cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Firii Qulqulloota

🔈"Warrii #Waaqayyoo_abdiidhaan eegatan garuu #humni isaanii ni #haareffama ;akka joobiraas baalleedhan #ol ni ka'u , ni #fiigu hin dadhaban, ni #adeemu garuu hin dadhaban" Isaa 40:31

نمایش بیشتر
فنلندة2 596زبان مشخص نشده استدین و مذهبی56 763
پست‌های تبلیغاتی
1 362
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
+227 روز
+4830 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

"#Gara_mirgaatin kiyyoo keessan #darbaadha ni #argatu"Yoh 21:6 kanas kan dubbaate #kiristoos erga du'a ka'e booda yeroo #sadaffaa yeroo isaaniti mula'atedha. Yoh. 21:1-6 🌹Kana booddee #Iyyasuus ciisa bishaan #Xiberiyaados bukkeetti ammas #bartootatti of mul'ise; akka kanatti aanee jirutti of mul'ise. 🌹#Simoon_Phexros, #Toomaas inni "Diidimos" jedhamu, #Naataanaa'el inni Qaanaa Galiilaa, ilmaan Zabdewos lamas bartoota warra kaan keessaa walii wajjin turan. 🌹Yommus Simoon Phexros, "#Ani_qurxummii qabuu nan dhaqa" isaaniin jedhe; isaanis, "#Nuyis sii wajjin ni #dhaqna" jedhaniin; gad ba'anii bidiruu yaabbatan. #Halkan sana garuu waan tokko hin qabne. 🌹Erga barii'e immoo #Iyyasuus qarqara bishaanii dhaabatee ture; #bartoonni garuu #Iyyasuus ta'uu isaa hin barre. 🌹 #Iyyaasuus yommus, "#ljoollee_Qurxummii waa of biraa hin qabdanii?" isaaniin jedhe; isaan immoo,"#Waawuu"ykn hin qabnu jedhanii deebisaniif. 🌹Inni immoo, "#Bidiricha bukkee gara #mirgaatiin kiyyoo #darbadhaa ni#argattus" isaaniin jedhe. #Isaanis kiyyicha darbatanii, baay'ina #qurxummii irraa kan ka'es isa #harkisuu dadhaban." Gara #mirgaatin_darbaadha jechuun #yaada keessan #ana irraati #gata ykn anati #amana jechuudha. #Isaanis amananii #qurxumii barbaada bulan yeruuma #tokkicha argata. 1Phe 5:6-7 ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯ 🌹 #Waaqayyo yeroon isaa yommuu ga'u akka ol isin qabutti, #harka isaa isa #aango-qabeessa jalatti gad of deebisaa. 🌹Inni #isiniif waan yaaduuf, #yaaddoo keessan #hundumaa #Waaqayyotti #gataatii dhiisaa." #Dhugumaati baratooni isaa yeroo #yaada isaani isaa irraati gataaniti ykn #amananiti_kiyyoon isaani #guute ol $fuudhu dadhabani jedha. Maatii #waaqayyoo har'a nutis #yaada keenya hundaa #waaqayyoo irraati yoo gane inni #wanta nuf barbaachisu nuf kennaa. #Waaqayyoo_baratoota isaaf #akkaa_of mul'ise har'as #arjumaa ,#jaalala fi #nageenya isaa #nuf haa kennuu. https://t.me/firiqulqulloota "#Wantumaa hundaaf #Waaqayyoof_galanii haa ta'uu ."
نمایش همه...
Firii Qulqulloota

🔈"Warrii #Waaqayyoo_abdiidhaan eegatan garuu #humni isaanii ni #haareffama ;akka joobiraas baalleedhan #ol ni ka'u , ni #fiigu hin dadhaban, ni #adeemu garuu hin dadhaban" Isaa 40:31

