cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

WORSHIP SONG (🎶🎵🎧🎹+📖)

●Music ●Barnoota garaagaraa ●Walaloo ●Barnoota Hafuura Quunamaa

نمایش بیشتر
فنلندة3 243زبان مشخص نشده استدین و مذهبی91 509
پست‌های تبلیغاتی
559
مشترکین
-124 ساعت
-17 روز
-430 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

.     ከሀጢያተኛው ድንኳን ዘማሪ ሰላሙ / COVER SONG   🕐-5:55Min || 💾-5.4MB      sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ        ▷ @Zema_Sink ◁        ▷ @zema_Sink ◁             △Join us △
نمایش همه...
ፍትሕ / Murtii Dhugaa - Hanna Tekle ft Yadesa Shirii JOIN: @galaanafaarfannaa ✔️
نمایش همه...
Repost from Qomoo Kiristoos
Firdii sadaffaan Firdii Hojii amantootaa irratti faradamuudha. Firdii kana namni kristoositi amanne kammiyyuu beekuun dirqamadha. Sababii kanaaf namoota hiriyoota hafuuraa keessan ta'an gara channel kanaati affeeraa. Firdiin kun kan raawwatamu yookaan kan kennamu teessoo firdii kiristoos fulduratidha. Ati garuu maaliif obboleessa keetti faradda ree? Yookiis ati maaliif obboleessa kee ceephaata ree? Hundumti keenya barcuma firdii Waaqayyoo duratti dhi'aachuuf jirra*. Roomaa 14:10 Namni adduma addaan dhagna isaa kanatti utuu jiruu gaariis ta'e hamaas ta'e, akkuma hojjetetti waan isaaf ta'u akka argatuuf, nuyi hundumti keenya barcuma firdii Kristos duratti dhi'aachuuf jirra*. Qorontos Isa Lammaffaa 5:10 Dhugaa dubbachuuf waa'ee firdii kristoositi amanee kan jiru namni hedduun maal akka ta'ee fi firdii inni kam akka isa eegatu tasumaa hin beeku. Waa'een firdii yeroo ka'u gaahanab, abiddaa hin dhamnee fi raammoo hin duune isa jedhutu sammuu isaati dhufa. Haa ta'u malee firdii Teessoo adii guddicha durati ta'u tasumaa amantoota ykn waldaa kiristaanaa hin ilaalatu. Yeroon akkasiti dubbadhu immoo barumsa sobaa jedhee kan qeequ hedduutu jira. hundumaafuu gara channel #Qomoo_kristoos jedhu kottaati waa'ee firdii fi gosoota firdii baradhaa. Eebbifamtaniitu Yaadaaf Gaaffii qabdan karaa lakkoobsa bilbilaa #+2519-4905-6912 nu quunnamaa.
نمایش همه...
Dhangaa | Solomon Alemu 2023
نمایش همه...
🔠🔠🔠🔠 🔠🔠🔠🔠🔠🔠🔠 Yooman Irraanfadhee - Solomon Alemu Live Worship 2024 JOIN: @galaanafaarfannaa ☑️
نمایش همه...
Seenaa hin Irranfatamne - Yitbarek Tamiru Live Worship @cjTV 2024 JOIN: @galaanafaarfannaa ☑️
نمایش همه...
👍 1
Nagaa Koo - Tammany Muluney 2024 JOIN: @worshipsong123 ☑️
نمایش همه...
👍 1
YISAKOR GALATOOMI MALEE JCP BAND || FROM WORSHIP NIGHT @worshipsong123 @worshipsong123       🔺🔺🔺Join us 🔺🔺
نمایش همه...