fa
Feedback

فریب کلاهبرداران را نخورید! تل‌متریو این کانال‌ها را شناسایی و برچسب‌گذاری می‌کند 👉 برای مشاهده برچسب، اشتراک تهیه کنید

WallagaUniversity_CCD

WallagaUniversity_CCD

رفتن به کانال در Telegram

This is Wallaga University Corporate Communications Directorate 's official Telegeam Channel.

نمایش بیشتر

📈 تحلیل کانال تلگرام WallagaUniversity_CCD

کانال WallagaUniversity_CCD (@wu_ccd) در بخش زبانی انگلیسی بازیگری فعال است. در حال حاضر جامعه شامل 14 191 مشترک است و جایگاه 14 368 را در دسته آموزش و رتبه 2 504 را در منطقه أثيوبيا دارد.

📊 شاخص‌های مخاطب و پویایی

از زمان ایجاد در невідомо، پروژه رشد سریعی داشته و 14 191 مشترک جذب کرده است.

بر اساس آخرین داده‌ها در تاریخ 21 نوامبر, 2026، کانال فعالیت پایداری دارد. در ۳۰ روز گذشته تغییر اعضا برابر 40 و در ۲۴ ساعت گذشته برابر -4 بوده و همچنان دسترسی گسترده‌ای حفظ شده است.

  • وضعیت تأیید: تأیید نشده
  • نرخ تعامل (ER): میانگین تعامل مخاطب 17.99% است و در ۲۴ ساعت نخست پس از انتشار، محتوا معمولاً 9.92% واکنش نسبت به کل مشترکان کسب می‌کند.
  • دسترسی پست‌ها: هر پست به طور میانگین 2 552 بازدید دریافت می‌کند. در اولین روز معمولاً 1 407 بازدید جمع‌آوری می‌شود.
  • واکنش‌ها و تعامل: مخاطبان به‌طور فعال حمایت می‌کنند؛ میانگین واکنش به هر پست 4 است.
  • علایق موضوعی: محتوا بر موضوعات کلیدی مانند wallaga, ዩኒቨርሲቲ, icon_of_quality_and_relevance, yuunivarsiitii, ethiopia تمرکز دارد.

📝 توضیح و سیاست محتوایی

نویسنده این فضا را محل بیان دیدگاه‌های شخصی توصیف می‌کند:
“This is Wallaga University Corporate Communications Directorate 's official Telegeam Channel.”

به لطف به‌روزرسانی‌های پرتکرار (آخرین داده در تاریخ 22 نوامبر, 2026)، کانال همواره به‌روز و دارای دسترسی بالاست. تحلیل‌ها نشان می‌دهد مخاطبان به‌طور فعال با محتوا تعامل دارند و آن را به نقطه اثرگذاری مهم در دسته آموزش تبدیل کرده‌اند.