#ደብረ_ምጥማቅ (Tulluu #Miixmaaq) 🙏 #Caamsaa_21 kabajama. Guyyaa kanatti haati keenyi qulqulleettiin #Dubroo_Maariyaam biyya Gibxi tulluu #mixmaaq jedhamuu irratti gululaata bataskaana maqaa #isheen ijaaramte irratti markaba #ifa fakkaatuun guyyaa itti muldhattedha. #Namootni baay'een warreen #Kiristaana ta'aaniif warreen amantaa biroo ishee ilaalaniiru. Ishee waliiniis #ergamootnii fi #qulqullootnii ni jiru ture. #Ergamootnis akkas jechaa #galateeffatuun ture, "#Waaqayyoo_Abbaan samii irra ta'ee ilaalee, kan akka kee ta'u garuu hin arganne; #ilma isaa tokkicha gara kee erge,innis sirraa #nama ta'e." #Qulqullootni_wareegamtoonni hunduu gara ishee dhufanii kabaja #isheef ni sagadu ture. #Warreen achi turanis isheedhaan #eebbifamaa turan, kan #abbaa fi #haati jalaa du'e, gara ishee dhufanii #haadha koo ykn abbaa koo nuuf agarsiisi yeroo jedhan ni agarsiistiin turte. #Maarraba isaanii gara haadha keenyaa kanneen darbataniis jiru ture. #Isheeniis kan jaallatte ofitti fudhachaa deebistee kennitiif ture. Isaaniis eebbaaf ni hiratu ture. #Haaluma kanan guyyaa #shaniif Kiristaanootnii fi warreen amantaa biroo ishee ilaalaniiru. #Muldhatni haadha keenya tulluu #mixmaaq jedhamutti muldhatte kun agarsiisa #araarsummaa haadha keenyaa fi namoota #ilma ishee #Kiristoosiin amananiif #abdii kan itti agarsiistedha. #Warreen ishee arganiis akkuma #Qulqulluu_Daawiit faarfatee, ishee dhaan akkas jedhanii galateefataniiru. 🌹🌹🌹Faarf. 87፥2-3 "#Waaqayyo iddoo buufata Yaa'iqoop hunduma caalaa mandara Tsiyoon karra ishee wajjin ni #jaallata. Yaa mandara Waaqayyoo, #wanti_ulfina-qabeessi waa'ee keef ni dubbatama." Har'as #Araarsumaa fi #Eebbii haadha keenyaa Dubroo Maariyaam Hundumaa keenyaa waliin haa ta'uu. https://t.me/firiqulqulloota "#Wantumaa hundaaf #Waaqayyoof_galanii haa ta'uu."
نمایش همه...
Firii Qulqulloota

🔈"Warrii #Waaqayyoo_abdiidhaan eegatan garuu #humni isaanii ni #haareffama ;akka joobiraas baalleedhan #ol ni ka'u , ni #fiigu hin dadhaban, ni #adeemu garuu hin dadhaban" Isaa 40:31

"#Namoonni_hojii keessan isa #gaarii arganii, #abbaa keessan isa samii irraaf #ulfina akka kennaniif #ifni keessan akkuma kanaatti #namoota duratti haa ifu." Mat 5:16 Isaa #Kalleessaa caala har'a hu boonsite Atileet #Latasanbat_Gidey #Kabaja nama Irraa kabaja #waaqayyotu caala #Kennaa biyyaa lafa irraa kan #samiitu caala Ammaas Fiigichaa afuurawaa Dn Fissihaa Kiroos waliin waaqayyoo bara keessan isiinif haa eebbisuu 🙏 https://t.me/firiqulqulloota "#Wantumaa hundaaf #waaqayyoof galanii haa ta'uu."
نمایش همه...
Firii Qulqulloota

🔈"Warrii #Waaqayyoo_abdiidhaan eegatan garuu #humni isaanii ni #haareffama ;akka joobiraas baalleedhan #ol ni ka'u , ni #fiigu hin dadhaban, ni #adeemu garuu hin dadhaban" Isaa 40:31

"#Hangafoota keessan #dubbii #Waaqayyoo isinitti himanii turan #yaadadhaa (#የእግዚአብሔርን_ቃል የተናገሩአችሁን #ዋኖቻችሁን_አስቡ) #Attamitti akka #jiraatan akka du'anis, #jireenya isaanii keessaa wanta argames ilaalaati #amantiidhan isaan fakkaadha. "Ibro 13፥7 #Baga guyyaa #Ayyaana_baafamuu_lafee Abbaa keenyaa #Abuna_Takla_Hayimaanoti caamsaa 12 yaadatame oolu nagaan geessan #Eebbii Fi #kadhannaan Abbaa keenyaa #Abuna_Takla_Hayimaanoti Hundumaa #keenyaa waliin haa ta'uu. https://t.me/firiqulqulloota "#Wantumaa hundaaf #Waaqayyoof galanii haa ta'uu."
نمایش همه...
Firii Qulqulloota

