QARA QALBII
Qarri Qalbii Qarooma Qaba. Dharri Qalbii Dognooma Qaba.! Anis, Atis, Nutuu,Qara Qalbii Haa Qabaannu.!
نمایش بیشتر358
مشترکین
-124 ساعت
-17 روز
+1730 روز
- مشترکین
- پوشش پست
- ER - نسبت تعامل
در حال بارگیری داده...
معدل نمو المشتركين
در حال بارگیری داده...
"Baay'ee gaafadhu, garuu waan dhiyaatu fudhadhu."
━━━━━━━━━━━
QARA QALBII
QARA QALBII
▬▬▬▬▬▬▬▬
❤ 1
Photo unavailableShow in Telegram
DILBII GALATA WAAQAYYOF.
Guyyaa eebbifamaa waqeeffanna humna qabeessa.🎤🎧🎹
Good sunday!
#IRRAA_BARI
Gufuun si dhahuu isaatti hin gaddiin deemsa irra jirtuu caalatti akka ati susuktee, fiigduuf si yaadachisuu isaati.
#Deemsake hin dhaabiin!
"Afaan Gaariif Afaan Gaarin Abbuma fayyada"
................................
Q R Q B
.................................
Sagaleenke boolla keessa nama baasa achi keessa eenyut aamane qaana'ee ananoo kanan na gahe......🎤🎤🎤🎤
❤ 4
Photo unavailableShow in Telegram
JUNE 22.
😩😣 Haceeko si eegeen dadhabee .......×2 Hayyuu sabaati innii.......×2😣
Hin dagatiin gaafa waa'ee nama yaaddee hamma nama sanaa xiqqeessun dirqama ta'ee sammuu kankeetti bocamu, ati garuu yeroo akkasii nama sanaan gad akka jirtu hin dagatiin. kanaaf nama komachu samuunke dirqama gaafa sitti kennu kana irratti walii galtee diddee ofin of argachuun dirqama sitti ta'uu qaba.!
▬▬▬▬▬▬▬
#QARA_QALBII
▬▬▬▬▬▬▬
https://t.me/Thinkgloablly
👍 2
ABDII QABAACHUU !!
━━━━━━━━━━━━━━
❏ Wantoota guddaa sodaachisoo ta'an keessaa tokko abdii kutachuudha. Utuu jiranii abdii kutachuun farra dhala namaati. Namni utuma lubbuun jiruu, utuu soorata nyaatee jiraatuu abdii kutata taanaan mataa isaattis, maatii isaattis, biyya isaattis, addunyaa irra jiraatuttis ba'aa sodaachiisaa ta'a. Kanaaf
abdii kutuurra mormaa cituu wayya. Sababni isaa jiraa abdii dhaberra isa du'e wayya waan taheefi. Ariifattee na jalaatii hin aariin ragaan waan deeggaramen dubbadhaa jiraati.
Inni du'e seenaa isaa, karoora isaa, waanuma isa ilaalu hundumaa fudhatee gara lafa jalaatti waan darbeef bu'aas miidhaas hin fidu.
❏ Jiraan abdii dhabe garuu bu'aa yoo dhabes miidhaa qabaafan, "jiraa abdii dhabe irra du'aa wayya" jedhe.
Namni Nyaata Addunyaa Kanaa nyaatee, dhugaatii ishee dhugee, biyyoo addunyattii irra miilla isaatiin adeemee, oksiijinii tolaatiin jiraatee faayidaa guutuu argachaa ofiisaatif faayidaa dhaba. Kanaaf addunyaan kun karaa nama kanaa kisaaraa olaanaa keessa jirti jechuudha. Adaraa kee obbolee koo hamma hafuura baafattutti abdii hin kutatin! Tolee? Waliif galleerra mitii?
❏ Goototni yeroo baay'ee karoora isaanii jijjiruu irra lubbuu isaanii kennu. Kana jechuun lubbuu isaanii caalaatti karoora isaanii jaallatu jechuudha. Karoorri kee qabeenya keeti, kanaaf karoora keef jiraachuutti abdii hin kutin.
Wantoota abdii nama kutachiisan keessaa tokko KUFAATII dha. Yoo itti fayyadamteef kallattiin milkaa'inaas kufaatiidha.
Sababni isaa namni kamiyyuu kufaatii irraa barachuu waan danda'uuf kufaatiin barsiisaa namaa isa hangafa.
Fakkeenya Namoota Kufanii Milkaa'anii Keessaa:
❍ ROBERT KIYOSAK dureessa Ameerikaa keessaa tokko. Garuu Robert yaalii investimentiin yeroo meeqaaf meeqa nama kisaaredha.
❍ TOMAS EDISEN balbii elektrikaa hojjechuuf si'a 10,000 yaalee kufee nama milkaa'eedha.
❍ ABRAHAAM LINKEN Pireezidaantii Ameerikaa ta'uuf waggaa 22ffaa isaa irraa eegalee dorgomee moo'amaa waggaa 52ffaa isaatti pireezidantii Ameerikaa tahe.
