Creative Dev
رفتن به کانال در Telegram
Let's build your digital future Connect with me on LinkedIn: https://www.linkedin.com/in/ararso-dev
نمایش بیشتر2 413
مشترکین
-524 ساعت
-277 روز
-9630 روز
آرشیو پست ها
2 413
Repost from BURQAA BEEKUMSAA
Chaanaalii Akkamii Barbaaduu ⁉️
Chaanaalii Barbaadde Argachuudhaaf #JOIN Kan Jedhu Qofa Tuquudhaan Maatii Chaanaalii Keenyaa Ta'aa!!
ምን ቻናል ይፈልጋሉ⁉️
የሚፈልጉትን ቻናል ለማግኘት #JOIN የሚለውን ብቻ ይጫኑ!!
Ads: 👇👇
@Daaru_Salaam
@Xiin_sammuu
@Jechoota_Hayyootaa
Free Promoter: @Rafiqul_Islaam
2 413
Repost from BURQAA BEEKUMSAA
🅾𝐃𝐔𝐔 🅰𝐌𝐌𝐄𝐄
Caarraa Kanatti Namni Hin Fayyadamin Dafaa Ammuma Itti Dabalamaa Jabaadhaa Akka Isin Hin Dabarfannee Nama Tokko Qofa #999 Hanqatee Abbaa Caarraa Ta'uudhaaf Dafii Gadi Tuqii keessaa kan Barbaadde
Abbaa Caarraa Ta'aa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
2 413
Repost from BURQAA BEEKUMSAA
Chaanaalii Akkamii Barbaaddu⁉️ Chaanaalota Barbaachisoo ta'an hundaayyuu isiniif qabannee dhufneerra join godhaa itti fayyadamaa
ምን ቻናል ይፈልጋሉ⁉️ እንድትቀላቀሉ እና እንድትጠቀሙባቸው ሁሉም አስፈላጊ ቻናሎች አሉን።
Channel 3K+ Subscribers
2 413
Repost from BURQAA BEEKUMSAA
Chaanaalii Akkamii Barbaaddu⁉️ Chaanaalota Barbaachisoo ta'an hundaayyuu isiniif qabannee dhufneerra join godhaa itti fayyadamaa
ምን ቻናል ይፈልጋሉ⁉️ እንድትቀላቀሉ እና እንድትጠቀሙባቸው ሁሉም አስፈላጊ ቻናሎች አሉን።
Channel 3K+ Subscribers
2 413
ᴀssᴀʟᴀᴀᴍᴜ ᴀʟᴀʏɪᴋᴜᴍ ᴡᴏʀᴀʜᴍᴀᴛᴜʟʟᴀᴀʜɪ ᴡᴏʙᴀʀᴀᴋᴀᴀᴛᴜʜᴜᴜ ᴀᴋᴋᴀᴍ ᴊɪʀᴛᴜ ʜᴀʏʏᴇᴇ ʜᴜʙᴀɴɴᴏᴏ ʙᴀʀɴᴏᴏᴛᴀ ᴀᴍᴀɴᴛᴀᴀ ᴋᴇᴇᴛɪɪ ʜᴀᴍᴍᴀᴍ ǫᴀʙᴅᴀᴀ? ᴋᴀɴᴀᴀғᴜᴜ ᴊᴏɪɴ ɢᴏᴄʜᴜᴜᴅʜᴀᴀɴ ɪᴛᴛɪ ғᴀʏʏᴀᴅᴀᴍᴀᴀ
2 413
Repost from BURQAA BEEKUMSAA
Chaanaalii Akkamii Barbaaddu⁉️ Chaanaalota Barbaachisoo ta'an hundaayyuu isiniif qabannee dhufneerra join godhaa itti fayyadamaa
ምን ቻናል ይፈልጋሉ⁉️ እንድትቀላቀሉ እና እንድትጠቀሙባቸው ሁሉም አስፈላጊ ቻናሎች አሉን።
Channel 3K+ Subscribers
2 413
Gaaffii Badhaasa kaardii 200 birr qabdu
Namni Suuraa Armaan Olii Iraatti Mul'atu Maqaan Isaa eenyuu?
2 413
Repost from BURQAA BEEKUMSAA
🅱REAKING NEWS
Ati Barataadha Taatee Chaanaalota Kana Hin Qabdu Taanaan Homaayyuu Hin Qabduu!!!
Maarree Furmaanni Isaa Kunootii Join Kan Jedhu Tuqii Ittiin Barnoota Argadhuu!!!
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
2 413
Tooftaalee Fedhii Dubbisaa Ittiin Cimsatan: (3)
Utuu dubbisuu hin eegalin yaada kana qabaachuun ni barbaachisa.
Dubbisuuf ofitti amanamummaa guutuu qabaachuu.
Yeroon dubbisaaf qabdu murtaa’aa akka ta’e beekuu
Maaliif akka dubbiftu akkasumas maal irraa hubachuuf akka dubbiftu adda baaftee beekuu qabda.
