cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Senaa Dhalotaa Haara

Channel kanaa kessatti pp,senaa garaa garaa,sirbotaa haaraa fi kkf argachu kan dandessanidhaa isiin bichaan share walif godhaa 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

نمایش بیشتر
أثيوبيا10 927زبان مشخص نشده استکتب21 024
پست‌های تبلیغاتی
201
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
+17 روز
-130 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

01:01
Video unavailableShow in Telegram
Daqiiqaa 15 booda ni haqama❗️ Gaaffii kaardii qarshii 200 ti ariifadha 10 + 10 × 0 +10 =❔
نمایش همه...
0.47 KB
💰100💰
💰 200 💰
💰300 💰
💰 400 💰
💰 500 💰
JOIN
نمایش همه...
Ethio Matric

Ethio Matric ለ12ኛ ክፍል ለኢንትራንስ ፈተና የሚያዘጋጅ አፕሊኬሽን ነው። አፕሊኬሽኑን ዳውንሎድ ለማድረግ

https://play.google.com/store/apps/details?id=com.addismatric.addismatric

ከአፕሊኬሽኑ ጋር ለተያያዘ ጥያቄ @ethiomatric_support

نمایش همه...

Iraa barattu join godhaa irra baradhaa,dubbisaa
نمایش همه...
نمایش همه...
NAN BARADHA

NAN BARADHA!! «Barataan yoo jiraate, barsiisaan eessayyuu jira!» ❏ Barnoota walii galaa ❏ Odeeffannoo dinqisiisoo ❏ Seenaa Namootaa irraa Maal Baranna ❏ Xinsammuu fi Dubbii Hayyootaa Guyyaa Guyyaadhaan channel kanaan dhiyaata! @Getu_Abera

Jabbaessi jabaa namaa
نمایش همه...
00:43
Video unavailableShow in Telegram
4.54 MB
Osoo rabbi jedhee amantichaayyu fanaa ballessan.
نمایش همه...
Biree
نمایش همه...
#Hijaabaa_Fi_Barnoota! Manni barnootaa mootummaa barsiistuu #Hijaaba uffatte yeroo xumuraaf hojii akka dhaabduuf akeekkachiise. Barsiiftuu mana baruumsaa Sadarkaa 1ffaa Soor-Ambaa kan taate, barsiiftuu Fatiyaa kan jedhamtu sababaa #Hijaaba uffatteef manni barnooticha akeekkachiisa xumuraa kenneefi. Manni barnootichaa kun xalayaa akeekkachiisaa barreesseef irratti hijaabni hojimaata seeera mootummaan fudhatama hin qabu jechuun uffannaan kee fakkeenyummaaf hin ta'u, dhaloota oomishuuf gahaa miti, barattoota hin maadaalu jedhee uffannaa barsiiftuu kanaa qeeqeera. Itti dabaluunis gochi kun naamusa hojii mootummaa fi mana barnootichaa kan cabsedha jechuun seeranillee kan nama gaafachiisu akka ta'e xalayaa akeekkachiisaa barsiisftuu kanaaf barreesse irratti ibseera. Haaluma walfakkaatuun kutaalee biyyattii garaa garaa keessatti dubartoonni Islaamaa kumaatamaan lakkaawaman sababaa uffannaa hijaabaaf jecha barnoota ala ta'anii jiraachuu isanii gabaasuun keenya ni yaadatama. 📡MIIDIYAA📡 @ABDII_SABAA
نمایش همه...