14 191
مشترکین
-424 ساعت
+687 روز
+4030 روز
آرشیو پست ها
Yuunivarsiitiin Wallaggaa Sirna Bulchiinsaa Ofumaan Hojjetu (Automation) Fayyadamuun Jijjiirama Dijitaalaa Cimsaa Jira! Yuunivarsiitiin Wallaggaa sirna jijjiirama dijitaalaa guddisuun, Sirna Bulchiinsa Gaaffii Sanadootaa (Document Request Management System), Sirna Bulchiinsa Qulqullina Barattootaa (Student Clearance Management System), akkasumas sirna galmee barattootaa, kaafteeriyaa fi bulchiinsa doormii ofumaan hojjetu irratti hojjechaa jira. Adeemsi kunis gara dhibbeentaa 80% xumurameera. Sirnoonni kun tajaajila toora interneetii irratti kennamu mijeessuu, hojiiwwan bulchiinsaa saffisiisuu, hordoffii yeroo qabatamaa dandeessisuu, waraqaa fi yeroo hojii hir'isuu, akkasumas tajaajila barattootaa fi eebbifamtootaa fooyyessuuf kan kaayyeffatani dha. Sirnoonni kun guutummaatti hojiirra yeroo oolan, barattoonni ramaddii doormii isaanii toora interneetiin ilaaluu, kaardii nyaataa elektirooniksiitiin tajaajila kaafteeriyaa argachuu, adeemsa qulqullina barattootaa xumuruu fi sanadoota barnootaa gaafachuu ni danda'u. Marii taasifameen hoggansi Yuunivarsiitichaa kutannoo fi gahee gareen Automation sirnoota kana misoomsuuf taasiseef galateeffachuun, qisaasama qabeenyaa hir'isuu, sirrii ta'uu fi nageenya odeeffannoo mirkaneessuu, sirna eenyummaa biyyaalessaa (National ID) waliin walitti hidhuu, akkasumas tajaajilicha Kaampaasii Guddicha, Gimbii fi Shaambuu keessatti babal'isuun barbaachisaa ta'uu hubachiiseera. Hoggansi Yuunivarsiitichaa milkaa'ina sirnoota kanaaf rakkoolee interneetii, galmee odeeffannoo, qindaa'ina sirnaa fi mala odeeffannoo kuusuu fi deebisanii argachuu (backup) irratti xiyyeeffachuun furmaata waaraa qopheessuun barbaachisaa ta'uu cimsee ibseera. Inisheetiviin kun bulchiinsa ammayyaa, bu'a qabeessa, iftoomina qabuufi teeknooloojii irratti hundaa'e ijaaruu keessatti tarkaanfii guddaa dha. ****** ወለጋ ዩኒቨርሲቲ ዲጂታል ለውጡን በራስ-ሰር በሚሠሩ የአስተዳደር ሥርዓቶች እያጠናከረ ይገኛል! ወለጋ ዩኒቨርሲቲ የዲጂታል ለውጡን ለማሳደግ የሰነድ ጥያቄ አስተዳደር ሥርዓት (Document Request Management System)፣ የተማሪዎች ክሊራንስ አስተዳደር ሥርዓት (Student Clearance Management System) እንዲሁም የተማሪዎች ሬጅስትራር፣ የካፍቴሪያ እና የዶርሚተሪ አስተዳደር ሥርዓቶችን በራስ-ሰር የማስተዳደር ሥራ እያከናወነ ይገኛል። የአውቶሜሽን ሥራውም በግምት 80 በመቶ ተጠናቋል። እነዚህ ሥርዓቶች የመስመር ላይ አገልግሎትን ለማሳለጥ፣ የአስተዳደር ሥራዎችን በራስ-ሰር ለማከናወን፣ በቅጽበት ክትትል ለማስቻል፣ የወረቀት አጠቃቀምንና የሥራ መዘግየትን ለመቀነስ፣ እንዲሁም ለተማሪዎችና ለተመራቂዎች የሚሰጠውን አገልግሎት ለማሻሻል ያለሙ ናቸው። ሥርዓቶቹ ሙሉ በሙሉ ወደ ሥራ ሲገቡ፣ ተማሪዎች የዶርሚተሪ ምደባቸውን በኦንላይን ማየት፣ በኤሌክትሮኒክስ የምግብ ካርድ የካፍቴሪያ አገልግሎት ማግኘት፣ የክሊራንስ ሂደታቸውን ማጠናቀቅና የትምህርት ሰነዶችን መጠየቅ ይችላሉ። በተደረገው ውይይት የዩኒቨርሲቲው አመራር የአውቶሜሽን ቡድኑን ቁርጠኝነትና ጥረት አድንቋል። በተጨማሪም የሀብት ብክነትን መቀነስ፣ የመረጃ ትክክለኛነትና ደህንነትን ማረጋገጥ፣ ሥርዓቱን ከብሔራዊ መታወቂያ (National ID) ጋር ማገናኘት፣ እንዲሁም አገልግሎቱን ወደ ዋናው፣ ጊምቢና ሻምቡ ግቢዎች ማስፋፋት አስፈላጊ መሆኑን አመልክቷል። አመራሩ የሥርዓቶቹን ውጤታማ ትግበራ ለማረጋገጥ ከኢንተርኔት ግንኙነት፣ ከመረጃ ግብዓት፣ ከሥርዓት ውቅር እና ከመረጃ ምትኬ (Backup) አያያዝ ጋር የተያያዙ ችግሮችን በቅድሚያ በመለየት ዘላቂ መፍትሔ ማዘጋጀት እንዳለበት አሳስቧል። ይህ ተነሳሽነት ዘመናዊ፣ ቀልጣፋ፣ ግልጽነት ያለውና በቴክኖሎጂ የተደገፈ የዩኒቨርሲቲ አስተዳደር ለመገንባት ወሳኝ እርምጃ ነው። ወለጋ ዩኒቨርሲቲ — የጥራትና የአግባብነት አርማ! ዘገባ፡ የኔነሽ የሩቅነህ ምስል፡ ተስፋ ዋቅጋሪ Wallaga University ''#Icon_of_Quality_and_Relevance'' For more information: #Website: https://www.wollegauniversity.edu.et #Facebook = https://www.facebook.com/share/1CMoThu9pR/ #Telegram Channel = https://t.me/wu_ccd Po Box 395 Nekemte, Oromia, Ethiopia
21 نوامبر, 06:00

