cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

پست‌های تبلیغاتی
203
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
+17 روز
-730 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

Repost from Noab Digitals
History Grade 11 New curriculum textbook book https://t.me/+6-k0TJwue2syN2Fk
نمایش همه...
نمایش همه...
Ogartiwwaan Kutaa 7ffaa - Apps on Google Play

App og-artiiwwan kutaa 7ffaa guutuu haalla gaariin qophaa'e

👍 1
نمایش همه...
Afaan Oromoo Kutaa 7ffaa 2ffaa - Apps on Google Play

Learn Afaan Oromoo as a second language for grade 7th student

#Ethiopia: Diinummaa guutuu #Oromia keessatti hammaataa dhufe keessatti gareen hidhate mariif waadaa haaromse addisstandard.com/asdailyscoop-a... Waraanni Bilisummaa Oromoo jalqaba torbee kanaa marii marsaa lammataa garee hidhatee fi mootummaa Itiyoophiyaa gidduutti taasifamaa ture kufee booda nagaa fi mariif kutannoo akka qabu ibseera. Mariin kun waliigaltee malee xumuramuu isaa hordofee haleellaa diroonii dabalatee diinummaan hammaataa dhufuu isaa gabaasni mul’ateera. OLA’n yeroo dhiyootti nagaaf kutannoo qabaachuu isaa kan ibse yoo ta’u, waldhabdee waggoota shaniif Oromiyaa keessatti mudate mariidhaan hiikuuf tattaaffiin taasifamaa ture akka itti fufu waamicha godhamee booda.addisstandard.com/asdailyscoop-a
نمایش همه...
#ASDailyScoop: A traveler from Addis Abeba with suspected cocaine worth $700,000 arrested at Hong Kong airport - Addis Standard

The suspected cocaine seized at Hong Kong Airport (Photo: The Government of the Hong Kong Special Administrative Region) Addis Abeba – Customs officers at the Hong Kong International Airport seized about 900 grams of suspected cocaine worth $700,000 from a 48-year-old male passenger who arrived in Hong Kong from Addis Ababa. According to a press …

👍 1
Repost from Obsaa Abdiisaa
00:36
Video unavailable
😂😂😂😂
نمایش همه...
نمایش همه...
Kush Press.Com

G U Y Y A A YAADANNOO J A A L LAGGASAA WAGII WAGGAA 15ffaa ____ — Seenaa Gabaabaa Gooticha Jaal Laggasaa Wagii Meettaa — Jaal Laggasaa Wagii abbaa isaa Obbo Wagii Meetta fi haadha isaa Aadde Buzunaash Ayyaanaa irraa bara 1960,Godina Lixa Shawaa, konyaa Mannaa, Aanaa Shinoo Meettaa Roobii, ganda Kuyyuu Giccii jedhamtu keessatti dhalate. Jaal Laggasaa Wagii umriin isaa barnootaaf yeroo gahu, mana barumsaa sadarka tokkoffaa Bakkamee jedhamuutti kutaa 1-4 barate. Barnoota isaa kutaa 5-8 ammoo mana barumsaa Incinniitti barate. Sana booda gara Finfinneetti deemuun barumsa isaa itti fufuun kutaa 10-11 magaluuma Finfinneeti barate. Jaal Lagassaa Wagii erga barumsa isaa haga kutaa 11ti baratee booda barnoota akkadaamii dhiisee baruumsa Makaanikummaa fi Konkoolaata oofuu bara 1975 keessa barateera. Ogummaa isaa kanaanis hojiilee adda addaa irraatti bobbahuun hojjaachaa ture. Jaal Laggaasaa Wagii hojii daldala irratti bobbahuun magaalaa Dirree Dhawaa keessaati waggaa torbaaf kan jiraachaa turan yeroo tahu, hojiidhuma daldalaa…

نمایش همه...
Mana hidhaa Lij Iyyaasuu: Hambaa seenaa dagatamee viidiyoodhaan

Masaraan Mootii Lij Iyyaasuu kan Itoophiyaa waggoota sadiif bulchan sadarkaa maalirratti argama? Daawwadhaa!

نمایش همه...
'Itoophiyaan ulaa galaanaa argachuuf Eertiraa irrattis tahe Jibuutii irratti rasaasa dhukaasuuf fedha hin qabdu' - MM Abiy

Hidhattooti qawwee qabachuun qabsoo hidhannoo gaggeessaa jiran "osoo nagaa tuffachuu baatan" gaariidha jechuun, karaa nagaatti akka deebi’an Ministirri Muummee Abiy Ahimad gaafatan. Bulchaan Itoophiyaa Kibxata har’aa Paarlaamaatti argamuun gaaffilee miseensoni mana maree gaafataa jiraniif deebii kennan.

Baga nagaahan gara hojii Online dhuftan nama tokko gara liinkii kana affeeruun qarshii 10 argachuu dandeessu. Qarshiin keessan yeroo 100 guutuu baafachuu dandeessu. https://t.me/Hojionlinebot?start=r08292618211
نمایش همه...