Creative Dev
رفتن به کانال در Telegram
Let's build your digital future Connect with me on LinkedIn: https://www.linkedin.com/in/ararso-dev
نمایش بیشتر2 423
مشترکین
-724 ساعت
-217 روز
-9230 روز
آرشیو پست ها
2 423
Repost from N/a
Milkaa‟inni waan namoonni jaalatan beekuu miti. Oogummaa
jaalala isaanii si goonfachiisan argachuufi sanitti hojjachuudha
malee.
@jireenyaaketittiiaraaramii
2 423
Dhiiroo baga milkoofte..!!
Hooggansa ajaa'ibaa, bilchinaa fi qindoomina addaan oppireeshinii guyyoota 11 keessatti sirna Abbaa Irree Abbaa fi ilmaan waggaa 50 lakkoofsise tti xumura gochuun ayyaantummaa dha.
Sooriyaa dachiin Shaam hiriira waraanaa biraa qabattee as baatee jirti, hiriirri haaraa dhalate kun Israa'iil keessatti muddama uumaa jira.
Damaasqoon garee Hay'at Attahriir Ashaam n to'atamtee jirti, Sooriyaa n bilisummaa ishee labsattee jirti.
2 423
+2
Arra ganamaan akkumaan social media baneen oduun jalqaba dhagahe Bashar Al Asad baqachuu fi gareen mujaahidootaa dhiheenya kana haleellaa mootummaa gabroomfataa Sooriyaa irratti bane magaalaa Damaasqoo too'achuu isaaniiti. Alhamdulillaah!!
Bashar Al Asad jechuun nama lammiilee Sooriyaa hedduu fixee, kaan biyyarraa baasee kadhattuu godhee biyyoota addunyaa keeysa yaaseedha. Biyya keenya dabalatee biyyoota addunyaa garaa garaa keessatti dhalattoonni Sooriyaa qe'ee isaaniirraa buqqa'an hedduun baqattoota tahanii rakkoo fi dararaa meeqa argaa akka jiran beekkamaadha. Alhamdulillaah fedhii Rabbiitiin har'a gabroomfataan buqqifamee jira. Rabbiin obboleeyyan keenya warra Sooriyaa nagayaan qe'ee isaaniitti haa deebisu. Birmadummaa isii booda gabrummaan hin jirre isaaniif haa taasisu.
Inshaa Allaah Rahmaan injifannoo warra Filisxiinis yeroo gabaabduu keeysatti nuhaa dhageeysisu!!
Baga gammaddan, baga gammadne!!
2 423
Ilmaatu Abbaa isaa duraa dhukkubnaan fuudhe mana yaalaa geeysee gara manaatti deebi’utti jiraan. Osuma deemanii abbaan kararratti “yaa ilma kiyya niin beelawe” ja’een.
Ilmi kun Abbaa isaa fuudheeti mana nyaata tokko geeysee nyaata nyaachisuuf ol seensise. Abbaan sababa dulloomeef harki isaatis waan hollatuuf nyaata yeroo nyaatu dachii fi uffata isaarratti nyaata bubuusuu seene.
Namni mana nyaata keessa jiru hundi Abbaa isaa kana ijaan laalutti seenan. Ilmi isaa kun ammoo koflaatuma Abbaa isaa harka isaatinis nyaachise, abbaanis niin nyaadha ja’ee firratti gad naqaa nyaata irraa raawwatan.
Sana booda Abbaa isaa fuudheeti bakka itti dhiqatan geeysee harka isaa, afaan isaa, fuula isaa fi uffata isaatis qulqulleessefii as baase. Eegana bakka itti nyaatanitti deebi’ee nyaata lafarra faffaca’e saniis qulqulleesse maallaqa kafalee osoo namni hundi isa laaluu Abbaa isaa fuudhee mana nyaataati gad bahe.
Yeroo isaan gad bahaa jiran, gurbaan Tokko mana nyaataatii isaan jala gad baheeti abbaa isaa addarra dhungatee, ilma isaa kanaas addarra dhungatee akkana ja’een : “Mana nyaata keessatti waan dhiifte deemte hin arginee?” ja’een
Ilmi: humaa hin lakkifne ja’een.
Gurbaan: Nama mana nyaataa keessa jiru cufaaf beekumsa guddaa akkamitti akka ilmoon haadhaa fi abbaatti tola ooltu lakkiftee deemte ja’een.!
Ni deemna ,faanti nuti lakkifnee deemne ammoo ni hafti.
@dhaamsa_koo
2 423
Barreeyfamni ati social media gubbaatti dubbistu, sammuu siif hin gabbisu, akka nyaata ariifachiisaa (fast food) ti. Nyaanni ariifachiisaan beela sirraa dhaaba malee qaama siif hin tahu. Kunis akkasuma. Kanaafuu oolmaa kee keeysatti sa'aati kitaaba dubbistu qabaadhu. Bilbila baachu irra kitaaba baachuutu qaroomina.
Rabbiin warra dubbisee hubatu, baratee barsiisu nu haa taasisu.
2 423
Barreeyfamni ati social media gubbaatti dubbistu, sammuu siif hin gabbisu, akka nyaata ariifachiisaa (fast food) ti. Nyaanni ariifachiisaan beela sirraa dhaaba malee qaama siif hin tahu. Kunis akkasuma. Kanaafuu oolmaa kee keeysatti sa'aati kitaaba dubbistu qabaadhu. Bilbila baachu irra kitaaba baachuutu qaroomina.
