cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Kebor Multimedia 1

#KEBORMEDIA #Ibsaa_Daandii_Dhugaa Tajaajila Keenna •Odeeffannoo Qulqulluu •Buhaartii •Dinqisiisoo •Barnoota Adda addaa •Gaafi fi Deebii #Keebor Toora Miidiyaa Hawaasaa kan akka FB, ▶https://www.youtube.com/@kebormultimedia3271 t.me/kebormedia fi kkf ir

نمایش بیشتر
پست‌های تبلیغاتی
820
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
+87 روز
+1630 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

Baga Geessan Iid Mubaarak #Kebor Multimedia Ergaa baga Geessanii Shaashamannee Irraa Siif 👇👇👇👇👇👇👇 https://youtu.be/fboOraXQd3k?si=0OE_HVkuz0N1tviz
نمایش همه...
#Ergaa_Baga Geessanii ||Shaashamannee || Irraa Iid Mubaarak||

👍 2
#Guyyaa_Arafaa Maaltu Hojjatama Ustaaz Muzayyan Muhammad #Guyyaa Boruu Guyyaa Soomaati Guyyaa Zikriiti Guyyaa Addaati Ibaadaatti Jabaadhaa #Ammuma Ilaalaa https://youtu.be/3ymvmMyIphU?si=exb_1b0dOeh8c6yj
نمایش همه...
Guyyaa Arafaa || ummata Islaamaa Maaltu irraa Eegama || dhaamsa jajjabaa || Ustaaz Muzayyan

4👍 1
Da'awaa Mana Barumsa Biiftuu Shaashamannee #Ergaa gabaabaa Ustaaz Sheek Muhammad H/Kadiir #Ammuma Ilaalaa 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://youtu.be/1cC4LYR5MpY?si=arugNWuVUYSpuhLe
نمایش همه...
#Da'awaa Barattoota mana barumsa Biiftuu ||Sheek Muhammad H/Kadiir ||

Da'awaa Mana Barumsa Biiftuu Shaashamannee #Walaloo Su'uudii Jamaal Ammuma Dhageeffadhaa 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://youtu.be/KCrxOcEcaAo?si=7MyLagufDlkdCcS2
نمایش همه...
#Da'awaa Mana barumsa biiftuu ||Su'uudii Jamaal || Walaloo||

#Majlisa_Magaalaa_Shaashamannee Leenjii (Hubannoo kennuu ) Danbii Majlisa Oromiyaa Irraa Dhufe irratti #Yaada_Hooggantootaa Kebor Waliin Turtii Godhan Ammuma Ilaalaa 👇👇👇👇👇👇👇 https://youtu.be/fmTBgZBQilM?si=NSYcUmL_Eefacgca
نمایش همه...
#Majlisa_Shaashamannee ||Leenjii Miseensota majlisa Magaalaa Shaashamannee || Yaada Hooggantootaa ||

Manni Maree Dhimmoota Islaamummaa Magaalaa Shaashamannee Leenjii Hubannoo Danbii irratti Kenne. ☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆ Keebor Multimedia Jun 8-2024 ☆☆☆ Manni Maree Dhimmoota Islaamummaa Magaalaa Shaashamannee Leenjii Danbii Ittiin Bulmaataa Majlisa Oromiyaa Irraa Kennameef Irratti Hooggantoota Kutaalee fi Aanaawan Magaalichaatti Argamaniif Akkasuma Koreewwan Masjiidotaatiif Leenjii Kenne. ☆☆☆ Leenjii Hubannoo Kennuu Kanarratti Koreen Ulamaa'ota Magaalichaa, Koreen Majlisaa fi Qaamonni Garagara Hirmaatuudhaan Leenjii Kana Irratti Hirmaataniirani. ☆☆☆ Qooda Fudhattoonni Leenjii Kanaa Sagantaa Kanatti Akka Itti gammadanii fi Waan Seena Tahu Hedduu Akka Irraa baratan Nuuf Ibsaniiru. ☆☆☆ Majlisni Magaalichaa Xiyyeeffannaa Guddaadhaan dhimma Masjiida Abboostootii fi Caasaawwan Gara garaa irratti Xiyyeeffannaan Ijaaruu Irratti kan Hojjataaru tahuu Hooggantoonni Majlisichaa Nuuf ibsaniiru ☆☆☆ Keeboor Miidiyaan Sagantaa Kana Itti dhiheenyaan Uwwisa Taasiseera Yeroo gabaabduu Booda Vedio Isaa Kan Isin Qaqqabsiisu tahuu Isiniif Ibsa ☆☆☆
نمایش همه...
#Short_Message Msr. Abshir Amin #Kebor_Multimedia a true street light look at the story right now 👇👇👇👇👇👇👇 https://youtu.be/ya7UKpmLuYs?si=A0UhA1adv9McUrSa
نمایش همه...
#Short_Message ||Msr. Abshir || Kebor Multimedia |

Da'awaa Barattoota Magaalaa Shaashamannee Mana Barumsa Biiftuu #Ergaa_Addaa Ammuma seenaa Dhageeffadhaa 👇👇👇👇👇👇 https://youtu.be/4nl-qedxDNE?si=lZjeJot0IKhmU1ve
نمایش همه...
Da'awaa mana barumsa Corraa ||Ergaa Bareedaa ||

یک طرح متفاوت انتخاب کنید

طرح فعلی شما تنها برای 5 کانال تجزیه و تحلیل را مجاز می کند. برای بیشتر، لطفا یک طرح دیگر انتخاب کنید.