Bu’aan dubbisuu adda addaa sadarkaa dubbisaa garaagaraa barbaada. 3R kan jedhamus:
Reading to Reveal
Reading to Review
Reading to Remind
Reading to Reveal – Xinxaluun Dubbisuu. Barsiisuu yookiin qo’achiisuuf dubbisuun – yaada waliigalaa fi tuqaalee barbaachisoo hubachuuf. Madda adda addaa fi daataa hubachuun beekumsaa fi gaaffilee qopheessuuf akkasumas qormaataaf qophaa’uu.
Akkaataa Dubbisaa (Reading Approach)
Barsiisuuf yookiin hubachiisuuf,
Yaada tokko tokko akka hubattuuf,
Wanta hubatte dhiheessuu fi
Marii adda addaa gaggeessuf
Reading to Review – Dubbisa irra deebi'uun sakatta'uu
Sadarkaa kanatti, beekumsa gadi fagoo akka hin barbaachifne, ariitiidhaan irra fiiguun sakatta’uudhaan yaada waliigalaa hubachuu fi yaaluun hubannoo barbaachisoo gonfachuun barsiisuu dandeessisan qabaachuun ni danda’ama.
Madda adda addaa fi daataa sakatta’uun yeroo kan fudhatu ta’ee, akkaataa dubbisaa baay’ee gadi fageenyaan dubbisuuf gargaarudha.
Erga barattee booda wanta siif gale irra deebitee ilaaluuf tooftaa gargaaru dha.
Akkaataa Dubbisaa (Reading Approach)
Wanta dubbifte sakatta’uu fi madda barbaachisoo hordofuu. Gosti dubbisa kanaa waan dubbifte salphaatti qabachuu, yeroo qusachuu, waan dubbifte irratti odeeffannoo gahaa akka qabaattuuf baay’ee barbaachisaa dha.
Reading to Remind – Yaadachuuf Dubbisuu
Yaadachuudhaaf dubbisuun wanta kana dura dubbiste caalatti akka hubattu taasisa. Fakkeenyaaf qormaataaf yeroo qophooftu tooftaa kana fayyadamta.
Akkaataa Dubbisaa (Reading Approach)
Akkaataa dubbisa sadarkaa kanaatti sirnaan itti kan fayyadamtu yoo ta’e wanta dubbiftu irratti hubannoo olaanaa fi mata duree kanneen biroo waliin wal bira qabdee ilaaluun yaada haaraa qopheessuu dandeessa.
2 413
Repost from Fu'ad Abdi
Zikriiwwan Ganamaa fi Galgala jedhaman
الْحَمْدُ لِلَّهِ وَحْدَهُ، وَالصَّلاَةُ وَالسَّلاَمُ عَلَى مَنْ لاَ نَبِيَّ بَعْدَهُ
Faaruun kan Rabbii tokkichaati. Rahmanniifi nageenyi, Nabiyyii xumuraa irra haa jiraatu.
اللَّهُ لَا إِلَٰهَ إِلَّا هُوَ الْحَيُّ الْقَيُّومُ ۚ لَا تَأْخُذُهُ سِنَةٌ وَلَا نَوْمٌ ۚ لَهُ مَا فِي السَّمَاوَاتِ وَمَا فِي الْأَرْضِ ۗ مَنْ ذَا الَّذِي يَشْفَعُ عِنْدَهُ إِلَّا بِإِذْنِهِ ۚ يَعْلَمُ مَا بَيْنَ أَيْدِيهِمْ وَمَا خَلْفَهُمْ ۖ وَلَا يُحِيطُونَ بِشَيْءٍ مِنْ عِلْمِهِ إِلَّا بِمَا شَاءَ ۚ وَسِعَ كُرْسِيُّهُ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضَ ۖ وَلَا يَئُودُهُ حِفْظُهُمَا ۚ وَهُوَ الْعَلِيُّ الْعَظِيمُ
Shayxaana rahmata Rabbii irraa fageeffamaa ta’e irraa Rabbittin maganfadha: Rabbiin Isa malee haqaan gabbaramaan hin jiru. Inni jiraataadha; waan hundaan dhaabbataadha. Mugaatiis ta’ee hirribni Isa hin qabatu. Wanti samii keessa jiruufi wanti dachii keessa jiru hundi kan Isaati. Inni hayyama Isaatiin ala Isa biratti araarsu eenyuma? Waan fuuldura isaaniitiifi waan duuba isaaniis ni beeka. Beekumsa Isaa irraas waan Inni fedhetti malee hin marsanu. Kursiin Isaa samiifi dachii irra bal’ateera. Isaan lamaan tiksuun Isa hin dadhabsiisu. Inni ol ta’aa guddaadha.
