fa
Feedback
Creative Dev

Creative Dev

رفتن به کانال در Telegram

Let's build your digital future Connect with me on LinkedIn: https://www.linkedin.com/in/ararso-dev

نمایش بیشتر
2 412
مشترکین
-524 ساعت
-277 روز
-9630 روز
آرشیو پست ها
Kaampii fi hospitaalota baqattootaa haleeluun injifatamuu isaanii agarsiisa. Haleellaa kaleessa kaampii baqattootaa Jabaliyaa irratti Israa'el qilleensa irraan raawwatteen lammiileen nagayaa 195 ol du'uu fi kanneen 120 caalan achi buuteen isaanii dhabamuun dhagahame. Israa'el kanaan duraas hospitaalotaa fi kaampiilee baqattootaa hedduu xiyyaaraan haleelaa kan turte yoo tahu, haleellaa Hoospitaala Al Hilaal irratti yeroo darbe raawwatteen namoota 500 ol iddoo tokkotti galaafachuun ni yaadatama. #FreePalestine Odeeffannoo waa'ee Hamaasii fi Israa'el argachuuf telegram channel kana jpin godhaa hordofaa👇👇👇 https://t.me/Alrisaalaa

Repost from XAASOW ZABBUU
Masjiida Yeroo Jalqabaatiif Ergamaan Rabbii ( Sallallaahu alayihi wossallam) Madiinatti Ijaaran Kamii ??

Repost from XAASOW ZABBUU
🅾𝐃𝐔𝐔  🅰𝐌𝐌𝐄𝐄 Caarraa Kanatti Namni Hin Fayyadamin Dafaa Ammuma Itti Dabalamaa Jabaadhaa Akka Isin Hin Dabarfannee Nama Tokko Qofa #999 Hanqatee Abbaa Caarraa Ta'uudhaaf Dafii Gadi Tuqii keessaa kan Barbaadde Abbaa Caarraa Ta'aa 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

Repost from XAASOW ZABBUU
🔔🔔 TELEGRAM IRRA SEENTEE MAALAN DUBBISA HIN JEDHINII BARREEFFAMA ARMAAN GADII KANS GADI TUQUUDHAAN WAAN BARBAADDE ARGACHUU DANDEESSAA. ┏━━━━━━━━━━━━━━┓ 🔔 KARAA MILKAA'INAA ┗━━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━━┓ 🔔 MILKAA'INA JIREENYAA ┗━━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━━┓ 🔔 GAAFFII FI DEEBII ┗━━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━━┓ 🔔 SEENAA MIMMIIDHAGOO ┗━━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━━┓  🔔 ODUU HAALA YEROO ┗━━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━━┓ 🔔 AMANTAA ISLAAMAA ┗━━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━━┓ 🔔 SEENAA MUSLIMOOTAA ┗━━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━━┓ 🔔 SEENAA SAHAABOTA ┗━━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━━┓ 🔔 SEENAA NABIYYII (S A W) ┗━━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━━┓   🔔 HADIISAAFI QUR'AANA ┗━━━━━━━━━━━━━━┛   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███

Huutiin Yaman Misaa'ila hedduu Israa'iliitti furguggise, Huutiin Yaman ifatti lolichatti makamee jira..!! Gareen Huutii Yaman
+4
Huutiin Yaman Misaa'ila hedduu Israa'iliitti furguggise, Huutiin Yaman ifatti lolichatti makamee jira..!! Gareen Huutii Yaman kaleessa Misaa'ila hedduu Israa'iil irratti kan furguggise yoo ta'u duula biraa kan Dirooniin dabaalame bulchiinsa Israa'iil irratti geggeesseen ammoo magaalota Israa'iil haleelee jira. Haleellaa kaleessa Huutiin Yaman qilleensa irraan Israa'iil irratti geggeesse keessaa kan dubbii ijoo ta'e buufati Niwukilaraa Israa'iil haleelamuu isaa dha!! Buufati Niwukilaraa Israa'iil Negev Misaa'ila Huutii Yaman 'n haleelamuun barbadaa'ee jira. Huutiin Yaman lolichatti makamuu isaanii ifatti ibsuun kana booda lola Israa'iil irratti bananii jiran jabeessanii akka itti fufan ifoomsanii jiru! Odeeffannoo saffisaaf toora Telegram keenya Join godhaa, Toora Telegram keenya Share gochuun waliif qooduu hin dagatinaa. https://t.me/JechotaGaggaarii

Kaleessa lolli Waraana Israa'iil fi Hamaas gidduutti geggeeffame isa ulfaataa ture...!! Humni lafoo Waraana Israa'iil Magaalaa Gaazaa seenuuf lola kallattii 3n banuun qilleensa irraan Xiyyaara waraanaa Galaana irraan ammoo doonii Waraanaan dabaalamee falmaa xumuraa inni geggeesse osoo hin milkaa'iin hafee jira. Israa'iil lola kaleessaa kana irratti loltoota lafoo ishee 350,000 ta'u Taankii waliin hiriirsitee bobbaa Waraanaa jabaa isheen taasiste hawwii malee galma isaa hanqatee jira! Hamaas lola Adda Waraanaa 3n isa mudate kana cichuun fuulleetti lolee Israa'iiliin ijibbaachisee jira. Israa'iil gaaga'ama Waraanaa humna lafoon ishee mudate irra-aanuuf qilleensa irraan boombii Gaazaa irratti roobsitee jirti. Kaleessa qofa Gaazaa irratti boombii toonii hedduu kan roobsite Israa'iil buufata baqattoota haleeluun namoota nagaa danuu isheen fixxe keessaa dhibbeentaan 90% Daa'imman jedhamee jira! Haaluma kanaan kaleessa qofa buufata baqattoota kana keessatti daa'imman Falasxiin baayyinni isaanii 200 ol ta'u galaafatamanii jiru. Israa'iil lola lafoon geggeessaa jirtuun salphumatti tarkaanfii Hamaasiif saaxilamuun Taankilee ishee dabalatee Konkolaataan Waraanaa ishee barbada'aa jiru! Loltoonni weerartuu Israa'iil kunneen hedduun isaanii du'aa fi madoon adabamaa kan jiran yoo ta'u buufata Waraanaa Hamaas bira gahuu hin dandeenye, Adaduma itti dhihaataa deemaniin kasaaraan Waraanaa dabalaa dhufuun isaa Israa'iliif yaaddoo guddaa ta'ee jira. Israa'iil lola kaleessaa irratti ibsa kenniteen lolli Waraanaa ulfaataa ishee mudachuu ibsitee jirti. Odeeffannoo saffisaaf toora Telegram keenya Join godhaa, Toora Telegram keenya Share gochuun waliif qooduu hin dagatinaa. https://t.me/JechotaGaggaarii

Lola kaleessa Hamaas fi Israa'iil gidduutti itti fufe.. 👇👇👇👇👇
+3