufu join ykn subscribe gochuu Free bonus 0.5 Ton every 24 hours. 🌐 Join by this Link : https://t.me/Free_Ton_Instant_Pay_Bot?start=r07395119484
2041Loading...
15
🚸 Channel barattoota gargaaruuf qophaae kanatti dabalamaa,... Join here...
1670Loading...
16
💌 .... OPEN👇 kan jedhu tuquun affeerraa channel isiniif dhiyaatetti dabalamaa!     👇💐💏❤️❤️💐👇 ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️OPEN⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜⬜⬜️️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜⬜⬜️️⬜️ Dhugumatti Sagantaa keenyatti bohaaraa irraa ni barattu!🌟 . AddToFreeWave: @Gech_Ab
1950Loading...
17
❍ "Kuni walitti qabama channelee telegram filatamooti!" 1. ADD FOLDER 01 2. ADD FOLDER 02 3. ADD FOLDER 03 ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬     👇💐💏❤️❤️💐 ◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥ █     FOLDER 01   █           ◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢ ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬     👇💐💏❤️❤️💐 ◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥ █     FOLDER 02   █           ◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢ ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬      👇💐💏❤️❤️💐 ◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥ █     FOLDER 03    █           ◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢ ❍ Itti Gammadaa ❏ Free Waver: @Getu_Abera
3070Loading...
18
Qabxiillee jajjaboo kudha tokko(11) Lukkuu Haadhoo irraa Barataman👌 ****** 1. Osoo hin hammatin dura jalqaba hanqaaquu gahaa buufti ☞KAROORA QINDAA'AA 2.Yeroo hanqaaquu ishee irra taa'uu jalqabdu/hammattu sochii ni xiqqeessiti ☞NAAMUSA. 3.Sababa hanqaaquu ishee hammachuutiin Nyaatni hir'achuu irraa kan ka'e ulfaatinni qaamaa hir'ata ☞WAREEGAMAA FI OF KENNUU 4.Hanqaaquu lukkuu birootiif irra taa'uu ni dandeessi. ☞ALLOOGUMMAA FI ARJUMMAA. 5.Guyyaa digdamii tokko (21) hanqaaquu ishee irra teessee obsaan eeggatti, yoo jalaa shamtellee deebitee hanqaaquu biroo buufti. ☞AMANTAA, ABDII FI ABDII KUTANNAA DHIISUU 6.Hanqaaquu cuucii hin qabne adda baafattee kophaa baafti ☞XIINXALAA FI HUBANNOO. 7.Hanqaaquu manca'e dhiistee tokko qofa yoo ta'ellee ilmoolee tan qabdu kunuunsuu eegalti ☞OGUMMA, DAMMAQINA FI DHUGAA 8. Cuucii ishee homtuu hin tuqu ☞KUNUUNSAA FI JAALALA. 9. Cuucii ishee hunda walitti qabdi ☞TOKKUMMAA FI KAAYYOO. 10.Ilmoolee ishee osoo of hin dandeenye kophaa hin dhiistu ☞ITTI GAAFATAMUMMAA 11.Yeroo hunda ilmoolee ishee fuuldura deemti. ☞HOGGANSA FI FAKKEENYUMMAA   @Nan_Baradha @Nan_Baradha
2 51020Loading...
19
➊ Click join 10K+ Channels    . 👇💐💏❤️❤️💐👇         ◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥         █        J O I N          █                   ◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢ ᴄʟɪᴄᴋ ʜᴇʀᴇ ADD FOLDER ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ 𝔽ʀᴇᴇ 10ᴋ+ ᴄʜᴀɴɴᴇʟs ᴘʀᴏᴍᴏᴛɪᴏɴ ᴄᴏɴᴛᴀᴄᴛ: @Getu_Abera
2340Loading...