🔈"Warrii #Waaqayyoo_abdiidhaan eegatan garuu #humni isaanii ni #haareffama ;akka joobiraas baalleedhan #ol ni ka'u , ni #fiigu hin dadhaban, ni #adeemu garuu hin dadhaban" Isaa 40:31

"#Iyerusaalemii hin ba'inaa"(#ከኢየሩሳሌም-አትውጡ) H/er 1:4 "#Abdii_abbaan koo isiniif kenne, isa ani #isinitti hime sana eeggadhaa malee, #iyerusaalemii hin ba'inaa" H/er 1:4 #Karaa_Deemtoni_Emaahusis #iyerusaalemiti deebi'ani jiruu...Nutis gara Mana waaqayyoti haa deddebinu Luq 24:14"#Jarri karaatti waa'ee waan #gidduu sana ta'e hundumaa kaasanii, haasa'aa in adeemu turan. ✅ #Utuu isaan haasa'aa, irrattis #dudubbachaa adeemanii, #Iyyasuus ofii isaa isaan bira ga'ee, isaanii wajjinis adeeme. #Iji isaanii garuu, isa akka hin hubanneef ittifamee ture. Yommus #Iyyasus, "Inni #isin walii wajjin haasa'aa adeemtan kun, maali?" jennaan, #nyaara guuranii achuma dhaabatan. Isaan, keessaa inni #Qileyophaa jedhamu, tokko deebisee "Warra #Iyerusaalem jiraatan keessaa waan gidduu kana mandaricha keessatti ta'e kan hin beekne, 'Si'uma# duwwaa dhaa?" jedhe. Inni, "#Waan attamii ti?" isaaniin jennaan, isaan immoo, "Waa'ee #Iyyasuus nama #Naazireet, isa gochatti dubbiittis #Waaqayyoo fi namoota duratti raajii aango-qabeessa ture sana, akka luboonni warri angafoonni, warri biyya seerratanis duuni itti haa faradamuuf dabarsanii isa kennan, akka isa fannisanis. ✅ #Nuyi garuu kan Israa'elin furu isa, jennee #abdannee turre; eyyee, kana hundumaa irratti iyyuu immoo kun erga ta'e har'a guyyaa #sadaffaa isaa ti. ✅Kana malees, warra gara keenyaa keessaa #dubartoonni ganama obboroo iddoo awwaalichaa dhaqan tokko, akka abjuu nu godhan. Isaan achii deebi'anii reeffa isaa awwaalicha keessaa akka dhaban, garuu #ergamoonni_Waaqayyoo itti mul'atanii, '#Iyyasuus_jiraataa dha' akka ittiin jedhan nutti himan. ✅ "#Warra nuu wajjin turan keessaas kaan gara awwaalichaa dhaqanii, akkuma dubartoonni sun jedhan ta'uu isaa baran, isa garuu hin argine" jedhanii itti himan. Inni immoo, "#Isin gowwoota attamii ti, waan raajonni jedhan hundumaas amanuudhaaf yaadni garaa keessanii attam daagii dha. ✅#Kiristoos kun kana hundumaa dhiphatee ulfina isaatti akka galu, barbaachisaa