cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Waa'ee Seeraa Quba Qabduu lataa

Dhimma Seeraa Qofaa

نمایش بیشتر
فنلندة3 193زبان مشخص نشده استآموزش88 540
پست‌های تبلیغاتی
730
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
+47 روز
+1930 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

Inni kun qabeenya yakkamaa to'annoo jala oolchuudha. Gadi fageenyasaaf kwt 98 dubbisuun nii dandaa'ama. 2. Hojii humnaa,,,compulsory labour Yeroo itti yakkamaan qarshii ykn maallaqa kaffaluu dadhabutti ykn fedhii dhabutti, kan yakkamaan adabamu ta'uus nii danda'a. Waggaa lama caaluu akka hin qabne seerichi tumeera. Kana malees haalotni ilaalamuun bakka hidhaa salphaa fi bakka yakkamaan hawaasaaf balaafamaa hin taanetti ajajamuu nii dandaa'ama. Bakka hidhaa salphaa adabni hojii dirqamaa ji'a ja'a caaluu hin qabu. Yaadi kun bifa biraan kwt 107 irratti eeramee jira. Inni biraan adabi hojii dirqamaa akka adabbii salphisuuttis yeroo ilaalamu nii jiraata. Kwt 179 Adabbiilee bilisummaa mulqan,,,, 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/SeenaafiseeraafHojjennan003211
نمایش همه...
Waa'ee Seeraa Quba Qabduu lataa

Dhimma Seeraa Qofaa

💯 3
Madda galii mootummaati 2. Rakkoo mana amala sirreessaan wal qabatee jiru nii hir'isa 3. Mootummaan baajata mana amala sirreessaaf ramadee jiru gara hojii birootti naannessuu danda'a. 4. Gama yakkamaan immoo, yakkamaan sun qarshii kafaluun erga adabamee booda gara hojii hojjechuutti deebi'uu nii danda'a. Faayidaalee kanneen oliif yeroo adabbiin qarshii akka filannootti jiraatu, manneen murtii gara qarshiitti akka adabbii naannessan ykn filatan nii godhama. Bu'uuruma kanaan adabbiin maallaqaa yeroo murtaa'u adabbichi haga dandaa'ame yeroosuma raawwatamuu qaba. Yakkamtichi yoo hin qabaatin wabii akka dhiyeessu nii dirqisiifama. Adabbii diinagdee waliin walqabatan keessaa qarshii biratti inni biraan,, 1. Forfeiture (confiscation ) Yakka dalaguuf qabeenya gargaarame ykn bu'aa yakkaa qabeenya ta'e sassaabuu. Kontirobaandiin fkn isa duraati. Konkolaataadhaan kan socho'u yoo ta'e konkolaataa sana galii gochuus nii dabalata. Kwt 98 fi 100,, Hiikni kallattii jecha confiscation jedhuu,, qabeenya kallattiin ykn alkallattiin yakka raawwatamerraa argame yeroo ta'u, ,, jechi forfeiture jedhu immoo kwt 100 jalatti, galii ykn waan qabatamaa ykn financial waan ta'e kan yakkamaaf kenname ykn kennamuuf deemu hunduu mootummaaf galii akka ta'u kan jedhuudha. Inni biraan haalota barbaachisoo ta'an kan guutu yoo ta'eef hojiirra kan oolu sequestration of property isa jedhamuudha. 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/SeenaafiseeraafHojjennan003211
نمایش همه...
Waa'ee Seeraa Quba Qabduu lataa