20
KUNIS NI DARBA‼️ ➖➖➖➖➖➖➖ ⛏️Namicha hiyyeessa tokkotu baay'ee rakkachuu irraan kan ka'e gasoodhaan lafa qotee midhaan facaafata. Imaltoonni wayii itti dhufanii "Maali namichoo akkamitti akkasitti dadhabdee lafa kana gasoodhan qottee facaafta, sitti hin ulfaatuu?" jedhaniin. Namichis "kunis ni darba" jedheen. Kana caalaa deebii biraa itti hindeebifne. Imaltootni sunis deebii namichaa ajaa'ibsiifatanii bira kutanii imala isaanii itti fufan. Waggaa muraasa booda namichi lafa gasoon qotaa ture sun sooromee qabeenya horatee jireenya gaarii jiraachuu jalqabe. Guyyaa biraa tokko imaltonni sun ammas osoo karaa deemanii aduun itti dhiinan mana namicha wayii nu bulchaa jedhanii kadhatanii buluuf ol galan. Taa'anii buna dhugaa haasawanii yoo wal qoratan namichi abbaa qabeenyaa mana isaa buufatan kun isa waggoota muraasa dura hiyyeessa gasoodhaan lafa qotu sana ture. Jarri sunis akkamitti haala kanaan jijjiramee sooromuun isaa baay'ee isaan dinqisiisee, akkamitti akkasitti sooromte jedhanii yoo isa gaafatan "Kunis ni darba" ittiin jedhe namichi sooressichi sun.Isaanis achi bulanii daandii imala ofii itti fufan. Yeroo dheeraa booda imaltoonni sun daandii sanarra deebi'anii otoo galuuf jiranii Siidaa (Awwaala) nama tokkoo arganii itti goranii yoo maqaa ilaalan namicha sooressa mana isaa bulaniidha. Maqaa isaa jalatti jecha "KUNIS NI DARBA" jedhutu barreeffamee jira.lmaltoonni sun jecha kana gaafa argan isa inni gaafa gasoodhan lafa qotuu san yaadatanii baay'ee ajaa'bsifatanii du'uu isaatti immoo gaddanii "ayii!" jechaa imala isaanii itti fufan. Ammas yeroo murtaa'en booda imaltootni sun yoo daandii sanarra dhufan Siidaan sun kaafamee daandii asphaaltii ta'ee jira. Ammas taateen sunis darbuu hubatan. MAAL IRRAA BARANNA? Wanti hin darbine akka hinjirre seenaa namicha kanarraa baranna. Kanaaf imalli hundumtuu nidarba:- Rakkinis ta’e quufni, beekumsis ta’e wallaallummaan, argachuus ta’e dhabuun, hiyyumnis ta’e sooromni, tuffachuus ta’e tuffatamuun... nidarba. Wanti hunduu yeroo muraasa booda nidarba. Beekumsi, qabeenyi, guddinni, aangoo, maqaa, bifti, humnifi olaantummaa dhaabbataan dhala namaaf kenname hinjiru. Inni waan hundaan guutuufi dhaabbatee hafuu Waaqayyo qofa. Yeroo siif laatametti gaarii yaadi wanta gaariis godhii darbi. Booda carraan kun akka dhibu beeki. Namni haalli hunduu bitaafi dukkana sitti fakkaatu immoo abdii hinkutin. Akkuma argachuun darbu dhabuunis nidarba. Har’a jechuun boru miti.  Dhukkubnis ta'e qorumsi har'aas nidarba. Obsa yoo qabaatteefi gara Waaqayyoo yoo ilaalte Waaqayyo biiftuu haaraa siif baasa. Yaa firakoo koo inni ati amma keessa jirtu rakkina osoo hintaane daandii jireenyaa dirqama ati keessa darbuu qabduudha. Inni bo’e akka boo’etti, inni kolfes akka kolfeetti hinhafu. Sababni isaas haalli amma keessa jirtu KUNIS NI DARBA. Kanaaf deemsa kee hin dhaabin fuulduratti. Hundumtuu hin darba @Nan_Baradha @Nan_Baradha
2 12810Loading...
21
Hayyoonni maal jedhan! ➖➖➖➖➖➖➖➖➖ 📌 "Hireen dhimma carraa osoo hin taane, dhimma filannooti."                (Wiiliyam Jeenings Biraayiin) 📌 "Namoonni milkaa'uu barbaadu, garuu namoota milkaa'an ni jibbu."                 (Kaarota Gubbaa) . 📌 "Waanti hin dandaa'amne hin jiru addunyaan mataa ishee an nan dandaa'ama jetti"      (Audrey Hepbum) 📌 "Amaantin kee dhugaa kee Uuma"       (William James) 📌 "Galma kee fageessi ka'i haga bira gessuutti hin dhabbaatin."      (Bo Jackson) 📌 "Egeree kee tilmaamuuf karaan hundarra caalu  eegeree kee uumuudha."                 (Alen Keey) 📌 "Milkaa'inni kan dhufu warra yeroo isaanii harka caalu waan barbaadan irratti dabarsaniidha."                 (Heenrii Deevid) 📌 "Warra guddaa kufuuf ija jabaatan qofatu milkaa'ina guddaa argachuu danda'a."                 (Roobert F. Keeneedii) 📌 "Warri jajjaboon kufanii ka'an, warri dadhabaan garuu gadi hafu."                  (Toomaas Woolfii) 📌 "Mo'achuuf osoo namni biraa sitti hin amanne ofitti amanuu qabda."                  (Sukkaara Reey Roobinsan) 📌 "Karoora jireenyaa mataa keetii yoo hin tolchine karoora namoota biroo keessa jiraachuun siif hiree ta'a."                   (Jim Roon) jedhamu. 📌 "Foormulaa milkaa'ina siif kennuu hin danda'u. Garuu foormulaa kufaatii siif kennuu nan danda'a. Sun nama hunda gammachiisuuf yaaluudha."                 (Haarbart Swoop) 📌 "Sooressa ta'uuf maallaqa argachuu qofa osoo hin taane, maallaqa qabdu akkamitti akka qusattu beekuu qabda."                 (Beeniyaamin Firaankiliin) 📌 "Jireenya salphaa ta'eef hin kadhatin. Haa ta'u malee, jireenya ulfaataa kana fudhachuuf humna qabaachuuf cimsitee kadhadhu."        (Bruusii Lii) Yeroo Gaarii‼️ @Nan_Baradha @Nan_Baradha
2 08516Loading...
