fa
Feedback
Creative Dev

Creative Dev

رفتن به کانال در Telegram

Let's build your digital future Connect with me on LinkedIn: https://www.linkedin.com/in/ararso-dev

نمایش بیشتر
2 416
مشترکین
-424 ساعت
-247 روز
-9430 روز
آرشیو پست ها
@amayugraphics join godhaa👌
@amayugraphics join godhaa👌

𝑪𝑯𝑨𝑨𝑵𝑨𝑨𝑳𝑰𝑰 𝑨𝑲𝑲𝑨𝑴𝑰𝑰 𝑩𝑨𝑹𝑩𝑨𝑨𝑫𝑫𝑼𝑼⁉️ 𝑾𝑯𝑨𝑻 𝑪𝑯𝑨𝑵𝑵𝑬𝑳 𝑫𝑶 𝑻𝑯𝑬𝒀 𝑾𝑨𝑵𝑻⁉️ Channel/Group 10K+ 𝐒𝐮𝐛𝐬𝐜𝐫𝐢𝐛𝐞𝐫𝐬 𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝒓: @Rafiqul_Islaam

Yeroo dheeraa booda firii argachuuf akkuma muka dhaabutti fiigdan, kaayyoo keessan murteessuttis fiigu qabdu. Akkuma mukni yeroo dheeraa booda firii kennu, kaayyoon keessanis yeroo dheeraa booda firii kenna. Yoo isin har’a muka hin dhaabin, boru firii isaa hin argattan. Akkuma kana, yoo isin har’a kaayyoo keessan hin murteessin, boru bu’aa homaatuu hin argitan. Kanaafu, kaayyoo keessan har’a ykn boru osoo hin jedhin ammuma murteeffadhaa. Join our channels @dhaamsa_koo @milkaainaq

𝐆𝐚𝐚𝐟𝐟𝐢𝐢 𝐀𝐫𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐆𝐚𝐝𝐢𝐢 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐇𝐢𝐫𝐦𝐚𝐚𝐝𝐡𝐚𝐚.  𝐌𝐚𝐬𝐣𝐢𝐢𝐝𝐚 𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐉𝐚𝐥𝐪𝐚𝐛𝐚𝐚𝐭𝐢𝐢𝐟 𝐄𝐫𝐠𝐚𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐑𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢 (𝑺𝒂𝒍𝒍𝒂𝒍𝒍𝒂𝒂𝒉𝒖 𝒂𝒍𝒂𝒚𝒉𝒊 𝒘𝒐𝒔𝒔𝒂𝒍𝒍𝒂𝒎) 𝐌𝐚𝐝𝐢𝐢𝐧𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐈𝐣𝐚𝐚𝐫𝐚𝐧 𝐊𝐚𝐦𝐢𝐢??

𝑪𝑯𝑨𝑨𝑵𝑨𝑨𝑳𝑰𝑰 𝑨𝑲𝑲𝑨𝑴𝑰𝑰 𝑩𝑨𝑹𝑩𝑨𝑨𝑫𝑫𝑼𝑼⁉️ 𝑾𝑯𝑨𝑻 𝑪𝑯𝑨𝑵𝑵𝑬𝑳 𝑫𝑶 𝑻𝑯𝑬𝒀 𝑾𝑨𝑵𝑻⁉️ Channel/Group 10K+ 𝐒𝐮𝐛𝐬𝐜𝐫𝐢𝐛𝐞𝐫𝐬 𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝒓: @Rafiqul_Islaam

Repost from Fu'ad Abdi
Amantiin Sammuu qaamaa fi jiruu Namaa hundaaf Raahaa taate Islaamummaa qofa وَمَاجَعَلَ عَلَيْكُمْ فِي الدِّينِ مِنْ حَرَجٍ ۚ "Amantii keessatti cinqii tokkos isinirra hin keenne" Fkn Aqiidaa keessatti Rabbiin tokkocha mootii waan hunda uume isuma qofatu gabbaramuu qaba jettee Amanta Kun Sammuu Nagaa kamu hin cinqu (fixraadha) Dura hafuura ture hafuurri waaqa bira ture booda foon uffate du'ee foon mulqate wonti jedhu hin jiru Waaqatu dhalate waaqatu Akka Namaatti rakkatee fi 1+1+1=1 wonti jedhu wonti sammuun fayyaa qabdu hin fudhanne hin jiru. Nafsee fi qabeenya Namaa eeguu keessatti seerri seera islaamaatti dhiyaatu hin argamne Jiruu dhuunfaa fi tan hawaasummaa hunda Wonti Akka Islaamummaatti tolchu hin jiru. Wolumaa galatti Amantiin laaftuun qajeeltuun guutuun ifaan ifa jirtu Islaamummaa qofa.

Chaanaalii Akkamii Barbaaddu⁉️ Chaanaalota Barbaachisoo ta'an hundaayyuu isiniif qabannee dhufneerra join godhaa itti fayyadamaa ምን ቻናል ይፈልጋሉ⁉️  እንድትቀላቀሉ እና እንድትጠቀሙባቸው ሁሉም አስፈላጊ ቻናሎች አሉን። Channel 10K+ Subscribers

Haasawa Ustaaz Shaafii Muhammad Sirna Eeybaa fi cufiinsa majlisa Sheekh Jamaal Abdullaa Hassan irratti guyyaa arraa taasisan.

𝑪𝑯𝑨𝑨𝑵𝑨𝑨𝑳𝑰𝑰 𝑨𝑲𝑲𝑨𝑴𝑰𝑰 𝑩𝑨𝑹𝑩𝑨𝑨𝑫𝑫𝑼𝑼⁉️ 𝑾𝑯𝑨𝑻 𝑪𝑯𝑨𝑵𝑵𝑬𝑳 𝑫𝑶 𝑻𝑯𝑬𝒀 𝑾𝑨𝑵𝑻⁉️ 5K+ 𝐒𝐮𝐛𝐬𝐜𝐫𝐢𝐛𝐞𝐫𝐬 𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝒓: @Rafiqul_Islaam

Repost from BURQAA BEEKUMSAA
ℹ️ "Mobile Card" Guyyaa guyyaadhaan ittiin guuttachuu dandeessu, Maallaqa hedduus hojjechuu dandeessu!              ⇣ Namoota hojii online hojjettan maraaf! Karaa Telegram osoo homaayyuu hin dhama'iin, namaaf share taasisuu qofaan qarshii hedduu argadhaa! Step 1 :- Jalqaba link kana tuquun Start tuqaa! https://t.me/hulepay_official_bot?start=r07255829184 Step 2 :- Channel lamaan isiniif dhufan join taasisaa! Sana booda «✅Check» kan jedhu tuqaa! Kaffaltii karaa Telebirr kan fudhattan yoo ta'u, Referral link keessan namaaf erguun qarshii hedduu hojjechuu dandeessu! Nama tokkoon birrii tokko kan kaffalu yoo ta'u, akkasumas guyyaa guyyaadhaan bonus qaba!