Dhimma Seeraa Qofaa

💯 2🤗 1
Akkam jirtu? Seerichi principal punishment (adabbiilee sadarkaa duraa) warreen jedhee kaa'e muraasa ha ilaallu. Diinagdee yakkamaa sanaa tuquun adabbii taasifamu (pecuniary penalities). 1. Qarshii (fine) Qarshii sababa yakkamaan hawaasa yakka hojjechuusaatiin miidheef mootummaaf galii ta'uudha. Kwt 90. Qarshiin akka kaffaluuf murtaa'u haala diinagdee yakkamtichaa, itti gaafatama maatii yakkamtichaa, haala galii yakkamtichaa fi haga yakkichaa fi kkf  ilaalcha keessa galchuun murtaa'uu akka qabu seerri jiru kaayee jira. Dhimma dhaabbata (juridical person) waliin walqabatee gravityiin yakkichaa, qabeenya dhaabbatichaa, fi hojii dhaabbatichi irratti bobba'ee jiruufi kkfn dhimma adaba maallaqaa dhaabbataan wal qabateen ilaalcha keessa galuu akka qabus seerichi nii ibsa. Nama uumamaaf qarsh. 10 haga 10,000,,,,,,dhaabbataaf qarshii 100 haga 500,000.00 Sanas ta'u sana, adabbiilee kanneen biroorra adabbiin maallaqaa faayidaa ofii isaa kan qabu yeroo ta'u, 1. Madda galii mootummaati 2. Rakkoo mana amala sirreessaan wal qabatee jiru nii hir'isa 3. Mootummaan baajata mana amala sirreessaaf ramadee jiru gara hojii birootti naannessuu danda'a. 4. Gama yakkamaan immoo, yakkamaan sun qarshii kafaluun erga adabamee booda gara hojii hojjechuutti deebi'uu nii danda' 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/SeenaafiseeraafHojjennan003211
نمایش همه...
Waa'ee Seeraa Quba Qabduu lataa

Dhimma Seeraa Qofaa

💯 3👍 1
Gosoota Adabbii( types of punishment ) Akkuma beekamu akka seera yakkaa jiruutti adabbiin gosa gurguddaa lamatti qoodamee jira. 1. Adabbii sadarkaa duraa ( principal punishment ) fi 2. Adabbii sadarkaa lammaffaa (secondary punishament) Jedhamu. Principal punishment ,,adabbiileen sadarkaa duraarra jiran; Adabbii qarshii ykn qabeenyaan walqabatuufi waliigalatti diinagdee kan ilaallatu yeroo ta'u, hojii dirqamaa, adabbiilee bilisummaa dhabsiisan fi adabbiin du'aa adabbii sadarkaa duraa warreen jedhaman yoo ta'u, Warreen sad. 2ffaa immoo dhiifama, mirga mulquu, dheekkamsa, akeekkachiisaafi warreen biroo seerichi kaa'ee jiru dha. Tokko tokkoon isaanii kutaa itti aanutti ilaalla 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/SeenaafiseeraafHojjennan003211
نمایش همه...
Waa'ee Seeraa Quba Qabduu lataa

Dhimma Seeraa Qofaa

💯 4
Gosootaaf maalummaa adabbii osoo hin ilaalin dura, adabbii kennuun dura wantooti ilaalamuu qaban; 1. Seen-duubee yakkamtichaa ( the antecedent of the criminal ) Namni yakka yeroo jalqabaaf hojjeteefi namni irra deddeebiin yakka hojjetu adabni isaanii adda adda ta'uu qaba. Kunis kaayyoon seera yakkaa akka galma gahuuf kan ta'uudha. 2. Sadarkaa barumsaa yakkamtichaa Haqni akka hin dabne gochuuf nama barateefi nama hin baranne yakka walfakkaataadhaaf adaba walfakkaatu kennuun sirrii miti. Namni barate isa hin barannerra adaba fooyya'u argachuun hin malaaf. 3. Haala yakkichaa ( the gravity of the crime) Inni kun waliigala raawwii yakkichaa kan haammatuudha. Yakka ajjeechaadhuma fkn yoo fudhanne, ajjeechaan kallattiif alkallattiin  yaadamee godhamu jira, kan dagannoon raawwatamus hunduu garuu adabni yakkichaaf kennamu adda adda ta'uu akka qabu seericharraa nii hubatama. 4. Kakaastoo ykn fedhii fi faayidaa yakkichaa ( motive and purpose) Yakkichi raawwatamuunsaa fedhiifi faayidaan dudduuba jiru hawaasaaf haalaan badaa yoo ta'e, adabni isaas caaluu qaba. Fkn haaloo bahuuf yakki godhamu hawaasichaaf badaadha. 5. Haala yakkamtichaa( the dangerous disposition of the criminal) Yakkamtichi hawaasaaf balaafamaa yoo ta'e adabnisaas akkasuma isa caalu ta'uu qaba. 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/SeenaafiseeraafHojjennan003211
نمایش همه...
Waa'ee Seeraa Quba Qabduu lataa