22
DOGOGGORTEE JIRTA❗ 🔺Namni tokko si dhiise yoo deeme nama sana malee jiraachuu akka waan hin dandeenyetti yaadda yoo ta'e... Dogoggortee jirta!!! 🔺Sababa namni tokko si miidhe qofaaf, namni hundi na miidhuu danda’a jettee sodaatta yoo ta'e. . . Dogoggortee jirta!!! 🔺Wanti tokko ykn lama waan si jalaa fashalaa’eef qofa akka waan hin milkoofnetti fi carraa hin qabneetti yoo of ilaalte. . . Dogoggortee jirta!!! 🔺Qormaata waan kufteef qofa ani nama waa'ee hin baafne, kufaadha... kan jedhu sitti dhagahama yoo ta'e . . . Dogoggortee jirta!!! 🔺 Namni tokko ykn haalli tokko tokko waan si dhaabeef qofa gara fuulduraatti tarkaanfachuu akka hin dandeenye sitti dhagahama yoo ta'e . . . Dogoggortee jirta!!! ✍️Jireenyi Uumaan siif kenne:- 👉bu'aa bahii guyyaa guyyaa keetin oliidha 👉Waan namoonni sirratti hojjetan, sitti yaadanii fi sitti haasa'an Oliidha 👉Waan ati qabduu fi waan ati hin qabne oliidha 👉Milkaa'uu fi milkaa'uu dhabuu kee oliidha... ✍️ Jireenyi kee wantoota jijjiirramu, namootaa fi haalota jijjiiramaa irratti kan hundaa'u yoo ta'e dogoggora hunda caalaa dogoggora guddaa akka hojjette hin dagatin. @Nan_Baradha @Nan_Baradha
1 8729Loading...
23
𝗦𝗔𝗠𝗠𝗨𝗨𝗡 𝗖𝗜𝗠𝗔𝗔 𝗧𝗔'𝗨U𝗙 ➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖ 👉Yeroo kophaa kee jirtu hin sodaatin. 👉Waan darbe irratti hin xiyyeeffatin. 👉Addunyaan liqii sitti hin dhaga'amin. 👉Bu'aa hatattamaa hin eegin. 👉Balaa shallagame fudhachuu hin sodaatin. 👉Kufaatii jalqabaa booda abdii hin kutatin. 👉Itti gaafatamummaa irraattii hin qaanfatiin. 👉Nama hunda gammachiisuuf hin yaadda'in. 👉Milkaa'ina namoota birootti hin aarin. Namoonni kaan miira kee irratti dhiibbaa akka geessisan hin godhin 👉Yeroo kee ofitti gaddun hin gubin. 👉Wantoota to'achuu hin dandeenye irratti humna kee hin qisaasessin. @Nan_Baradha @Nan_Baradha
1 85110Loading...
24
➊ Click join 10K+ Channels    . 👇💐💏❤️❤️💐👇         ◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥         █        J O I N          █                   ◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢ ᴄʟɪᴄᴋ ʜᴇʀᴇ ADD FOLDER ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ 𝔽ʀᴇᴇ 10ᴋ+ ᴄʜᴀɴɴᴇʟs ᴘʀᴏᴍᴏᴛɪᴏɴ ᴄᴏɴᴛᴀᴄᴛ: @Getu_Abera
3860Loading...