Isaan kunii fi kanneen biroo obsumaan irra deddeebi'an malee waan kufaaniif karoora isaanii hin fannifne.
❏ Kanaafuu abdii kutachuutti wanti si oofu diina kee isa karaatti si hambisuu barbaadu qofaadha.
Hin gowwomin ati michuun amanamaan waaqa kee gadiitti karoora kee akka ta'e hubachuun yoo kuftellee hin gadhiisin wajjin kufii ka'i!
Utuu waan meeqaaf abdatamtuu haalatti amantee karaa dhaabbattee haftaa?Matumaa karaa dhaabachuuf dhiisuun suma harka jira.
Haala yeroon jijjiirutti hirkatta taanan utuu ija hin godhatin hafta, seenaa kees biddeen ati nyaattee balleessiteef boolla awwaalaa isa si abaaraa hafu qofatu yaadata.
❏ Haala ilaaltee abdii hin kutatiin abdii hin kutatin ammas abdii hin kutatiin !!!
Haalli har'aa hin amanamu:
➲ #Har'a hiyyessa yoo taate bor ni sooromta.
➲ #Har'a uffata gahaa hin qabdu yoo tahe bor irraa hafaa qabaatta.
➲ #Har'a miilla qullaa deemta yoo tahe bor kophee jijjirtee keewwaattam!
➲ #Har'a hojii hin qabdu yoo ta'e bor hojjetaa hedduu qacarta!
➲ #Har'a baasii geejjibaaf yoo dhabdeyyuu bor konkolaataa kee yaabdee adeemta!
➲ #Har'a nama si jaallattu hin qabdu yoo ta'eyyuu bor baay'ina fira keetif dhiphatta!
➲ #Har'a utuu biyyi kolfuu yoo boosseeyyuu bor yeroo biyyi boo'u kolfuuf jirta!
➲ #Har'a gurguddoota biyyaa hin beektu yoo ta'eyyuu bor nama guddaaf beekamaa taata.
Kanaafuu haala keessa jirtutti gammadi wal'aansoo qabi, moo'ichi nama wal'aansoo qabu bira jira.
Moo'ichi guddaan immoo aarii fi dafqaan utuu hin taane karaa OBSAA argama.
Kanaafuu abdii kutuu caalaa obsa uffachuun daawwaa milkoomina keetii. Cr Dachaasaa Guddataa
👍 1
Maqaan Ganamaa Kutaalee Magaalaa Finfinnee fi kan biroo 130 Kunooti! (the original list names of Finfinnee Sub-city )
===============
1. FINFINNEE ~ Addis Ababa
2. AGAMSA ~ Markaatoo
3. BADDAA EJERSAA ~Ras Kaasaa Sefer
4. BAAROO KORMAA ~ Xuqur Anbassaa
5. BIRBIRSA GOOROO ~ Piassa
6.Caffee Araaraa ~sidist kiiloo
7. CAFFEE aannanii ~ Meksiikoo
8. CALCALLI ~ Saar-bet
9. DAALATTII ~ 4-kiiloo
10. DILDILA ADURREE ~ Inxooxxoo
11. GARBII ~Senga-taraa
12. GOLBOO ~ Ceerqoos
13. GULALLEE BADHAASOO ~ Qeeraa
14. HURUFA BOOMBII ~ Jaan-Meedaa
15. QARSAA ~ Kaasaanchis
16. ADOOLAA ~ Kibre-Mengist
17. BULEE HORAA ~ Hagere Maariyaam
18. EJEREE ~ Addisaalem
19. ROOBAA ~ Nifaas Silk
20. ADAAMAA ~ Naaziret
21. CIROO~ Asebe Teferi
2.BISHOOFTUU~ Debre zeeyit
23.BOTEE~Maqii
24.BAATUU~Ziwaay
25.Amboo~Hagerehiwoot
26.Sabbataa~Alamganaa
27.Hoolotaa~Gannat
28.Walisoo~Gihoon
29.Tulluu eegduu~Menagesha
30.Haroo sabbuu~Alem teferi
31.Roobee~Goobbaa
32.Lammii~Lamii
33.Birbirsa~Georgis Church
34.Dhekkaa~Yeka
35.Dhooqa booraa~22 mazoria
36.Doobbii~Qacanee
37.Laga harree~Laga haar
39.Dabbassoo~mashalookiyaa
40.Haroo maayyaa~Alemaya
41.Bakkanniisaa~Mekanisa
42.Bookee~Bethel
43.Qarree Gowwaa~Gohatsion
44.Haxaa
ii~Axaayyee
45.Abbaa Guuguu~Aarbaa guuguu
46.Dirree Dho
aa~Dire dawa
47.Karaa Maraa-Kaarra Maarraa
48.Saa Gurree~Saaguree
49.Naqaa dallaa~Maqdela
50.Melka jaldu~Melka Jebdu
51.Naqamtee~Lekemte
