cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Yaadachiisa Waa'ee Amantii Islaamaa

Waa'ee Amantii keenyaa irraa waan beeynu wal yaadachiifna inshaa Allah

نمایش بیشتر
کشور مشخص نشده استزبان مشخص نشده استدسته بندی مشخص نشده است
پست‌های تبلیغاتی
206
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
اطلاعاتی وجود ندارد7 روز
اطلاعاتی وجود ندارد30 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

Yaalaa mee!
نمایش همه...
❇️ BAGA GARA SAAFARIKOOM NAGAAN DHUFTAN❇️ Bootii saafarikoom fayyadamuudhan yemmuu miseensa taatan qarshii 1000 badhaafamtu. 🎁 Dabalataan nama tokko yemmuu affeertan kafaltii qarshii 100 argattu! Namoonni affeertaan 25 yeroo gahan, qarshii 3500 baasii gochuu dandeessu. Liinkin affeerraa kesssani ⬇️ https://t.me/Safaricom_Afan_Oromo_bot?start=r0545073863 Join | SAFARICOM - AFAAN OROMO
نمایش همه...
Gaazexaa Bariisaa Caamsaa 27, 2014
نمایش همه...
Ofeeggannoo Liinkiiwwanii fi Appiiwwan tokko tokko kan Miidiyaa hawaasaa keessattuu 'Facebook' fi 'Telegram' irratti yeroo baay'ee gadi dhiifaman hunda banuu irraa of qusadhaa. Linkiiwwanii fi Appiin bifa kanaan ergamu yeroo baay'ee akkaataa kaffaltii garagaraa ittiin isinirraa argachuu danda'aniin kan hojjatamaniidha. Fkn Appn 'show telegram number' jedhu kun akkaataa kaardii mobaayila keessanii gara lakkoofsa mobaayila nama dhuunfaa abbaa App saniitti itti dabarsitaniin(transfer)(*806*09.......*6#) gootaniin tolfame. Kunis yeroo tokko qofa Appi kana banuun/Open godhuun maallaqa namichaaf erga. Kanaafuu ofeeggannoo godhaa.
نمایش همه...
نمایش همه...
Tafsiira Quraanaa Afaan Oromoo - Apps on Google Play

Tafsiira Quraanaa Afaan Oromoo kana Dr.Muhammad Rashaad Kabiir Abdullee

Du'aaii araarsituu dogongora teeysumaatiif: سبحانك اللهم وبحمدك، أشهد أن لا إله إلا أنت، أستغفرك وأتوب إليك Nabiin SAW akki jedhe(namni teessuma takka taa'ee guddisee wace, haasawa badii haasawe osoo teessuma isaa sanirraa hin kaane ka akkana jedhe: "Subhaanaka Allaahumma wabihamdika, ash-hadu anlaailaaha illaa anta astaghfiruka, wa atuubu ileyka" kan jedhe wanni teessoo isaa san keessatti tahe isaaf araaramamu malee hin taane. Tirmizii odeessee Albaaniitu sirreesse. وعن أبى هريرة رضى الله عنه قال‏:‏ قال رسول الله صلى الله عليه وسلم ‏ "‏من جلس في مجلس، فكثر فيه لغطه فقال قبل أن يقوم من مجلسه ذلك‏:‏ سبحانك اللهم وبحمدك، أشهد أن لا إله إلا أنت، أستغفرك وأتوب إليك، إلا غفر له ما كان في مجلسه ذلك‏"‏ ((‌‏رَوَاهُ التِّرمِذِيُّ وَقَالَ حَدِيثٌ حَسَنٌ صحيح))
نمایش همه...
Sahaabonni Hojii adda addaa kan ittiin adda ta’anii beekaman qabu. عَنْ أَنَسِ بْنِ مَالِكٍ، عَنِ النَّبِيِّ صَلَّى اللهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ قَالَ: " أَرْحَمُ أُمَّتِي بِأُمَّتِي أَبُو بَكْرٍ، وَأَشَدُّهُمْ فِي دِينِ اللهِ عُمَرُ - وَقَالَ عَفَّانُ مَرَّةً: فِي أَمْرِ اللهِ عُمَرُ - وَأَصْدَقُهُمْ حَيَاءً عُثْمَانُ، وَأَفْرَضُهُمْ زَيْدُ بْنُ ثَابِتٍ، وَأَقْرَؤُهُمْ لِكِتَابِ اللهِ أُبَيُّ بْنُ كَعْبٍ، وَأَعْلَمُهُمْ بِالْحَلَالِ وَالْحَرَامِ مُعَاذُ بْنُ جَبَلٍ، أَلَا وَإِنَّ لِكُلِّ أُمَّةٍ أَمِينًا، وَإِنَّ أَمِينَ هَذِهِ الْأُمَّةِ أَبُو عُبَيْدَةَ بْنُ الْجَرَّاحِ "رواه الترمذي وابن ماجة وأحمد ط الرسالة (21/ 406) Anas bin Maalik irraa akka odeeffametti Nabiyyiin [saw] akkana jedhan: 1. “Ummata kiyya keessaa namni akkaan ummata kootiif garaa laafu Abuu Bakriidha. 2. Amantii Rabbii keessatti hundarra cimaan immoo Umari. 3. Kan dhugaan qaanfatu immoo Usmaani. 4.Kan qooda dhaalaa hundarra beeku Zaydi. 5. Hundarra kitaaba Rabbii kan qara’e Ubayyi bin Ka’abi. 6. Hundarra halaalaafi haraama kan beeku Mu’aaz bin Jabali. 7. Dhaga’aa ummanni hunduu nama amanamaa qabdi; amanamaan ummata kanaa Abuu Ubeydat bin Aljarraahi.” Hadiisicha Ahmad, Tirmiziifi Ibn Maajaatu gabaasan. Albaaniin Silsilaafi Jaami’i Assahiih keessatti sahiiha jedhee jira. Aniifi ati maaliin beekamna? https://youtu.be/icGD0kzNfVA
نمایش همه...
یک طرح متفاوت انتخاب کنید

طرح فعلی شما تنها برای 5 کانال تجزیه و تحلیل را مجاز می کند. برای بیشتر، لطفا یک طرح دیگر انتخاب کنید.