RICH DAD AND POOR DAD #PART 2 ~~~~ "Manni barumsaa dhugaadhumatti addunyaa qabatamaaf ijoollee ni qopheessaa?" jechuun gaaffiidhaan eegalti. Gaaffiin kun anaafuu gaaffiidhaatii, yaadicha ittuma fufeen hordofe. Isheenis ittuma fuftee, "Jabaadhuu dubbisi; qabxii gaariis galmeessi. Yoo kana goote, dalagaa kanfaltii jabaa qabu argatta" jechaanii maatiin ishee gorsaa akka turan himti. Galmi guddaan maatii ishees, isheefi obboleettiin ishee barnoota sadarkaa olaanaa akka argatan ture. Kana keessaanis, carraa guddaa gara milkaa'insaatti isaan geessuu danda'u akka gonfatan amanu. Haaluma kanaan, yuunivarsiitii biyya ishee keessaa sadarkaa qabu tokko irraa digirii ishee gosa barnoota akkaawuntiingiitiin xumurti. Edda xumurtee boodas, kanfaltii olaanaadhaan qacaramuuf yeroo itti hin fudhanne. "Jabaadhuu dubbisi! Qabxii olaanaa galmeessii yuunivarsiitii filatamaa gali. Qabxii gaariin bahiis bakka kanfaltii olaanaa argattutti qacaramii hojjedhu!" jechaa maatiin ishee kan gorsaa turan tokko hin dhiifne. Gorsa maatii ishee hojiirra oolchuun nama milkaa'e fakkaachuu dandeessi. Garuu waan hir'ateefi sirrachuun irra jiru baay'ee akka ishee hafee ture lafa keessi. Kana gara boodaatti itti deebina. "Abbaan warraa kiyya Mikaa'elis deemsi isaa akkuma kankoo kanaa ture" jetti itti fuftee. Dhugaan jirus kanuma! Faanuma tokko jiru. Innis akkuma ishee kana nama jabaatee hojjetudha. Nama badhaasaan digirii isaa yuunivarsiitii irraa xumuredha. Jalqaba irratti injiineriingiidhaan kan hojjete yoo ta'u; itti aanseemmoo, barnoota seeraan xumure. Digirii si'a lama jechuudha! Kanaan booda, "Washington D.C"-tti abbaa seeraa ta'ee hojjechuu eegale. Dafee hojii kan eegaleefi nama bakka olaanaatiis hojii argate ta'e. Kana keessaanis fuuldurri isaa ifaa kan fakkaatedha. Innis gorsa maatii isaa fiixaan baasuu hin hafne. "Jabaadhu! Baradhuus xumuri. Sanaan booda, bakka jabaafi waan jabaan qacaramii dalagi!" Akkana namaan jedhu mitiiree maatiin baay'een? Kanarraa waan fagaate miti. Anis keessatti of ilaaluu hin dhiifne. Atis carraa kanatti fayyadamtee of gaafachuu mee yaali. Kana garuu ittuma fufnee haa ilaallu! "Aniifi abbaan warraankoo dalagaa keenyaan waan  milkoofnee taanullee, akka eegne ta'uu hin dandeenye. Haala mijataa barbaachaaf bakka dalagaa si'a hedduu jijjiirre. Jireenyi keenyas kan ammaarra darbee kan gara fuulduraaf wabii waan qabu fakkaachuu dide. Wabiin yeroo sooroma baanuu nutti argamaa hin jiru." Jetti, haati warraa Mikaa'el. Hojiin isaanii kun, harkaa gara afaanii ta'uurra darbee wabii gara fuulduraa akka hin qabne kaafti. Kan hundumarra bitaa itti galaa jirummoo, ijoollee ishees akkuma dura gorfamaa guddatte kanatti gorsaa jiraachuu isheeti. Osooma kanaan jirtuu, gaaf-tokko ilmi ishee gara ishee dhufa. Miira dubbisaan dadhabeefi mukaa'een akkana jedhaanii; "Maaliif barnoota jireenyakoo qabatamaaf naan qopheessineefi naan taanetti yerookoo gubaa? Maaliifan callisee itti dadhabaa?" Yeroo kana, deebiima deebisuufiif waan qabduuf qofa, osoo itti hin yaadiin akkana jettiin; "Yoo qabxii gaarii argachuu baatte, carraa yuunivarsiitii dhabda." Dubbattee osoo afaan ishee irraa hinfixiin, "Yuunivarsiitii deemes deemuu baadhes, ani sooressa nan ta'a" jedhee deebisaaf. Naasuun ishee ittuma fufe! Waan ilmishee jedhe qofaaf osoo hintaane, waan dura of gaafachaa turtes itti dabalamee akka irra caalaa naatu godhe. Ammallee callisuu waan hinqabneef, "Koollejjii yookaan yuunivarsiitii deemuu yoo baatte, hojii gaarii hin argattu. Hojii hin argattu taanaan immoo akkamitti qabeenya horachuu dandeessa?" jettee gaaffii isaa gaaffiin mataa marti. Gurbaan deebii kanatti hinquufne. Ittuma fufee, " Harmee! Mee addunyaa qabatamaa kana ilaali. Abbootiin qabeenyaa beekamoon addunyaa kanaa waan barataniif miti kan qabeenya horatan. Mee Mikaa'el Jordaaniifi Maadoonnaa ilaali. Biil Geetillee fudhachuu dandeessa.Harvaard irraa adda kutee deebi'e. Garuu "Microsoft" argate. Inni abbaa qabeeyaa akkamii akka ta'e ni beekta. Taphatoota garagaraa ilaali. Barnootaan akkam akka isaan rakkatan sitti himuu hin barbaachisu.