52.Karaa Qoree~Karaa Qorree
53.Illuu Abbaa Booraa~illuubaaboor
54.Oboraa~Waabaraa
55.Dhedheertuu~Dertu
56.Yaa
a baloo~Yabello
57.Qolan Koomii~Welenkomi
58.Hara Dambal~Zway
59.Cuqqaalaa~Ziqualla
60.Mataaharaa~Metehara
61.Arsii~Aruusii
62.Bishaan Diimaa-Bisdiimoo
64.Qoqaa~Koqa
65.Mandayyoo~Fasil Awuraja
66.Bishaan Dhinsaa~Yilman Dinsa
67.Haqaaqi~Akaki
68.Irreensaa~Gudeellaa
69.Shaamboo~Shaambuu
70.Ilaalibalaa~Lalibela
71.Fincaa
aa~Finca
72.Abboomsaa~Tinsae birihan
73.Hora~Filwuha
74.Hawaas~Awash
75.Qaalluu~Kality
76.Laga Qamalee~H/Giorgis Dildiy
77.Wal-arga~Wellega
78.Tulluu Daalattii~Tiliku Betemengist
79.Addababa
ii~Adebabay
80.Qilee~Asko
81.Suluula Garbii~T/Haimanot 82.Awwaaroo~Aware
83.Adaamii~Rufael
84.Didiimtuu~Shegole
85.Waddeessa~Chercher Godana
86.Tulluu Ejersaa~Hanna Mariam
87.Lumee~St.Joseph
88.Labuu~Siga meda/Tatek
89.Laaftoo Tumtuu~Buna Board
90.Tulluu Dheertuu~Gofa Betemengist
91.Tulluu Heexoo~Buufata Poolisii Jahaffaa
92.Laalii~Intoto Mariam
93.Burqaa Ejersaa~Faransay Imbassy
94.Caffee Muudaa~Lideta
95.Dhakaa Araaraa~sherathon & Hilton area
96.Dolloo Buddeenaa~Gotera,Wello sefer
97.Dhummuugaa~Ginfille
98.Fiichee~Xalian mishig
99.Golbaa~Addis ketema
100.Hadaa~Tele,Garaj,Cerkos Betekiristan
101.Harawa~kaca Fabirika
102.Harbuu~Gurd Shola
103.Harbuu Irreessaa~Ras
Hailu Sefer
104.Hulluuqa Kormaa~Istifanos
105.Jaajaa~Bihere Tsige
106.karaa Qorxii~Belay zeleke Qilxu straight
107.Burqaa Qorichaa~Yeka Michael,Around
Kebena river
108.Hurufa Raaree-Around Bus Station/Autobus Tera
109.Keelloo Masqalaa~Around 4-Kilo Campus
& Betekiristan area
110.Riqicha Alloo~Engliz & Russia Embassy
111.Caancoo/Arsii~Debre Selam
112.Bulikaa~Bulga
113.Collee~Debre Sina
114.Dheedheeraa~Dadar
114.Erar~Yarar
115.Gaara sibiiluu~Minilik Gibbii
116.Hankoober~Ankober
117.Goodaa Boombii~Tatek Defer
118.Bubbee~Yirga Dejen
119.Ganda Aliyyuu~Gandaliyyuu
120.Haadha Adii~Adaadii
121.Walda`a~Woldiya
122.Madaaroo~Ayertena
123.Kuukkuu~Hagere Marian
124.Jajjuu~Yejjuu
124.Tulluu Diimtuu~Bahita Gebriel
125.Tulluu Maraa~Tulluu Amaaraa
126. Wacaalii~Wucaalee
127. Waabee Shabal-Waabee Shebele
128. Malkaa Abbooshee~Baambiis
129. Mandooyyee-Baalee-Faasiil
130. Xarroo ~Atana Tera
Maddi: Kan Dubbifne Irraa!
Via; #Yowobsan_Abebe
Walaloo fi jechoota jaalalaa, Barnoota, Seenaa, Haqa qabataa jaalalli qabu, akkasuma utubaa jiruuf jireenyaa kan ta'e gorsa hayyootaa fi jechoota xiinsammuu adda addaa argachuuf karaa liinkii asii gadii #join gochuun nu hordofaa.
Telegram👇
╔════════════╗
➡️Qaroo_Waamaraa💌
╚════════════╝
♻️#Join & 🔗#SHARE godhaa...!
👇👇👇👇👇👇
https://t.me/ForAllthingsEye
And👆👇👆👇👆👇👆👇
https://t.me/ThinkgloabllyQaroo Waamaraa
Akkan taanes; akka taanus taaneerra! akki ta'uu qabnu si'achi. Akka ta'uu qabdu ta'uuf Qaroo Waamaraa qabaadhu. Galmi keenya boruu guddaa-dha. Masaraa jabaas ijaaraa jirra. As-goraa itti hirmaadhaa!
👍 2
یک طرح متفاوت انتخاب کنید
طرح فعلی شما تنها برای 5 کانال تجزیه و تحلیل را مجاز می کند. برای بیشتر، لطفا یک طرح دیگر انتخاب کنید.