cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Mana barumsaa bultii addaa oromiyaa

Any educational information you will find under this channel so please like and share this channel!

نمایش بیشتر
فنلندة2 398زبان مشخص نشده استآموزش58 721
پست‌های تبلیغاتی
1 537
مشترکین
+424 ساعت
+677 روز
+20030 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

Photo unavailableShow in Telegram
Xiyyaarri Itti Aanaa Pireezidaantii Maalaawii dabalatee namoota 9 fudhattee dhabamte kuftee caccabuu ibsame Xiyyaarri Itti Aanaa Pireezidaantii Maalaawii Saawuloos Chiiliimaan dabalatee namoota 9 fudhattee dhabamte kuftee caccabuun mirkanaa’eera. Balaa qaqqabeen imaltoonni hundi du’uu isaanii Pireezidaantiin biyyattii Laazaaruus Chaakweeraan beeksiisuu BBCn gabaaseera. #Oromiyaa #Ityoophiyaa ❇️https://t.me/manabarumsaabultiiadda 📡 Tokkummaan misoomaaf! 📡 Yaadaa, Qeeqaa qabdan comment jalatti barreessaa
نمایش همه...
👍 2
Hiikaan jechama "harka mure"jedhuu maali?Anonymous voting
  • A. Maqaa balleesse
  • B. Ni dhabsiise
  • C. sanyiin arrabse
  • D. Safuu wallaale
0 votes
Photo unavailableShow in Telegram
Barattoota oromoo check ✔ qormaanni bahee hin jiruu tasgabawa 🙅 Namoonni qormaann baheeru jedhu garee fi channel ofii guddisuuf sobee karaa sobaan Ammas qormaata siif erga qarshii na ergi jechuuf kijibdoota akkas irra fagaadha #barattootaoromo #oromiiyaa #kutaa8ffaa
نمایش همه...
Photo unavailableShow in Telegram
Oromiyaatti qormaanni Kutaa 8ffaa kennamuu eegale Naannoo Oromiyaatti Qormaanni Naannoo Kutaa 8ffaa kan bara 2016 kennamuu eegaluu Biiroon Barnoota Oromiyaa beeksiseera. Naannichatti barattoonni kuma 675 fi 500 qormaaticha fudhachaa jiru. Barattoota keenyaaf carraa gaarii hawwina. 🔰🔰🔰🔰🔰https://t.me/manabarumsaabultiiadda 📡 Tokkummaan misoomaaf 📡 Yaadaa, Qeeqaa fi Eeru qabdan comment jalatti barreessaa
نمایش همه...
Photo unavailableShow in Telegram
Qormaanni Kutaa 6ffaa bara 2016 boru kennamuu eegala – Biiroo Barnootaa Oromiyaa Oromiyaatti qormaanni Kutaa 6ffaa bara 2016 guyyaa boruu eegalee kan kennamu ta’uu Biiroo Barnootaa Oromiyaa beeskiseera. Qormaanni kun Oromiyaatti yeroo jalqabaaf wiirtuwwan kuma 1 fi 424 ibsameera. Akka Naannoo Oromiyaatti barattoonni kumni 731 fi 955 qormaata kutaa 6ffaa kana kan fudhatan ta’uu ragaan biiricharraa argame ni mul’isa . 📡 Tokkummaan misoomaaf 📡🔰🔰🔰🔰 https://t.me/manabarumsaabultiiadda Yaadaa, Qeeqaa qabdan comment jalatti barreessaa
نمایش همه...
Photo unavailableShow in Telegram
#Oduu Qormaataa# Qormaanni xumuraa barattoota sagantaa sirreeffamaa bara 2016 waxabajjii 3-10, 2016 akka kennamu himamee turuun isaa ni yaadatama. Haa ta'u malee waxabajjii 9/2016 Ayyaana Iid al-Adhaa waan ta'eef qormaanni guyyaa sana kennamu gara waxabajjii 11/2016 akka darbe Ministeerri Barnootaa beeksise.🔰🔰🔰🔰🔰🔰🔰🔰https://t.me/manabarumsaabultiiadda 📡 Tokkummaan misoomaaf 📡
نمایش همه...
Photo unavailableShow in Telegram
❇️ Halkan gaarii isiniif haa ta'u hordoftoonni keenya hunda keessanuu.🎯Tokkummaan misoomaaf!🎯
نمایش همه...
🐳 2
Photo unavailableShow in Telegram
♻️Gaafiif deebii keenya ha'aa gaafii 5 gaafatame 4 Deebisuun tokkoffaa kan ba'e Taammiruudha. Hirmaannaa keetiif guddaa galatoomi Jenna Chaanaal keenya like share join gochuu hin irraanfatinaa Hiriyoota keessanis affeeraa. Liinkii 👉👉👉https://t.me/manabarumsaabultiiadda
نمایش همه...
2
Deebii gaaffii xumuraa" D" "D " malee warreen kaan ogbarruu barreeffamaati
نمایش همه...
👏 2
Deebii gaaffii 4 Abbaatu of Mara jedhe bofti kan jedhudha Kan Taammiruun jedhes deebii ni ta'a.
نمایش همه...
💯 1