Creative Dev
رفتن به کانال در Telegram
Let's build your digital future Connect with me on LinkedIn: https://www.linkedin.com/in/ararso-dev
نمایش بیشتر2 421
مشترکین
-124 ساعت
-217 روز
-9230 روز
آرشیو پست ها
2 421
Repost from የሥራ እና ክህሎት ሚኒስቴር minister of labor and skills
𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀
𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐𝒇𝒊𝒊 𝑩𝒂𝒔𝒉𝒂𝒏𝒏𝒂𝒏𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝑮𝒐𝒅𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂.
𝐇𝐮𝐛𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐚: 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒊𝒊 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 3𝑲 𝒇𝒊 𝑰𝒔𝒂𝒂 𝑾𝒐𝒍𝒊𝒊𝒏 𝑲𝒂𝒏 𝑯𝒐𝒋𝒋𝒂𝒏𝒏𝒖 𝑻𝒂'𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑵𝒂𝒎𝒏𝒊 𝑵𝒖𝒕𝒕𝒊 𝑫𝒂𝒃𝒂𝒍𝒂𝒎𝒖𝒖 𝑭𝒆𝒆𝒕𝒂𝒏 𝑨𝒔𝒊𝒊𝒏 𝑵𝒖 𝑸𝒖𝒏𝒏𝒂𝒎𝒂𝒂
𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨 𝐐𝐨𝐟𝐚 3𝐊+
𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝐫: @Rafiiqul_Islaam2
https://t.me/+0puaGJwLzLgyY2U8
https://t.me/+zOTmz0fXj3pkMTk0
https://t.me/+HzNEski01TRkN2Jk
2 421
Ilma gaarii tokkootu akkana ja’a ; Ummaan tiyyaa gaafan an joollee yoo jecha “halaal” ja’u jatte hidhiin tee lamaan banamteeti hafti.
Yoo jacha “haraam” ja’u jatte ammoo hidhiin tee cufamteeti hafti. Akkasii mii naan jatte ?
Anis jechoota lameen ja’ee laaleetin ; ee sirriidha ja’een.
#Ummaan tiyya kofalteetii garaa garummaan halaalii fi haraam jiddutis akkana naan jatte. Yaa ilma kiyya...haraam cufamiinsaa fi hoongoodha ; halaal ammoo banamiinsaa fi gammachuudha.
Takkaa hulaan duniyaa fi Aakhiraa siif banamuudha ; takkaa sirratti cufamuudha. Kan feete filadhu naan jatte.!!
Yoo guyyaa hunda akkaan sirraa gammadu feete Halaal qabadhuu dalagi, haraam irraa fagaadhu naan jatte!!
Adeemsuma keeysa ummaa tiyyatti beellamni du'aa dhufe. #Guyyaa isiin du’uf deemtu yeroo dhumaatif harka isii harkaan qabadheetiin dhungadhe. Hoggaa na laalte seeqxe boodarra akkanaan ja’een ; yaa Ummaa tiyya beellamaan siif seenerrattin jira...Halaalin dalaga hangaan si qunnamutti.
Hanga umriin naaf hafte akkaan halaal dalagu du'aa’ii naaf godha je’een!!
👉Ilmaan keeysan kuni halaali rabbi jaalachisa ; kuni haraami rabbiin ni jibba jechuu barsiisaa, kuni eybiidha qofa jettani akka nama sodaatan hin godhina.
Akka isaan yeroo kophaa jiranii fi nama kheeysa jiraniis Rabbii isaanii sodaatanif nama sodaachun duratti.
#Dhaamsa ; Haati gaarii fi Abbaan gaariin ilmoo ifii sodaa isaanirratti hin guddisan ; sodaa Rabbii irratti malee. Sababni isaas yoo sodaa isaanirratti guddisan guyyaa isaan bira hin jirre fi yoo du’an waan fedhan dalagan ; yoo sodaa rabbii tahe ammoo Rabbii isaaniiti bakka haadhaafi abbaan isaanii jiranii fi hin jirrettis ofirraa eegan.!!
@dhaamsa_koo @dhaamsa_koo @dhaamsa_koo @dhaamsa_koo
2 421
Callisi
Callisuun si fayyaduu isaa kan hubattu gaafa calliste qofa. Callisuun kan si fayyadu, waree baay'achuun faayidaa akka hin qabne gaafa bartu qofa.
@dhaamsa_koo @dhaamsa_koo
2 421
WONTON - Coin amma hojjennee ammuma nuuf kaffalu dha!