نمایش همه...
👍 3
Garuu galiin isaanii waggaa doolaara miiliyoona hedduudha." Yeroo akkana jedhuun, harmeen isaa callisuu irraan kan hafe carraa biraa hin arganne. Lamaan isaanii jidduuttis callisatu haboo godhate, yeroof. Addunyaan duraa yookaan moofaa jijjiiramtus, garuu gorsi ishee akka hin jijjiiramiin jiru yaaduutti kaate. Barnoota gaarii argachuufi qabxii gaarii galmeessuu qofaan galmaan akka nama hin geenye ilmi ishee hubatee akka jirus yaaduu itti fufte. "Ani, akkakeefi akka abbaakoo kanatti jabaadhees hojjechuu hin barbaadu. Qarshii hedduu argattani. Mana guddaa keessa jiraattani. Mana keessanis wantota garagaraan kuullattani. Yoo gorsa keessan qofaa duukaa bu'e kankoos hireen kanumadha. Hireen keessan taaksii kanfaluufi liqeeffachuu irraa hin siqne. Wabii hojiis hin qabdani. Eebbifamtoonni bara keenyaammoo akkuma keessanillee miti. Kanfaltiin kan keessaniin gadi. Doktaarota hedduu mee ilaali. Hamma dadhabaniifi itti fayyadaman hin argatan. Warri kaanis hubannaan ilaali. Wal hin argu! Kanaafuu waan wabii naaf taanetti of gatuu hinqabu. Wabii jireenyaa yookaan yeroon sooroma bahuu naaf hinqabu, waan kun. Deebii moofaa osoo hintaane, haaraan sirraa barbaada harmee!" jedhaanii ammallee, gurbaan. Harmeen isaas deebii quubsaa dhabduufiillee, gaaffii sirrii ta'uu isaa ni beekti. Deebii sirrii akka deebisaafii hin jirres hubattee jirti. Akka akkas ta'es ni dubbatti. Gorsi amma isheen gorsaa jirtus kan waggoota hedduun dura fayyaduu danda'u malee, amma akka hin fayyadne haalaan galeefii jira. Amma akka duraa sana ija jabaattee; "Mana barumsaa deemi. Qabxii gaarii galmeessii bahii hojii gaarii argadhu!" jechuu qofaaf haamilee godhachaa hin jirtu. Irruma dabarteeyyuu "Deebii haaraa deebisuufin qaba ture" jettee hamma of ceepha'uutti geesse. Ceephoon ishee ittuma fufe; "Akka harmee tokkooti....akka akkawuntaantii tokkoottis, ijoollonni keenya barboota galiin wal qabatu dhabuun isaanii na yaachisaa jira. Dargaggooni bara kanaa biroon hedduun isaanii, osoo barnoota sadarkaa 2ffaa hin xumuriin, waan kana quba qabu. Kana hunda mana barnootaatti akka hin baranne nan beeka. Osoo beekumsa waa'ee qarshiifi akkamitti akka qarshiin akka hojjetu hin qabaatiin, ijoolleenkoo, akkamitti addunyaa qabatamaaf qophaa'uree?" Gaaffii irratti gaaffii! Sirriis ta'us ta'uu baatus gaaffii ilmi ishee, ishee gaafachaa tureef deebii  kennuu dhiisuu baattullee, ofiif garuu deebii xiqqooyyuu dhabde. Of gowwoosuun baay'ee ulfaata! Itti fufa... @Nan_Baradha @Nan_Baradha
نمایش همه...
4👍 1👏 1

👍 8 1👏 1
የሀብት መንገድ(rich dad poor dad) በሮበርት ኪዮላኪ
نمایش همه...