21 نوامبر, 05:58

20 نوامبر, 12:10

photo content
+9
20 نوامبر, 10:19

photo content
20 نوامبر, 10:19

Wallaga University, Shambu Campus, Strengthens Practical and Technology-Based Education
20 نوامبر, 10:18

Yuunivarsiitiin Wallaggaa Sirna Bulchiinsaa Ofumaan Hojjetu (Automation) Fayyadamuun Jijjiirama Dijitaalaa Cimsaa Jira! Yuunivarsiitiin Wallaggaa sirna jijjiirama dijitaalaa guddisuun, Sirna Bulchiinsa Gaaffii Sanadootaa (Document Request Management System), Sirna Bulchiinsa Qulqullina Barattootaa (Student Clearance Management System), akkasumas sirna galmee barattootaa, kaafteeriyaa fi bulchiinsa doormii ofumaan hojjetu irratti hojjechaa jira. Adeemsi kunis gara dhibbeentaa 80% xumurameera. Sirnoonni kun tajaajila toora interneetii irratti kennamu mijeessuu, hojiiwwan bulchiinsaa saffisiisuu, hordoffii yeroo qabatamaa dandeessisuu, waraqaa fi yeroo hojii hir'isuu, akkasumas tajaajila barattootaa fi eebbifamtootaa fooyyessuuf kan kaayyeffatani dha. Sirnoonni kun guutummaatti hojiirra yeroo oolan, barattoonni ramaddii doormii isaanii toora interneetiin ilaaluu, kaardii nyaataa elektirooniksiitiin tajaajila kaafteeriyaa argachuu, adeemsa qulqullina barattootaa xumuruu fi sanadoota barnootaa gaafachuu ni danda'u. Marii taasifameen hoggansi Yuunivarsiitichaa kutannoo fi gahee gareen Automation sirnoota kana misoomsuuf taasiseef galateeffachuun, qisaasama qabeenyaa hir'isuu, sirrii ta'uu fi nageenya odeeffannoo mirkaneessuu, sirna eenyummaa biyyaalessaa (National ID) waliin walitti hidhuu, akkasumas tajaajilicha Kaampaasii Guddicha, Gimbii fi Shaambuu keessatti babal'isuun barbaachisaa ta'uu hubachiiseera. Hoggansi Yuunivarsiitichaa milkaa'ina sirnoota kanaaf rakkoolee interneetii, galmee