Link: https://t.me/wontonairdrop_bot?start=5034841284
Akkaataa hojiisaa fi akkaataatti maallaqa keessan baafattan step guutuu viidiyoo tiktok kanarraa ilaalaa:
https://vm.tiktok.com/ZMr6t8Ycx/
2 421
۞ 🍀 Xiinxalaa fi yaaddoon humnaa olii jireenya kee, gammachuu, seeqiinsaa fii dasii tee sijalaa hatti. Lubbuu keetirratti Laaffisi 💛
2 421
Qilleensi gaara hin sochoosu; garuu abaaboo raasee mul'isa. Ati akka gaaraatti dhaabbadhu. Yoo dirqamtee raafamtes akka abaabootti urgaa'ii bareedii, ifatti bahii mul'adhu!!
2 421
#Karaan kaayyoo keetii yoo dheeratellee abdii hin kutatin gammachuudhaan galma kee san if duratti laalaa tarkaanfadhu.
#Rabbiin kaayyoo teenya hunda firii isii nu Agarsiisee nu haa gammachiisu. 🤲🥰
2 421
#Gowwummaa
Namichaatu harree kudhan bitatee oofee gara manaa deemaa ture. Harree takka irra taa'ee warra hafan lakkooynaan sagal qofa taate. Isii yaabbatee jiru irraa bu'ee duubarraan lakkooynaan kudhan guutte. Deebi'ee irra taa'ee lakkooynaan sagal qofa taate. Ammaas irraa bu'ee lakkooynaan kudhanitti deebite. Achumaan "harree irra taa'ee tokko kasaaruu irra miilaan lafa deemee harree kudhan qabaachuu naaf wayya" je'ee miilaan deemee gara manaa gale ja'an!
#Gowwummaa!!
2 421
WONTON - Coin amma hojjennee ammuma nuuf kaffalu dha!
Link: https://t.me/wontonairdrop_bot?start=5034841284
Akkaataa hojiisaa fi akkaataatti maallaqa keessan baafattan step guutuu viidiyoo tiktok kanarraa ilaalaa:
https://vm.tiktok.com/ZMr6t8Ycx/
2 421
Nuti ilmi namaa akka qalama halluuti. Tarii ani bifa (color) ati jaalattu san tahuu dhabuun mala, garuu fakkii kaaftu saniif bareedee akka fakkiin tee guutuu siif taatuuf anis siin barbaachisa !
Sitti toluu baadhus ; natti ni haajamtaan baana!!
Halkan gaarii isiniif haa tahu!!
2 421
#Obsa:Furtuu Milkaa’innaa fi Gammachuu-Kutaa 1ffaa
Obsa yommuu jedhamuu wanta salphaa namatti fakkaata. Garuu obsii wanta jechaan dubbatamu yookiin sammuu qofaan yaadamu osoo hin ta’in wanta gochaan agarsiifamuudha.
Obsii jireenya fi qaama ilma namaa guuta kan tuquudha. Bakka obsi hin jirretti jireenyi hin jiru osoo jedhame dhugaa irraa hin fagaatu.
Bal'inaan : https://telegra.ph/ObsaFurtuu-Milkaainnaa-fi-Gammachuu-Kutaa-1ffaa-10-12
2 421
"Namni lama yeroo deemaa walitti dhufe bakki inni dura wal ilaalu kopheedha" ja'a qorannaan tokko. Yeroo manaa baatan cufa kophee teessan sirritti qulquleeyfadhaa. Dubartiinilleen bakka kanatti duraanuu leenjii qabu, isin dhiiroonniis leenjii kana qeebalaa.😊
🥿👠👞👌
@dhaamsa_koo @dhaamsa_koo
2 421
✍ Sadarkaan kee bakka ati if keeyse malee, bakka ilmi namaa filatee si kaahee miti. Ilmi namaa walqixxummaa dalaguu fi miizaana eeguu keessatti hanqina guddaa qaba. Kanaaf atummaan dursii bakka gaarii ofiif kenni.
© @dhaamsa_koo
2 421
✍ Sadarkaan kee bakka ati if keeyse malee, bakka ilmi namaa filatee si kaahee miti. Ilmi namaa walqixxummaa dalaguu fi miizaana eeguu keessatti hanqina guddaa qaba. Kanaaf atummaan dursii bakka gaarii ofiif kenni.
© Nama Keeysan
اکنون در دسترس! پژوهش تلگرام ۲۰۲۵ — مهمترین بینشهای سال 