{قُلْ هُوَ اللَّهُ أَحَدٌ (1) اللَّهُ الصَّمَدُ (2) لَمْ يَلِدْ وَلَمْ يُولَدْ (3) وَلَمْ يَكُن لَّهُ كُفُوًا أَحَدٌ (4)
Maqaa Rabbii Akkaan Mararfataa Akkaan Rahmata Godhaa Ta’eetiin. Jedhi: "Inni Allaah (gabbaramaa dhugaa) tokkicha. Allaahn hirkoo waa hundaati. Hin dhalle hin dhalannes. Wanti tokkollee fakkaataa Isaaf hin taane.
{قُلْ أَعُوذُ بِرَبِّ الْفَلَقِ (1) مِن شَرِّ مَا خَلَقَ (2) وَمِن شَرِّ غَاسِقٍ إِذَا وَقَبَ (3) وَمِن شَرِّ النَّفَّاثَاتِ فِي الْعُقَدِ (4) وَمِن شَرِّ حَاسِدٍ إِذَا حَسَدَ (4)
Maqaa Rabbii Akkaan Mararfataa Akkaan Rahmata Godhaa Ta’eetiin. Jedhi: "Gooftaa bariittin maganfadha. Hamtuu waan Inni uumee irraa, Hamtuu dukkanaa yeroo dukkanaa’e irraas, Hamtuu guduunfaa keessatti tuftu irraas, Hamtuu haasidii yeroo inni hassadu (waanyu) irraas (Rabbittin maganfadha jedhi.
قُلْ أَعُوذُ بِرَبِّ النَّاسِ (1) مَلِكِ النَّاسِ (2) إِلَٰهِ النَّاسِ (3) مِن شَرِّ الْوَسْوَاسِ الْخَنَّاسِ (4) الَّذِي يُوَسْوِسُ فِي صُدُورِ النَّاسِ (5) مِنَ الْجِنَّةِ وَالنَّاسِ (6)
Maqaa Rabbii Akkaan Mararfataa Akkaan Rahmata Godhaa Ta’eetiin. Jedhi: "Gooftaa namaattin maganfadha. Mootii namaatti, Gabbaramaa namaatti, Hamtuu waswaasii dhokatuufi mul’atuu irraa, Isa qoma namaa keessa waswaasu irraa, Jinniifi nama irraa kan ta’e (irraan maganfadha).” (Hundaawuu si’a sadii qara’a)
اللَّهُمَّ بِكَ أَصْبَحْنَا، وَبِكَ أَمْسَيْنَا، وَبِكَ نَحْيَا، وَبِكَ نَمُوتُ وَإِلَيْكَ النُّشُورُ
Yaa Rabbi siin bariisifannee siin dhiisifanne. Siin jiraannee siin duuna. Deebiinis garuma keeti.
اللَّهُمَّ أَنْتَ رَبِّي لاَ إِلَهَ إِلاَّ أَنْتَ، خَلَقْتَنِي وَأَنَا عَبْدُكَ، وَأَنَا عَلَى عَهْدِكَ وَوَعْدِكَ مَا اسْتَطَعْتُ، أَعُوذُ بِكَ مِنْ شَرِّ مَا صَنَعْتُ، أَبُوءُ لَكَ بِنِعْمَتِكَ عَلَيَّ، وَأَبُوءُ بِذَنْبِي فَاغْفِرْ لِي فَإِنَّهُ لاَ يَغْفِرُ الذُّنوبَ إِلاَّ أَنْتَ
Yaa Rabbi ati gooftaa kiyya. Situ na uumee ani gabricha keeti. Ani hangan danda’een baallamaafi waadaa keerran jira. Hamtun hojjadhe irraa Rabbittin maganfadha. Qananii ati natti oolte nan mirkaneessa. Yakka kiyyas nan amana. Kan yakka araaramu si qofa waan ta’eef naa araarami.
بِسْمِ اللَّهِ الَّذِي لاَ يَضُرُّ مَعَ اسْمِهِ شَيْءٌ فِي الْأَرْضِ وَلاَ فِي السّمَاءِ وَهُوَ السَّمِيعُ الْعَلِيمُ (ثلاثَ مرَّاتٍ)
Maqaa Rabbii isa wanti tokkollee samiifi dachii keessatti maqaa Isaa waliin hin miineetiin. Inni argaa beekaadha. (si’a sadii jedha)
رَضِيتُ بِاللَّهِ رَبَّاً، وَبِالْإِسْلاَمِ دِيناً، وَبِمُحَمَّدٍ ﷺ نَبِيّاً (ثلاثَ مرَّاتٍ)
Rabbiin gabbaramaa ta’uu, Islaamni amantii kiyya ta’uufi Muhammad (saw) Nabiyyii naaf ta’uu jaaladheera. (si’a sadii jedha)
@Rihu_islamic_posts
@Rihu_islamic_posts
@Rihu_Tube
@Rihu_Tube
اکنون در دسترس! پژوهش تلگرام ۲۰۲۵ — مهمترین بینشهای سال 