hin turre moo ree?' isaaniin jedhe. Innis macaafa #Musee fi macaafota raajotaa hundumaa keessatti iddoo itti waa'ee isaatiif dubbatu hundumaa isaaniif hiike. ✅ Gara ganda jarri lamaan itti adeemaa turanittis dhi'aannaan, #Iyyasuus akka waan darbee adeemuu fedheetti aggaame. Isaan garuu, "Nu biras buli, galgalaa'ee #aduunis gad sokkiteetti" jedhanii jabeessanii isa kadhatan; kanaaf isaan bira turuudhaaf duukaa ol gale. ✅ Jaraa wajjin #nyaatatti yeroo dhi'aates, #buddeenicha fuudhee, eebbisee, cabsees isaaniif kenne. Yommus #iji isaanii ittifamee kan ture gad dhiifame, hubatanis, inni garuu isaan duraa miliqe. ✅Isaan immoo, "Yeroo inni karaatti nutti dubbachaa, macaafa keessatti kan caafames nuu #ibsaa dhufe garaan keenya ni raafame, mitii ree?" waliin jedhan. #Yeroodhuma sanattis ka'anii #iyerusaalemitti deebi'an; achitti immoo bartoota kudha tokkon, warra isaan biraa wajjin walitti qabamanii argan. #Warri walitti qabaman sun,"#Gooftichi_dhuguma du'aa ka'eera, #Simoonittis mul'ateera" ni jedhu turan. Yommus jarreen #lamaan waan karaatti ta'e hundumaa, yeroo inni #buddeena cabsetti attamitti akka isa #baranis odeessan. #Nutis_iyeerusaalem kan ta'ate gara mana amnataati dedebi'uuf maal haa goonu.. 🌹#1.Akkaa isaanii waa'ee giddiira #kiristoos irraa ga'e yaadachuu . Isaas walii walii keenya hubachisu... Yeroo sana #kiristoos gidduu keenyaati arjumaa isaan ni argama. Maat 18:20 “Iddoo namoonni #lama yookiis #sadii maqaa kootiin walitti qabamanitti, ani achitti isaan gidduutti nan argama" jedheraa kiristoos . #2.#Akkaa isaanii nutis barumsaa #raajotaa , duuka bu'oota fi #abboota barachuufi gaafachuun hubachuu qabna. Isaan erga hubatanii laphee isaanii waa'ee #kiristoos gubacha ture wan ta'ef. 🌹#3.Akkaa #isaanii nu waliin bulii jennee kadhachuun. Isaanif #ijii isaanii kan ifeefi #waaqumaa #kiristoosfi du'a ka'umsaa isaa kan hubaatan yeroo innii #buddeena cabsee kennuufi ture. Nutis #buddeena bara bara kan ta'ee gaabbii galee #foonii fi #dhiiga isaa yeroo fudhaanu ijii laphee keenya nuf banama https://t.me/firiqulqulloota "#Wantumaa hundaaf #Waaqayyoof galanii haa ta'uu."
نمایش همه...
Firii Qulqulloota