Dhimma Seeraa Qofaa

👏 2💯 2
5. Inclusive theory ( tiyoorii haammataa) Tiyooriin olii hundi haga jechuun dandaa'amutti hunduu dadhabina mataa isaanii qabu. Tiyooriin inni kun garuu wantoota posative ta'an keessaa fuffudhachuun tiyoorii hunda haammataa isa ta'eedha. Fakkeenyaaf kaayyoon seera yakkaa jiruu inni ifaan barraa'ee jiru jiilchuu (deterring) fi haaromsuu (Reformation ) akka ta'e kwt 1 irraa nii hubatama Haqa yoo hin tikfne haqni nu hin tiksu 👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/SeenaafiseeraafHojjennan003211
نمایش همه...
Waa'ee Seeraa Quba Qabduu lataa

Dhimma Seeraa Qofaa

3 1💯 1
Photo unavailableShow in Telegram
Exit Exam Barattoonni Seeraa wg 5ffaa hunduu baga gammaddan baga injifattan jechuun barbaada. Qophii barbaachisaa godhaa turtanii nagaadhaan qormaatarra teessanii waan itti amantan filattanii jirtu! Kun injifannoo guddaadha. Gahanii waan danda'anu hojiitti hiikuun dhugaatti injifannoo guddaadha. Baga injifattan!!! Baga irra aantan!!! Baga Rabbi isin gargaare. Bu'aasaallee gammachiisaa isiniif haa godhu!
نمایش همه...
💯 6 1❤‍🔥 1
3. Rehabilitation ( haaromsuu) Maaltu yakkamaan akka yakka godhuuf isa kakaase? Mee seenaa, yaadamaa fi rakkoo yakkamaa ha sakattaanu. Kaayyoon tiyoorii kanaa yakkamaa sana haaromsuudha. 4. Incapacitation ( humna dhabsiisuu) Yakkamaan yakka dabalataa akka hin hojjenneef isa ugguruu ykn humna dhabsiisuu Yakkamichi akka yakka kan biraa hin hojjenneef dhaabbataanis ha ta'u yeroodhaaf bakka ta'e tursuus ha ta'u isa diduudha. Tiyoorii kanaan wal qabatee adabbiin ka'u Adabbii du'aati. Kunis yakkamaa sana hawaasa keessaa remove gochuudhaan yakki biraan akka hin raawwatamne godhuudha. 👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/SeenaafiseeraafHojjennan003211
نمایش همه...
Waa'ee Seeraa Quba Qabduu lataa

Dhimma Seeraa Qofaa

💯 2 1
2. Deterrence (gaabbisiisuu) Tiyooriin inni kun kan jedhu, yakki dabalataa akka hin raawwatamneef isa duraa yakkamaa sana jiilchuufi isa biroo immoo yakkamaa sana akka fakkeenyaatti fayyadamuun hawaasa barsiisuudha. Kanaafuu akka retribution osoo hin taane fuulduree yakkamaa tokkootti boca baasuu tiyoorii kaayyeffateedha jechuudha. 👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/SeenaafiseeraafHojjennan003211
نمایش همه...
Waa'ee Seeraa Quba Qabduu lataa

Dhimma Seeraa Qofaa

🤝 1
EXIT EXAM 2023.pdf9.83 MB
یک طرح متفاوت انتخاب کنید

طرح فعلی شما تنها برای 5 کانال تجزیه و تحلیل را مجاز می کند. برای بیشتر، لطفا یک طرح دیگر انتخاب کنید.