Rabbiin warra dubbisee hubatu, baratee barsiisu nu haa taasisu.
@OBU_MSJ @OBU_MSJ @OBU_MSJ @OBU_MSJ
2 423
Repost from OBU Muslim Students Jema'a
Barreeyfamni ati social media gubbaatti dubbistu, sammuu siif hin gabbisu, akka nyaata ariifachiisaa (fast food) ti. Nyaanni ariifachiisaan beela sirraa dhaaba malee qaama siif hin tahu. Kunis akkasuma. Kanaafuu oolmaa kee keeysatti sa'aati kitaaba dubbistu qabaadhu. Bilbila baachu irra kitaaba baachuutu qaroomina.
Rabbiin warra dubbisee hubatu, baratee barsiisu nu haa taasisu.
@OBU_MSJ @OBU_MSJ @OBU_MSJ @OBU_MSJ
2 423
Dargaggeeysa Islaamaa.
Nuti dargaggoonni Islaamaa ibaadaadhaan jabaachuu qabna. Barataas tahe, hojjataanis jabaatee tattafachuutu nurraa eegama.
Haalaa fi amala bareedaa irratti lubbuu teenya leenjisuu qabna, akkasuma nama fakkeenya godhannu adda baafachuu fi hiriyaa filachuun hedduu barbaachisaadha. Nama yeroo hojjatu hojii bareechu, kan yeroo haasawu dhugaa dubbatuu fi yeroo daldalu amanamu tahuu qabna.
Anaa fi atis dargaggoota islaamaati. Kanaaf dargaggeeysa qaroo kan mataa isaatii fi maatii isaa bira dabree hawaasa isaatii fi addunyaa guutuu fayyadu tahuu qabna.
Dargaggeeysa gaaritti ajajee hamtuu irraa nama dhoorgu, waan diin rabbii faalleeysu yeroo arge, kan yoo dandahe harka isaatiin sirreeysu, yoo dadhabe arraba isaatiin sirreeysu, yoo kana hunda dadhabe ammoo kan qalbii isaatiin jibbu tahuu qabna.
@Dhaamsa_koo
2 423
Dargaggeeysa Islaamaa.
Nuti dargaggoonni Islaamaa ibaadaadhaan jabaatuu qabna. Barataas tahe, hojjataanis jabaatee tattafachuutu nurraa eegama!
Haala fi amala bareedaa irratti lubbuu teenya leenjisuu qabna, akkasuma nama fakeenya godhannu adda baafachuu fi hiriyaa filachuun hedduu barbaachisaadha!!
Nama yeroo hojjatu hojii bareechu, yeroo haasawu dhugaa dubbatu, yeroo daldalu amanamu tahuu qaba!
Anaa fi atis dargaggoo islaamaati. Kanaaf dargaggeeysa qaroo kan mataa isaatii fi maatii isaa bira darbee hawaasa isaatii fi addunyaa guutuu fayyadu tahuu qabna!
Dargaggeeysa gaaritti ajajee hamtuu irraa nama dhoorgu, waan diin rabbii faalleeysu yeroo arge, kan yoo dandahe harka isaatiin sirreeyau, yoo dadhabe arraba isatiin sirreeysu, yoo kana hunda dadhabe ammoo kan qalbii isaatiin jibbu tahuu qabna!
2 423
Guyyaa hawwiin eegamaa jiru. Sa'aatiiwwan qofaatu hafe. Gabaabumatti, boru ganama wal argaan galma Paartii badhaadhinaa Godina Harargee Lixaa haa tahu!!
Sagantaa eebba kitaaba Qaroomina Islaamaa fi Muslimootaa kan Barsiisaa Anwar Ahmed 'n barreeffame. Hin hafnuu hin hafinaa!!
2 423
Inshaa Allaah gaafa tokko yeroo wanti hundi tole.... of duuba ilaaltee abdii kutachuu dhabuu keetitti ni boonta, Rabbii keetis ni galateeyfatta!.🖤🥀
@dhaamsa_koo
2 423
+1
Tronkeeper- TRX 5 irraa kaaftanii baafachuun ni dandeessu. USDT yoo tahe garuu guyyoota 54 booda yeroo Wallet connect tahu baafachuu dandeessu.
Kunoo walaffeeraa, carraa keessan yaalaa👇
https://t.me/TronKeeperBot/app?startapp=710286813
2 423
Dargaggeeysa Islaamaa!
Dargaggeeysi islaamaa ibaadaa isatti jabaatuu qaba. Barataa tahus hojjataa tahus jabaatee tattafatu isarraa eegaaama!
Haala fi amala bareeda irratti lubbuu isaa leenjisuu qaba ,akkasuma nama fakeenya godhatuu fi hiriyaa filatuun barbaachisaadha!!
Yoo hojjatu hojii isaa kan bareechu, yoo haasawu kan dhugaa dubbatu, yoo daldalu kan amanamu tahuu qaba!
Ati dargaggoo islaamaati
Dargaggeeysa qaroo kan hawaasa fayyadu tahi!
Dargaggeeysa gaaritti ajajee hamtuu irraa dhoorgu, waan diin rabbii faalleeysu yeroo arge, kan yoo dandahe harka isaatiin sirreeyau, yoo dadhabe arraba isatiin sirreeysu, yoo kana hunda dadhabe ammoo kan qalbii isaatiin jibbu!
اکنون در دسترس! پژوهش تلگرام ۲۰۲۵ — مهمترین بینشهای سال 