🔈"Warrii #Waaqayyoo_abdiidhaan eegatan garuu #humni isaanii ni #haareffama ;akka joobiraas baalleedhan #ol ni ka'u , ni #fiigu hin dadhaban, ni #adeemu garuu hin dadhaban" Isaa 40:31

02:38
Video unavailableShow in Telegram
Photo unavailableShow in Telegram
. [ #ነገረ_ምስለ_ፍቁር_ወልዳ ] "ነገረ ምስለ ፍቁር ወልዳ" ማለታችን ጌታችን እንዳቀፈች በሚታየው በእመቤታችን ስዕል ዙሪያ ያሉትን ምስጢራት የሚያብራራ ጽሕፈት ስለሆነ ነው! እንግዲህ ይህ content ከወጣ ጊዜ ጀምሮ ለመማሪያ እንዲሆነን ለ "5"ኛ ጊዜ ደግመን ፖስተነዋል! ይህም በእመቤታችን ምስለ ፍቁር ወልዳ ዙሪያ ያሉትን ምስጢራት ሁላችንም እንድንረዳው ስለሚየስችለን፣ ይህን ታሳቢ በማድረግ በማሳጠር በአጭር አማርኛ የተጻፈ እና ሌሎች ትርጓሜዎችም ያሉት መሆኑን አንባቢው ያስተውል!! በተጨማሪም ለአረዳድ ያመች ዘንድ በስዕሉ ላይ ቀስትን ከቀስት ለይቶ መመልከት ተገቢ ነው! #ሀ > አክሊለ ብርሃን፦ የቅድስና ምልክት ሲሆን ይህም በሁሉም የቅዱሳን አናት ላይ ተደርጎ የሚሳል እና ቅድስናቸውን፤ መንፈስ ቅዱስ ያደረባቸው ( ማህደረ መንፈስ ቅዱስ ) መሆናቸውን የሚያመለክት ነው! #ለ > የእመቤታችን ከውስጥ የምትለብሰው ቀይ ልብስ፦ አረጋዊ ስምዖን በነፍስሽ ሰይፍ ያልፋል እንዳላት ጌታን ከፀነሰች ጀምሮ ከእርሱ ጋርም የደረሰባትን ሀዘን፤ ጭንቁን፤ መከራዋን ሁሉ የሚያመለክት ሲሆን አንድም እሳተ መለኮትን በውስጧ የተሸከመች መሆኗን ያመለክታል!! #ሐ > በእመቤታችን በስተ ቀኝ ትከሻዋ ላይ ያለው ኮከብ፦ ጊዜ ፀኒስ ድንግል መሆኗን ያመለክታል! #መ > የጌታ ሁለቱ ጣቶች፦ ሁለቱን የጌታ ልደታት ማለትም፦ 1) ቅድመ ዓለም ከአብ ያለ እናት፤ 2) ድኅረ ዓለም ያለ አባት ከእመቤታችን ከቅድስት ድንግል ማርያም መወለዱን ያመለክታል! #ሠ > እመቤታችን በእጇ የምትይዘው መሐረብ ወይም ሰበን፦ ለቶማስ የስጠችውን እና አባቶች በእጅ መስቀላቸው ላይ የሚይዙት የሰበኗ ምሳሌ ነው! #ረ > እመቤታችን ከላይ የምትለብሰው ሰማያዊ ልብስ፦ አንድም እንደ ሰማያዊያን በፍፁም ቅድስና የተገኘች እና አንድም ሰማይና ምድር የማይወስኑትን አምላክ በማህፀኗ የተሸከመች ዳግሚት ሰማይ መሆኗን ያመለክታል! #ሰ > የእመቤታችን ሁለቱ ጣት፦ በነፍስም በሥጋም በሁለት ወገን ድንግል (ድንግል በክልኤ) መሆኗን ያመለክታል! #ሸ > ከእመቤታችን ከእራስ ላይ ያለው ኮከብ፦ ቅድመ ፀኒስ ድንግል መሆኗን ሲያመለክት በተመሳሳይ ጌታ በተቀመጠበት በስተ ግራዋ አቅጣጫ ትከሻዋ ላይ ባማይታይ መልኩ ከውስጥ አንድ ኮከብ አለ፤ ይህም ድኅረ ፀኒስ ድንግል መሆኗን ያመለክታል! #ቀ > በእመቤታችን እራስ ላይ ያለው ዘውድ፦ አባቷ ዳዊት " የወርቅ ልብሷን ተጎናፅፋና ተሸፋፍና ንግስቲቱ በቀኝህ ትቆማለች " እንዳለ ጌታን በመውለዷ የሰማይም የምድርም ንግስት መሆኗን ያመለክታል! #በ > በእምቤታችን በልብሶቿ ላይ ያለው የወርቅ መጎናፀፊያ፦ ቀድሞ በብሉይ ታቦተ ፅዮን በወርቅ ትለበጥ እንደነበረ፤ እንዲሁ አማናዊት ታቦት እመቤታችን በንፅህና እና በቅድስና ያጌጠች የተለበጠች መሆኗን ያመለክታል! #ተ > በጌታ እጁ ላይ ያለው መፅሐፍ፦ ጌታ እየዞረ ያስተማረው የወንጌል ምሳሌ፤ አንድም ቸር እውነተኛ መምህርም እርሱ መሆኑን የሚያመለክት ነው!! [ የእመቤታችን ዘላለማዊ አማላጅነቷ በነፍስም በስጋም አይለየን አሜን ] Oô Màryâm Lâmmà Sëbèktânï
نمایش همه...
Photo unavailableShow in Telegram
#እናቴ_ሆይ "ደስ ብሰኝ ባንቺ ደስ እሰኛለሁ፤ ባዝንም ባንቺ እፅናናለሁ፤ መከራና ችግርም ቢያገኘኝ ወዳንቺ እጮሃለሁ።" (#አባ_ጊዮርጊስ_ዘጋስጫ - በመጽሐፈ አርጋኖ)
نمایش همه...