odeeffannoo, qindaa'ina sirnaa fi mala odeeffannoo kuusuu fi deebisanii argachuu (backup) irratti xiyyeeffachuun furmaata waaraa qopheessuun barbaachisaa ta'uu cimsee ibseera. Inisheetiviin kun bulchiinsa ammayyaa, bu'a qabeessa, iftoomina qabuufi teeknooloojii irratti hundaa'e ijaaruu keessatti tarkaanfii guddaa dha. ****** ወለጋ ዩኒቨርሲቲ ዲጂታል ለውጡን በራስ-ሰር በሚሠሩ የአስተዳደር ሥርዓቶች እያጠናከረ ይገኛል! ወለጋ ዩኒቨርሲቲ የዲጂታል ለውጡን ለማሳደግ የሰነድ ጥያቄ አስተዳደር ሥርዓት (Document Request Management System)፣ የተማሪዎች ክሊራንስ አስተዳደር ሥርዓት (Student Clearance Management System) እንዲሁም የተማሪዎች ሬጅስትራር፣ የካፍቴሪያ እና የዶርሚተሪ አስተዳደር ሥርዓቶችን በራስ-ሰር የማስተዳደር ሥራ እያከናወነ ይገኛል። የአውቶሜሽን ሥራውም በግምት 80 በመቶ ተጠናቋል። እነዚህ ሥርዓቶች የመስመር ላይ አገልግሎትን ለማሳለጥ፣ የአስተዳደር ሥራዎችን በራስ-ሰር ለማከናወን፣ በቅጽበት ክትትል ለማስቻል፣ የወረቀት አጠቃቀምንና የሥራ መዘግየትን ለመቀነስ፣ እንዲሁም ለተማሪዎችና ለተመራቂዎች የሚሰጠውን አገልግሎት ለማሻሻል ያለሙ ናቸው። ሥርዓቶቹ ሙሉ በሙሉ ወደ ሥራ ሲገቡ፣ ተማሪዎች የዶርሚተሪ ምደባቸውን በኦንላይን ማየት፣ በኤሌክትሮኒክስ የምግብ ካርድ የካፍቴሪያ አገልግሎት ማግኘት፣ የክሊራንስ ሂደታቸውን ማጠናቀቅና የትምህርት ሰነዶችን መጠየቅ ይችላሉ። በተደረገው ውይይት የዩኒቨርሲቲው አመራር የአውቶሜሽን ቡድኑን ቁርጠኝነትና ጥረት አድንቋል። በተጨማሪም የሀብት ብክነትን መቀነስ፣ የመረጃ ትክክለኛነትና ደህንነትን ማረጋገጥ፣ ሥርዓቱን ከብሔራዊ መታወቂያ (National ID) ጋር ማገናኘት፣ እንዲሁም አገልግሎቱን ወደ ዋናው፣ ጊምቢና ሻምቡ ግቢዎች ማስፋፋት አስፈላጊ መሆኑን አመልክቷል። አመራሩ የሥርዓቶቹን ውጤታማ ትግበራ ለማረጋገጥ ከኢንተርኔት ግንኙነት፣ ከመረጃ ግብዓት፣ ከሥርዓት ውቅር እና ከመረጃ ምትኬ (Backup) አያያዝ ጋር የተያያዙ ችግሮችን በቅድሚያ በመለየት ዘላቂ መፍትሔ ማዘጋጀት እንዳለበት አሳስቧል። ይህ ተነሳሽነት ዘመናዊ፣ ቀልጣፋ፣ ግልጽነት ያለውና በቴክኖሎጂ የተደገፈ የዩኒቨርሲቲ አስተዳደር ለመገንባት ወሳኝ እርምጃ ነው። ወለጋ ዩኒቨርሲቲ — የጥራትና የአግባብነት አርማ! Wallaga University ''#Icon_of_Quality_and_Relevance'' For more information: #Website: https://www.wollegauniversity.edu.et #Facebook = https://www.facebook.com/share/1CMoThu9pR/ #Telegram Channel = https://t.me/wu_ccd Po Box 395 Nekemte, Oromia, Ethiopia
20 نوامبر, 10:17

