fa
Feedback
TAERA DIGITAL SKILL

TAERA DIGITAL SKILL

رفتن به کانال در Telegram

Welcome to my channel! Here, you’ll learn everything about Graphics Design, Video Editing, Artificial Intelligence (AI), Technology, and Online Work. I teach you how to use digital tools, earn income online, and grow your career with modern tech skills. B

نمایش بیشتر
4 297
مشترکین
-624 ساعت
-127 روز
-5930 روز
آرشیو پست ها
New Video 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://youtu.be/YKBmuOSSSrA https://youtu.be/YKBmuOSSSrA
New Video 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://youtu.be/YKBmuOSSSrA https://youtu.be/YKBmuOSSSrA

. NEW VIDEO LOADING....... https://www.youtube.com/@taeragraphics .

Galatoomaa 🥰
Galatoomaa 🥰

. #Live kottaa saatii 4:00 tti .

پیام صوتی00:58

پیام صوتی00:51

. Good morning family 🌄 .

Itti guutaanee Nama tokko qofa 💪
Itti guutaanee Nama tokko qofa 💪

Video kana daawwadhaa! 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://youtu.be/3Iqb56N637o https://youtu.be/3Iqb56N637o
Video kana daawwadhaa! 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://youtu.be/3Iqb56N637o https://youtu.be/3Iqb56N637o

New Video 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://youtu.be/Axk1K8Sx2i0 https://youtu.be/Axk1K8Sx2i0
New Video 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://youtu.be/Axk1K8Sx2i0 https://youtu.be/Axk1K8Sx2i0

. Good morning family 🌄 .

200,000 Views Galatoomaa 🥰 https://youtu.be/-FHOHs5jz58
200,000 Views Galatoomaa 🥰 https://youtu.be/-FHOHs5jz58

Video editing full course for Intermediate Level Galgala kana karaa YouTube channel " TAERA DIGITAL SKILL " na eegaa!!
Video editing full course for Intermediate Level Galgala kana karaa YouTube channel " TAERA DIGITAL SKILL " na eegaa!!

. Good morning family 🌞 ..

10. Na dabbare jechi jedhu haasaakee keessaa hin dhabamin. Si dabbare waan ta'eef dhaqii puulii taphadhu, kubbaa miilaa ilaali maanchee ykn liivee deeggari. Fataa jedhi maaf si dabbara.! "Milkaa'inni carraa irraa hin dhalatu; murannoo, hojii fi yeroo sirriitti fayyadamuu irraa dhalata. Kanaaf, yoo milkaa'uu barbaadde, wantoota armaan olii irraa fagaadhuuti of irratti hojjedhu." Obboleessa keessan Taera Endale Kanin dubbise irraa!

#Hiyyeessa_Jabaa_Tahuu_Yoo_Barbaadde! 1. Ganama sirritti rafi 2. Xiqqoo qofa hojjedhu baay'ee boqodhu 3. Yeroo hundumaa nama
#Hiyyeessa_Jabaa_Tahuu_Yoo_Barbaadde! 1. Ganama sirritti rafi 2. Xiqqoo qofa hojjedhu baay'ee boqodhu 3. Yeroo hundumaa nama faana silkii haasa'i ykn chat godhi. 4. Social media kanarraa scroll gochaa kophaakee kolfaa ooli, ykn namoota hin beekne fi dhimma sin ilallanneef comment barreessaa ooli. 5. Nama hundumaa gammachiisuu yaali, osuma ofii waa hojjechaa jirtuu, namni wayii kottu achi deemna yoo siin jedhe, tole jedhiitii bakka garaasaa gahiif. 6. Hiriyaa baay'isi, hunduma isaanii gidduutti nama nagaa qabeessa fi jaalatamaa ta'uuf dhama'i. 7. Namoonni gaafa milkaa'an carraa isaanitu gaaridha, animmoo carraa hin qabu jedhi. 8. Guyyaan wayii gaafa dhufu Nan milkaa'a jedhiitii tattaaffii dhiisi, akkuma argitetti ooli buli. 9. Waa'ee ofiikee dagadhuutii, namootu milkaa'aniif taa'ii harka rukuti. Gammachuun isaanii gammachuu keeti waan ta'eef ati milkaa'ina maal irraa goota 😀