cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

✎ Ⓐbdulaziz Feessal 💬

🌐 Namni waan danda'uun nama gargaaru doqna hin jedhamu 😇Vision(Mul'ata)ᴍᴀʟᴀ ᴊɪʀᴇᴇɴʏᴀᴀғ(Nageenya keessoo)

نمایش بیشتر
فنلندة320زبان مشخص نشده استدین و مذهبی4 459
پست‌های تبلیغاتی
18 248
مشترکین
-424 ساعت
+1417 روز
+63630 روز
توزیع زمان ارسال

در حال بارگیری داده...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
تجزیه و تحلیل انتشار
پست هابازدید ها
به اشتراک گذاشته شده
ديناميک بازديد ها
01
Media files
831Loading...
02
@Gorsaa_Jireenyaa
2480Loading...
03
➫ 𝙒𝙖𝙖𝙣 𝙂𝙖𝙖𝙧𝙞𝙞𝙙𝙝𝙖𝙣 𝙄𝙨𝙖𝙖 𝙃𝙖𝙢𝙖𝙖 𝙈𝙤𝙤'𝙞 🔑
2660Loading...
04
Maqaa caala hujiitu abbaa ibsa.
2810Loading...
05
Bakka gatii kee gadi buusu kamirraayyuu fagaadhu!🤗
2800Loading...
06
Nama hundaafuu bu’aan wal-qixaa du’a qofaadha.
2790Loading...
07
Akka waan dandeetti hin gabneetti namatti hin hirkatin, akka waan dallaa taateetti namnis sitti hin hirkatin.
2730Loading...
08
Obsi dhandhama hadhaa'aa qaba... garuu bu'aan isaa damma caalaa mi'aawaadha.     
2510Loading...
09
Qoradhu Nama namni hin jaallanne!! Dhaqiitii isaan wal bari gaafa itti dhiyaattu akka inni hunda isaanii caalu bartaa..     
2260Loading...
10
Karaa siif danda'ame hundumaan,bakka siif danda'ame hundumaatti,namoota dandeessu hundumaaf, hamma siif danda'ame hundumaan,waan gaarii siif danda'amu hundumaa hojjedhuuf!”..!
2210Loading...
11
Yoom akka deemnu hin beeknu. Haga lubbuun jirrutti gaarii haa hojjennu!
2300Loading...
12
Sammuun qajeelaan yeroo hundafi bakka hundatti yaada filataamaafi foyya'aa barbaada; kaan garuu yeroofi bakka hundatti rakkoofi qaawwaa funaana.
2230Loading...
13
Miidhamni koo baraan Sitti hin ta'iin cubbuu Mannike inni haaraan Sitti haa tolu lubbuu..!
2330Loading...
14
Kaleessi du’eera, bor hin dhalanne. Jiraachuuf yeroon nu qabnu har’a duwwaadha.
2310Loading...
15
Injinariin karaa milkaa’inaa kee ijaaru suma qofa!
2110Loading...
16
Oduun namaaf bakka hin qabu sababnisaas oorbiiti mataa kootii keessan jiraadha waan ta’eef. ••
2100Loading...
17
Rakkoo fi gammachuun Hunduu dhufee darbaa Wantoota gaggaarii Seenaa ka'aa darbaa.
2070Loading...
18
⌛️Namni fayyaa qabu hunduma qaba; hiixatee, tarkaanfatee qaqqaba, yaadee bira gaha! Umurii nuhaa dheereessuu Rabbiin⏳ alhamdulilaah 😎😇 📡Share ✈️Telegram 👇 ✅️ @Abdulaziz_FeesalOfficial Join 👆
4332Loading...
19
Kaleessi yaadannoodha Boru ammoo abjuudha. Namni har'arra dhaabbatee boru jiraatu hin jiru. Namni boru irra jiraate taanan har'a ta'e jechuudha. Kaleessi darbeera. Borus as hin geenye lamaan isaanifuu dhiphachuun kaleessa har'a ta'e of harkaa balleessudha. Hayyuun har'a jiraatetu boru seenaa dubbata. ✈️telegram👇 ✅️ @Abdulaziz_FeesalOfficial Join 👆
4511Loading...
20
"Kan isaan haasa'an waan isaanitti fakkaate malee wantan ani ta'e miti" ✈️telegram👇 ✅️ @Abdulaziz_FeesalOfficial Join 👆
4352Loading...
21
“Today is hard, tomorrow will be worse, but the day after tomorrow will be sunshine.” - #Jack_Ma ✈️telegram👇 ✅️ @Abdulaziz_FeesalOfficial Join 👆
4520Loading...
22
Be Positive Thinker unless and otherwise... a lot of problem will happen ✈️telegram👇 ✅️ @Abdulaziz_FeesalOfficial Join 👆
4350Loading...
23
Jireenya keessatti eenyuu wajjiin akka walitti dhuftuu kan murteessuu yeroo ati keessàa jirtùudha.
1 0520Loading...
24
Qofummaan ifaa kee hin dhaamsu
1 2481Loading...
25
Sammuu fayyaa qabda Sammuu gaarii qabda Faayya gatii guddaa Umurii kee guutuu Isadhaan bareeddaa Qarshiif worqii laaltee Hin jeeqin qaalii kee Halkanii fi guyyaa Kunuunsi Sammuu kee Beekamtii siif Kenna Bakkaa deemtu hundaa Sammuun qabdu taanaan Maalidhaan bareeddaa Maal jetta yaa siistuu Maal jetta oboleessaa Worqii harkaa qabdan Dafaatii kunuunsaa