20 نوامبر, 09:50

photo content
+3
20 نوامبر, 00:40

BEEKSISA ** Dorgomtoota Mana Barumsaa Moodela Sadarkaa 1ffaatiifi Mana Barumsaa Sadarkaa 2ffaa Bultii Addaa Ifa Boruu Najjoof gosa barnoota garaa garaa irratti barsiisuuf dorgomtanii turtaniif Wallaga University ''#Icon_of_Quality_and_Relevance'' For more information: #Website: https://www.wollegauniversity.edu.et #Facebook = https://www.facebook.com/share/1CMoThu9pR/ #Telegram Channel = https://t.me/wu_ccd Po Box 395 Nekemte, Oromia, Ethiopia
20 نوامبر, 00:39

photo content
+8
19 نوامبر, 12:46

Wollega University, Shambu Campus hosts a training on Awareness Creation, Laboratory and Workshop Visiting and Evaluation Training Shambu, Ethiopia, November 19, 2026 A two days training on Awareness Creation, Laboratory and Workshop Visiting and Evaluation Training were held at Wollega university Shambu campus organized by The Field and Central Laboratory Directorate of Wollega. The training brings together faculty deans, department heads, laboratory heads, quality assurance officers, laboratory and workshop technicians, researchers and relevant administrative staff, so that the people who run, supervise and support the university's laboratories and workshops learn and plan together. The training was opened with a welcoming speech and opening remarks from Dr. Gemechu Bane, Shambu Campus Academic Programs Director, and an orientation by Dr. Getahun Kitila on the objectives, expected outputs and programme overview. Dr. Gemechu Shumi Bekesho, Laboratory and Workshop Officer at Wollega University, then presented on laboratory and workshop safety management, covering the nature of the university's laboratories and workshops and the principles of laboratory safety. On the second day, the participants were visit and evaluate a laboratory and workshop led by the Quality Assurance Officer. They will see the facilities first-hand and assess them against the quality and safety practices discussed in the sessions. The training were concluded with a discussion session, where participants will share their observations, raise questions and agree on the way forward, followed by closing remarks from the Dr. Getahun Kitila, Dr. Gemechu Bane, Shambu Campus Academic Programs Director and Dr. Adugna Mosisa , Shambu campus chief excutive Director. Report by: Leta Takele Camera by: Ashenafi Merga Wallaga University ''#Icon_of_Quality_and_Relevance'' For more information: #Website: https://www.wollegauniversity.edu.et #Facebook = https://www.facebook.com/share/1CMoThu9pR/ #Telegram Channel = https://t.me/wu_ccd Po Box 395 Nekemte, Oromia, Ethiopia
19 نوامبر, 12:43

19 نوامبر, 02:27
19 نوامبر, ~02:27

photo content
+9
18 نوامبر, 03:25

Yuunivarsiitiin Wallaggaa Barattoota Shamarran Haaraa Bara 2019 ALHtti Yuunivarsiitichatti Ramadamaniif Sagantaa Baga Nagaan Dhuftanii fi Leenjii Dandeettii Jireenyaa Cimsan Gaggeesse Yuunivarsiitiin Wallaggaa, karaa Waajjira Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa, barattoota shamarran haaraa bara 2019 ALItti gara yuunivarsiitichaa dhufaniif sagantaa simannaa fi leenjii mata dureewwan Fayyaa fi Dandeettiiwwan Jireenyaa (Life Skills) irratti xiyyeeffate qopheesseera. Sagantaan kun barattoonni haaraan haala jireenyaa fi aadaa yuunivarsiitichaa akka barataniin, beekumsa, dandeettii fi hubannoo fayyaa isaanii akka cimsatan gargaaruuf kan qophaa'e dha. Hojii Raawwachiiftuun Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa Yuunivarsiitii Wallaggaa, Aadde Wangeelawit Maatewos, leenjichi fayyaa ofii eeguu, mirga fayyaa beekuu, murtoo sirrii murteessuu, ofitti amanamummaa, rakkoo furuu, yeroo bulchuu, dhiphina dandamachuu fi dhiibbaa hiriyootaa irraa of eeguu irratti dandeettii barattootaa akka cimsu ibsaniiru. Leenjiin Fayyaa irratti xiyyeeffate B/tuu Immebeet Boobootiin, Inistiitiyuutii Saayinsii Fayyaa irraa, akkasumas leenjiin Dandeettiiwwan Jireenyaa cumsannaa immoo B/saa Dhaabaa Mekuriyaatiin, Muummee xiin-sammuu (psychology) irraa kennameera. Waajjirichi mirga, nageenya, fayyaa fi milkaa'ina barattootaa deeggaruuf qophaa'aa ta'uu mirkaneesseera. ወለጋ ዩኒቨርሲቲ ለ2019 ዓ.ም. አዲስ ግቢ ሴት ተማሪዎች የእንኳን ደህና መጣችሁ መርሃ ግብርና የሕይወት ክህሎት ስልጠና አዘጋጀ ወለጋ ዩኒቨርሲቲ በሴቶችና ማህበራዊ ጉዳዮች ጽሕፈት ቤት አማካኝነት በ2019 ዓ.ም. ወደ ዩኒቨርሲቲው ለተቀላቀሉ አዲስ ሴት የመጀመሪያ ዓመት (Freshman) ተማሪዎች የእንኳን ደህና መጡ መርሃ ግብርና በስነ-ተዋልዶ ጤና (Reproductive Health) እና በሕይወት ክህሎት (Life Skills) ላይ ያተኮረ ስልጠና አዘጋጅቷል። የመርሃ ግብሩ ዋና ዓላማ አዲስ ተማሪዎች ከዩኒቨርሲቲው አካባቢ፣ ባህልና የግቢ ሕይወት ጋር እንዲላመዱ እንዲሁም ለተሳካ የዩኒቨርሲቲ ቆይታ የሚያስፈልጋቸውን እውቀት፣ ግንዛቤና ክህሎት እንዲያዳብሩ ማገዝ ነው። የዩኒቨርሲቲው የሴቶችና ማህበራዊ ጉዳዮች ጽሕፈት ቤት ሥራ አስፈጻሚ ወ/ሮ ወንጌላዊት ማቴዎስ በመርሃ ግብሩ ላይ እንደገለጹት፣ ስልጠናው ተማሪዎች የራሳቸውን ጤና መጠበቅ፣ የጤና መብቶቻቸውን ማወቅ፣ ትክክለኛ ውሳኔ መወሰን፣ በራስ መተማመን፣ ችግር መፍታት፣ ጊዜን በአግባቡ መጠቀም፣ ጭንቀትን መቋቋምና ከእኩዮች ተጽዕኖ ራሳቸውን መጠበቅ እንዲችሉ ያግዛል። በስነ-ተዋልዶ ጤና ዙሪያ ስልጠናውን ከጤና ሳይንስ ኢንስቲትዩት ወ/ሮ እመቤት ቦቦ፣ በሕይወት ክህሎት ዙሪያ ደግሞ ከሳይኮሎጂ ትምህርት ክፍል መምህር ዳባ መኩሪያ ሰጥተዋል። ጽሕፈት ቤቱም የተማሪዎችን መብትና ደህንነት ከመጠበቅ ባሻገር ጤናቸውን፣ እኩል የትምህርት ዕድላቸውንና ስኬታቸውን ለማረጋገጥ አስፈላጊውን ድጋፍ ለመስጠት ቁርጠኛ መሆኑን አረጋግጧል። ዘጋቢ፡ ብዙነሽ ታደሰ ምስል፡ ተስፋ ዋቅጋሪ ወለጋ ዩኒቨርሲቲ — የጥራትና ተገቢነት አርማ! Wallaga University ''#Icon_of_Quality_and_Relevance'' For more information: #Website: https://www.wollegauniversity.edu.et #Facebook = https://www.facebook.com/Wallaga University Coreporate Communications #Telegram Channel = https://t.me/wu_ccd Po Box 395 Nekemte, Oromia, Ethiopia
18 نوامبر, 03:22

photo content
18 نوامبر, 02:02

photo content
17 نوامبر, 07:45

photo content
17 نوامبر, 06:47

ማስታወቂያ ***** Wallaga University ''#Icon_of_Quality_and_Relevance'' For more information: #Website: https://www.wollegauniversity.edu.et #Facebook = https://www.facebook.com/Wallaga University Coreporate Communications #Telegram Channel = https://t.me/wu_ccd Po Box 395 Nekemte, Oromia, Ethiopia
17 نوامبر, 06:47
17 نوامبر, ~06:49

photo content
+8
16 نوامبر, 07:55