9942Loading...
26
Dhugaa dubbachuuf dogoggora hojjechuun muuxannoo kee irratti dabaluudhaan lammata irra deebitee dogoggoruu dhiisuu baratta.
8610Loading...
27
Utuu waan barbaaddu argattee yoona eessa jirtaa?
8531Loading...
28
Kan Afaaniin firaa, gabaa iyyuu jira" jedhe Jedhan
8260Loading...
29
You are my love You are my live You are my #all Allah!You are my all.
8130Loading...
30
#Of_Danda'eera ➡️Dandeettii fi humna koo madaalee beekeera ➡️Waanan danda'e hunda cimee hojjachuuf ka'eera ➡️Nama barsiisuudhaan ofiifis barachaa hirkattummas ta'e kadhaarraa ba'eera ➡️Akka namaa gadi hin taanee ofitti amaneera ➡️Kanaaf booda hin jiraadhu eenyuttuu hirkadhee ➡️Kadhaan hin jiraadhuu harka koo diriirseera ➡️Ofiin of naan bulcha kadhattuu hin ta'u nan jiraadha hojjadheera ➡️Of danda'uu kootiin jabeenya argadheera #Subscribe
9321Loading...
31
Abraahim Liinkeen senetiif dorgomee yeroo mo'ame akkana jechuun yaada kenne; "karaan ani irra dhufe babbadaa fi mucuucaataa ture. Millii kiyya na jalatti mucuucaatee namoota kaan karaa irraa maqsaa ture. Ani garuu ol-ka'een mataa koon, "mucuucaachuudha malee kufuu miti!" jedhaan ture. Seenaa ajaa'ibsiisaa kana mee jireenya mataa keenyaa waliin wal bira qabne haa ilaalluu.
9041Loading...
32
Balbalichi ATI banuuf dhiibaa jirtu sun siif haa banamu... ☀️
9181Loading...
33
Namoonni baayyeen jireenya mataa isaanii dhiisanii, waa'ee jireenya nama cinqamaa oolu.
9160Loading...
34
Dubbisii, dubbisuu hin dadhabiin: Hamma jiraattutti addunyaa kanarraa Mudannoo hedduutu fun dura kee jira Nama baay'ee horattaa hiriyaa fi fira Tokko si jaalataa tokko si gurguraa Tarkaanfii jireenya taasiiftuu keessaatti Umurii kee guutuu waggaa lakkooftutti Michuu tokko jira biriyaan dhuma qabne
8992Loading...
35
Siin jaaladha Yoon siin jedhu Sababa saa na hin gaafatiin Maaliif yoo jettee ani gaafan si jaaladhu sababa malee wanaan si jaaladheef
7611Loading...
36
Barii suphii ka'een Si argachuuf jedheen Lafa meeqa dhaqee Gaara fi laga bu'ee
8481Loading...
37
Ofi beekuuf murtoo hin qabduu taanaan yoo ofi beektees humaa hin murteessiti. Barachuun beekuu hin ibsu. Beekuun garuu barachuu ni ibsa. Murtoo sirrii waa'ee eenyummaa kee murteessuuf, tarkanfiin jireenya kee akka kan qilleensaa fi sochii dhiigaa kee illee kan injjifannoof socho'u ta'u qabda.
8730Loading...
38
Onnee koo qabattee Keessa koo dhunfatta Akka tasatti seentee Qaama koo to'attaa Nama jabduu kooti ati Gorsituu waan hundaa Simboo too bareedduu Tan hin qabne mudaa
9041Loading...
39
𝐖𝐢𝐬𝐞 𝐌𝐚𝐧 𝐇𝐚𝐬: 👅 𝐒𝐦𝐚𝐥𝐥 𝐓𝐨𝐮𝐧𝐠 👁 𝐁𝐢𝐠 𝐄𝐲𝐞 and 🦻 𝐖𝐢𝐝𝐞 𝐄𝐚𝐫. 𝐃𝐨 𝐲𝐨𝐮 𝐤𝐧𝐨𝐰 𝐭𝐡𝐨𝐬𝐞? ✈️telegram👇 ✅️ @Abdulaziz_FeesalOfficial Join 👆
9291Loading...
40
Nama addaa tahuudhaaf yoo onnatte, ጥቃትdhaaf/miidhamaaf uf qopheessuu qabda. Nama addaa tahuun gatii guddaa akka nama gaafatu dursitee beekuun waajiba.
1 5210Loading...
Photo unavailableShow in Telegram
👍 1
نمایش همه...
➫ 𝙒𝙖𝙖𝙣 𝙂𝙖𝙖𝙧𝙞𝙞𝙙𝙝𝙖𝙣 𝙄𝙨𝙖𝙖 𝙃𝙖𝙢𝙖𝙖 𝙈𝙤𝙤'𝙞 🔑
نمایش همه...
Maqaa caala hujiitu abbaa ibsa.
نمایش همه...
Bakka gatii kee gadi buusu kamirraayyuu fagaadhu!🤗
نمایش همه...
Nama hundaafuu bu’aan wal-qixaa du’a qofaadha.
نمایش همه...
Akka waan dandeetti hin gabneetti namatti hin hirkatin, akka waan dallaa taateetti namnis sitti hin hirkatin.
نمایش همه...
Obsi dhandhama hadhaa'aa qaba... garuu bu'aan isaa damma caalaa mi'aawaadha.     
نمایش همه...
🫡 1
Qoradhu Nama namni hin jaallanne!! Dhaqiitii isaan wal bari gaafa itti dhiyaattu akka inni hunda isaanii caalu bartaa..     
نمایش همه...
Karaa siif danda'ame hundumaan,bakka siif danda'ame hundumaatti,namoota dandeessu hundumaaf, hamma siif danda'ame hundumaan,waan gaarii siif danda'amu hundumaa hojjedhuuf!”..!
نمایش همه...
👍 1